cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚🙊

Ko'proq ko'rsatish
Efiopiya9 624Til belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
352
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

🎊Bootii Baankii #Hojii_gamtaa_oromiyaa fayyadamuun yeroo galmooftan badhaasa qarshii 1000 ni argattu! 🎁 Dabalataan nama tokko yemmuu affeertan kafaltii qarshii 50 argattu! Liinkin affeerraa kesssani ⬇ https://t.me/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r0566192652 🎊 #ዚኊሮሚያ_ህብሚት_ስራ_ባንክ ቊትን ተጠቅመው ሲመዘገቡ ዹ 1,000 ብር ስጊታ በተጚማሪም  1 ሰዉ ወደ ቊቱ ሲጋብዙ  ዹ 50 ብር  ክፍያ ያግኙ🎁 ይህ ማለት 30 ሰዎቜን ወደ ቊቱ ሲጋብዙ 2500 ብር አካውንትዎ ላይ ገቢ ይደሹጋል ማለት ነው! ዚመጋበዣ ሊንክዎ ⬇ https://t.me/Cooperative_bank_of_Oromia_bot?start=r0566192652 Cooperative_bank_of_Oromia
Hammasini ko'rsatish...

AKKA DUUTU YAADDEE BEEKTAA? ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➛ Keessan jiraadha jettee mana ijaarratta. ➛ Beekumsan argadha jettee ni baratta. ➛ Mucaan godhadha jettee fuuta; naaf hin taane jettee hiikta. ➛ Miillaan hin deemu jettee konkolaataa bitatta. ➛ Haadha manaa osoo qabduu kan biraa hawwita. ➛ Mucaa tokko yoo qabaatte lammaffaa yaadda. ➛ Dippiloomaa yoo qabaatte digiriidhaaf dhiphatta. ➛ Digirii yoo qabaatte Maastersii yaadda. ➛ Maastersii yoo qabaatte PhD yaadda. ➛ Mana tokko yoo qabaatte lammaffaaf dhiphatta. ➛ Konkolaataa tokko osoo qabduu kan biraa yaadda. ➛ Baadiyyaa yoo jiraatte magaalaa naannoo kee galuu hawwita. ➛ Magaala naannoo kee yoo galtu Finfinnee galuu hawwita. ➛ Finfinnee yoo galte immoo Awurooppaa, Ameerikaa hawwita. ➛ Ameerikaa yoo deemtu immoo pilaaneeti biraa arguuf wargamta. ➛ Aangoo xiqqoo yoo qabaatte guddaatti darbuuf yaadda. ➛ Bulchaa gandaa yoo taate bulchaa aanaa ta'uuf dhiphatta. ➛ Bulchaa aanaa yoo taate bulchaa godinaa ta'uuf dhiphatta. ➛ Bulchaa godinaa yoo taate pireezidaantii ta'uuf yaadda. ➛ Pireezidaantii yoo taate Ministeera muummee ta'uuf yaadda. . . Wolumaa galatti fedhiin ilma namaa daangaa hin qabu waan ta'eef waan qabnutti gammaduu fi rabbiin galateeffachuun....... ➊ Kanaaf Obboloota koo akka duunu itti yaadannee waan gaarii haa hojjennuun dhaamsa obbolummaati. Obboota keenya worra du'aniifis du'aa'ii godhaa isinis nageyaa fayyaa gutuu qabaadhaa. Waan dubbistaniif galatoomaa ➊ Hiriyyoota keef hiruu hin dagatin! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 #JOIN_AND_SHARE. 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 ➥🅶🅰🅻🅰🆃🅟🅟🅌🅰🅰 ‌ #𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ♻ #𝐉𝐎𝐈𝐍 ✅
Hammasini ko'rsatish...
