cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Bariisaa1 Jira👁️‍🗨️🤳

👌Oromo fi Oromiyaa irraati maaltuu sitti toola? 👉Aadaa fi Seena, hoggabaruu, Asoosama fi Walaloo, Bacoo yoo jettaan.Kunoo dhufeen walii wajjin jiraa 👉Aartiidhaan Oromummakoo ibsadhaa. https://www.facebook.com/Qal'aawaarra

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTil belgilanmaganToif belgilanmagan
Reklama postlari
226
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
Ma'lumot yo'q7 kunlar
Ma'lumot yo'q30 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Qophaayaa, boru duula twitter Facebook ABO/WBO ugguruu balaallefatu taasifna.
Hammasini ko'rsatish...
“Intalli xiqqoon miseensa RIB booji’amte tun dhalattuu godina Booranaa aanaa Dubluq magaalaa Dubluq ganda 01 jiraachaa turte. Maqaan isii Xummee Liiban jedhamti.umriin isii Ganna 14. maatiin isii harka qaleeyyii waan ta'aniif mana nama dhuunfaa qacaramtee Buna Jabanaa danfistee gurgurtee mindaa diqqoo argattuun maatisii gargaarti ture. Boodarra kaadireen Bilxiginnaa sossobuun yoo Makkalakayaa deemte Mindaa gaariitu siif kafalama maatii kee birrii ergiteefi gargaarta jechuun sobanii gara waraanatti akka deemtu taasisan. Kunoo amma humnoota Tigraayiin booji'amtee jirti.” Fuula facebook Gemeda J Mohammed irraa yeroo hedduu isa kana maxxansaa jirra garuu jechoonni namni kuni barreessu waan addaati Add gochuuun hordofaa hamilee itti horaa🙏👇👇👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100070169735512
Hammasini ko'rsatish...
Amaloota Jaalala Dhugaa 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 ◈ Kan akka jaalalaa jaalatamuu fi faarfamuu waan jiru hin fakkaatu. Hundi jaalachuu fi jaalatamuu fedha. Bineensotaa fi allaattiis dabalatee. Jaalalli gammachuu qaba. Jaalalli, seeraan hin qabamu taanan, gadda, kufaatii fi cabiinsa hamilee hamatti nama geessuus danda’a. Gammachuu guddatti kan nama geessu jaalala dhugaati. Miidhaa fi hubaatii irraas kan nama tiksu isuma jaalala dhugaati. Humni jaalalaa danuu ta’uu isaati kan kun hundi argisiisu. Amaloota jaalala dhugaati wabiin isaa onnee ta'eedha. ➊ Jechoota kana sadan “Sin jaalladha”, “Galatoomi”, “Dhiifama” bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu. ➋ Yoo balleessaa walirratti argan, hiriyyaa biraa, facebook fi namoota birootti haasa’uu dhiisaanii kallattumaan walitti haasa’uu. ➌ Jireenya dhuunfaa qabaachuu jaalaleewwan lameenii. Jireenya waliinii akkuma qaban, jireenya dhuunfaa isaaniifis kabajaaf bakka qabaachuu qabu. Jireenyi isaanii keessatti 100% wal amanuu. @garritube ➍ Jaalalli dhugaan gocha. Jaalalli dhugaan waan gochaan agarsiistu malee waan afaaniin odeessituu akka hin taane quba qabaadhu. ➎ Amanamummaa, iftoomina, wal hubachuu fi waliin haasa’uun dirqama. Icciitiin dhoksaa hedduun jiraachuu hin qabu. ➏ Jaalalli dhugaa nama hin hubu. Jireenya keessatti walitti aaruun, mufannaa fi wal hubachuu dadhabuun jira. Bakka jaalalli dhugaa jirus kuni inuma jira. Bakka jaalalli dhugaa jirutti rakkooleen ykn hir’inni kunniin waan irra deddeebi’aa mul’atanii