cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingΒ», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Afaan Oromoodhaan

Afaan kee jaaladhu, kunuunfadhu!

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
203
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Guyyaa gaarii!
Hammasini ko'rsatish...
Waan Hunduma waan dhabdee harka duwwaa kan hafte yoo sitti fakkaate guyyaa fooyya'aan in dhufaatii eegi! Mukkeen waggaa waggaadhaan baala isaanii harcaasanii haaraa biqilchu. Dhabuun dhimma yerooti malee seenaa hin geddaramne miti. @Afaanoromoodhaan @AfaanOromoodhaan
Hammasini ko'rsatish...
Jimaata gaarii! @Afaanoromoodhaan
Hammasini ko'rsatish...
Jireenya keessatti dhiphinni yoo sitti baay'ate abdii hin kutin! Miidhaginni Addeessaa dabalaa kan adeemu hammuma dukkanni naannoo ishiitti cimaa adeemu akka ta'e yaadadhu! Guyyaa gaarii! @AfaanOromoodhaan
Hammasini ko'rsatish...
Gorsa xiinsammuu tokko tokko 1 πŸ‘‰ Kan ati dinqisiifachuu qabdu yeroo namoonni si dhiisanii deeman otoo hin taane yeroo si waliin turanidha. 2 πŸ‘‰ Ciminni namaa nama waa balleessee Gonkumaa Dhiifama hin gaafanneef Dhiifama gochuu dha. 3 πŸ‘‰ Yeroo aartee jirtutti ariifattee hin murteessin, yeroo gammaddee jirtutti waadaa hin seenin! 4 πŸ‘‰ Yeroo baay'ee gorsa baay'ee bayeessa kan kennan namoota rakkina baay'ee keessa kan darbanidha. 5 πŸ‘‰ Namoota beeknu tokkoon tokkoon isaanirraa waan barannu hin dhabnu. 6 πŸ‘‰ Mallattoon Maraatummaan jalqabaa ofii wajjin haasa'uu dha. Inni lammaffaan haasaa keenyaaf Deebii laachuu dha. @AOKOO1 Share
Hammasini ko'rsatish...
Namoonni waan dhimma hin baasne irratti Amma amma walitti bu'an namoota sirriitti waliif yaadaniifi waliif dhiphatanidha. #xiinsammuu_12 @AOKOO1 Share for more
Hammasini ko'rsatish...
Yeroo kophaa jirtu warri cimdiidhaan jiran waan yeroo hunda gammadaa jiran sitti fakkaatu. Yeroo cimdiidhaan jirtu warri kophaa jiran waan yeroo hunda gammadaa jiran sitti fakkaatu. Kamtu sirriidha? #xiinsammuu_11 @AOKOO1 @AOKOO1
Hammasini ko'rsatish...
#Cacophobia_n rakkina xiinsammuu sodaa bifa nama FOKKISAAti. #Venustraphobia_n rakkina xiinsammuu sodaa shamarran bifa bareedduuti. #sodaa_cimaa_1 @AOKOO1 @AOKOO1
Hammasini ko'rsatish...
Nama sirrii wajjin yeroo wal bira jirtu nama gammade fakkaachuuf hin yaaltu, akkanumatti gammaduu eegalta. Nama sirrii wajjin yeroo wal bira jirtu isa ykn ishii gammachiisuuf yaaltee otoo hin taane, akkanumatti gammaduu itti fufa. #xiinsammuu_10 @AOKOO1 @AOKOO1
Hammasini ko'rsatish...
Karaa hin beekne irra yeroo deemtu saffisa ke hir'isi! Sababni isaa yoo badde akka hin fagaannef sii tola. #xiinsammuu_9 @AOKOO1
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.