uk
Feedback
MILKOOMEEDAA

MILKOOMEEDAA

Відкрити в Telegram

Показати більше
Країна не вказанаОсвіта102 095
273
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
+130 днів
Архів дописів
Every person has things he or she gives priority to.

Diroonii
+2
Diroonii

Diroonii (drone or unmanned Arial vehicle, UAV) Dirooniin gosa eerkiraaftii ta'ee, kan fageenyarratti to'atamu yookiin jalqaba program ta'ee kan ofiisaan of to'atu ta'uu danda'a. Akka eerkiraaftii warra kaanii cockpit isaa keessaa pilot hin qabu. Kana jechuun seensariifi GPS fayyadamuun to'atama jechuudha. Kaayyoon kalaqamuu diroonii yeroo duraa waraanaaf (basaasaaf) ta'us; boodarra hojiiwwan akka qonnaa keessatti: midhaan facaasuu, qoricha farra ilbiisaa biifuu, callaa sassabuu akkasumas hojiiwwan suuraa kaasuu, suur-sagalee waraabuu, waraanaafi k.k.f. hojjechuuf yeroo amma dhimma itti bahamaa jira. Akkuma beekamu pilot namaa waan hin qabneef. Iddoo dhalli namaa gahuu hin dandeenye qaqqabuun jireenyi dhala namaa balaarra akka hin buuneef sirriitti fayyada. Diroonii akkaataa isaan qilleensa keessa turaniin ( how they stay in air) irratti hundaa'uun iddoo adda addaatti qooduu dandeenya. Isaanis: A) singil rootar heelikoopter (single rotor helicopter): rootarii guddaa tokko liiftii ittiin maddisiisuufi rootarii dhaabbii (vertical rotor) eegee isaa irraa kan qabu yoo ta'u, kunis stability diroonii sanaa eeguuf gargaara. Gosti diroonii kanaa oomishuuf walxaxaa kan ta'eefi yoo qaamni isaa miidhame hojiiitti deebisuuf gosa diroonii warra kaanirra rakkisaadha. Dirooniin keenya ba'aa (payload) baay'ee akka nuu baatu yoo barbaanne gosa diroonii kana fayyadamna. B) maltii-rotar diroon: gosoonni diroonii kanaa rootarii lamaa ol kan qaban yoo ta'u; rootariin kunniin liiftii (lift) maddisiisuuf gargaaru. Baay'achuun rootarii isaanii immoo aerodynamic equilibrium diroonii sanaa eeguuf gargaara. Gosoota diroonii kanaa keessaa quadcoptor (diroonii rootarii 4) fi hexacoptor(diroonii rootarii 6) isaan beekamoodha. Dirooniin keenya qilleensa keessa iddoo tokko akka turu (hover) yoo barbaanne gosa diroonii kanaa fayyadamna. Amalli iddoo tokko turuu danda'uu kunis Helicopter wajjin wal isa fakkeessa. C) fiiksid wiingi diroon (fixed Wing drone): diroonii baalleen isaanii hin naannofne yoo ta'an; seera Bernooliis (aariitii fi dhiibaan piroopporshinaalummaa alkallattii qabu) seera jedhuun hojjeta. Kanaafuu bocni baallee gosa diroonii kanaa baallee eerpileenii (airfoil shape) waliin kan walfakkaatuufi akkuma warra maltii rootarii, baalleen diroonii kanneenii liiftii maddisiisuuf gargaara. Dirooniin keenya fageenya dheeraa akka deemuufi daataa lafa bal'aa akka nuuf funaanu yoo barbaanne, gosa diroonii kanaa fayyadamna Dirooniin hojii nuti hojjechiifachuu barbaanne irratti hundaa'uun qaamolee gara garaa qaba. Qaamolee diroonii beekamoon: eerfireemii (aiframe), mootarii, pirooppelarii, ispiid kontiroolerii (speed controller), filaayit kontiroolerii(flight controller), Maagnetoomeetirii, kaameeraa, gosoota senserii garaa garaa fi k.k.f qaba. © Lense Wondimu

Yooyyaa akkam jirtu Nagaan waaqayyoo isiniif haata'u! Akkan bade nan beeka kana booda anniisaa haaraan walitti deebineerra. Obsaan na eegaa!

