uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Kanalga Telegram’da o‘tish

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
769
Obunachilar
+824 soatlar
+567 kun
+12730 kun
Postlar arxiv
photo content

🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Hadiisaa xumurtan! 🎓📚 Barnoonni Had
🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Hadiisaa xumurtan! 🎓📚 Barnoonni Hadiisaa guyyoota kudha afuriif (14) kennamaa ture har'a kutaa 14ffaa irratti xumuramee jira. Barnoota Hadiisaa kana keessatti barattoonni yeroo fi xiyyeeffannoo keessan kennitanii hanga guyyaa xumuraatti obsaan barnoota hordofaa turtan hundi  baga gammaddan isiniin janna. 🤲 Rabbiin ol ta’e waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna. 🔖 Qormaata xumuraa barnoota Hadiisaa 🗓 Guyyaa Kamisaa, 13/08/2026 (7/12/2018) kan kennamu ta'a. ⚠️ Qormaata dura: 📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!! 📖 Barattoonni haarawa galmooftanis haga dandeessaniin waan isin darbee qo'achaa qormaataaf qophaa'aa!! 📌 Odeeffannoo qormaataa waliin wal qabatu dhihootti isiniif maxxansina. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. @SiinqiiAakhiraa

Kabajamtoota barattoota keenya firii qormaata keessanii ilallachuudhaf linkii qormaataa irraan gara website Akaadaamii Afrikaa seenaa. Achi keessatti Profile keessan (mallattoo suuraa namaa) cuqaasaa. Sana booda gara Bu'u'aalee (Results) jedhutti seenaa. Itti aansuun Grade bakka jedhu jalatti qabxii keessan argattu achii booda Diplomaa Shari'aa kan jedhu tuquun firii qormaata keessanii ilaaluu ni dandeessu. @SiinqiiAakhiraa

📣 YAADACHIIS CIMAA 📣 🔖 Qormaanni Barnoota Hadiisaa Torbee lammaffaa har'a sa'atii 1:00 irratti cufamee jira. Rabbiin isin irraa haa qeebalu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Qormaata_torbee_lammaffaa

Odeessan hadiisa kanaa eenyu 👇👇 يَا رَسُولَ اللَّهِ، دُلَّنِي عَلَى عَمَلٍ إِذَا أَنَا عَمِلْتُهُ أَحَبَّنِيَ اللَّهُ وَأَح
Odeessan hadiisa kanaa eenyu 👇👇 يَا رَسُولَ اللَّهِ، دُلَّنِي عَلَى عَمَلٍ إِذَا أَنَا عَمِلْتُهُ أَحَبَّنِيَ اللَّهُ وَأَحَبَّنِيَ النَّاسُ؟ فَقَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: «ازْهَدْ فِي الدُّنْيَا يُحِبَّكَ اللَّهُ، وَازْهَدْ فِيمَا فِي أَيْدِي النَّاسِ يُحِبَّكَ النَّاسُ» @SiinqiiAakhiraa

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Hadiisaa kutaa 13ffaa fi 14ffa Xumura Barnoota Hadiisaa simistera 1ffaa hojjadhaa. 👇 https://quizzory.in/id/6a782587527a5bfb778294e1

[@download_it_bot mp3] Hadiisa 14.mp310.00 MB

Kutaa Kudha afuraffaa (14)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.20 MB

📚 Kutaa Kudha Afraffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/g0rsgUZQee8?si=Ee_95X7q4JRR-Ht-

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

Hasan bin Aliyyi (RA) Ergamaa Rabbii (SAW) biratti sadarkaa maalii qaba? Deebii Comment jalatti barreessaa 👇 @SiinqiiAakhira
Hasan bin Aliyyi (RA) Ergamaa Rabbii (SAW) biratti sadarkaa maalii qaba? Deebii Comment jalatti barreessaa 👇 @SiinqiiAakhiraa

