cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Dambi Dollo University

Empowering Generation Dambi Dollo University Telegram Channel

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
6 462
Obunachilar
+824 soatlar
+427 kunlar
+14930 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

👍 9 2
1
Yuunivarsitii Dambii Dollootti waltajjiin marii kutaa hawaasa gara garaa hirmaachise mata duree " Gootummaa yeroo bituu fi Tokkummaan sabdaneessummaf" Jedhuun geggeeffamee. Waltajjii kana irratti waraqaa qorannoo ka'umsa mariif ta'u dhimma jaalala biyyaa fi tokkummaa sabdaneessummaf jedhu irratti hirmaattootaf kan dhiyeessan Barsiisaa Dirribaa Andashaa maalummaa gootummaa, jaalala biyyaa, tokkummaa fi muuxannoo sabdaneessummaa irratti hirmaattotaaf bal’inaan dhiyeessaniruu. Haaluma kanaan biyyi Itiyoophiyaa biyya argama dhala namaa ta'uufi biyya hin koloneeffatamne ta'uun kan adda ishee taasisasuudhas jedhamera. Sabdaneessummaafi jaalala biyyaa irratti muuxannoowwan biyyota hedduu irraa akka baratamuuf waraqaa qorannoo kana irratti dhiyaateera. waltajjichis yaada hirmaattoota akkasumas ergaawwan jaalala biyyaafi tokkummaa irratti xiyyeeffatu barattoota Tiyaatiraatiin dabaalamee gaggeeffameera. በደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ ዘመኑን የዋጀ አርበኝነት ለህብረብሄራዊ አንድነት በሚል መሪ ቃል ወይይት ተካሄደ:: በውይይት መድረኩ ላይም መ/ር ድሪባ አንዳሻ ዘመኑን የዋጀ አርበኝነት ለህብረብሄራዊ አንድነት በምል ዙሪያ የአገር ፍቅርና አንድነት በምል ለውይይት የምሆኑ የመነሻ ሃሳብ አቅርበዋል። በገለጻቸዉም ኢትዮጵያ ህብረብሄራዊ አገር መሆነዋን ጠቅሰዉ ህብረብሄራዊነት እና የአገር ፍቅር ምንነት ከተለያዩ የአገራትን ልምድም ለተሳታፍዎቹ አካፍለዋል፡፡ በመጨረሻም በዩኒቨርሲቲዉ የትያትር ተማሪዎች በአገር ፍቅርና አንድነት ዙሪያ አጭር ድራማ በማቅረብ ዉይይቱ ተጠናቀዋል፡፡
Hammasini ko'rsatish...
4
Po'stilar arxiv