8 143
Obunachilar
+1124 soatlar
+1037 kunlar
+41330 kunlar
Post vaqtlarining boʻlagichi
Ma'lumot yuklanmoqda...
Find out who reads your channel
This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.Nashrni tahlil qilish
Postlar | Ko'rishlar | Ulashishlar | Ko'rish dinamikasi |
01 Media files | 1 258 | 27 | Loading... |
02 Barattoota mana barumsaa Carcar Sad.2ffaa kutaa 9_11 hundaaf:-
Haaluma kanaan dura ibsaa turreen guyyaa 12-14/10/2016 kitaaba barnootaa akka galchitanii fi guyyaa 17/10/2016 immoo,QORMAATNII XUMURAA kan eegalu ta'uu irra deebinee isin hubachiisna.
Barattootni kutaa 12ffaa ammoo guyyaa19_20/10/2016 kitaaba barnootaa fi deeggarsa isin bira ture deebiisuun waraqaa qulqullinaa/qabeenya mbrraa bilisa ta'uu keessan ibsu fudhachuu qabdu. Giyyaa 21/10/2016 admisdion card/waraqaa seensa qormaata yunivarsitii akka fudhattan cimsinee isin beeksifna.
Dubbisi dubbisi dubnisi qabiyyee kitaaba keetii hunda hubachuuf yaali! Qophii cimsi!!
Nagaa ta'aa!!!! | 1 124 | 10 | Loading... |
03 Media files | 1 313 | 14 | Loading... |
04 Media files | 1 298 | 16 | Loading... |
05 Share ' WORKSHEET FOR GRADE 12 STUDENTS .doc' | 1 526 | 16 | Loading... |
06 Qormaata Pilot (tryout) bara 2016 Ejensii Madaallii Barnootaatiin qophaa'e yoo hin qabne
https://t.me/hiree_barnootaa
erguun nu waliin ta'aa.
Pilot (tryout) qormaata manneen barnootaa tokko tokkoon osoo hin seenin dura qormaataaf kennanidha. | 1 199 | 27 | Loading... |
07 Media files | 1 751 | 10 | Loading... |
08 Media files | 1 708 | 14 | Loading... |
09 Media files | 2 158 | 16 | Loading... |
10 BEEKSISA
Barsiisota fi Barattoota M/B Carcar Sad. 2ffaa Hundaaf
===========================
Guyyaa 06/10/2016 Barnootni sababa Qormaata Naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa kennuuf addaan citee ture kan itti fufu ta'uu hubattanii kutaa 10ffaafi 11ffaan koochoo ganamaa, kutaa 9ffaan sa'a booda hojii idilee keessan irratti akka argamtan isin beeksifna.
Nagaa Wajjin
M/B | 2 112 | 15 | Loading... |
11 Media files | 2 541 | 22 | Loading... |
12 Media files | 2 580 | 24 | Loading... |
13 English Tutorial for Grade 12 Students (by Million Abebe) for 6 consecutive days (Thursday-Tuesday: 6-11/10/2016EC)!
======
@Chiro: Chercher Secondary School:
On Grade 11 and 12 Building: Morning: 3:00-5:00!
☞ Kabajamoo barattoota, titooriyaaliin 'English' guyyoota jahaaf (6) walitti ansuun (Kamisaa-Kibxataa: 6-11/10/2016) akka kennamu kabajaan isin yaadachisa!
☞ Barattoonni harayatti eegalu barbaaddaniis dhufu ni dandeessan!
☞ ውድ ተማሪዎች ለ6 ቀናት በተታታይ የEnglish Tutorial (ከሀሙስ-ማክሰኞ: 6-11/10/2016) የሚሰጥ መሆኑን በአክብሮት አስታውሳችኋለሁ!
☞ በአዲስ መጀመር የምትፈልጉ ተማሪዎችም መምጣት ትችላላችሁ!
