cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

๐”น๐•’๐•’๐•ฃ๐•–๐•Ÿ๐•ฅ๐•ฆ๐•ฆ ๐•ก๐• ๐•ค๐•ฅ

Oromoo

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
179
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Warra Bilxiginnaan Paarlaamaa seensisuuf qopheessite kan Godina Addaa Naannawa Finfinnee kunooti. 1. Shifarraaw Taliilaa Lakk. bilbila isaa +251944303313 2.Addisowaa Asaffaa Lakk. bilbila ishee +251911776506 3.Masarat Asaffaa Lakk. bilbila ishee +251911878660/+251930292529 4. Isheetuu Tamasgeen Lakk. bilbila isaa +251911208320 5.Fiqaaduu Tulluu Lakk. bilbila isaa +251922577220 6.Tsiggee Damboobaa Lakk. bilbila ishee +251923121661 t.me/FerhanAbdulselam
Hammasini ko'rsatish...

Shakkamaa tokko seeratti osoo hin dhiheessine 'tarkaanfii fudhachuuf kallatiin kaa'ameera' jechuun seerri hin jiru jechuudha. Dambii ittiin bulmaata Poolisii Oromiyaa Kwt 55(1) jalatti miseensi poolisii humnatti kan fayyadamuu dandaโ€™u mormiin ifa taโ€™e yoo isa qunnamee fi filannoo biraa yoo dhabe jedha. Akkasumas Kwt 55(2) jalatti tarkaanfiin madaalawaa fudhatamu kamiyyuu miidhaa cimaa gahuu malu karaa hirโ€™isuu dandaโ€™uun taโ€™uu qaba jedha. Fakkeenyaaf, Amaanuโ€™eel osoo addabaabaayiitti baasanii hin ajjeesan dura miliquuf yaalee miila keessa rukunnee qabne jedhan. Nama bifa saniin miila keessa rukutamee tooโ€™annoo jala oole ammoo ajjeesuun yakka. Inumaayyuu dambii ittiin bulmaata Poolisii Oromiyaa Kwt 55(3) jalatti miseensi poolisii meeshaa waraanaa fayyadame, nama miidhaan irratti qaqqabe sana hatattamaan akka yaala argatu gochuu qaba jedha. Kana jechuun silaa akka seerri jedhutti Amaanuโ€™eel mana yaalaa geeffamee yaalamuu qaba ture malee ajjeefamuu hin qabu ture. Yaalamee seeratti dhihaata. Maal โ€˜juntaaโ€™ waraana keessaa qabne jedhanii osoo hin ajjeefne seeratti dhiheessaa jiru mitii? Fkf, Sibhat Naggaa faa mana murtiitti dhiheessan mitii? Amaanuโ€™eel waan Oromoo taheef qofa seerri Sibhat Naggaaf hojiirra oole Amaanuโ€™eeliif dide. Kana Oromoon kamuu kan Bilxiginnaa keessa jirus of gaafachuu qaba! Namni tokko hanga fedhe yoo yakkamaa tahe seeratti dhihaata biyya seeraan bultu keessatti. Seeratti dhiheessun hin jiru taanaan heerri mootummaa gatame jechuudha. Sirni haqaas cufame jechuudha. Manni murtii hojiin ala tahe jechuudha. Hiika gabaabaan seera malee isin bulchaa jirra jedhee mootummaan naannoo Oromiyaa ifatti hime. Biyyi seera malee bultu ammoo wal fixiinsatti deemuu jechuudha. https://www.facebook.com/1662034707/posts/10223059687554904/?d=n
Hammasini ko'rsatish...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

