cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

🏆Ashraf-Channel🏆

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаКатегорія не вказана
Рекламні дописи
197
Підписники
Немає даних24 години
-17 днів
-430 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Oduu Gammachiistuu Dubartoota Muslimaa dirre dawaa fi Nannawa ishee  maraaf, barattoota fi barsiisota kolleejii shariaa  imamu  nawawii sagantaa iidaa fi da'awa  bareeddu  tan ana jattee qopheysee isin eegaa jira. Ati dubartii muslimaa tanaan sagantaan khun siif tahuu hubadhu. Maarree sagantaan miidhagaan ajaaibaa khun wanni adda isa taasisuu dubartin qophoyte kan dubartii qofaaf  qophoyte tahuu isiiti  Tanaaf obboleyti muslima akka sin dabarree, itti gammaddan malee hin sheenoytan. Kottaa wajji bashananaa Eida bifa bareedaan wajji haa dabarsinu EID MUBAREK عيد مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال وكل عام وانتم بخير #Eid_Mubarak🕋🎈🎉 @Ashraf_Channel🎈🎉 @Ashraf_Channel 🎈🎉
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Namaaf jiraatta taanan ofi keef namni jiraatu hinjiru. Ofdursi ofii keef jiraadhu!🧏‍♂ @Guyyaa_Gaarii_Qabadha🦋 @Ashraf_Channel🙋‍♂ @Ashraf _Channel🙋‍♂
Показати все...
2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Your Absence make me crazy about your love yaa kheyru khalqillah  @Sallalahu Alleyhi_wassallaa🕋🦋📿 @Ashraf_Channel📿 @Ashraf _Channel📿 @Ashraf_Channel @Ashraf_Channel
Показати все...
1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Waan yaadde kan siif keennu harka kee fi Sammu Kee qofa 👌
Показати все...
2🤔 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Ofii keetiti murteessitee of Amansiisuu dandeenyaan waanti atti jijjiruu hin dandeenye hin jirru🏃‍♂️ #Be-stronge💪🏽
Показати все...
👍 6 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Gaafa Jollee ture san huccun tenyaa xurii turte garru onnen tenyaa Qulqulludha ...🤞 @halkan_Garrii_Qabadha 🙌 @Ashraf_Channel🥱 @Ashraf_Channel🥱
Показати все...
4👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Harmen baredduun Olla kee jirtu waa Siin deysuu Abii🧏‍♂ @Halkan_garri_issif_hatahu🥱 @Ashraf_channel @Ashraf_channel
Показати все...
1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Yeroo tokko tokko  jireenya keessatti wanti hundi haala gaariin deema Yeroo tokko  tokko immoo wanta hin beeknettu si mudata. Wanti guddaan rakkoo gara carraatti jijjiiruu beekuudha. Sanifu wan arra jiru khana lalte khan borru hin murtesin plc attuman ilalacha kee jijirii💪☝️ #Guyya_Garrii_issinif_hattahu #Join_godha☝️ 👇👇👇 #Ashraf_Channel👆 #Ashraf_Channel👆
Показати все...
1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
◇Waan dandeessu hunda gochaa jirtaa? ◇Fira koo, qabeenyi namni siif hin kenninee fi namni sirraa hin fudhanne yoo jiraate (#Yeroodha.) ◇Yeroo keetti ammuma fayyadami. Yoo itti hin fayyadamne si(#kuffisa!) Yoo itti fayyadamte si (#guddisa!) #Guyyaa_gaariin_isiniif_hawwa!⌛️       Join_godha 👇👇👇 #Winnar_channel⏰ #Winnar_channel⏰
Показати все...
🥰 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Life without Limits Kitaaba Nick Vijicic barreessedha. Namni kun nama harkaa fi miila hin qabne yoo ta'u garuu nama wantoota namni harkaa fi miila qabu hin danda'amu jedhee dhiise hojjachuun fakkeenya gaarii ta'eedha. Nama sammuu qofa qabaachuun waan jajjaboo fi raajii hojjachuu akka danda'amuuf ragaa baheedha. Nick Vujicic nama harka maratee taa'udhaaf sababa guutuu qabuudha. Garuu waan dhabe osoo hin taane kennaawwan inni qabu lakkaawudhaan nama raajii hojjateedha. Nama sammuun isaa sababa ol ta'eedha. Silaa namni kun kitaaba mata dureen isaa ''Life without Limbs'' jiruu harkaa fi miila malee jedhee barreessuu qabu ture,garuu ''Jiruu Daangaa Malee'' jedhee barreesse. ____ Har'a anii fi ati sammuu keenya akkamitti itti fayyadamaa jirra? Sababoota tarreessaa jiraanna moo kennaawwan harkaa qabnuun Abjuu fi Mul'ata keenya galmaan gahuuf itti fayyadamaa jirra? Itti fayyadamne taanan sammuun keenya want feene ittin raawwachuu dandeenya. Itti yaddi 🤦‍♂ #Guyyaa_garrii_qabadhaa🦋 @Winnar_Channel @Winnar_Channel
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.