Focus of the Tutorial
1. Tenses
2. Passive and active voices
3. Subject verb agreement
4. Adverbial Clauses of time
5. Sentence fragmentation
6. Run-on sentences
7. Participles and Participles phrases
8. Misplaced Participles/Misplaced Modifiers
9. Dangling Modifiers
10. Faulty parallelism
11. Writing Topics.. ..
Time: Morning
=====
👉 Thursday, Friday, Saturday, Monday and Tuesday (3:00-5:00)
👉 Sunday (3:30-5:30)
From Million Abebe (0913985659):
Posted: on 5-10-2016EC
👉 📞Please, walyaadachisaa/ተደዋወሉ! | 2 430 | 1 | Loading... |
14 Media files | 3 284 | 28 | Loading... |
15 Media files | 3 057 | 27 | Loading... |
16 Media files | 3 488 | 33 | Loading... |
17 Media files | 3 508 | 32 | Loading... |
18 Media files | 4 444 | 39 | Loading... |
19 Barattoota keenya yeroon kun gaaffilee adda addaa yeroo itti shaakaltan waan ta'eef kanneen sirritti ilaalaa. | 2 962 | 4 | Loading... |
20 Media files | 2 827 | 20 | Loading... |
21 Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf guyyoota sadan qormaataas titooriyaaliin keessan mana barumsaa Naafyaaditti kan ittifuu ta'uu ibsaa haala sagantaa keessaniin barnoonnii Economiksii kan ittifuu ta'uu isin hubachifna. | 3 197 | 4 | Loading... |
22 Media files | 3 982 | 23 | Loading... |
23 Aptitude Exam Techniques-4 with:
☞ Grade 12 Entrance Questions
☞ Detail Explanations
☞ Answers
By Million Abebe (MA in English/in TEFL
and B. Ed. Degree in Pedagogy)
For PDF, follow the next link --->
https://t.me/yesedu | 1 442 | 2 | Loading... |
24 Media files | 3 784 | 18 | Loading... |
25 Media files | 4 249 | 32 | Loading... |
26 Media files | 4 727 | 55 | Loading... |
27 Media files | 4 686 | 57 | Loading... |
Barattoota mana barumsaa Carcar Sad.2ffaa kutaa 9_11 hundaaf:-
Haaluma kanaan dura ibsaa turreen guyyaa 12-14/10/2016 kitaaba barnootaa akka galchitanii fi guyyaa 17/10/2016 immoo,QORMAATNII XUMURAA kan eegalu ta'uu irra deebinee isin hubachiisna.
Barattootni kutaa 12ffaa ammoo guyyaa19_20/10/2016 kitaaba barnootaa fi deeggarsa isin bira ture deebiisuun waraqaa qulqullinaa/qabeenya mbrraa bilisa ta'uu keessan ibsu fudhachuu qabdu. Giyyaa 21/10/2016 admisdion card/waraqaa seensa qormaata yunivarsitii akka fudhattan cimsinee isin beeksifna.
Dubbisi dubbisi dubnisi qabiyyee kitaaba keetii hunda hubachuuf yaali! Qophii cimsi!!
Nagaa ta'aa!!!!
Share ' WORKSHEET FOR GRADE 12 STUDENTS .doc'
WORKSHEET FOR GRADE 12 STUDENTS .doc0.45 KB
Repost from 𝐇𝐈𝐑𝐄𝐄 𝐁𝐀𝐑𝐍𝐎𝐎𝐓𝐀𝐀 𝐂𝐇𝐀𝐍𝐍𝐄𝐋
Qormaata Pilot (tryout) bara 2016 Ejensii Madaallii Barnootaatiin qophaa'e yoo hin qabne
https://t.me/hiree_barnootaa
erguun nu waliin ta'aa.
Pilot (tryout) qormaata manneen barnootaa tokko tokkoon osoo hin seenin dura qormaataaf kennanidha.
2016 Maths Pilot Exam.pdf5.26 MB
G12_bio_pilot_exam_2016_12_Jun_24_·_08·17·50_1.pdf2.07 MB
G12 English pilot test 2016.pdf1.83 MB
BEEKSISA
Barsiisota fi Barattoota M/B Carcar Sad. 2ffaa Hundaaf
===========================
Guyyaa 06/10/2016 Barnootni sababa Qormaata Naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa kennuuf addaan citee ture kan itti fufu ta'uu hubattanii kutaa 10ffaafi 11ffaan koochoo ganamaa, kutaa 9ffaan sa'a booda hojii idilee keessan irratti akka argamtan isin beeksifna.
Nagaa Wajjin
M/B