Dhalli namaa nama akka isaa ijaaruus balleessuus hin danda'a. Sanyiiwwan addunyaa kana irra jiran keessaa sanyii isaa fayyaduus ta'e balleessuuf filannoo kan qabu dhala namaati. Namni kamuu yeroo dhalatu gaarummaa waliin dhalata. Kanaafi hawaasa keessatti daa'imman laphee qulqulluu qabu, waaqatti dhiyoodha kan jedhamuuf. Namni akkuma guddataa adeemuun haalota gara garaatiin gaarummaa qabu sana dhabuu ykn hammi inni qabu hir'achuu danda'a. Garuu sammuu yaadu waan qabuuf nama akkasaa ijaaruufis ta'e balleessuuf filannoo guutuu qaba. Lafa kanarratti namatti jireenyi akka ulfaatu kan godhu dhala namaati. Bineensonni kaan dhala namaa gaddisiisuu hin danda'ani. Namni nama akka isaa akkanni gammadus ta'e akkanni gaddu gochuu danda'a. Dhuma irratti dhaamsi ani siniif dhaamu yoo jiraate, nama naannoo keessan jiru kamuu yoo dandeessan gargaaraa, bira dhaabadhaa yoo dadhabdan sababa keessaniin akka nama sanatti jireenyi ulfaatu hin godhinaa. Namni hunduu waan itti dhiphatu kan namatti himus ta'e kan himuu hin dandeenye qabaachuu mala. Kanaaf ofittummaa keessaa bahanii nama cina ofii jiruuf dhaabbachuu danda'uun namummaa ganama uumaan namaaf kennedha. Waaqayyo laphee daa'imaa isa qulqulluu sana nuuf haa kennu!

Happy birthday to me!😍 As I celebrate this special day, I reflect on the journey that has brought me here. This past year has been filled with countless experiences that have shaped me into who I am today. I am proud of the challenges I have faced and conquered, highlighting my resilience and determination. Each lesson learned has added depth to my character and I'm grateful for every moment, both the highs and the lows. Today, I not only embrace my age but also the wisdom that comes with it. I cherish the relationships I’ve built along the way, knowing that I am surrounded by wonderful people who uplift and inspire me. Together, we have created memories that I will hold dear for years to come. As I look to the future, I am filled with excitement and hope. This year is a blank slate, brimming with potential for new adventures. I commit to exploring uncharted territories, stepping out of my comfort zone, and seeking opportunities for growth and self-discovery. On this special day, I remind myself to embrace each moment with open arms and a heart full of gratitude. Here's to celebrating my journey, the friendships that enrich my life, and the dreams yet to be realized. Cheers to a fantastic year ahead, full of laughter, joy, and boundless possibilities!

Lift 2024 720p NF WEB DL x264 950MB Pahe in

The Imitation Game 2014 720p BluRay x264 750MB Pahe in

Plane 2023 720p UHD BluRay x264 6CH Pahe in

A brain wave transmitter A brain wave transmitter is a device, often part of a Brain-Computer Interface (BCI) or EEG system,
A brain wave transmitter A brain wave transmitter is a device, often part of a Brain-Computer Interface (BCI) or EEG system, that detects, amplifies, and sends your brain's natural electrical signals (brainwaves) wirelessly to a computer or other device for analysis or control, allowing you to operate technology or understand mental states without physical input. These devices use sensors on the scalp to pick up tiny voltage changes from neuron activity, then process and transmit them via Bluetooth or Wi-Fi to decode intentions, like moving a cursor or controlling a toy.

Why are jet engines so powerful? It all comes down to one thing - Newton’s Third Law: for every action, there’s an equal and
Why are jet engines so powerful? It all comes down to one thing - Newton’s Third Law: for every action, there’s an equal and opposite reaction. Jet engines compress incoming air, mix it with fuel, ignite it, and force the hot gases out the back at incredible speeds. The result? A massive forward push called thrust. The result is a strong forward push called thrust. Modern turbofan engines move hundreds of kilograms of air per second. They produce tens of kilonewtons of thrust. That power lifts an airliner weighing hundreds of tonnes and pushes it close to the speed of sound. From airliners to fighter jets, this mastery of controlled explosions and precision engineering is what makes jet engines some of the most powerful machines.

Out of the box Words hold immense power; they can uplift and encourage or tear down and devastate. Every time we communicate, we have the opportunity to impact someone's life positively or negatively. A kind word can inspire hope and resilience, while a harsh comment can leave lasting scars. Therefore, it's essential to choose our words thoughtfully, recognizing that we may not fully understand the struggles others face. If we find ourselves unable to offer support or kindness, it's better to remain silent than to risk inflicting harm. By fostering a culture of compassion and understanding, we can contribute to a more positive and supportive environment for everyone.

