cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

CHRISTIANITY CHANAL 💻

Chaanalii kanaa irraa barumsaa haafuraa fi farfannaa ni argattuu. ይህ ቻናል መንፈሳዊ ትምህርቶችን እና መዝሙሮችን ይሰጥዎታል. This channel gives you spiritual lessons and songs Group Kenya.https://t.me/Abdiin_jiraa7

Більше
Рекламні дописи
393
Підписники
Немає даних24 години
+37 днів
+930 днів
Час активного постингу

Триває завантаження даних...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Аналітика публікацій
ДописиПерегляди
Поширення
Динаміка переглядів
01
ANI EENYUU? 🔥🔥🔥 #Yadeni_Merga | New Live Worship 2024 Faarfannaa haaraa argachuuf👇 Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna      
90Loading...
02
Carraa Doolaara isiniif argamsiisuu danda’u kana irratti hirmaadhaa. Link kana gadii seenun sart godhadha. https://t.me/preton_drop_bot?start=1f3a0a9f-b9d3-4f44-9254-a15e4032b642
1281Loading...
03
#karaan jirenyaa_1_malee_2 ykn 44 miti!! Yesus karaa Waaqayyo ilmi namaa gara isaa dhufuuf qopheesse qofaadha. Daandiin baay'ee ta'uu danda'a, garuu gara Abbaatti nu hin geessan. Waaqayyo Yesusiin karra samii fi karaa jireenya bara baraa nama amane hundaaf kaa'eera. Yesuus dhugaa, jireenyaa fi karaadha. Inni biraa soba, du’aa fi badiisa. Waaqayyo kan si beekuu fi kan si fudhatu gaafa karaa Yesus isatti dhiyaattu qofa. Karaa ati Yesus malee deemtu qofa osoo hin taane, kadhannaa ati Yesus malee kadhattu Waaqayyo hin fudhatu, hin dhaga'u. Karaa biraa deemtee gara Abbaa akka geessan, jireenya bara baraa ni argatta jedhanii eeguun carraaqqii bu'aa hin qabneedha. Geejjibni ati yaabbatte gara Ameerikaa deemtee gara Kanaadaatti si geessu eeguun hawwii malee dhugaa miti. Geejjibni ati yaabbattu bakka itti deemtu murteessa. Daandiin 1 malee 2 ykn 44 miti. Yesuus ni fayyisa!!
970Loading...
04
#መንገዱ_አንድ_እንጂ_2ትም_44ትም_አይደለም!! እግዚአብሔር የሰው ልጆች ወደ እሱ እንድመጡ ያዘጋጀው ብቸኛ መንገድ ኢየሱስ ነው። ብዙ መንገዶች ልኖሩ ይችላሉ ነገር ግን ወደ አብ አያደርሱንም። እግዚአብሔር ለሚያምን ሰው ሁሉ የመንግስተ ሰማይ መግቢያ በርና የዘላለም ህይወት ማግኛ መንገድ ብሎ ያስቀመጠው ኢየሱስን ነው። እውነት፣ህይወትና መንገድ ኢየሱስ ነው። ሌላው ውሸት፣ሞትና ገደል ነው። እግዚአብሔር የሚያውቅህና የሚቀበልህ በኢየሱስ በኩል ስትቀርበው ብቻ ነው። ያለ ኢየሱስ የሚትሄድበትን መንገድ ብቻ ሳይሆን ያለ ኢየሱስ የሚትፀልየውን ጸሎት እግዚአብሔር አይቀበለውም፤አይሰማውም። በሌላ መንገድ እየሄድክ ወደ አብ እደርሳለሁ፤የዘላለምንም ህይወት አገኛለሁ ብሎ መጠበቅ ከንቱ ድካም ነው። ወደ አሜሪካን ለመሄድ የተሳፈርከው ትራንስፖርት ወደ ካናዳ እንድያደርስህ መጠበቅ ምኞት ነው እንጂ እውን አይሆንም። የተሳፈርክበት ትራንስፖርት የሚትደርስበትን ቦታ ይወስናል። መንገዱ 1 እንጂ 2ትም 44ትም አይደለም። ኢየሱስ ያድናል!! #PAA
951Loading...
