Diinaa'ol Kumaa
Kanalga Telegram’da o‘tish
Rakkina kee rakkisaa keetti hin himiin.
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
1 384
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
+37 kun
-1730 kun
Postlar arxiv
1 384
Repost from Dereje Tariku Law Office
WALIIGALTEE LIQII FI MIRKANEESSA RAGAAWWAN DABARSA MAALLAQAA ZAMANA ELEKTROONIKII (DIJITAALAWAA)
Barreffamni gabaabaan mata dureen isaa armaan olitti ibsame kun Obbo Miliyon Tarrafaatiin (leenjisaa Ilqso duraaniifi Gaggeessaa Dhaddacha Dhaabbii Damee Kibba Lixaa MMWO) barreeffamee, addatti Chaanaalii kanaaf kan ergamedha. Dubbisaa!!
Desalegn B.
1 384
#Daballii_miindaan wal qabatee qaxarrii, jijjiirraa fi Guddina sadarkaa hojjattoota mootummaa irratti dhoorkii PSMQN kenne.
1 384
"Oromia.xlsx
Barattoota Kutaa 8ffaa irraa gara kutaa 9ffaa dabartanii Manneen Barnootaa Bultii Addaa dorgomtanii galuf galmooftan, akkasumas callallii xumuraa dabartan."
1 384
Repost from Olika M law Office
A handbook on the criminal code of Ethiopia by Dr. Dejene Girma Janka. It has exit exam questions and Answers on criminal law.
1 384
22_2015_QajeelfamaNaamusaa_Hojjattoota_Mootummaa_Naannoo_Oromiyaq2015.pdf24.53 MB
1 384
Humni Ibsaa Itoophiyaa Miidhaa Sarara Elektiriikaa Ofiif Hin Diriirsineen Uumameef (Sarara Elektiriikaa Hayyama malee Mana Keessa Diriirfamuuf) Itti Gaafatamummaa Ni Qabaataa? ===°°°°=====°°°°°°======°°°°°°°======= Dhaddachi Ijibbaataa MMWF, hiikkoo seeraa dirqisiisaa dhaddacha gaafa 24/09/2012 ooleen Lakk.Ga.175142(Jildii 24) ta'e irratti kenne keessatti: Iyyataan sarara ofiif diriirseef itti gaafatamummaa fudhata malee sarara elektiriikaa namoonni dhuunfaa mana isaanii keessatti diriirsaniifi abbummaa irratti hin qabneef akkaataa tumaalee (SHH kwt 2066-2086) dhimma balleessaa malee itti gaafatamummaa hordofsiisuutiin itti hin gaafatamu. SHH kwt 2069(1) jalatti ifatti akka tumametti itti gaafatamummaan kan dhufu nama sarara elektiriikichaa diriirse irrattidha. Kunis sirni balleessaa malee itti gaafatamummaa uumu kan hordofu abbaa qabeenyaa humna elektiriikaa osoo hin taane abbaa qabeenyaa sarara elektiriikichaa ta'uudha. Abbaan qabeenyaa humna elektiriikaa itti gaafatamummaa kan qabaatu of eeggannoo taasisuu qabu yoo hin taasisneefi badii yoo raawwate qofadha. Miidhaa sarara elektiriikaa lakkooftuu humna ibsaatiin booda mana keessa diriirfameen gahuufis kan itti gaafatamu maamiladha. Waamamaan maamila humna ibsaas miti; sarara elektiriikaas kan galfatan hayyama iyyataatiin (Humna Ibsaa Itoophiyaa) miti. Miidhaa hayyama iyyataatiin ala waamamaafi aadde Akezaan ofumaaf sarara elektiriikaa diriirsuun uumaniif iyyataan itti gaafatamummaa hin qabu jedheera.
1 384
Hojii_Irra_Oolmaa_Labsii_To’annoo_Qulqullinaa_fi_Daldala_Bunaa_Federaalaa.pdf3.37 KB
1 384
Repost from Elias Kasa Legal Service.
🙏🙏🙏Update🙏🙏
🙏Qajeelfamni Murteessa Adabbii haaraa lakk. 3 /2017 Afaan Oromootti Hiikkameera.
👉Qajeelfama Murteessa Adabbii yYakkaa Mootummaa Feedeeraalawaa Dimookraatawaa Rippaabliika
iItoophiyaa lLakk.3/2017 Fooyyaa’e .
🙏Kan Afaan Oromootti HIiKKEE:-
Heenook Yashiixiilaa Bayyanaa (LLB)
(Mana Murtii Ol’aanaa Godina Harargee Bahaatti Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa)
Boundless respect for Henok Yeshitila🙏
kunoo👉👉👉👉👉https://t.me/eluLaw
1 384
Repost from Elias Kasa Legal Service.
kunooti.👇👇👇👇
Murtii Koree Bulchiinsa MMWO dhimma hojii irra Oolmaa Uffannaa Hojii Abbootii Seeraa fi Muudamtoota Manneen Murtii Oromiyaa.(Bara 2016)
👉👉👉https://t.me/eluLaw👈👈👈
1 384
Repost from Muhammedteyib Nure:Judge
Qajeelfama Raawwii Uffata,Meeshaa Hojii fi Mijaa'ina Iddoo Hojii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Fooyyeessuuf Bahe Lakk.19/2014
1 384
Repost from Elias Kasa Legal Service.
Qajeelfama_Uffata_Seeraa_HOjjatoota_Mootummaa_Nannoo_Oromiyaa.pdf14.13 MB
