cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Sirbaa Afaan oromoo Ãnaaf wajjin

Channeliin kana kessatii oddefannoo wayiitawa dubbii fi Gorsaa beektoota nama jajjabessuu danda’an fi wantootaa nama bashanansiisaan argachuuf Channelii kana join godha Oromuumaan Kenna umaaman kennamu dha Oromuman Jabbesuun Dirqama Oromoo dha !!

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
4 371
Obunachilar
+2224 soatlar
+1987 kunlar
+67030 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

#Godinaa shawaa Bahaa Aanaa libaan Cuuqqlaa Gandaa agaamsaa rogichaa Jedhamuutti qamnii mootummaa cunqursaa fi gidiraa hamaa ummataa naannoo san irratti geggessaa jiruu . 1, ummataan bishaan fidaa ,Uffata micaa nafaa nu dhiqaa ,qoraan fidaa jechuun isnii shanee dhafuu ni fiduu jechuun ummaata midhaa guddaa irraan gaha jiruu 2, atii ilmii kee shanee dhaa obbolessi kee shanee dhaa durbiin kee shanee dhaa jechuun ummata Naaga iratti Dhibba Gudda irratti gageessaa jiru 3, Yoo of harkaan gataan yookaan ni ajjesuu yokaan ni hidhuu yookaan akka namaa hin tanee godhuu 4, cubeedhaan waranuu yo dubartii qabaan torbaan 2 yokaan ji'aa of biraa techisaan yokaan ni hidhuu yookaan ni galakisuu 5, namnii tokko yoo tasaa torbaan 2 yookaan 1 mana bahee bakka fedhasaa deemee shanee biraa dhaqxee/Xaan jechuun itti qabattaa godhanii horii isaa fudhatuu mana isa gubuu Hadhaa mana isaa jala gudeeduu. # fakenyaaf warotaa tateen kuun mudatee kessaa xiqoo isniif yoon kasee 1,obbo Nacoo ya'ii atii ilmii kee shaneedha atii dabalee shaneetii jechuun mana isaa qe'ee gutuu cidhii isaa gubuun midhaan isaa fudhataan. 2, obbo Sisaay Tamiraat immoo atii dabalee shaneetii isaan qalabdaa jechuun qotiyyoo qidii 2 fi midhaan isaa fudhataan cidii fi mana isaa jala gubaan. 3, obbo Sobbuu Bulbulaa atii dabalee shanee ti jechuun qotiyotaa qidii 1 jalaa fudhataan. #Uummata keenyaa Badii tokkoo malee ajjeefama, hidhama ,qabeenyii isaa samama jiruuf Sagalee haa tanuu
Hammasini ko'rsatish...
👤 Artist: Gutu Abera 🎧 music: IYYOOLEE ⏭ Size :  4.0 MB 🎙More:https://t.me/SirbaAfanOromo #AUDIO ♥️ 💚 ❤
Hammasini ko'rsatish...
Gutu_Abera_@New_Afaan_oromo_music_Telegram_channel_join_more_music.mp33.99 MB
"Calaqqisa hangaasuu Qeerroo koo ka'ii fuudhi Jireenyi kophaa naman baasuu" Jedhe Etika Teferi 😊 😂😂😂
Hammasini ko'rsatish...
🤣 3
if you are single, please sleep early. you are making the network slow good night Xavier maal sii wayya😂😂
Hammasini ko'rsatish...
🤨 2
Faannoo Naahoo Sannaay reeffi isaa bakka hin jirretti geggeessaan reeffa isaa taassifame. Jalqaba baatii Eeblaa keessa naannoo Galma Mileniyeemii Boolee Finfinneetti poolisii waliin dhukaasa uumameen kan ajjeefaman sirni reeffa isaanii osoo reeffi hin jiraatin magaalaa Gondaritti raawwatameera. @ABDII_SABAA 📡
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
12 TYPES OF MAN FOR YOU TO MARRY 1. He Must not be a Comedian - But Marry a Man who makes you laugh 2. He Must not be an Accountant - But Marry a Man who is financially responsible and accountable 3. He Must not be a Pastor - But Marry a Man who can pray with and for You. 4. He Must not be a Wrestler - But Marry a Man who is Man enough to stand up for you when it matters 5. He Must not be a Poet - But Marry a Man who knows how to Love you and Shows it 6. He Must not be a Professor - But Marry a Man who can engage and motivate you in matters of intellect and sense matters 7. He Must not be a Doctor - But Marry a Man who can treat you well, in good and bad times. 8. He Must not be a Billionaire- But Marry a Man that can take care of you, now and better in time to come. 9. He Must not be Perfect - But Marry a Man who understands that no one is perfect yet strives to be. 10. He Must not have a Private Jet - But Marry a Man who has Integrity, character, self control and loves you genuinely 11. He Must not be Brad Pitt - But Marry a Man whose Looks YOU are in Love and okay with. 12. He Must not be a Child of the Governor - But Marry a Man who is a Child of God Marry That Man Who Loves God . Remember: Don't Marry for the sake of Money, Physical appearance, or Status alone. Marry for Love as well. Marry with Conviction. And Marry Your Friend, Marry Well. Your Marriage Must be Sweet. Your Marriage Must Work. To all the single Ladies Here, your day of celebration is at hand. God bless us all. #successtimes
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
Meski mange 🥰❤️
Hammasini ko'rsatish...
👌 3👍 1