miti, garuu jaalalli dhugaa ilaalcha gaarii waliif qabaachuun madaalama. ➐ Lafa jaalalli dhugaa jirutti maqaa wal ballessuu fi wal yakkuun hin jiru. Yoo haasoftu jechoota ‘akka natti fakkaatutti’ ykn ‘akka amantaa kootti’ ykn ‘akka yaada kootti’ jedhanitti dhimma bayuu yaali. Waan dhibbaan dhibbatti hin beekne namatti hin fe’in. Jechaa fi shakkiidhaan wal hadheessuun ganda jaalalli dhugaa jiruttii hin heeddumatan. @garritube ➑ Jaalalleewwan lamaan maatii fi hiriyyoota walii waliif kabajuu fi jaalachuu qabu. Garaa garummaa walii hubatanii, waliif kabajanii, waliif danda’anii jiraatu. ➒ Jaalalli dhugaan kaayyoo fi kaka’umsaan guutamuu qaba; akka nama dhuunfaattis ta’ee akka walootti. Lameen wal jaalatan yaadaa fi karoora isaanii bakkaan ga'uu irratti wal deeggaruu fi waan waahilli isaa jireenya keessatti fedhu gargar baasee hubachuun deggarsa kan bira dhaabatuudha. ❿ Jaalalli danda'aadha, gaarummaas ni argisiisa; jaalalli hin hinaafu, of hin jaju, of hin bokoksu wanta oftuulummaa jedhamu of keessaa hin qabu. ✽̶»̶̥💥✿»💥̶̥✽̶
Hammasini ko'rsatish...
Nutoo guyyaan geenyaan Qax!..jenneema duunaa maaliif wol sakaaluuf... Gaaraa goda buunaa....? ~ Hireen qooda rabbiiti Akkasittan amana Maafan si gufachiisa Sin sakaalu namana! ~ Bullukkoo kee qulqulluu Hin dibu cilee jibbaa Sakaalee sin kuffisu Dhiitee ciqileef jilba! ~ Har'a tolfachuuf jecha Dagannaan guyyaa borii Gaafan awwaalcha bu'e Qabadheen deemaa horii? ~ Qabeenyaan hunda caalee Addunyaa qabus kokkee Akkuma qullaa dhufe Hundumtuu qullaa sokke! ~ Kanaafuu!...... Adeemsa gatantaree Yaabbadhee booqaaf burree Kaabbaa sittin uffisu Baasee wandaboo surree ~ Harargeettis dhaladhu Feetu walloo kombolchaa Gaddikee gadda kooti Cabnikee na okkolcha ~ Elaamee akka taanu Na dhageessuu yaa sabaa Hireen qooda rabbiiti Isatu ofirkaa qaba! ~ Akka qullaa dhalanne Borus qullaa sokkinaa Addunyaan gabaabduudha Deemsa wol hin dhorkinaa!🙏🏼
Hammasini ko'rsatish...
SIINTOOLINAA Anii erga sii argee Waan ta'ee walalee Maqaa moggo koos Sintoolinaa jedhee Maqaa siii mogaasee Nama hundaa irraa Sii addaa sii baasee Jalaala keef jedhee Kunoo boji'aamee Sabbontuu intaala Midhagini kee adda Galgala gadii ciifnaan Abjudhaan sii argaa Barituu gadii hin ta'uu Sii argaaf burjaja Galgalaafi warrii anii Wanumaa kee yadaa Mee mala naaf Dhayii mioftu Akka shayii Onneen too Garuu teetii Siin jaladhaa Hamma dhumaattii Oduu siif hiraa Mee gurraa Naaf keennii Jalaalan jirana Hamma umrii tootii
Hammasini ko'rsatish...
📚Beekumsa qaban irratti hundaa'ee namoota gosa 4 tu jira. 👉 Isaaniis: 1. Nama hin beekne , akka hin beekne, kan hin beekne. ➪ Wallaalaa Wallaalummaa isaa hin beeknedha. 2. Nama hin beekne, akka hin beekne, kan beeku. ➪ Wallaalaa Wallaalummaa isaa beekudha. 3. Nama beeku, akka beeku kan hin beekne. ➪ Beekaa beekumsa isaa hin beeknedha. 4. Nama beeku, akka beeku kan beeku. ➪ Beekaa beekumsa isaa beekudha. ⚠︎ Ati isaan kana keessaa isa kam Keessaa Jirtaa? https://t.me/Bariisaa1 👁️‍🗨️ ✍️-bikilahamza 🙏
Hammasini ko'rsatish...
Bariisaa1 Jira👁️‍🗨️🤳

