cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸

Kaayyoon Channel kanaa Kaleessa Wal Yaadachisaa Boruuf wal Qopheessuudha. https://t.me/seyfal_islaam

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
7 392
Obunachilar
+124 soatlar
+367 kunlar
+23430 kunlar
Post vaqtlarining boʻlagichi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Nashrni tahlil qilish
PostlarKo'rishlar
Ulashishlar
Ko'rish dinamikasi
01
Bareedaa Aalamaa Nabi Muhammad ♡صلوات ربي وسلامه عليه♡
5973Loading...
02
#Yaadannoo_seenaa. Waggaa 571 dura. Guyyaa akka har'aa may,29 sulxaan Muhammad al-faatih magaalaa seena qabeettii magaalaa istaanbuul/koonistaant-nooppil to'ate. Seenaan barayyuu ni yaadata. @tulu_dawo @tulu_dawo @tulu_dawo 👆👆👆👆 tuquun #join gochuu hin dagatinaa.
8353Loading...
03
Iccitiin Milkaa'ina keetii gocha Ati irra daddeebin guyyarraa gootu keessa Jira.
3 70010Loading...
04
ለወንድ ልጅ ከእስልምናው ቀጥሎ አሏህ ከሰጠው ፀጋ ትልቁ ነገር ሷሊህ ና አፍቃሪ ሚስት ናት....ጀሊሉ ይወፍቃችሁ .... 🤲
9123Loading...
05
ፊቶቻቸውን እንደ ልብሶቻቸው የሚቀያይሩ ሰዎችን ወዳጅ አድርገህ አትየዝ። እነሱ ሲፈልጉህ የሚያገኙህ ስትፈልጋቸው ግን የማታገኛቸው ናቸው።
1 0362Loading...
06
*|[ Milkiin Waan hunda argachuu Miti. Milkiidha jechuun Rabbiinﷻ Waan siif kenneen si gammachiisee wanticha siif kenne Si jaalachiisuudha. 💛
1 2178Loading...
07
Media files
1 3291Loading...
08
صفحة┆٢٩٩ .
1 4012Loading...
09
Abdallaah ibnu haaris (رضي الله عنه) akkana jedhe:"Nama tokko kan Rasuula Rabbii caalaa seeqqatu argee hin beeku". ﷺ
1 2544Loading...
10
መልካም የዒባዳ ለይል🥀 ሶሉ ዓላ ረሱሊላህ ✨✨
1 2664Loading...
11
Yeroo tokko tokko, namni tokko tokko, iddoo takka takkatti, sababa tokko tokkoof si jaalatan, sababni san Sababa tokko qofa, tokkichi saniis waan isaan nu fayyada ja'anii yaadan qabattee waan jirtuufi. Waanta san sirraa gaafa dhaban si dhiisanii deemu ! 💪Jabaa yoo taate deemicha isaanii kana irraa hafta, bakka si dhiisanii deemanitti akka sitti hin deebineef halkaniif guyyaa hojjatta. Dadhabaa namaa yoo taate garuu odoo waan isaan sirratti hojjatan himaa ooltuuti amatuu gad deemta.           Jabaa tahi.  🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
1 1026Loading...
12
صفحة┆٢٩٨ .
1 3291Loading...
13
Media files
1 2881Loading...
14
✍ "Gosoonni hiyyummaa hamaan afuri..!! 1️⃣Hiyyummaa amantii, 2️⃣ Hiyyummaa aqlii, 3️⃣Hiyyummaa obsaa 4️⃣ Hiyyummaa namummaati." " Ilaalan argan dhaggefatan dhagahan dubbisan dubbatan ...!!Hiyyummaa afranuu Rabbi isinirraa haa qabu...!!
1 24613Loading...
15
Media files
1 2920Loading...
16
صفحة┆٢٩٧ .
1 2990Loading...
17
Her şeyi açıklamak zorunda değilim😭 Beni konuşmadan anlayan birini istiyorum💔 Sirqama waan hunda isin hubachiisuu hin qabu isiniif gakeera jedheen yaada. ☺️
80Loading...
18
و عندما سألوه عن صفاتها قال : أُريد أن أتزوج فتاة عندما أُرتل القرآن في غرفتنا فأسمعها تقول لقد أخطأت مُدّ الكلمة 6 حركات فأُرتلها مرة أخرى ثم تبتسم لي وأقول لها : لقد فُزت بكِ فوزاً عظيماً.. أُريد فتاة توقظني لقيام الليل ، وتقول لي : لا أريد أن أسبقك درجة في الجنة ثم أُصلي بها فتاة لا تخاف إلا الله! ف ارزقنا اللهم الحلال الطيب المبارك يالله.💛
1 4260Loading...