05
Faarfataa GUUTUU SHIFERA
960Loading...
06
“Inni dhufu sun, "Kunoo, ani dafee nan dhufa, gatii isa ani adduma addaan akka hojii isaatiitti namaaf kennus fidee nan dhufa .” — Mul. 22:12
970Loading...
07
Media files
1190Loading...
08
“Waaqayyo inni nagaa kennu immoo dafee Seexana miilla keessan jalatti in caccabsa; ayyaanni gooftaa keenya Yesus isinii wajjin haa ta'u!” — Rom. 16:20
1220Loading...
09
https://t.me/preton_drop_bot?start=1f3a0a9f-b9d3-4f44-9254-a15e4032b642
1330Loading...
10
Horii jaallachuun hundee wanti hamaan hundinuu irraa latuu dha; namoonni gar tokko yaada isaanii horii argachuu irra kaa'atanii, amanticha irraa badaniiru, waraansa baay'eedhaanis of waraananiiru. 1Xim 6:10
1460Loading...
11

10Loading...
12
Media files
1620Loading...
13
Media files
1580Loading...
14
https://t.me/preton_drop_bot?start=1f3a0a9f-b9d3-4f44-9254-a15e4032b642
2010Loading...
15
Link kun Hiriyootaaf share taassisuun maallaqa isiniif kaffala. Jalqabaa irratti link kana senun start kan jedhuu godha. https://t.me/preton_drop_bot?start=1f3a0a9f-b9d3-4f44-9254-a15e4032b642 https://t.me/preton_drop_bot?start=1f3a0a9f-b9d3-4f44-9254-a15e4032b642
1 9995Loading...
16
Media files
2662Loading...
17
Akkaam jirtuu matii kenyaa Link. Armaan gadii tuquun Gaffilee isiniif fiduu hojechuu qofaan qarshii argachuu ni dandessuu. https://t.me/quizearnbot/quiz?startapp=89376955586991641 Do quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars.
52Loading...
18
https://t.me/quizearnbot/quiz?startapp=89376955586991641 Do quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars.
1 0858Loading...
19
https://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId5132356736 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
880Loading...
20
Har'a waa'ee keetiif jaalalli isa qabee ol samii irraa kan dhufe gooftaa Yesuus Kiristoos gara laphee keetii galchitee fudhattee jirtaa? Isa kana hin goone taanaan dafii amma godhi. Lubbuun kee yoom akka dabartu waan hin beekneef araara galuudhaaf beellama hin qabatin! Gooftaa Yesuus Kiristoos fayyisaa dhuunfaa keetii gootee fudhadhu (Yoh 1:12). (Madda:- Tiraaktii dhuga-bahumsa wangeelaa kan Afaan Amaariffaa irraa kan hiikame) Eebbaaf ta'aa! Egaa waan na wajjiin turtaniif galatoomaa. Yoo isinitti tole hiriyoottan keessan as nuuf affeeraa. ( https://t.me/+V1glBwIbvAZ9NF_2 ) Yaadaa fi gaaffii akkasumas dhimma gorsa irratti barbaaddan yoo qabaattan liinkii kana tuquudhaan "follow" godhaa https://www.facebook.com/alex.hotessa?mibextid=ZbWKwL karaa keessaa naaf barreessaa. Ergaalee dabalataa argachuuf immoo miidiyaalee armaan gadii kana fayyadamuu ni dandeessu. Feesbuukii:- https://www.facebook.com/alex.hotessa?mibextid=ZbWKwL You tube:- https://youtube.com/@AlemayehuHotessa?si=fi4xmBmHk8Z8Pu0_ Tiktok:- https://www.tiktok.com/@dralemayehuhotessa?_t=8kGcDmUs6Mf&_r=1 Telegram:- https://t.me/+V1glBwIbvAZ9NF_2 Eebbifamaa! 𝑫𝒓. 𝑨𝒍𝒂𝒎𝒂𝒂𝒚𝒚𝒐𝒐 𝑯𝒐𝒙𝒙𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝑮𝒐𝒓𝒔𝒂𝒂, 𝑳𝒂𝒍𝒍𝒂𝒃𝒂𝒂 𝑾𝒂𝒏𝒈𝒆𝒆𝒍𝒂𝒂, 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒂 𝑻𝒊𝒚𝒐𝒐𝒍𝒐𝒐𝒋𝒊𝒊 𝒇𝒊 𝑶𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝑺𝒂𝒂𝒚𝒊𝒏𝒔𝒊𝒊 𝑯𝒂𝒘𝒂𝒂𝒔𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂
1932Loading...