👌Oromo fi Oromiyaa irraati maaltuu sitti toola? 👉Aadaa fi Seena, hoggabaruu, Asoosama fi Walaloo, Bacoo yoo jettaan.Kunoo dhufeen walii wajjin jiraa 👉Aartiidhaan Oromummakoo ibsadhaa.

https://www.facebook.com/Qal'aawaarra

12 QUOTES ABOUT HUMANITY ▯▭▬▭🍃🌸🌺🍃▭▬▭▯ 1. “You must not lose faith in humanity. Humanity is an ocean; if a few drops of the ocean are dirty, the ocean does not become dirty.” – Mahatma Gandhi 2. “To deny people their human rights is to challenge their very humanity.” – Nelson Mandela 3. “Love and compassion are necessities, not luxuries. Without them, humanity cannot survive.” – Dalai Lama 4. “An individual has not started living until he can rise above the narrow confines of his individualistic concerns to the broader concerns of all humanity.” – Martin Luther King, Jr. 5. “What is tolerance? It is the consequence of humanity. We are all formed of frailty and error; let us pardon reciprocally each other’s folly – that is the first law of nature.” – Voltaire 6. “World belongs to humanity, not this leader, that leader or that king or prince or religious leader. World belongs to humanity.” – Dalai Lama 7. “When freedom does not have a purpose, when it does not wish to know anything about the rule of law engraved in the hearts of men and women, when it does not listen to the voice of conscience, it turns against humanity and society.” – Pope John Paul II 8. “One way or another, we all have to find what best fosters the flowering of our humanity in this contemporary life, and dedicate ourselves to that.” – Joseph Campbell 9. “The sole meaning of life is to serve humanity.” – Leo Tolstoy 10. “During bad circumstances, which is the human inheritance, you must decide not to be reduced. You have your humanity, and you must not allow anything to reduce that. We are obliged to know we are global citizens. Disasters remind us we are world citizens, whether we like it or not.” – Maya Angelou 11. “The purpose of human life is to serve, and to show compassion and the will to help others.” – Albert Schweitzer 12. “The greatness of humanity is not in being human, but in being humane.” – Mahatma Gandhi ⊰━⊱⊰━⊱ ▬▭🍃🌸🌺🍃▭▬ @Bariisaa1👁️‍🗨️ @Moohichaafjira20💪 @Qoutes_Proverbs
Hammasini ko'rsatish...
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته mee maqaa rabbi guddaa 99 kana oso share,hin goone Bira hin Tarin @abditube ☪️☪️☪️☪️☪️☪️☪️ 1 Al-Rahmaan☪️ 2 ,Al-Rahiim☪️ 3 ,Al-Malik☪️ 4 ,Al-Quduus☪️ 5 《,Al-Salam☪️ 6, Al-mumin☪️ 7, Al-Muheymin☪️ 8, Al-Aziiz☪️ 9 ,Al-Jabaar☪️ 10, Al-mutakabir☪️ 11, Al-khaliq☪️ 12 ,Al-Baari'u☪️ 13, Al-musawir☪️ 14 《,Al-Ghafar☪️ 15, Al-Qahar☪️ 16, 《Al-Wahaab☪️ 17, Al-Razaq☪️ 18, Al-Fatah☪️ 19, Al-Aalim☪️ 20, Al-Qaabidu☪️ 21 ,Al-Baasixu☪️ 22, 《Al-Khafidu☪️ 23- Al-Raaf'u☪️ 24, Al-mu'izu☪️ 25, 《Al-Muzillu☪️ 26, 《Al-Sami'u☪️ 27, Al-Basir☪️ 28, Al-Hakiimu☪️ 29. Al-Aadil☪️ 30- Al-Laxiif☪️ 31- Al-Khabiir☪️ 32, Al-Haliim☪️ 33, Al-Aziim☪️ 34, Al-Ghafuru☪️ 35 ,Al-Shakur☪️ 36, Al-Aliyy☪️ 37, 《Al-Kabiir☪️ 38, Al-Hafiizul☪️ 39, Al-Muqiit☪️ 40, Al-Hasib☪️ 41, 《Al-Jaliil☪️ 42, Al-Karim☪️ 43, Al-Raqiib☪️ 44, Al-mujiib☪️ 45, Al-waasi☪️ 46, Al-Hakiim☪️ 47 ,Al-Waduud☪️ 48, Al-Mujiib☪️ 49, Al-Baa'3s☪️ 50, A-lshahid☪️ 51, Al-Haq☪️ 52 ,Al-Wakiil☪️ 53, Al-Qawiy☪️ 54, Al-Matiin☪️ 55, Al-Waliyu☪️ 56, Al-Hamiid☪️ 57, Al-Muhsi☪️ 58, Al-Mubd'u☪️ 59, Al-mu'iid☪️ 60 , Al-,muhyiil☪️ 61, Al-mumit☪️ 62, Al-Hayyul☪️ 63, Al-Qayuum☪️ 64, Al-Wajidul☪️ 65, Al-Maadi☪️ 66, Al-Wahiid☪️ 67, Al-Ahad☪️ 68 ,Al-somad☪️ 69, 《Al-Qaadir☪️ 70, Al-Muqtadir☪️ 71, Al-Muqadimu☪️ 72, 《Al-Muakhir☪️ 73, 《Al-Awal☪️ 74, Al-Aakhir☪️ 75, 《Al-Zaahir☪️ 76, Al-Baaxin☪️ 77, Al-Waalil☪️ 78, Al-muta'alii☪️ 79, Al-barul☪️ 80, Al-Tawaa☪️ 81, Al-muntaqim☪️ 82, Al-Afouw☪️ 83, 《Al-Ra'uf☪️ 84, Al-Malikul mulki☪️ 85, Zul Jalal walIkarm☪️ 86, Al-muqsiix☪️ 87, Al-Jamal☪️ 88, Al-Ghaniy☪️ 89, Al-mughni☪️ 90, Al-Maani☪️ 91, Al-Darul☪️ 92, 《Al-Naafi☪️ 93, 《Al-Nuur☪️ 94, 《Al-Haadi☪️ 95, Al-Badi☪️ 96, Al-Baaqi☪️ 97, 《Al-waaris☪️ 98, Al-Raashid☪️ 99, Al-sabur☪️ Sher sher sher godhii meeeeeee hadaraa hin dagatinii Yoo xiqqaate Nama 3'f ergi ┄┄┉┉✽̶»̶̥☪️✿»☪️✽̶┉┉┄┄ ☪️JOIN @alyasirtube ☪️JOIN @alyasirtube ┄┄┉┉✽̶»̶̥☪️✿»☪️✽̶┉┉┄┄
Hammasini ko'rsatish...
💫Abdulmenan jebal💫