𝐃𝐢𝐧𝐪𝐢𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚 ---------------------------------------------- 🔹Farda lagaan ga’uu ni dandeessa; garuu obaasuu hin dandeeessu (𝐈𝐧𝐠𝐢𝐥𝐢𝐳𝐚𝐚𝐭𝐚). 🔹Saroonni lama; lafee tokko irratti, waliif galanii hinbeekani! (𝐅𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐬𝐚𝐲𝐚𝐭𝐚) 🔹Kan arrabni yaabee dhalchu, kormi yaabee hin dhalchu! (𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚𝐭𝐚) 🔹Miilli sochoonaan afaan agabuu hin bulu (𝐀𝐟𝐫𝐢𝐀𝐚𝐚𝐧𝐚𝐭𝐚) 🔹Bareedinni fuudhaa fi heerumaaf wabii hin ta’u (𝐀𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚𝐧𝐚𝐭𝐚) 🔹Iddoo yeroo dulloomtu teessu, iddoo yeroo dargaggummaa kee turte agarsiisa! (𝐆𝐚𝐚’𝐞𝐥𝐢𝐀𝐚𝐚𝐧𝐚𝐭𝐚) 🔹Osuma barnoonni galaana ta’uuyyuu, harroonni garuu daakuu hin danda’an! (𝐆𝐚𝐚’𝐞𝐥𝐢𝐀𝐚𝐚𝐧𝐚𝐭𝐚) Eenyummaa akaakayyuu kootii hin beeku; ilmi ilmasaa garuu maal ta’uuf akka jiru beekuuf nan dhama’a. (𝐀𝐛𝐫𝐚𝐡𝐚𝐊 𝐋𝐢𝐧𝐀𝐚𝐧) 🔹 Kan abbaan of hin gargaarre carraan isa hin gargaaru. Kan dhaggeeffatu hubachuuf, jechoota muraasatu isa ga’a (𝐀𝐟𝐫𝐢𝐀𝐚𝐚 𝐀𝐢𝐛𝐛𝐚𝐚) 🔹 Kan hiriyaa isaarra harka kaa’atee deemu fageenyi karaa itti hin beekamu (𝐍𝐚𝐲𝐢𝐣𝐞𝐞𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚𝐧𝐚𝐭𝐚) 🔹Qalqalloon duwwaa jirtu dhaabbachuu hin dandeessu! (𝐓𝐚𝐚𝐧𝐳𝐚𝐧𝐢𝐲𝐚𝐚) 🔹Bareeda kan jennuun bareedinaan osoo hin taane, kan nu gammachiisaniini (𝐗𝐚𝐚𝐥𝐢𝐲𝐚𝐚𝐧𝐚𝐭𝐚) 🔹Kan carraa qabu galaanatti osoo darbattanillee qurxummiitu afaanitti qabatee baha! 𝐀𝐫𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐚) Karaa si baasu osoo hin beekiin, deemsa hin eegalin.(𝐈𝐧𝐠𝐢𝐥𝐢𝐢𝐳𝐚𝐚𝐭𝐚) 🔹Kan fedhu, kan raawwatu nama cimaadha; kan hawwu kan argachuu danda’u immoo, nama abshaala! (𝐀𝐲𝐞𝐫𝐥𝐚𝐚𝐧𝐝𝐚𝐭𝐚) 🔹Dhugaan lubbuu magarsiti; sobni garuu ni tortorsiti. (𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚𝐭𝐚) 🔹Akka ganamaa seetee, galgalas narra ejjadhukaa jette kosorruun (𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚𝐭𝐚) 🔹Taa’umsi dhagaa fi jechi haadha ormaa suuta lafee nama lixa! (𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚𝐭𝐚) Yaanni bilchaataan balbala cufamaa ni saaqa (𝐀𝐟𝐫𝐢𝐜𝐚𝐚𝐧𝐚𝐭𝐚) 🔹Waadaan liqii baay’ee ulfaataadha! (𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚𝐭𝐚) 🔹Sodaataan namaa bishaan keessatti dafqa (𝐉𝐞𝐫𝐊𝐚𝐧𝐚𝐚𝐭𝐚) 🔹Harka hatuu bare, dooluutu hoollata. 𝐎𝐫𝐚𝐊𝐚𝐚𝐭𝐚! Namni kamuu, dhimma ofiiisaatti cimaadha leenca). (𝐅𝐚𝐫𝐚𝐧𝐬𝐚𝐚𝐲𝐚𝐭𝐚) 🔹Dandeettii kee madaaluu kan qabdu, gaafa miirri kee gammade osoo hin taane, gaafa miirri kee gaddeedha! 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 #JOIN_AND_SHARE. 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 ➥🅶🅰🅻🅰🆃🅟🅟🅌🅰🅰 ‌ #𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ♻ #𝐉𝐎𝐈𝐍 ✅
Hammasini ko'rsatish...
