cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Qaanqee Bilissummaa

Gadaan kaan Bilissummaatii

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
227
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Kabajamtoota hordoftoota channeli kanaa bakka jirtan hundatti nageenyi kiyya isin haa dhaqqabu. An gama kiyyaan beekkumsa tiqqaan qabuun hangan danda'e takka fuula kanarratti isiniif qooduf qopiidha. Isin ammoo akka nama hedduu bira gahuuf hiriyoottan keessanii fi group adda addaatti fuula kana forward godhaa. maaltu beeka heddummina namaa keessaa wantin asirratti barreessu kun tarii nama tokkoof lamatti abdii horuu, onnachiisu fi waa barsiisuu danda'a. Kun anaaf waan guddaadha fedhiin kiyyas kanuma. Kan kanarraa hafe yaada qabdan naaf barreessaa yaanni keessan ana wajji jiraachuu keessan agarsiisa anas daran akkan barreessu na jajjabeessa. Galatoomaa! Isinin jaaladha. @ilmanesruu @ilmanesruu
Hammasini ko'rsatish...
Waraanni Bilisummaa Oromoo summiifi diinota Qabsoo Oromoo haleelaa jira. Godina Jimmaatti Bashaashaa bakka Abiy ittiin dhaadatu WBO diinota haleelee to'ateera. Godina Wallagga Bahaa Aanaa Nuunnuu Qumbaa keessaa gandoota Afur WBOn to'ateera. Egereen Oromiyaa: biyya walaba, saba bilisa, kan uummanni fedhiisaatiin waan hunda murteessudha.
Hammasini ko'rsatish...
Dhaamsa Jawaar Mohammed narraa qeebalaa Oromoo tiyyaa As Wr Wb akkam jirtuu nagayaa hidhaan qoraasuma dhiiraati guyyaa tuniis ni dabra waa akkasitti hin hafuu injifannoo fi bilisummaan wal garraa Jabaadha qabsootti fufaa je'e Hayyuun Jawaar mohammad ==================================== guyyaa har'atti beellama qabnaa turree fayyaa isaanii ilaaluuf sa'a dheeraa ulaa jala nu oolchanii booda ol nu naqanii Haallii Fayyaa jara amma wayyaa qaamaan huqqataniis Hamileen isaan Arbaa caalaa ksn garaa naraasee intallii Obboo Dajanee, Roobsaan Dajanee Xaafaa Bohaa turtee Abbaa isii ammo hin booyiin isiin ana mitti kan guddisee Oromootu isiin guddifatee bara Wayyaanee yeroon hidhaa jiru kan isiin nyaachiise ,barsiisee ,isiin jiraachisee oromoodha jedha Dhaamsa kiyyaa kun :- maatii qabsaawota mana hidhaa jiranii ,irraa wareegaman meeqaan keessaatu yaadate gargaara jira? @Daandiibilisummaaf
Hammasini ko'rsatish...
Ilmaan oromoo qe'ee irraa buqa'an rakko cimaa kee jiran. Odeeffannoo #MN Adoolessa 11/2021 Kaaba oromiyaa godina Walloo keessatti buqaatoonni oromoo Finxaaleyyii Amaaratiin qa'ee isaanii irraa buqa'an rakko ulfaata kee jirachuu jiratoota itti dhiyeenyaa qaban irraa mirkaneefannee jira. Ilmaan oromoo Aanaa jiillee dhumuugaa eddoo gargaraa irraa buqa'an ammaaf wasan qurqur hangaa tokko mul'ataa jira malee hedduun ummata qe'ee isaanii irraa buqa'an rakkoo cimaa kee jiran. Gandi wasan qurqur kan mukaaf dhagaan isaa ibiddii itti shidamee gubatee kan gaaddisii namni jalaa taa'ullee hin jirre aduun baranaa sun irratti caamee amma roobaan akka malee qabamanii waan godhan dhabaaf roobaa kee rafaa jirachuu maddi keenyaa kun nuuf himee. Kan Aanaa Arxummaa furse silaa akka nama Awwalamee jirutti abbaan kanaa namni jedhuunu dhabamee mana barumsaa keessatti rakkataa jiru. Warrii magaalaa kamisee irraa maqaa wallootiin Lakoofsaa Baankii banee qarshiin irratti bu'aa turee yeroo saniif waan gadi niyaatanii fi hangaa tokko waan uffataa butanullee garuu ammaa yeroo ummati qa'ee isaatti deebihuu fedhuu kanatti callisuu filatanii akka jiran jiratootaa waan kana itti dhiyeenyaa qaban irraa mirkaneefannee jira. Akka jiraatooni komii ofii ibsataa jiranitti (Facebook Fb )gubatti qarshiin akkana dhufee kan jedhamu argaa jira malee lafatti ummata kee bu'anii wantti hojjatamee yeroo oowituu sanii as waan godhamee tokko hin arginee jedhuu. @Daandiibilisummaaf @Daandiibilisummaaf
Hammasini ko'rsatish...
