uz
Feedback
Beki Bekam Academy

Beki Bekam Academy

Kanalga Telegram’da o‘tish

☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). https://youtube.com/@bekibekamacademy?si=I8tkRVTtHBMcZNm9 DM: @Barnaftariku

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
738
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+17 kun
+7730 kun
Postlar arxiv
join godhaa eegallee jirra.

Daqiiqaa 10 booddee live session in qabaanna. qophaahaa

Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera. Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaf
Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera. Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17, 2018 A.L.I. tti akka kennamu beeksiseera. Gama biraatiin, qormaatni biyyoolessaa sagantaa Rimiidiyaalaa Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 A.L.I. (guyyaan Caamsaa 19 Iid Al-Adhaadha) kan kennamu yoo ta'u, qormaatni ba’umsaa barnoota digrii jalqabaa (Exit Exam) immoo Waxabajjii 2 hanga Waxabajjii 12, 2018 A.L.I. tti ni gaggeeffama. Dabalataan, qormaatni seensaa barnoota digrii lammaffaa fi isaa ol (NGAT) Adoolessa 29 hanga Adoolessa 30, 2018 A.L.I. tti akka gaggeeffamu ibsameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 🌐 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 🌐 🌐 www.facebook.com/AbdiiSabaaFb 🌐 🌐 https://youtube.com/@abdiisabaamedia 🌐 🌐 https://www.tiktok.com/@abdiisabaamedia 🌐

Repost from Entrance Tricks
📓Fana Aptitude test .pdf Password 👉 fanajem01 💾 239. 2KB © ENTRANCE TRICKS. JOIN US 👇🏿👇🏿 https://t.me/entrance_tricks https://t.me/entrance_tricks

file kana fayyadamaa aptitude dhaaf.

Gaaffii gaafadhaa live jirra. https://t.me/BekiBekam_academy

⚠️Har'a galgala 2:30 tti live session ni qabaanna. haalota irra jirtan irratti akkamitti akka sin deeggarru barbaaddu ? gaaffii qabdan hunda qopheeffadhaa koottaa, galatoomaa. 👉 join https://t.me/BekiBekam_academy https://t.me/BekiBekam_academy_chat

Academy overall orentation ✅ Barattoota bara darbe qabxii olaanaa galmeessanii university biyya keenyaaf jalqabaa ta'e SIT keessatti barataniin kan gaggeeffamudha. ☑️milkaa'inni keessan milkaa'ina keenyadha. 🔥System Barnoota Biyya keenyaa ni jijjiirra(Founder: Barnaf Tariku). 👉 join https://t.me/BekiBekam_academy https://t.me/BekiBekam_academy_chat share it https://t.me/BekiBekam_academy https://t.me/BekiBekam_academy_chat

Akkam jirtu? akkuma kana dura sin beeksisaa turre amma group barattoonni kutaa 12 qofti keessatti hirmaatan banne sin gargaaruuf haalli jiru qophaaheera, barattoonni form guutanii turtan groupichatti sin daballee jirra, barattoonni guuttanii immoo telegram keessan sirritti hin galchine sin argachuu waan hin dandeenyeef ykn irra deebi'aa guutaa ykn group irra galuun keessaan naaf ergaa. Barattoonni hin guutne immoo carraan kun akka sin hin dabarre dafaa guutaati gara group sanaa seenaa siniin jechuun barbaada. Imalli tokko jedhee jalqabee jira.

