cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

SAGLII SHOW

YOUR LINK TO CHINA AND THE WORLD! We provide the latest news from all over Africa. Whether you need to keep up with emerging issues in politics, business and sports, as well as insights on African entertainment, lifestyle or technology news, we have got

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
12 976
Obunachilar
+524 soatlar
+867 kunlar
+49530 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

YOU TUBE CHANNALII SAGLII Subscribe godha πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://youtube.com/@ssambetv?si=eKNid93IoqnpYDoC
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Gaaroomsaa Tasfaayee_RAKKINA GARAA_New Ethiopian Oromo Music Video_2024

Hammasini ko'rsatish...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Photo unavailableShow in Telegram
β€˜Misaayelli diroonichi baatee kufe tokkoon isaa yoo xiqqaate birrii miiliyoona 3.5 baasa’ Tibba kana suur-sagaleen diroonii Godina Horro Guduruu Wallaggaa ooyiruu keessatti kufee argame jedhame miidiyaa hawaasaa irratti qoodamaa jira. BBCn ogeeyyii dhimma meeshaa waraana xiinxalan waliin suuraalee kana kan xiinxaluun yeroo dirooniin kufe kun gosa diroonii waraanaa Turkitti omishamu Baayiraaktar TB2 jedhamu ta'uu akka hin oolle hubachuu ibseera. Dhabbanni ittisaa Sibylline jedhamuu dirooniin kufee caccabe ''Baayiraaktaar TB2 kan Raayya Ittisa Biyyaa Itoophiyaa ta'uun mirkanadha'' jedhe. Ogeessii dhaabbatichaa BBC'tti dubbate, ''dagalee diroonichaarra barreeffamni Propeller jedhu ni mul'ata sun Diroonii Tarkii ta'uuf agarsiistuudha,'' jedhe. Gatiin diroonii tokko doolaara miiliyoona 5-6 gidduu akka ta'u, akkasumas misaayelli diroonichi baatee kufe tokkoon isaa yoo xiqqaate birrii miiliyoona 3.5 akka ta’u ogeeyyiin himaniiru.
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 21πŸ‘ 17❀ 3
05:06
Video unavailableShow in Telegram
Ajaja Poolisii ilmaan oromoo lafa irraa duguugaa ture WBO baleessina jedhe MAKKALAKIYAA daandii agarsiisaa kan turee WBO Zoonii Kaabaan booji'ame
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 24❀ 11
00:41
Video unavailableShow in Telegram
WBO kan sadarkaa kanaan gahe uummata oromooti
Hammasini ko'rsatish...
❀ 79πŸ‘ 15πŸ‘ 14
Photo unavailableShow in Telegram
Dirooniin ABIY Qe'ee oromoo gubuu dhaqxee Godina Horroo guduruu wallaggaa aanaa Abee Dongoroo ganda CAANCOO jedhamutti kuftee caccabdee jirti Ooruu Qonnaa keessaatti
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 107❀ 30🀩 2
DAWWATOOTA SAGLII Rakkoo fayyaa xiqqoo namudateef Odeessaa Oolmaa guyyaa guyyaan isin biraan geenyuu guyyoota sadii darbee dhiyeessuuf hindandeenye Yoo rabbii jedhe yeroo dhiyootti Walitti deebina (BEENYAA GAMMADAA) Namoonni isatti Baddee jettaani kaneen nu gaafacha turtan hundii keessaan Galatooma
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 83❀ 36
hogana waraanaa fi tika mootummaa finfinnee irraa ka'e wallaga lixaa Mandii bakka Beenguwaa jedhamu deemuun Dafqee bulaa hojii humna [qansiraa] barbaadu fakkaachun ganda baadiyyatti galuun haleellaa diroonii fi haala mijaasaa kan ture fi sochii WBO hordofee gabaasaa mootumaa dhuyeessaa kan ture maqaan isaa ajaja gaantaa KUUSAA MALLASEE GIBEE jedhamu WBOn toowatamee jira
Hammasini ko'rsatish...
πŸ‘ 61❀ 19πŸ₯° 1
Hammasini ko'rsatish...
Gabaasaa BBC Afaan oromoo bu'a BUNAA & Shayii faayidaa fi miidhaa isaa

❀ 6πŸ‘ 3