cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Al jeeziraa afaan Oromo๐Ÿ”ด๐Ÿ”ดโšซ๏ธโšซ๏ธโšช๏ธโšช๏ธ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ

๐ŸŒŽ๐ŸŒŽ๐ŸŒŽ๐ŸŒŽ๐ŸŒŽOduu dhugaa ta.e qofa ยคโ™คโ™คโ™ค fact news Chaanaliin kuun ๐ŸŒโœ“dudhaa ๐ŸŒโœ“saafuu ๐ŸŒโˆšaddaa ๐ŸŒโˆšafolichaa ๐ŸŒSabbaa keessa jiruu bifaa bashanansiisoo fi boharsiissa ta.en issinif dhiheesina ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ Issin hirriyoota keesaan add gochu hin dagatiina

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
1 951
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hammasini ko'rsatish...
AI Internet and Computer Center

@TAwelAk @gemetheman Printing Scanning Laminating Copy Scholarship apply Online vacancy apply High speed internet service Computer maintenance

Hammasini ko'rsatish...
โค ๐‡๐ž๐š๐ซ๐ญ๐ฌ ๐…๐ž๐ž๐ฅ๐ข๐ง๐ ๐ฌ โค

๐‘๐„๐Œ๐ˆ๐๐ƒ๐„๐‘๐’: ๐Ÿ) ๐’๐‡๐€๐‘๐„๐ƒ ๐ฉ๐จ๐ฌ๐ญ๐ฌ ๐š๐ซ๐ž ๐ง๐จ๐ญ ๐š๐ฅ๐ฅ๐จ๐ฐ๐ž๐, ๐จ๐ง๐ฅ๐ฒ ๐๐ข๐ซ๐ž๐œ๐ญ ๐ฉ๐จ๐ฌ๐ญ๐ฌ ๐ญ๐จ ๐ ๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ ๐š๐ซ๐ž ๐€๐ฅ๐ฅ๐จ๐ฐ๐ž๐. ๐Ÿ) ๐๐จ ๐‘๐ž๐ฅ๐ข๐ ๐ข๐จ๐ฎ๐ฌ ๐๐จ๐ฌ๐ญ๐ฌ ๐€๐ฅ๐ฅ๐จ๐ฐ๐ž๐ ๐Ÿ‘) ๐๐จ๐ฌ๐ญ ๐จ๐ง๐ฅ๐ฒ ๐ข๐ง ๐„๐ง๐ ๐ฅ๐ข๐ฌ๐ก.

Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 Ni Laatama Onย Feb 11, 2021ย ย 81 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) โ€“ Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29, 2013 kan laatamu taโ€™uu Ministeerri Barnootaa beeksise. Ministeerri Barnootaa ibsa miidiyaaleef laateen qormaanni kutaa 12ffaa bara 2012 Gurraandhala 29, 2013 hanga Bitooteessa 2 bara 2013tti kan laatamu taโ€™uu ifoomseera. Ministirri Ministeera barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa Barattootaa fi Maatii barattootaa turuu qormaaatichaaf dhiifama gaafataniiru. Qormaanni kutaa 12ffaa bara barnootaa 2012 teeknooloojitiin deeggaramee akka laatamuuf tattaafii hedduun taasifamaa turuu ibsaniiru. Yaa taโ€™uutii Tableetiin bitamuuf yaadame kumni dhibbi 5 osoo biyya hin seenin turuu isaa himuun, Tableetiin qaqqabuu taatus Waraqaan kennuuf dirqamuu himaniiru. Gama biraatiin Dijiitaal ID barattoota kuma 350f qophaaโ€™ee naannoleef raabsameera jedhan Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaan. Guraandhala 22 hanga 24 bara 2013tti Waraqaan eenyummaa Dijiitaalaa barattootaaf ni laatama. Guraandhala 26,2013 oorenteeshiniitu kan kennamu taโ€™uu ibsaniiru. Gurraandhala 29, 2013 hanga Bitootessa 2 bara 2013tti ammoo Qormaanni seensa barnoota dhaabbilee olaanoo ni kennama jedhaniiru. Yaaddessaa Geetaachootu gabaase
Hammasini ko'rsatish...
#Grade12 Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29- Bitootessa 2 kennama jedhameera. Qormaannis kan kennamu waraqataan yoo ta'u barattoonnis akka qophaa'an jedhameera. To ask questions and comment ๐Ÿ‘‰ @EUSTUDENTSBOT Share โ•โ•โ•๐ŸŽ“โ–๐ŸŽ“โ•โ•โ•โ• ๐ŸŽ“โ‡ฒ @EUSTUDENTS โ‡ฒ ๐ŸŽ“ ๐ŸŽ“โ‡ฒ @EUSTUDENTS โ‡ฒ ๐ŸŽ“
Hammasini ko'rsatish...
Barattoota oromoo: Kalaandarii Radio-Radio Schedul 2013 Mathematics Teacherโ€™s Guide Book for Grade 10 @barattootaoromo Biology Teacherโ€™s guide book for Grade 10 @barattootaoromo Chemistry Teacherโ€™s Guide Book for Grade 10 @barattootaoromo Physics Teacherโ€™s guide book for Grade 10 @barattootaoromo English Teacherโ€™s guide book for grade 10 @barattootaoromo Mathematics Teacherโ€™s guide book for grade 9 @barattootaoromo
Hammasini ko'rsatish...
Namoota maqaa guddaa Afrikaan bara 2020 keessa dhabde Ji'a jahan har'aa kan ajjeefame Art. Haacaaluu Hundeessaa, namoota bebbeekamoo ardii Afrikaa bara 2020 keessa duuti isaanii dhiibbaa guddaa uume keessaa tokko. Dheekkamsaa fi hokkora ajjeefamuu isaa hordofee dhalateen namootni 160 ta'an du'aniiru. Jawaar Mohaammad dabalatee hoogganoonni dhaabbilee mormituu hedduunis shororkeessummaafi kaaniin himatamanii hidhamaniiru Mallattoo qabsoo waggoota dhufaatii MM Abiy Ahimad dura turanii kan ta'eefi mirga Oromoof weelluu, geerarsa fi hidhamuunis qabsaa'aa kan ture Art. Haacaaluu Hundeessaa ajjeefamuun isaa qalbii jaallattootaan yaadatama. @Biiroo_Barnoota_oromiyaa
Hammasini ko'rsatish...
Uuuuuuuuuu Nan saamamee naf birmadhaa oonnee kootin dhabee Ishee naaf gaafadhaa Ishee sani ee ishee gamaa boontu Tan mudhiin sonsaa Isheetti sabboontuu Fafakkeessaa dhiiftee Tan oftaatee jiraattu Ishee san naf gaafadhaa Isheedhanin saamamee Akkamiin jiraadha ani Onnee koottu hatamee Keessa koottu waadamee Kiyyoo jaalala isheen Tasan sakaalamee .... Erga iyyakoof birmattani Maaf na laaltu ijaajjanii Ishee naaf qabdanii Mana murtiitti nu yaastani? @think postive
Hammasini ko'rsatish...
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.