cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Gorsa Akka Qorsaa

Gorsa Akka Qorsaa , Jechoota Bashannansiisoo fi Akkaataa itti ๐Ÿ’š๐Ÿ’˜Jaalala Halaalaa iti Tikfatan๐Ÿ’ž kafaltii tokko malee Nabiraa ni argattu Yaada fi Gaafi yoo qabaatte @michuukoo_bot irraan Naaf Barreessi

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
958
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hubattee jirtaa ๐Ÿ’˜ Jaalalaa fi Biqiltuun Kunuunsuu barbaaddi yoo hin kunuunsin xoolagdee baduu dandeeasi Kana beeki bultii tee cimsadha @KunisGorsa
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ’š 15
๐Ÿ‘Ž 6
1.21 MB
As wr wb Nageenni Rabbii Isin haa dhaqqabu jechaa Turtii yeroo muraasaa booda walitti deebinee jirra Maarre Gorsa Akka Qorsaa isin biraan gahuuf qophiidha Fedha Rabbiitin @KunisGorsa
Hammasini ko'rsatish...
#Guyyaan_Ima_fiigaa! โžพGuyyoonni osoo dafanii dhumanii jedhee hawwaan ture, garuu guyyoonni sun umrii kankoo keessatti akka lakkaaโ€™aman dagachuu kankoottu na ajaa'ibe. Join๐Ÿ‘‰ @KunisGorsa
Hammasini ko'rsatish...
Dhaamsa Gabaabduu Ani Siif Qabu ๐Ÿ“„ As wr wb โœ”๏ธ Yeroo Wudu'attu akka Dargaggeessa tahii mirqaanaan wudu'adhu. โœ”๏ธ Yeroo salaattu akka manguddoo tahii Suuta tasgabbiin salaati โœ”๏ธ Yeroo Du'aa'ii godhattu akka Daa'imaa tahi, Ammaa amma booyii Rabbii kee kadahadhu. waan kadhatte hin dhabduu โœ” Galma Yaade Gahuuf Abdii hin muratin โœ” waan lubbuun tee feetu hojjatuu caalaa diduu baay'isi โœ” Fedhii lubbuu teetii argachuuf akka feetetti duumu osoo hin taane akka Rabbi fedhutti deemi โœ” Bareedina yoo feete Sunnaa Rasuulaa hordofi โœ” Waa hundaa hojjatuu ni dandeetta uf hin tuffatin โœ” Jecha koo keessatti yoo dogongorri jiraate Naaf sirreessi malee na hin komatin โœ” Yoo sitti dheeresse dhiifama Naaf godhi โœ” Yoo sitti tole Du'aa'ii Naaf godhi ุงู„ู„ู‡ู… ุฃุนู†ุง ุนู„ู‰ ุฐูƒุฑูƒ ูˆุดูƒุฑูƒ ูˆุญุณู† ุนุจุงุฏุชูƒ!
Hammasini ko'rsatish...
๐๐‘๐„๐€๐Š๐ˆ๐๐† ๐๐„๐–๐’:- ๐ƒ๐€๐€๐‘๐„๐Š๐“๐€๐‘๐‘๐ˆ ๐Œ๐ˆ๐ˆ๐ƒ๐ˆ๐˜๐€๐€ ๐๐”๐”๐‘๐€๐‹๐‡๐”๐ƒ๐€๐€ ๐…๐ˆ ๐‡๐”๐๐ƒ๐„๐„๐’๐’๐€๐€๐ ๐†๐€๐‘๐„๐„ ๐’๐”๐Œ๐€๐˜๐˜๐Ž๐Ž๐“๐€๐€ ๐…๐ˆ ๐๐ˆ๐‹๐€๐€๐‹๐Ž๐“๐€๐€ ๐‡๐ˆ๐ƒ๐‡๐€๐€ ๐ˆ๐‘๐‘๐€๐€ ๐‡๐ˆ๐ˆ๐Š๐Š๐€๐Œ๐„. Daarektarri miidiyaa guddicha hawaasa Oromoo Muslimaa Nuuralhudaa fi hundeessaan garee Sumayyootaa fi Bilaalotaa Ustaaz ๐—๐š๐š๐ฅ๐ข๐›๐ฎ๐ซ๐ข๐๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ก ๐‡๐ฎ๐ฌ๐ž๐ž๐ง guyyaa hardhaa Ammajjii ๐Ÿ๐Ÿ,๐Ÿ๐ŸŽ๐Ÿ๐Ÿtti bilisaan mana hidhaa irraa hiikkamuun isaa dhagahamee jira. Ustaaz ๐—๐š๐š๐ฅ๐ข๐›๐ฎ๐ซ๐ข๐๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ก ๐‡๐ฎ๐ฌ๐ž๐ž๐ง Muddee ๐Ÿ‘๐ŸŽ,๐Ÿ๐ŸŽ๐Ÿ๐Ÿtti magaalaa Adaamaa keessatti waahila isaa Obbo ๐€๐›๐๐ข๐ข๐ฌ๐š๐š ๐Œ๐จ๐ก๐š๐ฆ๐ฆ๐ž๐ wajjiin shiraan kan hidhamanii turan yoo tau, hidhamuu isaaniitiin hawaasni muslimaa komii fi dallansuu isaa dhageessisuudhaan qaamota dhimmi ilaallatu hundatti iyyataa turan. Dhimma hidhamuu isaaniitiin wal qabatee hayyoonni, ulamaaonnii fi hawaasni muslimaa hedduun caldhisuu Majlisa Oromiyaatti mufachuu isaanii erga ibsatanii booda, Majlisni Oromiyaatis sagalee hawaasa isaa dhagahuudhaan dhimma kana hordofee hanga xumuraatti akka fala argatu taasisee jira. Yeroo ammaa kanas hidhaa irraa bilisaan hiikkamuu Ustaaz ๐—๐š๐š๐ฅ๐ข๐›๐ฎ๐ซ๐ข๐๐š๐ฅ๐ฅ๐š๐š๐ก ๐‡๐ฎ๐ฌ๐ž๐ž๐งiitiif hawaasni gammachuu qabu ibsataa jira. dabalataanis namoota adda durummaadhaan dhimma kana hordofaa turanii fi kanniin sagalee ta`aafii turan hundas galatoomfatee jira. @KunisGorsa
Hammasini ko'rsatish...
Dhugaan Mo'ateera ! Baatii 18 Oliif Mana Hidhaa balleessaa tokko malee Kan Turan Hayyoota Oromoo Fii Hidhamttoonni Siyaasaa Biyyatti Hundu Guyyaa Harraa Hiikaman Jedha Ibsi Mootummaa ! Mootummaan Kana Haa Jedhu Malee Dhiibbaan Alaa Fii Keessa Irra Gahaa Ture Dandamachuuf Rakkachuun Isaa Ifa ! Jaalalaanis Tanee Jibbaan Hayyoonni Haqaa Hiikamaniiru!!!! Namoota amma Ala Jiran Keessa HoggansA KFO olaanaa Kan Tahe Dajanee Xaafaa fii Eegdita Jawaar Dabalatee Shamsuddiin Xaha Faan muraasa ! Nageenya IsaaniiF Eegdota Qofa Osoo Hin Taanee Oromoon Hundi Eegdota Hayyoota Isaa Tahuun Dirqama !! Hundi bahaniiru !!! ---------- Baga Gammaddan @KunisGorsa
Hammasini ko'rsatish...
โžพ#Maaliif_nuun Awwatamne_laata? ๐ƒ๐”๐๐๐ˆ๐’๐€๐€ ๐ˆ๐‘๐‘๐€๐€ ๐…๐€๐˜๐˜๐€๐ƒ๐€๐Œ๐€๐€ โœ”Nutuu Rabbiin beeknee haqa isaa geessuu dinne. โœ”Qurโ€™aana Qaraanee itti dalaguu dinne. โœ”Rasuula jaalanna jechaa sunnaa isaa gannee!. โœ”Sheeyxaanni Aduwwii keenya jechaa, harka garaa jalaatiin itti firoomnee!. โœ”Hawwi Jannataa qabna jechaa,...dalagaan achi hanqannee!. โœ”Azaaba sodaanna jechaa...,irraa dheessuu dhabnee!. โœ”Duuti dhugaadha jechaa,....Siinqii homaa dhabnee!. โœ”Hanqinna mataa keenyaa dagannee...,kan ormaa haasa'utti seennee!. โœ”Rabbii nu qananiiseef galata galchuu wallaallee!. โœ”Du'aa keenya awwaalaa irraa gorfamuu dadhabnee!. #Eessaan_Sila!? @KunisGorsa
Hammasini ko'rsatish...
#Ethio-Telecome maamiltoota isaatiif Tajaajila intarneet broadbandii irratti fooyyee taasisuu ibse. Dabalataanis, maamiltootaaf gatii hirisuu hordofuun, saffisa tajaajila dabaluun, gatii hirisuu daangaa saffisaa muraasa irratti sirreessinee jirra jedhe. Suuraawwan maxxanfaman irratti ibsa isaa barbaada! Odeeffannoo dabalataaf. https://www.facebook.com/634961036620853/posts/4594816173968633/?app=fbl
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.