Akkam jirtu 🙏miseensi Beki Bekam Academy, Yaalii yeroo dheeraa booddee gara sin gargaaruutti deebi'uu keenya sin beeksisu barbaadna. Akkuma kana dura siniif barreesse ture aptitude section keessatti haalli mana barumsaa keenyaa haala baratamaa irraa adda waan ta'eef xiqqoo manage gochuu irratti nama rakkisa garuu kaayyoo sin gargaaruuf qabnu moo yoomiyyuu adda kutuu hin barbaannu, kanaaf haalli jiru mijataa ta'uu baatus, obboloota keenyaaf immoo waanta gochuu qabnu hunda gochuuf deebinee jirra. 👂Kanaaf maalirra akka jirtaniifi akkamitti akka sin gargaarru irratti barattoota qabxii olaanaa bara darbe fidanii sin gargaaruuf jedhan waliin marii ni qabaanna kanaaf gaaffii qopheeffadhaa yeroo keessan mijeeffadhaa, hiriyyoota keessan afeeraa, may be carraan kun carraa 🤗sin jireenya keessatti argatan keessaa kan baay'ee itti gammaddan akka ta'u shakkii hin qabu. Yeroon hafe namoota itti fayyadamaniif kan daandii jireenya isaanii kara barbaadaniin itti fufsiisan 🥇, warra qisaasessaniif immoo gaabbii 😔 itti uumu waan ta'eef filannoon kan keessani. https://t.me/BekiBekam_academy https://t.me/BekiBekam_academy_chat

💥💥HAPPY EASTER 💥💥 ✨YESUUS DU'AA KA'EERA✨ 📯📯📯📯📯📯📯📯📯📯📯 🛎BAGA AYYAANA DU'AA KA'UU GOOFTAA KEENYA YESUUS KRISTOOS
💥💥HAPPY EASTER 💥💥 ✨YESUUS DU'AA KA'EERA✨ 📯📯📯📯📯📯📯📯📯📯📯 🛎BAGA AYYAANA DU'AA KA'UU GOOFTAA KEENYA YESUUS KRISTOOS KAN BARAA 2026 NAGAAN GEESSAN!🙏 "Yesus irra-daddarbaa keenyaaf du'atti dabarfamee kenname; qajeelummaa akka argannuufis du'aa kaafame." Rom.4:25 🎯Irra daddarbaa keenyaaf du'ee; qajeelummaa akka argannuuf immoo #YESUUS du'aa ka'eera! ULFINNI KAN GOOFTAA KEENYAATI! AYYAANA GAARII🌟☀️🙏 @BekiBekam_academy @BekiBekam_academy_chat

Foormii kana ammallee warri hin guutne guutaa. 👉group kanas join gochuun gaaffii qabdan gaaffachuu ijoollee faanas waliin haasa'uu ni dandeessu. https://t.me/BekiBekamacademychat 🎁🎁🎁 Nuti yeroo keenya isiniif kenninee sin bira dhaabbachuuf of-qopheessineerra, carraa kana itti fayyadamaa. 🖐 share waliif godhaa

Qabiyyeewwan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 ifoome! Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa barattoonni, ma
Qabiyyeewwan Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 ifoome! Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa barattoonni, maatiin barattootaa, barsiisonni fi hooggantoonni barnootaa qormaataaf yeroo qophii taasisanitti iddoowwan qormaanni itti ba'u ibseera. Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 kanneen armaan gadii hammata; 1. Gosoota barnootaa waliin wal qabatee; Barattoota Saayinsii Uumamaatiif • Afaan Ingiliffaa • Herreega • Aptiituudii • Keemisitirii • Fiiziksii fi • Baayooloojii Barattoota Saayinsii Hawaasaatiif ✓ Afaan Ingiliffaa ✓ Herreega ✓ Aptiituudii ✓ Seenaa ✓ Jiyoogiraafii fi ✓ Ikkonoomiksii 2. Qormaanni kun kutaa 9ffaa hanga 12ffaa tti kan jiran sadarkaa fi kitaaba barataa irra kan jiran boqonnaa hunda hammata. https://t.me/BekiBekamacademy

https://t.me/BekiBekamacademychat 🔥Group kana join gochuu hin dagatiinaa as irratti communicate goona waan ta'eef.

join godhaa eegaluuf jedha.

here is the link to join

Share waliif godhaa

Live stream har'a galgala ni qabaanna, waanta gaaffachuu barbaaddan hunda qopheeffadhaa. Saatii 2:30 irratti google meet Liinkin siniif ergama. https://t.me/BekiBekamacademy