cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

ODAA ELECTRONICS No2

Adress Finfinne Bole Medanialem OROMIA TOWER 1st floor no s_08 above car 🚗 parking #Branch 1 Nekemte Twon 1st round in Busuzesh Market #Laptop_phone_desktop_printer_projector_Guitar_yamah call 0917716557//09176691 👉https://t.me/OdaaElectronics

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 507
Obunachilar
-224 soatlar
-117 kunlar
-1630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Repost from Odaa Electronics
Photo unavailableShow in Telegram
Ragaadhaaf Ani Yeroon free ta'u Qofan yaaliif tuttuqaa ture ! Yeroo darbe Baafachuu dandeessu jennaan gara Wallet kootti dabarse... isinis Seenaa Start Godhaa Waan kaffaltan Hin qabdan... YEROO MALEE 🙃🙃https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_430316844 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Odaa Electronics
Hanga Tiktok irratti Ija Dhukkubsannu Telegram irratti Dolaara Xiqqaa Hojjechuu Wayya! 👇👇👇👇👇 https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_430316844 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Odaa Electronics
00:23
Video unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Macbook Pro m2 2022 Size 13inch Condition 99% New Storage 256GB Ram 8GB Battery 13 Cycle count Price 122,000 ETB 0911 430 007
Hammasini ko'rsatish...
00:16
Video unavailableShow in Telegram
Hammasini ko'rsatish...

Gadhiifameera! Congara baayyoo!
Hammasini ko'rsatish...
Hammasini ko'rsatish...
NA EEBBIFTEETTA | Bayisa Dame| Kan Yesuus Jaalalli Adda |Yadesa Shiri| Eebbifameera|Solomon Adugna

NA EEBBISTEETTA | Bayisa Dame| Kan Yesuus Jaalalli Adda | Yadesa Shiri| Eebbifameera| Solomon Adugn| LIVE WORSHIP 2024/2016 ............................................................... in Afaan oromoo #Bayisa Dame ............................................................... Na eebbifteeta ahaa na eebbifteetta Na jaallattetta ahaa na jaalatteetta Na eebbifteeta ahaa na eebbifteetta Na fo'atteetta ahaa na fayyifteetta Waan waaaqarranii na eebbifteeta Waan lafarranis na eebbifteeta ....x2 Otoon sin waaqessiin darbuu ( hin danda'u ani )x2 Otoon sin ulfeessiin darbuu ( hin danda'u ani )x2 Otoon sin faarfatiin darbuu ( hin danda'u ani )x2 Otoon sin dubbatiin darbuu ( hin danda'u ani )x2 hin danda'u ani×3 #in English you have blessed me aha you have blessed me You loved me, aha, you loved me You have blessed me aha you have blessed me You have chosen me aha you have saved me you have blessed me in heavenly blessing You have blessed me with things on earth ....x2 I can't pass without worshiping you ( I can't )x2 I can't pass without glorifying you ( I can't )x2 I can't pass without praising you ( I can't )x2 I can't pass without talking to you ( I can't )x2 can't I×3 Ol gara mirgaa kee hee fuute na teessiftee Jaalala guddaadhaan hii atoo na jaallattee (×2) Iddoo ulfinaan guutuun, iddoo surraan guutu goote argama koo Formulaa mata keen ,Herrega mataan keen Baay'iftee eebbaa koo #In English up to your right hand, you took me and seated me With great love, you loved me (×2) You have made my presence a place full of glory, a place full of honor of majesty By Your own formula ,by Your own math You have multiplied my blessings ............................................................... singer Yadesa Shiri ............................................................... Na jaallate dhugumaan gad of debise sonaan Ofii yakkatti of lakka'eee bilisa baase anan Jireenyaa kooti dhugaa koo karaan ittiin ol galuu Yesus kootiin milka'eera an waa biraa hin abbaluu Jaalala jechuun akkana Isa wajiin qabanaa Jaala akkasa eessa jira Nagaan akkasa eessa jira...x2 Kan Yesus jaalalli addaa haahaa Kan Yesus jalalli adda haaha Kan Yesus jaalalli addaa haahaa Kan Yesus jalalli aaaadda haaha Beekaa gad jedhe malee abbaa isaatiin walqicxee Yesus tola garramii keessi miti haxxee Ulfinaa guddaa sana abbaasan kan qixxeessu inno homattu hin lakkoofne Akka waan Wantokkoottu hin gallee of taasise Of jajuun irraa hin argam Dhkkubaa kenya eele muddaama kenya bate Waaqayyoo wa Simboof midhagummaa isaa inni guddaa tufatame ............................................................... Singer Solomon Adugna .......................................................... Salphinni nan beekuu Lakki yeelloon nan arguu Si wajjiin moo'eeraa Mirga abbaa taa'eeraa Ebbifameeraa ....2 #Isa ta'ef sin galateffadha Isa hin taanefis sin galateffadha Jiraachuu koo sin galateeffadha Waan hundumaaf sin galateeffadha @EGEREEMEDIA @WAKJIRATUBE @solomonadugnaofficial487 @yadesashiriofficial1379 @solomonalemuofficial @PastorDawitMolalegn @Biqilaa-Kabbadee @efadesisa @jcpchurchet @MARSILTVWORLDWIDE @araratvworldwide @moaatv479 @JosephPrince @cjtv8174 @RobifStudio @ifafayinatvofficial1906 @ebstvWorldwide @prophethenokgirmajpstvworl8083 @PRESENCETVCHANNEL @ #oromogospelsong #worship