Out of the box In a world where the pressure to conform often feels overwhelming, I’ve come to realize the importance of authenticity😍

I love people who talk to me about the universe, expand my mind, share your dreams, and show me new perspectives. Teach me something I've never known. Take me on a mental journey, where thoughts wander freely and curiosity knows no bounds.

#Blue_origin Blue Origin is an American aerospace company founded by Jeff Bezos that develops rockets and spacecraft to make space more accessible. It is known for its reusable New Shepard rocket, which provides suborbital space tourism flights, and is developing the heavy-lift New Glenn rocket and the Blue Moon lunar lander for missions to the moon. The company's long-term vision is to enable millions of people to live and work in space.

#Bernoulli's_principle_and_lift_generation Lift is the upward force that counters gravity, and Bernoulli's principle explains how it is generated in part by pressure differences around an airfoil. Bernoulli's principle states that as the speed of a fluid increases, its pressure decreases. When a wing's curved shape forces air to move faster over the top than the bottom, the pressure above is lower than the pressure below, creating an upward force (lift).

Aerospace engineering is not just about building aircraft and spacecraft; it's about pushing the boundaries of what is possible and transforming dreams into reality. Imagine standing on the threshold of exploration, where every challenge you face is an opportunity to innovate and inspire. As future engineers, you hold the power to design the vehicles that will traverse the skies and explore the cosmos, connecting people and ideas across vast distances. Embrace the complexity of aerodynamics, propulsion, and materials science, for these are the tools that will shape the future of travel and exploration. Remember, each solution you create could pave the way for humanity's next giant leap, whether it be sustainable aviation or interstellar travel. Your journey begins now—dare to dream, and let your passion for aerospace engineering propel you to new heights!

✨ የከዋክብት ምልከታ ምሽት ✨ የኢትዮጵያ የስፔስ ሳይንስ ሶሳይቲ (ኢ.ስ.ሳ.ሶ) የዓመቱን የመጀመሪያውን ወርሃዊ የከዋክብት ምልከታ መረሃግብር ይዞላችሁ ቀርቧል! 🔭 በዚህ ልዩ ምሽት በባለሙያዎች
+1
✨ የከዋክብት ምልከታ ምሽት ✨ የኢትዮጵያ የስፔስ ሳይንስ ሶሳይቲ (ኢ.ስ.ሳ.ሶ) የዓመቱን የመጀመሪያውን ወርሃዊ የከዋክብት ምልከታ መረሃግብር ይዞላችሁ ቀርቧል! 🔭 በዚህ ልዩ ምሽት በባለሙያዎች እየታገዙ ቴሌስኮፖቻችን አማካኝነት ሦስት አስደናቂ የሰማይ አካላትን ይመለከታሉ፦ ☀️ የፀሐይ ምልከታ (ፀሐይ ከመጥለቋ በፊት፣ በልዩ የፀሐይ መመልከቻ ቴሌስኮፕ እና የፀሐይ መነጽር) 🌘 የጨረቃ ምልከታ 🪐 የማኅፈድ (ሳተርን) ምልከታ (የምሽቱ ዋነኛ ትኩረት - ዝነኛ ቀለበቶቿን በገዛ ዓይንዎ ይመልከቱ!) ✨ ጠቃሚ መረጃዎች: 📅 ቀን: ቅዳሜ፣ ጥቅምት 15 ቀን 2018 ዓ.ም. ⏰ ሰዓት: ከምሽቱ 11:30 እስከ 1:30 📍ቦታ: ወዳጅነት ፓርክ፣ አዲስ አበባ 🎟 መርሃግብሩ ሙሉ በሙሉ ነጻ ነው! (ማሳሰቢያ: ወደ ወዳጅነት ፓርክ ለመግባት ፓርኩ የሚያስከፍለው መደበኛ የመግቢያ ክፍያ ሊኖር ይችላል።) 🧣 ምሽት ላይ አየሩ ቀዝቃዛ ሊሆን ስለሚችል፣ ሙቅ ልብስ እንዲለብሱ አበክረን እንመክራለን። 🌦 የመርሃግብሩ መካሄድ በዕለቱ በሚኖረው የአየር ጠባይ ላይ የተመሰረተ ነው። 🟢አሁኑኑ በነጻ ይመዝገቡ! ፀሐይንከእኛ ጋር ይመልከቱ! #ESSS #SunGazing #StarGazing #Saturn #AddisAbaba #Ethiopia #Astronomy #SpaceScience #FriendshipPark