19
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji'un...! Oduu Gaddaa. Xiyyaara tokkoon imalaa kan turan Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii dabalatee Ministeerri Haajaa alaa Iraan Amiir Abdullahi, Bulchaa Baha Azarbaajaan Maliik Rahamati, Imaama Baha Azarbaajaan Imaam Muhammad Alii Al-Haashimi fi namoonni Xiyyaara sana keessa turan hundi isaanii lubbuun isaanii darbuu mirkanaa'ee jira. Iraan seenaa ishee keessatti gadda ulfaataa akka kanaa keessummeessitee kan hin beekne yoo ta'u taateen kun guddittii Iraan gadda ulfaataaf kaadhimee jira.
1 0264Loading...
20
Haati manaa Abbaa manaa irraa wanti isiin feetu guddaan tokko yoo jiraate  yeroodha. Yeroo kannaaf, taphachiisaa, yaada gaarii isii irraa dhageeyfadhaa kana goonaan haalaan booji'uu dandeessan. 🎋❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥 :¨·.·¨:   `·.   @Jaalala_qulqulluu
1 1696Loading...
21
Share godhaa baadiyyaa fi bakka fagoo odeeffannoon hin geenye akka gahutti..jzk 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Barri Muslimootaa fi Kiristaanota itti adda baasuu hin dandeenye (identity theft) dhufeera. 🤔🤔🤔🤔🤔🤔 Dalagaa Miishinarootaa 👇👇👇👇👇👇😁😁😁 ❄️ Islaamummaan wajji dorgomanii dadhabnaan 👉"Hijaabnis Nu irraa fudhatame malee keenya ture,"😁😁" 👉Areedaa fi Maqaanis keenya ture" jedhanii dheeressuu fi fafakkeessuu jalqabanii jiru. 👉 Akeekkachhisa Muslimoota hundaaf 👉nama hin beekne kan areeda dheeressee ykn dubartii jalbaaba fi niqaaba godhattee waa'ee islaamaa isinitti haasayu/haasoftu hanga qorattanii maalummaa isaa/ishee bartanitti iccitii keessan itti hin haasayinaa ykn hin bulchinaa👇👇👇👇👇👇👇 ❄️ Wallaahi waan fedhanis tahan waan fedhanis godhan abadan islaamummaa hin moo'an. Rabbitu akkana jedha. ❤ Qura'aana suuraa al imraan 3:139 وَلَا تَهِنُوا۟ وَلَا تَحْزَنُوا۟ وَأَنتُمُ ٱلْأَعْلَوْنَ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ "Yoo mu’uminoota taataniif isintu irra aanaa hin laafinaa; hin gaddinaas." ❤ Qur'aana suuraa saff 61:9 هُوَ ٱلَّذِىٓ أَرْسَلَ رَسُولَهُۥ بِٱلْهُدَىٰ وَدِينِ ٱلْحَقِّ لِيُظْهِرَهُۥ عَلَى ٱلدِّينِ كُلِّهِۦ وَلَوْ كَرِهَ ٱلْمُشْرِكُونَ "Inni Isa odoo mushrikoonni jibbanuu, amantiiwwan biraa hunda irratti ol taasisuuf jecha ergamaa Isaa qajeelfamaafi amantii haqaatiin ergeedha" ❤ Qur'aana suuraa al imrabn 3:120 إِن تَمْسَسْكُمْ حَسَنَةٌۭ تَسُؤْهُمْ وَإِن تُصِبْكُمْ سَيِّئَةٌۭ يَفْرَحُوا۟ بِهَا ۖ وَإِن تَصْبِرُوا۟ وَتَتَّقُوا۟ لَا يَضُرُّكُمْ كَيْدُهُمْ شَيْـًٔا ۗ إِنَّ ٱللَّهَ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطٌۭ . "Yoo toltuun wahii isin tuqe, isaan gaddisiisa.Yoo hamtuun isin tuqe immoo isheetti gammadu.Yoo isin obsitanii (Rabbiin) sodaattaniif malli isaanii homaa isin hin miidhu.Dhugumatti Rabbiin waan isaan dalagan (beekumsa Isaatiin) marsaadha." Yes👉Waan fedhanis dalagan sharrii fedhanis shiran abadan isaanii hin milkaa'u, yoo akkana jennu ammoo nutis ni rafna jechuu miti haqa nama haqa barbaaduun gahuu fi tattaaffachuun dirqama taati.Insha Allah! ❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️❄️
1 6958Loading...
22
Media files
1 2580Loading...
23
Gariin namaa fakkeenya haxxishooti wayituma jireenya kee keessaa ba'an. ati alhamdulillah jechuun dirqama..! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
1 3448Loading...
