uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Kanalga Telegram’da o‘tish

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
771
Obunachilar
+524 soatlar
+557 kun
+13230 kun
Postlar arxiv
Barattoota akkaataa gara Marsariitichaatti seenuun isin dhibe hundaaf 🌐 Marsariiticha (Website) Akaadaamichaa Seenuuf Ibsa sadarkaa sadarkaadhaan ☝️ Sadarkaa 1: Chrome ykn browser (internet banuu) kamiyyuu bani. ☝️ Sadarkaa 2: Bakka barbaachaatti (search) "orm.africaacademy.com" jechuun barreessii barbaadi. ☝️ Sadarkaa 3: Gara jalaatti gadi bu'ii "Amma Barnoota Jalqabi" kan jedhu cuqaasi. ☝️ Sadarkaa 4: "Google'n Itti Fufi" ykn "Telegram'n Itti Fufi" (kan yeroo galmee filatte keessaa tokko) cuqaasi. ☝️ Sadarkaa 5: Odeeffannoo akka guuttu yoo si gaafate guuti. Yoo hin gaafatamne, "Enter this course " kan jedhu suuraa ulamaa'ii jalatti argamu cuqaasi. ☝️ Sadarkaa 6: Ergasi gara jalaatti gadi bu'ii barnoota keessaa "Qormaata Torbee 1ffaa" jedhu cuqaasuun qormaata kee fudhadhu. ☝️ Sadarkaa 7: Qormaata erga xumurtee booda "Submit Finish" jedhu cuqaasi. Yeroo qormaataa gaarii isiniif hawwina!! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Barattoota keenya kabajamoo, Qormaanni torbee jalqabaa Leenjii Hojii Qalbii amma marsariitii (website) Akaadaamii irratti ban
Barattoota keenya kabajamoo, Qormaanni torbee jalqabaa  Leenjii Hojii Qalbii amma marsariitii (website) Akaadaamii irratti banamee jira. 🗓️ Qormaanni kun hanga boru Dilbata (Alhada) galgala sa'aatii 1:00tti banaa ta'ee tura. Kanaafuu, herreega (akkaawuntii) itti galmooftan fayyadamuun marsariiticha seentanii qormaata keessan akka fudhattan isin beeksifna. Akaadaamii Afrikaa

5. Namni Rabbiifi Ergamaa Isaa waan hunda caalaa jaallatu maal argata?
Anonymous voting

4. Erga Rabbiin nama kufrii irraa baraaree booda maal jibbuun dirqama?
Anonymous voting

3. Jaalalli aadaa keessaa isa kamtu sirriidha?
Anonymous voting

2. Jaalalli Rabbiin wajjiin waan biraa Jaalachuu maalitti nama geessa?
Anonymous voting

1. Hadiisa keessatti wantoonni meeqa mi'aa iimaanaa argamsiisu jedhaman?
Anonymous voting

🎙 Dr. Abdallaah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-6.pdf3.80 KB

📚 Kutaa Jahaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/uycncTPwY7o ⚠️ Beeksisa Barbaachisaa fi Ariifachiisaa Barattoota Hundaaf ⚠️ 🚫 Hubachiisa: Yoo herreega (akkaawuunti) dhunfaa keessan marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin uumne, akka barataa marsaa kanaaf galmaa'eetti hin fudhatamtan. Kanaaf carraa kana hin dabarsinaa; har'auma galmaa'aa! 🔗 [Liinkii Platformii/Marsariitii] https://orm.africaacademy.com/my/courses.php 📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa: 👉@AfricaacademyOromo

🔊 𝘿𝙃𝘼𝘼𝙈𝙎𝘼 𝙊𝘽𝘽𝙊𝙇𝙐𝙈M𝘼𝘼 Kabajamtoota obboleewwan koo guyyaan jumu'aa kun isinirra dhufee osoo Rasuulaﷺ irratti salawaata buusuu hin heddummeeffanne kan isa keessatti sa'atii qeebaltii san eeggattanii haajaa teessan hunda dhugumaan qalbiirraa Rabbiiﷻ keessanitti hin himanne akka isin hin dabarre. guyyaa jumu'aa keessan booji'achuu keessatti tattaafadha. Du'aa'ii teessan gaarii saniiniis haadhaa fii abbaa, obboleewwan,hiriyyoota,sheekkan keessan,ilmaan ,waahila jiruu keessanii fii muslimtoota hunda yaadadhaa.

3. Yeroon tawbaa hanga yoomitti jiraata?
Anonymous voting

2. Tawakkula (Rabbirratti irkachuu) jechuun
Anonymous voting

1. Sabrii yookiin Obsa jechuun
Anonymous voting

📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA! 🎙 Keessummaa Kabajamaa: Sheekh Alii Muhammad (Jimmaa) 🗓 Jimaata booru: 10/11/2018 🕒
📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA! 🎙 Keessummaa Kabajamaa: Sheekh Alii Muhammad (Jimmaa) 🗓 Jimaata booru: 10/11/2018 🕒 Sa'aatii 3:00 P.M. (Halkan) ✨
Sagantaa kana irratti ergaa baga nagaan dhuftanii fi dhaamsa gabaabaa Sheeka keenya irraa isiniif dhihaata.
📲 Chaanaala Teelegiraama keenya irratti kallattiin (LIVE) ni tamsa'a. 🤝 Maatii, hiriyyoota fi obboleeyyan keessan affeeraa irratti hirmaadhaa!! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa.

🎉🎊 Ammuma dorgommii Akaadaamii Afrikaa kan barattootaa fi hordoftoota isheetiif qophaa'e irratti hirmaadhu; badhaasa gatii guddaa qabu moo'adhu! 🕋 Badhaasa 1ffaa: Umraa. 💵 Badhaasa 2ffaa: Qarshii Itoophiyaa 50,000 Birrii. 💵 Badhaasa 3ffaa: Qarshii Itoophiyaa 30,000 Birrii. 🎥 Ibsi guutuun viidiyoo keessatti dhiyaateera! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

5. Kannneen keessaa tokko hiika dhugaa keessaa miti?
Anonymous voting