Dead internet theory Dhiyeenya kana akka yuuniversiitiin oxfoordi qorannoo geggeesseen wantootni nuti yeroo dhiyoo keessumaa social media irratti argaa jirru baay'een isaanii AI generated akka ta'an ibsa. Duratti video ta'ee, fakkiileen garaa garaa arginu namaan kan hojjetaman ta'us; yeroo dhiyoo asitti wanta dhalli namaa guyyaa tokko keessatti hojjechuu hin dandeenye AI seekoondii keessatti hojjechuu danda'eera. Keessumaa hojiiwwan aartiin walqabatan baay'een isaanii nama irraa AItti jijjiiramaa jiru. Quality isaaniis yoo ilaalle tasuma walitti hin dhufu. Yeroo ammaa wanti nuti AI irraa barbaannee dhabnu waan jiru miti. Biyyoota guddatan keessatti waardiyyaan, keessummeessitoonni hooteelotaa hanga geggeessitoota biyyaatti guutummaan guutuutti nama ta'uun hafee Wantoota AI waliin walqabataniin bakka bu'aa jiru. Kanaaf biyyi albaaniyaa fakkeenyadha. Haala kanaan itti deemnaan dhalli namaa hojiin ala ta'uun isaa waan oolu miti hojiin ala ta'aas jira. Asirratti wanti hubachuu qabnu garuu AI jalqaba kan hojjete nama. Ammas hojiirra oolmaa isaa babal'isaa kan jiru namuma. Garuu namoonni kun namoota qubaan lakkaa'amanidha. Biyya keenya keessatti immoo faayidaa isaa irraa fayyadamuu malee akkamitti akkas ta'e jedhanii of gaafachuun waan baratame natti hin fakkaatu. Fuulduratti Kan nuti survive gochuu dandeenyu yoo AI ol taane qofadha. Dudduuba isaa yoo beekneefi fuuldura isaa yoo tilmaamne amma ta'e survive gochuu dandeenya. Addunyaan Kan warra saayinsiif teeknooloojiin of dagaagseeti!

Dead internet theory Dhiyeenya kana akka yuuniversiitiin oxfoordi qorannoo geggeesseen wantootni nuti yeroo dhiyoo keessumaa social media irratti argaa jirru baay'een isaanii AI generated akka ta'an ibsa. Duratti video ta'ee, fakkiileen garaa garaa arginu namaan kan hojjetaman ta'us;  yeroo dhiyoo asitti wanta dhalli namaa guyyaa tokko keessatti hojjechuu hin dandeenye AI seekoondii keessatti hojjechuu danda'eera. Keessumaa hojiiwwan aartiin walqabatan baay'een isaanii nama irraa AItti jijjiiramaa jiru. Quality isaaniis yoo ilaalle tasuma walitti hin dhufu. Yeroo ammaa wanti nuti AI irraa barbaannee dhabnu waan jiru miti. Biyyoota guddatan keessatti waardiyyaan, keessummeessitoonni hooteelotaa hanga geggeessitoota biyyaatti guutummaan guutuutti nama ta'uun hafee Wantoota AI waliin walqabataniin bakka bu'aa jiru. Kanaaf biyyi albaaniyaa fakkeenyadha. Haala kanaan itti deemnaan dhalli namaa hojiin ala ta'uun isaa waan oolu miti hojiin ala ta'aas jira.  Asirratti wanti hubachuu qabnu garuu AI jalqaba kan hojjete nama. Ammas hojiirra oolmaa isaa babal'isaa kan jiru namuma. Garuu namoonni kun namoota qubaan lakkaa'amanidha. Biyya keenya keessatti immoo faayidaa isaa irraa fayyadamuu malee akkamitti akkas ta'e jedhanii of gaafachuun waan baratame natti hin fakkaatu. Fuulduratti Kan nuti survive gochuu dandeenyu yoo AI ol taane qofadha. Dudduuba isaa yoo beekneefi fuuldura isaa yoo tilmaamne amma ta'e survive gochuu dandeenya. Addunyaan Kan warra saayinsiif teeknooloojiin of dagaagseeti!