24
"Sababoota lamaaf kitaaba dubbifna: tokkoffaa itti bohaaruuf, lammaffaa ammoo ittiin of tuuluuf." #𝐵𝑒𝑟𝑡𝑟𝑎𝑛𝑑_𝑅𝑢𝑠𝑠𝑒𝑙𝑙 'Sadaffaan ammoo irraa barachuuf' jedheellee itti hin daballe, falaasaa rukutamaan kun. Iccitii keenya bakkee baase!
1 7486Loading...
25
ከአይኖቻችን የወደቁ እይታችንን ግልፅ አርገውልናል ።
1 5700Loading...
26
Geggeessaan jiruu keenyaa Rabbi taanaan maleessaa Osoo akka namaatii Du'uun keenya kaleessaa ~ Ogummaaf dandeettiinkoo Nan oolchineem miliqsee Guddaatu na gargaaree Uumaa kootu na tiksee ~ Qajeelummaaf aaga koo Miti anaan kan na turse Galatoomi Gooftaakoo Sin waama hunda dursee! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
6 63836Loading...
27
Aadde! Jechaa walitti Aaddi Masaanuun. #Mammaaksa
1 3922Loading...
28
Yeroo hunda waan kolfuuf Hin mullatu Gaddi_koo Wal bareen jiraadha Dhokfadhee madaa koo Ogeessi silumaa Dhukkuba hin himatu Nagaadha inni jedha Kan Alaa daawwatu Nama kolfu irraa Gaddi hin mullatu. ✍ #Seyfalislaam JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
6 15333Loading...
29
Tan Kabajamuu Qabdu Haadha Malee Guyyaa Miti.
1 2902Loading...
30
🛖    ከቤቴ በር ላይ……… “ማስመሰልህን ውጭ አስቀምጠህ ግባ!” ብዬ ከፃፍኩኝ በኋላ; "ወደ ቤቴ የሚገባ አንድም ሰው ጠፋ" ይላል። https://t.me/hamdquante
1 3503Loading...
31
Robert Mugaabee ▬▬▬▬▬▬▬▬ ⩩ "Guyyaa mindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta; ⩩ Gaafa mindaan sun xiqqoo hir'atte immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta; ⩩ Yoo mindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta ⩩ Yeroo mindattiin dhumtu, immoo atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!"😁 JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
11 45542Loading...
32
Kan an akkana si jaalladhu Jaalladhee mitiim ☺️
1 2545Loading...
33
"No free launch" jetti Faranjiin! "Namichatu paarkii bineensotaa ijaaree gatii seensaa $300 goonaan namuu seenuu dide. Gatii kana fooyyessee $200 goonaanis homtuu dide. $10 goonaanis homtuu seenuufii dide. Dhumarra gatii seensaa tola goonaan namni martuu seene. Erga namni martuu seenuu mirkaneeffateen booda Leenca hidhaatti jiru hiikee gadi dhiisee gatii bahumsaa 500$ godhe . Martuu mormii malee kaffalaa baqatee yaa'e. Jireenya keessatti waanta rakasaafi tola ta'e jaalachuun gatii nama baasisa." Moral of the story: Waan tola jedhamee namaaf laatamu fudhachuun dura, waan duuba jiru ilaaluun shaggaadha! JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam ♡
11 32252Loading...
34
Media files
1 0970Loading...
35
አንድ ወጣት የወጣትነት ጊዜውን እንዲህ ያጫውተናል...    ወጣት በነበርኩበት ጊዜ ከቤት በጣም እርቅ ነበር አምሽቼ እገባለሁ ጧት እተኛለሁ ይህ የእለት እለት ተግባሬ ነበር የማመሸው ያለ ቁም ነገር ነበር  ።          ይህ ስራየ ደሞ ኡሚን በጣም ያናዳት ነበር ።  ቤት ስለማልበላ የጧት ውሎየን ተኝቼ ስለማሳልፍ ወደ ቤት ኡሚ ከተኛች ብኋላ ነበር የምመለሰው ።  ለሊት ድረስ መጠበቅ ሲከብዳት ፍሪጅ ላይ መልዕክት እያስቀመጠች መተኛት ጀመረች ። መልዕክቱም ምግብ የት እንዳለ ምን አይነት እንደሆነ ነበር ።  የሆነ ጊዜ ታዲያ የመልዕክቱ ይዘት ተቀየረ ትዕዛዝ ሆነ የቆሸሹ ልብሶችን ሰብስብ ..የቤተሰብ ፕሮግራሞችን ማስታወስ የመሳሰሉትን ሆነ..... በዚህ ሁኔታ ላይ እያለሁ ቀናቶች ሄዱ የሆነ ለሊት ላይ ወደ ቤት አምሽቼ ተመለስኩ ... የተለመደውን መልዕክት ፍሪጅ ላይ ተመለከትኩት ስንፍና ያዘኝና ሳላነበው ገብቼ ተኛሁ .... ጧት ላይ አባቴ አይኖቹ እንባ ሞልቷቸው ከእንቅልፌ ቀሰቀኝ ...    እናቴ ሙታ ነበር.... በጣም ደነገጥኩ አለቀስኩ የሰማሁት ነገር በጣም ተሰማኝ ማመን አልቻልኩም  አዘንኩ ። ራሴን አጠንክሬ እናቴን ቀበርናት ከሰዓት ላይ ወደ ቤት የተሰበረውን ልቤን ይዤ ወደ መኝታ ክፍሌ ገብቼ ልተኛ ስል የማታው የእናቴ ደብዳቤ ትዝ አለኝና ላነበው  ከፍሪጅ ላይ አንስቼ አመጣሁት ። መልዕክቱ ግን ሀዘን ውስጥ ይበልጥ አስገባኝ ከእስከዛሬው ለየት ያለ ነበር ። ምክሮች ወይም አቅጣጫ ማሳያ ትዕዛዝ አልነበሩም ... የኔ ውድ ልጅ በጣም ድካም እየተሰማኝ ነው ስትመጣ ቀስቅሰኝና ሀኪም ቤት ትወስደኛለህ ነበር የሚለው ራሴን መቆጣጠር አቃተኝ ስቅስቅ ብየ አለቀስኩ ግን ካለፈ ሆነ ነገሩ..... ትምህርቱም ለወላጆቻችሁ መልካም ነገርን ዋሉ በህይወት እያሉ ሲሞቱ ኸይር ይቆረጥባቹሀልና!
1 2341Loading...
36
Nama yeroof si barbaadu. Ati guutumatti irraanfadhu.!
1 2813Loading...
37
Narraa Fagaattee Si malee Jiraachuu waan na barsiifteef #Galatoomi!
1 2072Loading...
38
Maal taate jedhamtee hoggaa gaafatamtu, waan taate ibsachuuf yeroo sitti ulfaatu si qunnamee hin beekhuu? #Broken💔
1 3165Loading...
39
Wanti Bu'aa siif hin Daballe Ba'aa siif Dabala.
1 3816Loading...
Bareedaa Aalamaa Nabi Muhammad ♡صلوات ربي وسلامه عليه♡
Hammasini ko'rsatish...
26🥰 13🤗 2🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Yaadannoo_seenaa. Waggaa 571 dura. Guyyaa akka har'aa may,29 sulxaan Muhammad al-faatih magaalaa seena qabeettii magaalaa istaanbuul/koonistaant-nooppil to'ate. Seenaan barayyuu ni yaadata. @tulu_dawo @tulu_dawo @tulu_dawo 👆👆👆👆 tuquun #join gochuu hin dagatinaa.
Hammasini ko'rsatish...
18👍 2
Iccitiin Milkaa'ina keetii gocha Ati irra daddeebin guyyarraa gootu keessa Jira.
Hammasini ko'rsatish...
👍 7 2
ለወንድ ልጅ ከእስልምናው ቀጥሎ አሏህ ከሰጠው ፀጋ ትልቁ ነገር ሷሊህ ና አፍቃሪ ሚስት ናት....ጀሊሉ ይወፍቃችሁ .... 🤲
Hammasini ko'rsatish...
7
Photo unavailableShow in Telegram
ፊቶቻቸውን እንደ ልብሶቻቸው የሚቀያይሩ ሰዎችን ወዳጅ አድርገህ አትየዝ። እነሱ ሲፈልጉህ የሚያገኙህ ስትፈልጋቸው ግን የማታገኛቸው ናቸው።
Hammasini ko'rsatish...
*|[ Milkiin Waan hunda argachuu Miti. Milkiidha jechuun Rabbiinﷻ Waan siif kenneen si gammachiisee wanticha siif kenne Si jaalachiisuudha. 💛
Hammasini ko'rsatish...
👍 23 4👏 1
299 .mp31.03 MB
1
Photo unavailableShow in Telegram
صفحة┆٢٩٩ .
Hammasini ko'rsatish...
12
Abdallaah ibnu haaris (رضي الله عنه) akkana jedhe:"Nama tokko kan Rasuula Rabbii caalaa seeqqatu argee hin beeku". ﷺ
Hammasini ko'rsatish...
20🥰 2
መልካም የዒባዳ ለይል🥀 ሶሉ ዓላ ረሱሊላህ ✨✨
Hammasini ko'rsatish...
🥰 10