21
Yeroo sanatti mucichi riqicha irraa fageenya meetira dhibba tokkoo irratti dhaabatee huccuu harkatti qabatee ture sana ol qabee sagalee guddaadhaan baab urichatti iyyuu jalqabe. Baaburicha oofaa kan ture garuu baay'ee aaree morma isaa gara alaatti baasee mucicha arrabsee haancufa itti  tufe. Gurbichis dadhabbiin isaa hunduu akka hin milkoofneef waan beekeef "#namootni_baay'een_kun_dhumuu_isaanii_irra_ani_du'uu_wayya" jedhee utaalee ilkaan motoraa kan baaburicha konkolaachisu keessa gale. Yeroo kanatti foon mucichaa kukkutamee lafeen isaas daakamee du'e. Lafeeleen mucichaa ilkaan motorichaa qabanii turan waan ta'eef baaburichi riqicha bira gahuuf yommuu fageenyi meetira sadii isaaf hafutti qax jedhee dhaabbate. Namtichi baaburicha oofu sunis aarii guddaadhaan guutamee baaburicha irraa utaalee lafatti bahe. Iddoo hin yaadamnetti baaburichi dhaabachuu isaatiif namootni hedduun rifatanii waan turaniif isa wajjiin gara lafaatti bahan. "Maal namni badiin akkasii?" jedhaa arrabsaa iddoo inni utaalee seene sana ilaaluu jalqabe. Lafeewwan ciccitanii ilkaan motoraa keessa galan sana erga keessaa guuree raawwatee booda yoo ofirra gara galee ilaaluu hadiida diigamee galaanicha keessa jiru sana irra naachotni baay'een afaan isaanii babbananii yemmuu isaan ciisan argee rifuu guddaadhaan gara ilkaan motorichaatti gara galee sagalee guddaadhaan iyyee kufe. Imimmaan ija isaa irraa coccobsaa imaltoota walitti qabee riqicha cabe sana isaanitti agarsiise. Mucichis balaa kana irraa isaan hambisuuf waan inni godhaa ture tokko tokkoon isaanitti hime. Imaltootnis barreeffamoota cabuu riqichaa ibsan sanniinii fi dhiiga mucichaa yommuu argan gadda guddaa fi naasuudhaan qabanii imimmaan roobsan. "Du'a silaa nuuti du'uuf malle inni du'e; dhiiga keenya dhangala'uuf male kan isaa dhangala'e; kun aarsaa guddaa kan jaalala guddaa irraa maddeedha" jedhe dubbate. Boolla silaa isaan itti awwaalamuuf turan mucaan kun iddoo isaanii bu'ee awwaalamuu isaa yommuu argan sababii mucaa kanaa du'a irraa gara jireenyaatti darbuu isaanii mormuu hin dandeenye. Yeroo kanatti jaallee koo kan barreeffama kana dubbisaa jirtu; haala kana caalaa gatii kee kafaluuf waa'ee keetiif kan du'e Gooftaa Yesuus Kiristoos ni yaadattaa? Akkuma seenaa kana irraatti mucaan namoota du'a irraa hambisuuf godhe Waaqayyoos karaa raajota isaatiin mallattoowwan garaa garaa agarsiisuun gara isaatti akka deebinu gochaa tureera; haa ta'uu malee namootni karaa ofii isaanii qofaa ilaaluun Sagalee Waaqayyoo osoo hin dhaga'in yeroo isaanii dabarsan. Daandiin isaanii hundinuu gara du'aatti fuulleffate. Dhuma irratti namoota hundumaa daandii badii irraa bararuuf Gooftaan Yesuus ulfina isaa isa guddaa sana dhiisee ol waaqa irraa gad dhufee iddoo gad bu'aatti  gad xinnaatee dhalate. Warra gatii du'aa qabanii fi cubbuudhaan ciggaa'an fayyisuuf jecha cubbamoota keessa akka tokkootti lakkaa'ame (2Qor 5:21). Waaqayyoo abbaa isaanii