Waliifan Tube
Samiin tun Urjii Kumaatama of keessaa qabdi. Jiruun Tunis qormaata kumaatama of keessaa qabdi!π₯° https://youtube.com/@waliiftube466?si=JoBZZaVh7w4dKC1b Join godhaa share godhaa %%
Ko'proq ko'rsatish476
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+17 kunlar
+1030 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Photo unavailableShow in Telegram
The first 10 days of Dhul Hijjah β€οΈ
Don't forget Friday (Jumaah) starts when Maghreb of Thursday starts!
Reminders you can begin from tonight
- Read Surah Al Khaf
- Send much peace and blessings upon Prophet Muhammad (peace be upon him)
Remember to keep the Ummah in your duΔβs, especially our brothers & sisters who are facing oppression throughout the globe. May AllΔh ο·» ease all our affairs and grant us His shade on the day of resurrection.
https://t.me/TajirumarAliyi
β€ 1
Obboleessoo/obboleetti!
β‘ Yeroo xayyaaraan imaltu payleeti xayyaara balaliisu hin beektu garuu amantee waliin imalta.
β‘ Yeroo doonii dhaan deemtus kaaptenii doonii sana ofuu hin beektu. Garuu waliin imalta.
β€ Yeroo konkolaataan deemtus konkolaachisaa sana hin beektu. Garuu amantee waliin imalta.
Maarree!
β Imala Jireenya kee kessatti immoo waaqa(rabbii) si umee ni beektaa. Maalif dhiphatta? Maalif yaaddofta?
β Akkuma abdii kee paayiletii, kaapteenii dooniitii fi konkolaachisaa irra keessee imalte sana, abdii kee rabbii irraa kaayattee imala jireenya kee maaf itti hin fufne? https://t.me/TajirumarAliyi
β€ 1
Ilmi Namaa Guyyatti Waa 3n Osoo Hin Mokkoramin Hin Oolu
TOKKOFFAAN 1ffaan
Guyyatti umriin isaa nihir'ata garuu namichi umriin isaa hir'achuun kun isa hin yaachisu hin yaadatus. qabeenyi isaa yoo hir'ate nirifata garuu qabeenya ni argama kan deebi'ee hin argamne umrii ture.
LAMMAFFAAN 2ffaan
Ilmi namaa guyyaanitti osoo waa inyaatin hiree osoo inyaatin hin oolu garuu yoo halaal tahes haraam tahes irraa gaafatamuu hin oolu yoo haraam tahe ni adabama namni garuu nyaachuu malee kana hin yaadatu.
SADAFFAAN 3ffaan
Ilmi namaa guyyaanitii addunyaarraa fagaachaa aakiraatti dhihaachaa oolee bula sokondiin hirrattus umri masaarraa hirratti kan deemutti jiru jannata rabbii tahee jahannama dhuma hin qabne tahee hin beeku garuu kun isa hin yaachisu kana in yaadatu
Mee sirriitti dubbisi
Yoo kubbaa miilaa laaluu taate daqiiqaa 60 rakkoon qabu yoo filmii laaluu taate daqiiqaa 250 rakkoon qabu yoo facebook goroggoruu taate sa'atii 24 rakkoon qabu yoo barreeffama waatsaappii taate 60 ol dubbisuu dan daha garuu salaati daqiiqaa 5 baayyee itti ulfaati obboleeyyan Ergamaan Rabbii (S.A.W) akki jedhan ((dhagahaa meeshaan rabbii jabduudha (x3) dha dhagahaa meeshaan rabbii jannata)) jedhan yaa obboleeyyan jahannamni dhuman qabu jahannama keessatti du'uni hin jiru
Yaa obboleeyyan jannanni dhumanqabu jannata keessatti duu'un hin jiru kanaafuu mee ibaadaatti jabaadhaa
Yaa obboleeyyan
Facebook keessaa hiriyaa 300 olqabaachuu dandeessa
Whatsapp keessaa hiriyaa 80 ol qabaachuu dandeessa
Ganda keessaa 50 ol qabaachuu dandeessa
Hiriyaan guyyaan rakkoo kana keessaa 1 ykn 2
Gaafa duute warra kee qofaadha
Guyyaa qabrii seente qofaa keeti
Eega du'anii ka'anii du'uni lammata hin jiru
Sittin fagaatin har'a abalu du'ee dhageessa maal tahe?? makiinaatu dhawe abalus du'e Maal tahe ni dhukkubsate
Atis boru kee sanuma
Salaata kee malee wanni sifaayyadu hin jiru
qur'aanni kee maalf awwaarawa namni guyyaa sadi rakkoo malee qur'aan q
π 1β€ 1
https://t.me/community_bot/join?startapp=id_396
Earn Notcoin with Wallet challenge
Community
Start this amazing journey now β‘οΈ
Photo unavailableShow in Telegram
Addunyarraa 1ffaa bahe!!!