Ergaawwan Dinqisiisoo Channel kanarraa isiniif maxxansinu jaallattanii jirtuu ? Yoo isin gammachiise Deebii keessan eeyye ykn lakki jechuun nuuf deebisaa.Anonymous voting
  • Eeyye
  • Lakki
0 votes
DINQISIISOO!🙉 --------------------------------------- Akka aadaa biyya Namibia🇳🇊 fi Angolatti🇊🇎 #Keessummaan yoo mana namaa bule, Abbaan mana sunii halkan gaafasii Haadha manaa isaa wal-qunnamtii saalaatiif keessummichaaf ni kenna! Namibia fi Angolan biyyoota lixa Afrikaa yoo ta'aan, isaan lachuu qarqara garba guddaa Atilaantik cinaadhaan kan wal daangessanii argamanidha! Namibia keessatti gosti #Himba jedhamu uummata addaati. Namichi maqaan isaa #Knocking jedhamu adaa isaanii kana dinqisiifatee gara Namibia keessummummaadhaaf mana namicha #Okujepisa_Omukazendu jedhamu imale! #Omukazendunis akkuma aadaa Namibia fi uummata gosa Himbaatti, Haadha manaa isaa keessummaa isaatiif kennee kutaa biraa rafe! Haati manaa isaa halkan sanaaf keessummicha Knocking jedhamu kana waliin, akka Abbaa manaa isheetti wal-qunnamtii saalaa waliin gochaa bulte! Abbaan manaa ishee garuu aadaa biyyattii kabajuuf jecha, obsa godhatee kutaa ciisichaa kan biraa keessa kobaa isaa rafe! Aadaan kun Namibiatti baramaadha waan ta'eef, dubartoonni biyya sanaatis keessummaa bira buluu tasumayyuu hin didan. Halkan gaafasii keessummicha malee Abbaa manaasheetti gonkumayyuu hin dhiyaattu! jedha odeessi Afrikaa! -------------🇳🇊---------🇊🇎--------------------------------------- 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 #JOIN_AND_SHARE. 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 ➥🅶🅰🅻🅰🆃🅟🅟🅌🅰🅰 ‌ #𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ♻ #𝐉𝐎𝐈𝐍 ✅
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Qubeelaan maaliif quba isa 4ffaatti godhamaa ykn kaayyama beektu? 💍 Qubeelaan quba isa 4ffaa karaa bitaan jiruu irrattii kan godhamuuf ykn kaayyamuuf quboota keenya keessaa ujummoo dhiiga deebistuu kan Onnee keenyaa waliin wal qabattuu ykn wal quunnamuu kan qabuu isa qofa waan taa'eefi. Qubeelaan quba 4ffaa kan kara bitaa jiruu irrattii godhamuu hiikkaa guddaa qaba jechuudha. Onneen mallattoo jaalalaati mitiree? 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 #JOIN_AND_SHARE. 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 ➥🅶🅰🅻🅰🆃🅟🅟🅌🅰🅰 ‌ #𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ♻ #𝐉𝐎𝐈𝐍 ✅
Hammasini ko'rsatish...