Arsii Namoota Bilxiginnaan Paarlaamaaf qopheessite kan Godinoota Arsii kunooti. -1. Dr. Haajii Kadiir Abdullee Lakk.Bilbilaa +251912039285 -2. Jamaal Abbaasoo Eebbu Lakk.Bilbilaa +251930368054 -3. Umar Hussen Obbaa Lakk.Bilbilaa +251911220926 -4. Dr. Dhugumaa Addunyaa Dabalee Lakk.Bilbilaa +251917 800914 -5. Naโ€™imaa Usmaan Adam Lakk.Bilbilaa +251933700436 -6. Issaa Boruu tolaa Lakk.Bilbilaa +251944106 637 -7. Zaaraa Biiftuu Nabii Lakk.Bilbilaa +251922302429 -8. Martaa Lammaa Tusuu Lakk.Bilbilaa +251913901970 -9. Mabraat Baacaa Waaqjiraa Lakk.Bilbilaa +251913523921 -10. Sintaayyoo Cilaahun Abbabaa Lakk.Bilbilaa +251911862181 -11. Caaltuu Warjii tukkuu Lakk.Bilbilaa +251913221203 -12. Zeeynabaa Nuuraa Baatii Lakk.Bilbilaa +251910407995 -13. Mardiyaa Amaan Guyyee Lakk.Bilbilaa +251919284874 -14. Zaawudnesh Tuulluu Gaashee Lakk.Bilbilaa +251922373737 -15. Abbaabuu Damissee Kaamsoor Lakk.Bilbilaa +251921079184 -16. Dittaa Nuuraa Teerroo Lakk.Bilbilaa +251 912192062 -17. Dr. Alamuu Simee Fayyisaa Lakk.Bilbilaa +251911210884 -18. Dr. Iluubaabur Bunoo xeeqoo Lakk.Bilbilaa +251912190412 t.me/FerhanAbdulselam
Hammasini ko'rsatish...
Godina Shawaa Kaabaa Paarlaamaaf namoota Bilxiginnaan qopheessite kan godina Shawaa Kaabaa kunooti. 1.Salamoon Kuchii Roobii Lakk. Bilbila isaa +251911270480 2.Tsahaay Ayyaalew Zellelew Lakk. Bilbila isaa +251 912718154 3.Masarat Shifarraaw Taaddasaa Lakk. Bilbila ishee +251 934494009 4.Raahel Baatii Ayyaanaa Lakk. Bilbila ishee +251 913052490 5.Birhaanuu Fayisaa Xilaa Lakk. Bilbila isaa +251 930077590 6.Miliyoon Baqqalaa Damisee Lakk. Bilbila isaa +251 911335622 7.Girmaa Ashannaafii Ayyalaa Lakk. Bilbila isaa +251 911523817 8.Dr. Birhaanuu Magarsaa Leenjisoo Lakk. Bilbila isaa +251 911290225 t.me/FerhanAbdulselam
Hammasini ko'rsatish...
Godina Jimmaa Paarlaamaaf namoota Bilxiginnaan qopheessite kan godina Jimmaa kunooti. 1) Dr Nuurazamaan Jibriil Nagawoo...Lakk.Bil +251917808264 2) Musliimaa Rashiid Abbaa-giddii...Lakk.Bil +251917829851 3) Miihiraaj Zaakiyuu Jamaal...Lakk.Bil +251913810454 4) Joonii Ahmad Abbaa-milkii...Lakk.Bilb +251969984455 5) Naziif Zinaab Abbaa-luullessaa ..Lakk.Bilb +251913412943 6) Sulxaan Ibraahim Abbaa-gissaa...Lakk.Bilb +251912660427 7) Dr Amiinaa Abdurahmaan Abbaa-goojjaam....Lakk.Bilb +251917806585 8) Kaasaahun Joobir Guddataa...Lakk.Bilb +251911004163 9) Kaalid Abbaa-maccaa Haajii...Lakk.Bilb +251910050190 10) Feeyid Sharaab Shariif....Lakk.Bilb +251911843756 11) Faayimaa She/Jamaal Abbaa-maccaa...Lakk.Bilb +251922311576 12) Fu'aad Abbaa-fiixaa Abbaa-bulguu....Lakk.Bilb +251917821661 13) Ayiishaa Sh/shifaa Sh/Abdurahmaan...Lakk.Bilb +251986456975 14) Laxiifaa Abbaa-tamaam Abbaa-gissaa...Lakk.Bilb +251917821802 15) Caaltuu Muhaammad Abdurahmaan...Lakk.Bilb +251996373827 16) Dr Abdussamad Huseen Abdoo.....Lakk.Bilb +251917232690 t.me/FerhanAbdulselam
Hammasini ko'rsatish...
Bilxiginnaan harka micciiran malee kabaja hin beektu. Bakkuma kaleessa hawaasa Muslimaatti dhukaafte sagantaa Ifxaraa dhoorgite boru ofiif baasii baaftee achumatti sagantaan Ifxaraa geggeeffamuuf deema. Muddamteeti malee kabaja Amantii Islaamaa fi hordoftoota Amantichaatiif qabaniif jecha akka hin taane hubachuunis barbaachisaadha. Tahullee kuni injifannoo guddaadha! t.me/FerhanAbdulselam
Hammasini ko'rsatish...

Baale Warra Bilxiginnaan Paarlaamaa seensisuuf qopheessite kan BAALEE kunooti. 1. Gannat katama Baqqalaa Lakk Bilbilaa: +251912127397 2. Saadiyyaa Usmaan Sheekaa Lakk Bilbilaa: +251 920901281 3. Sheek Kaamil Aliy Qaasim Lakk Bilbilaa: +251 911550665 4. Dr. Mahammad H/Abdo Tukkoo Lakk Bilbilaa: +251 911236866 5. Ibraahim Umar Aliy Lakk Bilbilaa: +251 917559109 t.me/FerhanAbdulselam
Hammasini ko'rsatish...

Shawaa Bahaa Warra Bilxiginnaan Paarlaamaa seensisuuf qopheessite guutuu Oromiyaa jala jalaa isiniif maxxansaa jira. Maqaa hanga Akaakayyuutti bilbila isaanii waliin. 1 Addis Alamaayyoo Qumbii Lakk bilbilaa: 0931275787 2 Loomii Badhoo Qumbii Lakk bilbilaa: 0911902656 3 Shuumii Ayyaanoo Guutoo Lakk bilbilaa: 0913317093 4 Caalaa Lammii Argannee Lakk bilbilaa: 0916680710 5 Almaaz Wadaajoo Adiimoo Lakk bilbilaa: 0913196142 6 Kumalee Gaaddisaa Obsee Lakk bilbilaa: 0915968307 7 Kadiir Gannaa Abduqaadir Lakk bilbilaa: 0911380111 8 Dr. Usheexoo Hubichoo Dabaloo Lakk bilbilaa: 0913070458 t.me/FerhanAbdulselam
Hammasini ko'rsatish...
Kaleessa Bilxiginnaan dirree Addabaabayii Masqalaatti na filadhaa jechaa ooltee harโ€™a hawaasa Muslimaa dhukaasa itti banuun akka hin faxarre dhoorguun amantii Islaamaafi hordoftoota amantichaatiif kabajaa akka hin qabne Bilxiginnaan harโ€™a ifatti labsite. Baayโ€™ee nama qaanfachiise haalli Bilxiginnaan itti jirtu! t.me/FerhanAbdulselam
Hammasini ko'rsatish...