Waraanni Bilisummaa Oromoo summiifi diinota Qabsoo Oromoo haleelaa jira. Godina Jimmaatti Bashaashaa bakka Abiy ittiin dhaadatu WBO diinota haleelee to'ateera. Godina Wallagga Bahaa Aanaa Nuunnuu Qumbaa keessaa gandoota Afur WBOn to'ateera. Egereen Oromiyaa: biyya walaba, saba bilisa, kan uummanni fedhiisaatiin waan hunda murteessudha. @Daandiibilisummaaf
Hammasini ko'rsatish...
#Ammee —————— "Ibiddi Harka namaatiin qabatan nama hin gubu" Bilxiginnaan teessoo isaanii tikfachuuf jedhanii, ilmaan Oromoo gama hundaan akka muka qoraaniitti bobeessaa jiru. Lola Naannoo Tigraayii fi Amaaraa jidduutti deemaa jiruuf, milishootaa fi Poolisii Oromiyaa fe'anii deemuuf Konkolaataa TATA'n 150 qophaahee kaambii leenjii woraanaa magaalaa Bulbulaa galee jira. #HUB:- Ilmaan Oromoo woraana mootummaa abbaa irree kana keessa jirtan hundi dammaqaa. Mootummaa aangoo ofii dheereffachuuf jedhee ibiddatti isin oofu jala hin oofaminaa asi deebi'aa Ummata keessan cinaa dhaabbadhaa.” @Daandiibilisummaaf
Hammasini ko'rsatish...
​​#Jawar Nama galataa fi Kabajaan isaan malu malee hidhamuu miti. Wantoota gurguddoo tibbana deddeemaa jiran lamaatu jira. 1. Hidha abbayyaa (GERD) 2. Ummatni sidaamaa wagga tokkoffaa 1ffaa hundeeffama Bulchiinsa naannoo sidaamaa Kabajaa jiraachuudha. Wantoota gurguddoo lamaan kanarratti ejjannoo cimaa qabaachun kan beekkamuu fi tarii hundeeffama Naannoo sidaamaa saniif ofiifis tahe gara OMN sagalee isaanif tahuudhan eenyuyyuu caalaa shoora guddaa taphachaa ture. Dhugumatti Jawar Nama galatni dachaan isaan maluudha. Taphataa siyaasaa qoodni isaaf kaayamuun kabajaa argatuu maluudha. Mirga ofiin of bulchuu heerri mootummaa isaanif hayyamee osoo akka karatti danqamee hafu Bilxiginnaan shirri isiin hin xaxin hin turre. Tahus garuu sagaleen haqaa injifattee kunoo ummatni sidaamaa Naannoo ofii hundeeffatanii jiru. Dirqma itti taanan malee PP’n hin barbaaddu ture. Dhimma Hidha Abbayyaa (GERD) kanarratti Abiyyi dursee namni bishaan akka guutame dhiibbaa cimaa godhaa ture Jawari. Gaafa inni dura #FillTheDam jedhee dubbatu san qondaalotni PP dubbachuufuu onnee hin arganne turan. Erga inni dubbateen booda isa hordofaniiti kan dhufan. Xinxaala inni gaafas lafa kaahe hunda takka takkaan argaa as geenye. Bilxiginnaan Hayyicha kanaa fi hidhamtoota siyaasaa shiraan hiite hunda haal-duree tokko malee hiikuu qabu. Gootota haqaaf dhaabbatan kana hidhuun isaanis tahe biyya tana daran kasaaraa jir male faayidaa takka buusaa hin jiru. Waan isaan har’a akka ajandaa godhanii mataa qabanii oliif gadiin fiigan kana Hayyichi dursee xumuree bira dabre. Kunoo Har’a goota of gootee Jawar faas Shiraan hidhatti darbitee dirree irraa akka dhiiraa bookkifti. #FreeJawarMohammed #nationaldialogue #FreeAllPoliticalPrisonerInEthiopia
Hammasini ko'rsatish...
Dhimma Cufamuu Imbaasiwwan 30 tahanii irratti qondaala Ol'aanaa Dhimmicha itti dhiheenyan beeku tokko gaafannan yoo maal naan jedhe gaaridha? Kaan booda itti deebinaa Ammaaf "Birrii Xaffaa." Hariiron Biyyoota kanaan wajji qabnu fooyya'uu caalaa badaa deemaa jira. Guyyarraa waan gurra keenyaf tolu dhagahaa jirra kan jedhu qabadhuwii!!! 😁🤣🤣😂
Hammasini ko'rsatish...
Akkuma beektaniif! Abiyyi Waraana Ethiopia fi Eritrea tigraay keessaa baasi jedhamnaan, Waraana Eritrea achumatti dhiisee ofiif biraa baafate. Tigraay Isayyaasif kennuu isaati moo Namichaan waraana kee baasi jechuu sodaatee callise?? Baruma akkam keessa jirra yaa jarana? Kan Jaarsi keessummaaf jaartii sireerratti dhiisee ofiif mana dhiisee deemu. 😂😂🤣🤣🤣🤣 Ayiii Yaa Bilxiginnaa!!
Hammasini ko'rsatish...
☞︎︎︎"Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan osuu hin taane,yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama." ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.