Abdii Ahmad Adduunyaa irraa 1ffaa ba'uun maqaa biyyasaa ol fuudhe.
Yuunivarsiitii guddicha biyyoota adduunyaa garaa garaa irraa barattoota gulantaaleefi akaakuu garaa garaatiin simatee barsiisuufi Indiyaatti kan argamu 'RK University'tti barattoota gosa barnootaa Faarmaasiin (Pharmacy) leenji'aa turan keessaa qabxii olaanaa galmeessisuun barattoota sadarkaa Intarnaashinaalii mara keessaa sadarkaa 1ffaadhaab eebbifameera.
Garuu kan Miidiyaaleen biyyattii wal harkaa fuudhanii dubbatuu qaban haa hafuu,hayyootaa fi hawaasni keenya balβaan,maaliif gammachuu dhabeef? Hanguma nama Geemii TikTok injifatellee ni hanqatee ?
π Hello, I am ZEX Airdrop
π Earn Free 100 ZEX (25$) For Completing Task
π¨βπ¨βπ§ Earn Extra 75 ZEX (18$) For Every Each Refer
π Market: CoinMarketCap
π Top 250 Refers: 50 USDT (each)
π’ Mandatory Airdrop Rules:
πΉJoin @ZEX_Coin
πΉJoin @ZEXGroupChat
πΉJoin @ZEXGlobalGroup2
Must Complete All Task & Click On [Continue] For Procced
Repost fromΒ πͺπΉETHIO FREE INTERNET πͺπΉ
TikTok, social media ... α₯ααα α α¨α αα΅α©ααΉ αα αα΅α°ααα α α«α΅αααα β α¨α»αα½α ααα³ααα΅ α°α α₯α» share α αα ααα block α₯αα³αα°α¨αα₯α ππFREE INTERNET IS BACKπ π₯π₯π₯π₯π₯ ETHIO PISPHON--α α°α«α©α αααα«α½α! β»οΈAppα ααα¨α΅ β»οΈα¨α΅αα«α½α balance β 0.00 αααα α α¨ααα‘ (ethiotelecom simβ β»οΈα¨ mobile data on αα¨α α¨α΅αα«α½α SIM 4G αα α’αα α αͺα αα β»οΈ Appuα αααα΅ α₯α #Start α«αα½α α ααα airplane on - off and stop - start connect α αα αα° chrome α₯α΅ααα΅α³α½α α¨ Appu α α΅αα‘ β»οΈ α₯α α 2-3 minute Appu αα΅α₯ ααα½α α α₯α β οΈUpdate α«αα£αα½α update α α³ααα΅ α 0 α₯α αα°α«α π πͺπΉ ETHIO FREE INTERNET πͺπΉ
PsiphonAndroid.apk11.04 MB
ETHIO PISPHON NEW .apk10.55 MB
Legit Airdrop So farπππJoin
https://t.me/TimeFarmCryptoBot?start=vvMEAH5kz9V8bUTa
Time Farm
Maximize your productivity and earn SECOND tokens
Legit Airdrop So farπππJoin
https://t.me/TimeFarmCryptoBot?start=vf8bmhHIkm1A3jyV
Time Farm
Maximize your productivity and earn SECOND tokens