🌿👇🌼👇💞 Chaanala kana irratti wantoota armaan gadii kana argattu 👇 👇💞👇 "SEENAA" HADIISA✍️ GORSA🌿 HAALA YEROO NASHIIDAA argattu Kanaafuu 👉 join godhaa irraa fayyadamaa

---------------◆◆◆-------------- ⛓️𝐆𝐚𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚 🔗 ⊰━━━━━━⊱⊰━━━━━━⊱ Siif du'aan jira siif gaggabee Siif kufaan jira siif caccabee Jaalalli kee yeroo male na qaqqabee.! _____ Siin yaadadheetan Ofiinimmoo balfa Gaafiimmo si yadeen Taa'ee ofitti kolfa ______ Kolfakee yaadadheen uumamuukee inaafa Yaadakeen mo'ameen Lafan yaades hafa ________ Utuun si eeggadhuu Qabatta bajaajii Ati dhibee guddaadha Budaa amajaajii ✍️ waloo Wada G.tiin Join & share 👇👇👇👇👇👇 @Furtuu @bariisaa1
Hammasini ko'rsatish...
Lubbuukoo👈 ___ Qilleensa qulqulluu Oksijinii sirrii Uummanni nuuf kenne Nun gaafanne birrii Irra nu deemsisee Dachee balloo kana Kiraayyuu haa ta'u Nuuf kenneera mana Hongeen waxalamnee Lolaanis haramnee Kan nu oolche baduu Rooba nagaa roobsee nuuf baaseera aduu Guyyaan alanfattu Abjuudhaan sukkuumaa Erbee ciccittuudhaan Hin madaaliin uumaa Sakam koomiif fiigdee Yaada meeqa labda Yoo Kophee dhabdeyyuu Miila deemu qabda Utuu fayyaa qabduu Eenyummaakee bartee Akkamittiin uumaa Komatta jarjartee Siif hin galle malee Akkaataaf akkisaa Galatakee jechuun Maal maaf si rakkisaa Mee takkaa yaadimee Miidhamtoota qaamaa Warra ifti guyyaa Itti ta'e dhaamaa Warra utuu qabuu Fayyaa dhabee deeguu Warra abdii dhabee Harka namaa eeguu Sireerraa ol jechuuf Warra iyyee aaduu Kan Mana Fincaaniif Gargaarsa barbaadu Warra deemu hawwu Miila deemu dhabee Warra qabuu hawwuu Harkaaf dugdi cabee Kan daandiirra ciisee Ija namaa laalu Kan sirreerraa bu'uun Isaaf nagaa caalu Kan afaan du'aarraa Fudhateeru qabdii Nama meeqat jiraam Kan fixeeru abdii Maaf na uumtee jettee Hin ta'iin cubbuu koo Uumaakee galataan Jajjadhu lubbuu koo! 👍join and share @Moohichaafjira20💪
Hammasini ko'rsatish...