cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Peace for all

🏳️Peace from ➾➾all to all◅◅◅🏳️

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
167
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

🖼RAMADAN_KARIM (13) Edited by:@LeencaIslaamaa. 🙏 His chanell - @Quwwahproduction Join👉@ibn_farid
Hammasini ko'rsatish...
💝 Mabru Habibti 💝
🎬 Viidiyoo Garagaraa 🎬
📖 Gorsa Gaggabaabaa ☝️
🗣️ Jechoota Mimmiidhagoo ☝️
🎙️ Nashiidaa Haaraya 🎧
🎤 Walaloo 📜
☺️ Baacoo 😁
꧁ 𝙹𝚘𝚒𝚗 ꧂
🌜𝐑𝐚𝐦𝐚𝐝𝐚𝐧 𝐊𝐚𝐫𝐢𝐦🌛
Hammasini ko'rsatish...
Quran
Hadis
Nashid
Jechoota Seenaan Hanbiste
Jechoota Hayyootaa
Daعwa
Drama
❣Hunda Arkachuuf❣
⭐Remadan Mubarak🌛
Jechoota Seenaan Hambiste Nama Namni Jaalatu Tahuu Irra Nama Namni Amanu Tahuutu Irra Ulfaata. https://telegram.me/Quwwahproduction
Hammasini ko'rsatish...
Nashiida
Jachoota Hayyotaa
Walaloo
Daعwa
Jechoota Seenaan Hambiste
Seenaa
Diraamaa Gaggabaabaa
✨RAMADAN KAREEM🌙
#Ahbaabii_Fillaah Assalaamu aleykum Wa Rahamatullahi Wa Barakaatu Obboleeyyan Khiyya Khan Islaamaa Marti Kheysanuu Khan Channela #Quwwah_production Kheysatti Arkamtaniifi Kan hin arkannees Nageynj Rabbi Bakkuma Jirtanitti Isin Haa Dhaqqabu Jechaa. Jechoota Babbareedoo, Khan Hoggaa Agartee Dubbistee Sii Gale, Si Gammachiisu #Jechoota_Seenaan_Hambifte Gama Afaa Oromootti Jijjiirree Khan Isin Biraa Geenyu Taha. Nagayaan Nu Eegaa Isiniin Jenna. Warroottan Channel Kheenya #Join Hin Godhiniis Akka #Join Gootan Isin Gaafanna. Ramadan Mubarak https://telegram.me/Quwwahproduction
Hammasini ko'rsatish...
Channel asii gadii kana join godhaa irraahis fayyadamaa👇👇
Hammasini ko'rsatish...
Quwwah Production
Daعwaa
Videolee Barsiisaa
Nashiidaa Haaraya
Odeeffannoo waaytawaa
JOIN GODHAA
Istiqaamaa (Ijjannoo) Istiqaamaa jechuun; Jecha Afaan Arabaa yoo ta'u, hiikni isaa immoo gadhaabannaa (Ijjannoo) jechuudha. Ajajoota amantaa Islaamaa fudhachuu fi gochaan mirkaneessuun raawwachuun, irraa dheessuu dhabuudha. Namni Islaamummaa keessatti ijjannoo qabu, firii milkaa'inaa isaa dhandhamu malee hin hafu. Tasgabbii keessaa fi alaa argata. Gaafa maatii fi hiriyyoonni isaa duniyaa irraa isa gaggeessitus, malaa'ikoonni Abshir" hin sodaatinaa, hin gaddinaas, Gammadaa! Jannata Rabbiin (sw)waadaa isiniif seene sanatu isiniif jiraa isaaniin jetti. Qur'aanni akkana jedha; إِنَّ ٱلَّذِينَ قَالُوا۟ رَبُّنَا ٱللَّهُ ثُمَّ ٱسْتَقَٰمُوا۟ تَتَنَزَّلُ عَلَيْهِمُ ٱلْمَلَٰٓئِكَةُ أَلَّا تَخَافُوا۟ وَلَا تَحْزَنُوا۟ وَأَبْشِرُوا۟ بِٱلْجَنَّةِ ٱلَّتِى كُنتُمْ تُوعَدُونَ 'Dhugumatti, isaan “gabbaramaan keenya Allaahaadha” jedhanii, eegasii achirratti gadi dhaabbatan, (yeroo isaan du’an) malaa'ikoonni isaan irratti bubu’aniiti, “hin sodaatinaa; hin gaddinaas; jannata waadaa isiniif galameen gammadaa.' (Fussilat 41:30) Ammas Rabbiin akkana jedheera: إِنَّ ٱلَّذِينَ قَالُوا۟ رَبُّنَا ٱللَّهُ ثُمَّ ٱسْتَقَٰمُوا۟ فَلَا خَوْفٌ عَلَيْهِمْ وَلَا هُمْ يَحْزَنُونَ 'Isaan “Gooftaan keenya Allaahaadha” jedhanii eegasii (sana irratti) gadi dhaabbatan, sodaan isaan irra hin jiru; isaan hin gaddanis' (Al-Ahqaf 46:13) Rabbi Istiqaamaa nuuf haa kennu! Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa @quwwahproduction
Hammasini ko'rsatish...
Channel asii gadii kana join godhaa irraahis fayyadamaa👇👇
Hammasini ko'rsatish...
Quwwah Production
Daعwaa
Videolee Barsiisaa
Nashiidaa Haaraya
Odeeffannoo waaytawaa
Join godhaa
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.