uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Kanalga Telegram’da o‘tish

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
754
Obunachilar
+1024 soatlar
+587 kun
+11030 kun
Postlar arxiv
📚 Kitaaba Aqiidaa 14ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Afuraffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtu.be/jIhyvvXRgKY?si=CxEPAw5h4WeXnQfj

❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 13ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Maqoonni Rabbii hundi maal jedhamu?
Anonymous voting

Jechi warra bid'aa: "Rabbiin Dhagahaadha garuu Dhageettii hin qabu" jedhu maaliif Ilhaada ta'e?
Anonymous voting

Barattoonni qormaata torbee lammaffaa hin qoramin liinkii asii gadii kanaan seenuun qoramaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=140

Qormaata Aqiidaa Torbee Lammaffaa Qoramtanii jirtuu?
Anonymous voting

Irreechi shirkiidha. Ayyaana Irreechaa irratti argamuun nama Muslimaatiif hin hayyamamu. Irreechi shirkii fi jallina garaagar
Irreechi shirkiidha. Ayyaana Irreechaa irratti argamuun nama Muslimaatiif hin hayyamamu. Irreechi shirkii fi jallina garaagaraa, akkasumas munkara hedduu of keessaa qaba.

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 13ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ac07e3019b34f0e5b39c384

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 13ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ac07e3019b34f0e5b39c384

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 13ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ac07e3019b34f0e5b39c384

[@download_it_bot mp3] Aqiida 13ffaa.mp311.45 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 13ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Sadaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=1pFG7NJpe5w&si=E6_zmiX-OKZJyMAW

🎉 Mujaahid Badhaasa Umraa Injifate! AkKaadaamiin Afriikaa Challenge TikTok addaa qopheesseen, dorgomtoota keessaa warreen sa
+6
🎉 Mujaahid Badhaasa Umraa Injifate! AkKaadaamiin Afriikaa Challenge TikTok addaa qopheesseen, dorgomtoota keessaa warreen sadarkaa 1-3 argatan sagantaa Har'a Gamoo Bilaalul Habashii irratti qophaa'een beekamaniiru. 🥇 Sadarkaa 1ffaa: Mujaahid — @mujahidfillah2 🕋 Badhaasa: Imala Umraa addaa kan Bijadeyiin Tour & Travel qophaa'e. 🥈 Sadarkaa 2ffaa: Seid Kemal — @seid_kemal_official 💰 30,000 Birr 🥉 Sadarkaa 3ffaa: Amir Ibrahim — @amir_ib8 💰 50,000 Birr 🏆 Badhaasni injifattootaaf Ulamaa'ii babbeekamoo fi hoggantoota Akaadaamii Afrikaatiin kennameera. Mujaahidi fi injifattoota hundaaf baga gammaddan! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

Linkii Qormaataa!! 👉https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=140 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaa
Linkii Qormaataa!! 👉https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=140 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni Torbee Lammaffaa gosa Koorsii Aqiidaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 04/10/2026 ykn 24/01/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata Torbee Lammaffaa kana keessaatti gaafa 10 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa qabama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. ✍#Siinqii Aakhiraa #"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 12ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Jahmiyyaan eenyu?
Anonymous voting

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoorm
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoormii) irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa dilbataa (04/10/2026 ykn 24/01/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📎 https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa