cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Waliifan Tube

Samiin tun Urjii Kumaatama of keessaa qabdi. Jiruun Tunis qormaata kumaatama of keessaa qabdi!🥰 Join godhaa share godhaa %%

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
469
Obunachilar
-224 soatlar
+27 kunlar
+1030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Photo unavailableShow in Telegram
Dhugaadhaan jijjiiramuu yoo barbaadde waa lameen kanarratti qofa sirreessi! 1. Hariiroo Rabbii wajji qabdu 2. Oolmayaa fi bultii tee ✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️ A. Hariiroo Rabbii wajji qabdu sirreessuuf gaafiilee tana yeroo sirritti kenniifii deebii isii barreessi! ~ Salaanni kee maal fakkaata? ~ Guyyarraa qur'aana Rabbii ni qaraataa? ~ Ija tee hangam takka haraamirraa tiiyfatta? ~ Arraba kee hangam takka eeggatta? ~ Waan qalbiin tee yaaddu hanagam takka ifirraa argitee too'atta? ~ Hangam takka nyaata haraam, uffata haraamii fi qabeenya haraam irraa if eeyda? ✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️✅️ B. Oolmayaa fi bultii tee sirreessuuf ammoo gaafiilee tana sirritti yeroo itti kennii deebisi! San booda deebisaa tee sirritti laali! Garam deemaa kka jirtuu fi garam deemuu akka qabdu siif gala! ~ Eessa oolta? ~ Eenyuu wajji oolta? ~ Maalirra oolta? ~ Akkamitti oolta? ~ Za'aa meeqatti rafta? ~ Za'aa meeqatti kaata? ~ Guyyatti sa'aatii meeqaaf bilbila kee qabattee intarneeta irra teessa? ~ Za'aa hanga intarneeta
Hammasini ko'rsatish...
🇪🇹 Ethiopia 🇪🇹 Unlimited Free
Hammasini ko'rsatish...
Ethio Telecom 🇪🇹🚒.ehi0.19 KB
Ethio Telecom 🇪🇹🚙.ehi0.19 KB
Ethio Telecom 🇪🇹🚔.ehi0.19 KB
Ethio Telecom 🇪🇹🚁.ehi0.19 KB
Ethio Telecom 🇪🇹🏎️.ehi0.19 KB
Ethio Telecom 🇪🇹✈️.ehi0.19 KB
🇪🇹 Ethiopia 🇪🇹 Unlimited Free
Hammasini ko'rsatish...
Ethio Telecom 🇪🇹🚒.ehi0.19 KB
Waa sifayyaduu hin ooltu #Links armaan gadii kanaan https://t.me/hamster_kombat_bOt/start?startapp=kentId1263516227 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆Tap Tap godhi yoo sitti tolee
Hammasini ko'rsatish...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

#Etika_Teferi fi #Urji_Biru_Badhassa gaa’ila milkii horaa bulaa
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
#Wantoota_Maallaqni bituu hin dandeenye: 1. Jaalala (Love) 2. Nageenya (Peace) 3. Yeroo (Time) 4. Dhugaa (Truth) 5. Dandeettii/Kennaa uumamaa (Talent) 6. Fayyaa (Health) 7. Amala (Manner) 8. Hiriyaa dhugaa (True Friend) 9. Beekumsa (Knowledge) 10. Bilisummaa (Freedom) 11. Fudhatamummaa/Simboo (Acceptance) 12. Gammachuu (Happiness) 13. Haqa (Justices) t.me/TajirAliyi
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Hey, @TajirAliyi! Welcome to TapSwap! Tap on the coin and see your balance rise. TapSwap is a Decentralized Exchange on the Solana Blockchain. The biggest part of TapSwap Token TAPS distribution will occur among the players here. Got friends, relatives, co-workers? Bring them all into the game. More buddies, more coins.
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Repost from BD NET VPN Updates
Just again a reminder to update your app to Build 55 to get better experience via: فقط یک یادآوری برای به روز رسانی برنامه خود به بیلد 55 برای کسب تجربه بهتر از طریق: https://t.me/bdnetvpn/192 Also for alternative apps under our supervision you may try the following apps, this is done so we can serve more Iran and other users in the future! We will keep growing to support all of you همچنین برای برنامه های جایگزین تحت نظارت ما می توانید برنامه های زیر را امتحان کنید، این کار انجام می شود تا بتوانیم در آینده به ایران و سایر کاربران بیشتری خدمت کنیم! ما برای حمایت از همه شما به رشد خود ادامه خواهیم داد https://play.google.com/store/apps/details?id=dastan.prince.vipoman https://play.google.com/store/apps/details?id=dastan.prince.ursanetpro
Hammasini ko'rsatish...
BD NET VPN Updates

2024 Big Updates ❤️/به روز رسانی های بزرگ 2024 ❤️ BD NET VPN Build 55! Will be final update for a while!/BD NET VPN Build 55! تا مدتی آپدیت نهایی خواهد شد! What's New/چه خبر? - Reduce Battery Usage/مصرف باتری را کاهش دهید! - Increased Speed/افزایش سرعت! For Iran Users/Huawei Users you can download the file via Pinned/here / برای کاربران ایرانی/کاربران هواوی می توانید فایل را از طریق پین شده/اینجا دانلود کنید Alternatively for Play Store:

https://play.google.com/store/apps/details?id=dastan.prince.bdfreevpn

- If showing "App Not Installed" remove previous app and install the latest update again / در صورت نمایش «برنامه نصب نشده» برنامه قبلی را حذف کنید و آخرین به‌روزرسانی را دوباره نصب کنید - برای به روز رسانی برنامه خود عجله ندارید اما بهتر است ویژگی های جدید را دریافت کنید. از بروز رسانی های مکرر متاسفیم، اما فقط می خواهیم بهترین خدمات را برای همه کاربران ایرانی ارائه دهیم و آزادی اینترنت را به ارمغان بیاوریم

1
Adurreen Yuunivarsiitii Ameerikaa irraa Digirii Doktarummaa kabajaa argatte ~~~ Yuunivarsiitiin Ameerikaatti argamu Vermont jedhamu Adurree maqaan ishii 'Max' jedhamtuuf Digirii Dooktarummaa Kabajaa kennee jira. Yuunivarsiitiin kun Adurreen Max jedhamtu kun hawaasa naaf bashannansiisteetti jedhee himata. Maarree yeroo barattoota isaa eebbisiisutti adurree kanaafis kabaji siif mala jechuun badhaasee digirii doktarummaa kenneefi. Adurreen Max jedhamtu kun Akka barattoota kanbirooo dabtara qabaattee qalama quba gidduu galfattee barreessuu fi harka baastee gaaffii gaafatamuuf deebii kennuu baattus yoo feete Daree keessa seentee akka barsiisaattis fuuldura dhaabbattee akka barataattis barattoota gidduu seentee ni mullatti. Haalli Adurrittii kanaa gochi ishee amallishee Yuunivarsiitichaaf fi hawaasa gidduutti jaalalaa fi dinqisiifannaa akkasumas akkasheen argattu ishee taasise. Max Namni tokko digirii argachuudhaaf waggoota inni Yuunivarsiitii keessatti dabarsuu danda’u dabarsite.
Hammasini ko'rsatish...