Itti fayyadamaa badhaafamaa…!! Namni zikrii kana guyyaatti yeroo dhibba jedhe badhaasa Shan rabbiin biraa argata. 👇 “ لَا إِ
Itti fayyadamaa badhaafamaa…!! Namni zikrii kana guyyaatti yeroo dhibba jedhe badhaasa Shan rabbiin biraa argata. 👇 “ لَا إِلَٰهَ إِلَّا اللَّهُ وَحْدَهُ لَا شَرِيكَ لَهُ، لَهُ الْمُلْكُ وَلَهُ الْحَمْدُ، وَهُوَ عَلَى كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ "Rabbiin malee haqaan gabbaramaan biraa hin jiru, tokkicha, hiriyyaa hin qabu; mootumni kan Isaati, Galannis kan Isaati, kan ajjeesee kaasu isa qofa; Innis waan hunda irratti gahumsa qaba/ danda’aadha. " Badhaasa👇 1) isaaf garboota kudhan bilisa baasuu wajjin wal qixa ta’a, . 2) Toltuu dhibba tokkos isaaf galmaa’a, . 3) Hamtuun/badiin dhibba tokko immoo isarraa ni haqama, . 4) guyyaa sana hamma galgalaattis Sheexana irraa eegumsa isaaf ta'a, . 5) Guyyaa Qiyaamaas namni hojii isaa caalaa gaarii ta'e hojjatee dhufu hin jiru—nama isaa ol dubbise malee. Itti fayyadamaa badhaafamaa…!! @SiinqiiAakhiraa

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

[@download_it_bot mp3] Hadiisa 13 (1).mp310.21 MB

Kutaa Kudha sadaffaa(13)-Hadith Sim 1ffaa.pdf1.41 MB

📚 Kutaa Kudha Sadaffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamal Tilmoo 🔗 https://youtu.be/mKTUPjJqq1c?si=sIt-ri5CKkIACOgP ⚠️ Beeksisa Barbaachisaa fi Ariifachiisaa Barattoota Marsariitii irratti hin galmaa'iin Hundaaf ⚠️ 🚫 Hubachiisa: Barattoonni amma dura website irratti hin galmaa'in hundi yoo herreega (akkaawuunti) dhunfaa keessan marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin uumne, akka barataa marsaa kanaaf galmaa'eetti hin fudhatamtan. Kanaaf barattoonni marsariitii irratti hin galmaa'in carraa kana hin dabarsinaa; har'auma galmaa'aa! 🔗 [Liinkii Platformii/Marsariitii] https://orm.africaacademy.com/my/courses.php 📲 Viidiyoo akkaataa itti salphaatti Marsariiticha (Website) irratti herreega (akkaawuntii) keessan itti uumtan ilaaluuf as tuqaa 👇🏽 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa/96

Gaafii hirmaachisaa👇 1. Haati manaa Nabiyyii (S.A.W) kan 'Ummul Masaakiin' (Haadha hiyyeeyyii) jedhamuun beekamtu eenyu? A. A'ishah bint Abu Bakri B. Sawdah bint Zam'ah C. Zaynab bint Khuzaymah D. Hafsah bint Umar Deebii Comment jala kaayaa 👇 @SiinqiiAakhiraa

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=65 📋 Qajeelfama Qormaata 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=65 📋 Qajeelfama Qormaata 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee lammaffaa gosa barnoota Hadiisaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 02/09/2026 ykn 3/12/2018 galgala sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🔖 Qormaata torbee lammaffaa kana keessaatti gaafii 10tu argama. Gaafiin tokko qabxii 1 qaba. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Gaafiilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif deebii qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni cufamu qofa ifooma. Erga qormaanni cufame booda ilaalu dandeessu. 🔗 Yeroo qormaata hojjachaa jirtan rakkoon yoo isin mudate, garee deeggarsa teeknika keenyaa karaa Telegiraamii kannaan qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. @SiinqiiAakhiraa

«Gaafa ilillii fii daraaraan qalbii keetii dhaame; Kitaaba Rabbii keetiitiin dheebuu baasii deebisii magarsi. Zikrii isaatii
«Gaafa ilillii fii daraaraan qalbii keetii dhaame; Kitaaba Rabbii keetiitiin dheebuu baasii deebisii magarsi. Zikrii isaatii fii kitaaba isaa qara'uun,isa keessa gad lallaaluu caalaa wanti qalbii dhaamtee ibsuu fii fayyisu inuma hin jiru.»ღ💜 @SiinqiiAakhiraa