WELL COMPUTER™
Kanalga Telegram’da o‘tish
ጥሩ ላፕቶፕ ለመግዛት አሰበዋል?እንግዲያውስ🔆𝐖𝐄𝐋𝐋 ኮምፒውተር 🔆አለሎት 👉እጅግ ዘመናዊ የሆኑ የ2021/2022 ሞዴል ላፕቶፖችን፣የተለያዩ ጌሚንግ እንዲሁም ዱባይ ዩዝድ ላፕቶፖች ከ አስተማማኝ ዋስትና እንዲሁም ከ በቂ መስተንግዶው ጋር ይዘን እንጠብቆታለን አድራሻ: መገናኛ ስሪ ኤም ሲቲ ሞል / 3M city mall 1ኛ ፎቅ ቁጥር FL04 well computer ይህን ሊንክ በ መጫን የሚፈልጉት
Ko'proq ko'rsatish3 856
Obunachilar
-224 soatlar
-177 kunlar
-9130 kunlar
Postlar arxiv
3 856
MM Dr. Abiy Ahmad lolaa qilleensarran garee ABUT irraa baanun isaa ni beekam, Dr. Debraatsiyoon garee juntaa kanan kan dursu xiiqi keessa galuun har'aa isaanis gara sa'ati 12:30 rookettin .... ibsaa guutuu isaa 👇👇👇

Akkam jirtu hordoftoota hojii diishii gudar guyyaa har'aa karaalee ittiin kubbaa miillaa bilisaan Mana keenya teenyee daawwachuu dandeenyun isiniif tarreessa na duukaa bu'aatii share gochuudhaan na deeggaraa.
#1.chaanaalota alyahsat saatalaayitii jedhamu irratti argaman kanneen Akka football hd,tv varzishfi watan tv2 riisiivarii hd tae kamirrattiyyuu Kan hojjetan yogguu ta'u ammaafillee epl Kan agarsiisaa jiru watan tv2 qofaadha. warreen kuun immoo epl irraa Kan hafe hundayyuu agarsiisuutti jiru.dhiyeenyatti epl agarsiisuu isaanii itti fufu jedheetan abdadha. chaanaalota kana guuttachuudhaaf ogeessa cimaa ta'etu barbaachisa. sababiin isaas chaanaotni kun galchuun hedduu rakkisaadha. saatalaayitii kana argachuudhaaf eelee abbaa 90cm fi isaa ol ta'etu barbaachisa.
chaanaalotni kunneen bakkeewwan hedduutti diishii abbaa 90cmtiin galchuun ni rakkisa.
diishiin inni guddaan abbaa 180cm fi lnb gaarii yoo fayyadamne guutuu oromiyaatti haala salphaa ta'een argachuu ni dandeenya. giddu galeessa biyyattii irratti immoo diishii abbaa 90cm fi lnb gaarii fayydamnee argachuu dandeenya. chaanaalota kunneen Kan Adda isaan taasisu immoo saatalaayitii Ethiopia Kan ta'e ethiosat waliin salphumatti galfachuu danda'uu keenyadha.
chaanaalota kana fayyadamuudhaaf gatiin nuyi baasnu tokkollee hin jiru.
AKKAATAA HOJII ISAANII
Chaanaalota kanaaf riisiivarii keenya irratti frequency nuyi guutnu 11785
Symbolrate immoo 27500
Yoo lnb keessan karaa wadaroon itti seentu harka mirgaan gootan vertical gootaniitu hojjettu.
yoo harka mirgaan ta'emmoo horizontal taasistu.
Diishii keessan immoo bahatti kallattumaan naannessuudhaan digirii soddoma gara mirgaatti naannessuudhaan xiqqooshee ol qabuudhaan barbaaddanii argattu garuu frequency saaniin saatalaayitiin biroo wanna jiruutiif 11766h27500 erga gachineen booda yoo Isa Kan isaaniitiin yaalle nuuf salphata.
Chaanaalotni kunneen akkuma biyyattiittis ta'ee Akka addunyaatti hordoftoota hedduu fi jaallattoota hedduu ni qabu.chaanaalotni kunneen koodii biss key jedhamuun cufamaniitu jiru.koodicha yogguu guuttan isiniif ni banu.
Gaaffii kamuu yoo qabaattan karaa keessaa @lammii1111 irratti na haasofsiisaa.
Yeroo itti aanu immoo akkaataa ittiin chaanaalota kubbaa miillaa bilisaa kanneen biroo(cbc sport,yes sports,IDMAN,trt sport....) ittiin argannu akkasumas akkaataa itiyoo saatiifii kanneen biroo ittiin argannu qabadheetan isiniif dhiyaadha share forward gochuudhaan na deeggaraa!
Ulfaadhaa nagaan turaa
@guderdishinfo
3 856
MM Dr. Abiy Ahmad lolaa qilleensarran garee ABUT irraa baanun isaa ni beekam, Dr. Debraatsiyoon garee juntaa kanan kan dursu xiiqi keessa galuun har'aa isaanis gara sa'ati 12:30 rookettin .... ibsaa guutuu isaa 👇👇👇
3 856
MM Dr. Abiy Ahmad lolaa qilleensarran garee ABUT irraa baanun isaa ni beekam, Dr. Debraatsiyoon garee juntaa kanan kan dursu xiiqi keessa galuun har'aa isaanis gara sa'ati 12:30 rookettin .... ibsaa guutuu isaa 👇👇👇
3 856
MM Dr. Abiy Ahmad lolaa qilleensarran garee ABUT irraa baanun isaa ni beekam, Dr. Debraatsiyoon garee juntaa kanan kan dursu xiiqi keessa galuun har'aa isaanis gara sa'ati 12:30 rookettin .... ibsaa guutuu isaa 👇👇👇
3 856
MM Dr. Abiy Ahmad lolaa qilleensarran garee ABUT irraa baanun isaa ni beekam, Dr. Debraatsiyoon garee juntaa kanan kan dursu xiiqi keessa galuun har'aa isaanis gara sa'ati 12:30 rookettin .... ibsaa guutuu isaa 👇👇👇
3 856
MM Dr. Abiy Ahmad lolaa qilleensarran garee ABUT irraa baanun isaa ni beekam, Dr. Debraatsiyoon garee juntaa kanan kan dursu xiiqi keessa galuun har'aa isaanis gara sa'ati 12:30 rookettin .... ibsaa guutuu isaa 👇👇👇
3 856
MM Dr. Abiy Ahmad lolaa qilleensarran garee ABUT irraa baanun isaa ni beekam, Dr. Debraatsiyoon garee juntaa kanan kan dursu xiiqi keessa galuun har'aa isaanis gara sa'ati 12:30 rookettin .... ibsaa guutuu isaa 👇👇👇
3 856
MM Dr. Abiy Ahmad lolaa qilleensarran garee ABUT irraa baanun isaa ni beekam, Dr. Debraatsiyoon garee juntaa kanan kan dursu xiiqi keessa galuun har'aa isaanis gara sa'ati 12:30 rookettin .... ibsaa guutuu isaa 👇👇👇
3 856
Baga gammaddan miidiyaan keessan OMN karaa nilesat irraan deebi'eeti jira! frequency:11554
Pol:V
Symbol rate:27500
Channel name:Salam TV
@guderdishinfo