cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

OROMIA TODAY

Walaboomee Ripaablika Oromiyaa Mataasaa dhaabuu.

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
8 284
Obunachilar
+524 soatlar
+267 kunlar
+13730 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hammasini ko'rsatish...
KUSH LIST! SELL,RENT,BUY AND PROMOTIONS

Chali Ensermu invites you to join this group on Telegram.

Waliin (ዋሊን) Waliin kan jedhamu Appii haara’a media hawaasummaati. Mee bilbila keessanirratti fe’a itti fayyadamaa akkasumas yaada nuuf kennaa. Qabiyyee isaa: Bilbila sagaleedhanis viidyoodhanis bilbiluuf, waliif barreessuf, maxxansuf, Live Stream, kan biroo heddu… Gatiin itti baastan: Tola (hoomaa). Bu’aan irraa argattan: Heddu. midiyaa hawaasaa kamirraahuu wanti argamu asirra nijira, kan birootis. Galatoomaa! Liinkiwwan armaan gadii fayyadamaa. ዋሊን (Waliin) አዲስ የማህበራዊ ሚድያ ፕላትፎርም ነው። እባኮን ስልኮት ላይ በመጫን ወይም ድረ ግጻችንን በጠቀም ተቃሚ ይሁኑ እንዲሁም ሃሳብ ይስጡበት።   የአፑ ይዘት፥ Free Audio Call, Video Call, Chat, Post, Live Stream, more… የሚታወጡበት ክፍያ፥ ምንም ወይም ነጻ። የሚታገኙት ጥቅም፥ በጣም ብዙ። ከማንኛውም የማህበራዊ ድረ ገጽ የሚታገኙትን ጥቅም ታገኛላችሁ። እናመሰግናለን። የአፑ ሊንኮች፤ For Android Phones: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.waliin&pcampaignid=web_share iPhone and other Apple Devices: https://apps.apple.com/us/app/waliin-app/id6450835243 Website: www.waliin.com
Hammasini ko'rsatish...
Waliin - Apps on Google Play

Waliin connects friends by calling, chatting, posting, & more.

👍 4
00:31
Video unavailableShow in Telegram
Taatee ilma Oromoo irratti ergamtootni Murna Abbaa Irree raawwatan. Poolisiin nagaa ummataa kan eegsisu ture Oromiyaa keessatti haala argitan kanaan dararaa raawwataa jira.
Hammasini ko'rsatish...
IMG_6130.MOV5.97 MB
3👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Jaal Battee, Siifis silaa Foundation hundeeffama ture. Dhugaan Foundation Haacaaluu waliin wal qabatu kan hawaasa keenya keessa jiru Foundation Haacaaluu yeroo booda ni kufa. Dagatama. Sababni isaa warri waan kana harkaa qabu warra ajjeechaama Haacaaluun shakkamu, warra ajjeefamuu Haacaluun duurome dha. Warra Oromoo konkolaataa oofaniin madaaluu barbaadan, tuuta hattootaa fi tika waliin tahuun Oromoos ajjeesisaa oolani dha. Oromoon Haacaaluu waan jaallatuuf malee tuuta Jaal Battee galaafate waliin warra shubbisu bira dhaquus hin barbaadu. Gumaa dha. Gochuma guyyaa guyyaan haati manaa Haacaaluu gootu irraa iyyuu Oromoon gammachuu hin qabu. Kabajaa Haacaaluuf callifame. Dhugaa hawaasa keessa jiru dha.
Hammasini ko'rsatish...
🙏 3👍 1
Hammasini ko'rsatish...
KUSH LIST! SELL,RENT,BUY AND PROMOTIONS

Chali Ensermu invites you to join this group on Telegram.

Photo unavailableShow in Telegram
OLOLAA MAQAA FAKKEESSUU HOGGOASA ABO-WBO JEDHU !!
Hammasini ko'rsatish...
👍 2👎 1
Kun hin sharafamu! Hundeen akeeka qabsoo Oromoo kallachummaa ABO'n durfamtuu sirna koloonii Oromiyaa irraa kaasee Oromoo bilisoomsee, mootummaa walabaa Oromiyaa ijaaruudhaan sirna cunqursaa fi saamichaatti xummura gochuudha. Gaaffii sabichaatti furmaata waaraa gochuuf immoo gaafa irbuu seenne wantoota lamaaf kakanne. Innii jalqabaa bilisummaa Oromoo fi Mootummaa Walaba Oromiyaa ijaaruudha. 2ffaa hiree taanan daandicha irratti wareegamnee qabsicha dhiigaan itti fufsiisuudha. Kanaaf qabsaawaan ni kufaa qabsichii ittuma fufa jechuun dhaadannoo tolfanne. Deemsa keenya kan murteessu gufuulee diinnii nuuf kaa'e osoo hin taane galma qabsoo keenyaati. Gaaddisni guddaan nu ofiin olitti ilaallu kaayyoodha. Maddii qajeelcha olaanaan(Sagantaa siyaasaa fi Heerrii) keenya daawwitii nu ittiin ofi ilaalluudha. Utubaan keenya jabaadha. Warrii kaleessa shira keessaa fi alaan akka hin diigamnetti galma guddaa nuuf ijaartan galatoomaa! qabsoon itti fufa!
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
This is Waliin Social Media Platform Group. Anyone who wants to create the platform please use the following links: The App contents include Free Audio Calls, Video Calls, Chat, Posts, Live Stream, and more… Its cost: Nothing። Its benefits: A lot. This platform contains most of the features found in all social media platforms. For Android Phones: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.waliin&pcampaignid=web_share iPhone and other Apple Devices: https://apps.apple.com/us/app/waliin-app/id6450835243
Hammasini ko'rsatish...
Waliin - Apps on Google Play

Waliin connects friends by calling, chatting, posting, & more.

Photo unavailableShow in Telegram
“The OLF is the pillar of freedom, equality and lasting peace for all peoples.” J Dawud Ibsa, OLF chairman
Hammasini ko'rsatish...
👍 12
Photo unavailableShow in Telegram
🙏 4 3
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.