DINQISIISOO ---------------------------------------------- 1, Qabeenyi qabeenya caalu beekumsa sammuuti. 2, Namni gaafa dhalate du'e.Gaafni inni jiraate gaafa seenaa hojjate!! 3, Nama jaalattu iddoo fedhe akka deemu hayyamiif.Yoo kee ta'e deebi'ee dhufa. Yoo kee hin taane ni hafa. 4, Hamaan hamadaaya,qabatan nama guba. 5, Hangafti tooftaa jireenyaa wal danda'uudha. 6, Nama hamaa duuti lama. 7, Osoo daawwitiin of ilaaluun nama kafalchiisa ta'ee dubartootni meeqa kafalan ture? 8, Hiriyyaa sobaa mannaa diina dhugaa wayya.Hiriyyaan gadheen si fakkaatee si nyaata 9, Umriin nuti qabnu jeequmsaafi miti jaalalaafu nu hin geessu. 10, Nama jaallatte yoo dhabde hin Gaddin.Waan waaqayyo sirraa qabeef hin beektu 11. Hiriyyummaan burqaa bishaanii maddi isaa hin beekkamneedha. 12, Mukni badaan hin daraaru. ♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀♀ #JOIN_AND_SHARE. 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 ➥🅶🅰🅻🅰🆃🅟🅟🅌🅰🅰 ‌ #𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ♻ #𝐉𝐎𝐈𝐍 ✅
Hammasini ko'rsatish...
Waa'ee #Sammuu keenyaa kanneen kana ni beektuu? 👇👇 ✍ Sammuun nama tokkoo odeeffannoowwan dhugaa ta'an #Tiriliyoona 100 kuusuu ni danda'a. ✍ Sammuun keenya Sekoondii tokko keessaatti murtowwaan adda addaa 15,000 kennuu ni danda'a . (Kitaaba The purpose Driven life) ✍Namni tokko yeroo du’uu sammuun isa daqiiqaa Torbaaf (7) Yaadannoowwan yeroo lubbuun jiruu qabu tartiibaan bifa Abjuun ni argaa😳😳(Psychology facts) ✍Namni nuhi Abjuu keessan arginuu kamiyyuu dirqamaan nama Ija keenyaan arginee beeknuu dha. Sammuun keenyii ofii isaatiif Fuula yookiin Suuraa nama haaraa tokko uumu hin danda'u . ✍Ulfaatinni Sammuu nama ga’eessa tokko giraama 1200 hanga giraama 1400 ni ta’a . ✍Umuriin nama tokkoo yeroo 30 darbaa adeemu Sammuun isa Ulfaatina isa hir’isa adeema. Dinqisiisoon Barsiisaa sin Bashannansiisa🌍🙉🙈✚✚✚ ✹✹✹✹✹✹✹✹✹✹✹✹ ✹dinqisiisoo #JOIN_AND_SHARE. 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 ➥🅶🅰🅻🅰🆃🅟🅟🅌🅰🅰 ‌ #𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ♻ #𝐉𝐎𝐈𝐍 ✅
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Dinqii Fiilmiin Itiyoophiyaa garamitti deemaa jira. Akkuma faranjii isaanis nama dhiba paaul kaagaameen durayyuu himeera. Viidiyoo guutuu ilaalaa. Umurii 18 gadi dhoorkaadha. https://t.me/J_Dinqisiisoo https://t.me/J_Dinqisiisoo
Hammasini ko'rsatish...
Waantota dinqisiisoo● --------------------------------------------- ●Sattawwaan sa’atii 24 keessattii daqiiqaa 5 hangaa 30 qofa ciifti. ●Lakkofsa 40 yoo afaan Ingiliziin barreesitan, qubeen hundi isaanii tartiiba eegun barreeffamu, ( FORTY), kun lakkoofsa hunda irraa adda isa godha. ●Addunya kana keessatti biyyi dhugaatii Koka Kolla argachuu hin dandeenye biyya Kooriyaa kaabaa fi Kibbaa qofa. ●Biyyi Addunyaa kana irraa namoota baay’een daawwatamtu biyya faransay dha. ●Bishaan baay’ee humna ol dhuguun nama ajjeessu danda’a. Bashaannana gaarii! #JOIN_AND_SHARE. 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡 @J_Dinqisiisoo 🧡 🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡🧡 ➥🅶🅰🅻🅰🆃🅟🅟🅌🅰🅰 ‌ #𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ♻ #𝐉𝐎𝐈𝐍 ✅
Hammasini ko'rsatish...