isa samii irraa sana wajjiin walitti isaan araarsuuf jecha wangeela araaraa (dhiifamaa) naanna'ee lallabe. Hiyyummaa fi dadhabbii keenya jal'ina laphee keenyaas ilaalee nuuf boo'e. Akka hoolaan iddoo qalmaatti oofamtutti iddoo keenya bu'ee du'uuf gara fannootti amanamummaan deeme (Isa 53:5; Efe 1:7). Ni reebame; itti tufame; .... harka isaa isa burqaa fayyinaa ture sana mismaaraan rukutame (Qol 1:20; Gal 1:4). Har'a atis akkuma namocha baabura oofaa ture sanaatti gara du'aatti fiigaa jirtaa? Moo Sagalee isaa dhageessee araara galtee isa fudhatta? Hojii gooftaa Yesuus Kiristoos soba (gatii dhabaa) gootee; hojii inni fannoo qaraaniyoo irratti dhiiga siif dhangalaasee hojjate miilaan dhiittee dabartee deemta taanaan daandii kee irratti duutni bara baraa (eternal death) si eeggataa jira (21:8; Yoh 3:36). Sagaleen Waaqayyoo akkana jedha; "yoo araara hin galin hundi keessanuu ni baddu". "Cubbuu hin hojjanne yoo jenna ta'es ofii keenya dogoggorsina; dhugaanis nu keessa hin jirtu (1Yoh 1:7-9)". 👇👇
1151Loading...
22
"#Jaalalatu_Qabe" Yeroon isaa gara galgalaa ta'ee roobni cimaan roobaa ture. Roobaa fi qilleensa qilleensa'u irraa kan ka'ee mukkeen dhedheeroon hedduun hiddaan bubuqqa'uudhaan yommuu kufan mul'ataniiru. Manneen baay'eenis bantii isaanii (roof) dhabaniiru. Bakakkaan halkan sana bu'e riqicha daandii hadiida baaburaa kan magaalaa guddoo irraa kiiloomeetira torbaatamii shan (75km) fagaatee argamu kutee gatee ture. Riqichi hadiida baaburaa kan bakakkaan diige sun kan hojjatamee galaana guddaa tokko irratti ture. Galaanicha keessa naachotni baay'een waan jiraataniif nama of jibbe yoo ta'e malee eenyuuyyuu dhiqachuufis ta'ee daakuuf hin seenu ture. Akka carraa ta'ee galaanicha kanarraa tiqichi hadiida baaburaa cabuun isaa balaa guddaa ta'ee ture. Sababiin isaas guyyaa guyyaatti baabura hedduutu riqicha kana irra ce'a waan ta'eef. Baaburootni tokko tokko barattoota magaala tokko irraa gara magaalaa biraatti kan geessan yoo ta'an isaan kuun immoo daldaltoota baay'ee gara warshaaleetti kan geessan turan. Cabuu (diigamuu) riqicha kanaan kan arge mucaan dargaggeessaa tokko waan godhu dhabee yaadaa fi itti dhiphachaa oole. Halkanis yaada kanaan qabamee waan tureef hirriibni isa qabuu hin dandeenye. Keessattuu baaburri guddaan tokko yeroo hundumaa ganama ijoollee barattootaa fe'ee deema waan ta'eef isa kana yaadaa baay'ee dhiphachaa ture. Dhumarrattis waan tokko yaadate; akkanas jedhe 'boru ganamaan ka'ee waa'ee riqicha tasa diigamee kanaafi cabuu hadiida baaburaa kana abbaa koottin hima; sababii kanaanis namoota hedduu du'a jibbisiisaa du'uuf jedhan kana ibsaaf' jedhe. Achumaanis 'namni baaburicha oofu sun osoo riqicha bira hin gahin dura dubbisee of eeggatuufi ofiif  lubbuu namoota baay'ee badii irraa akka hambisuuf barreeffama "riqichi diigameera; hadiidnis cabeera" jedhu halluu garaagaraatiin naaf barreessee gurguddisee barreessee akka naaf kennu gaafadha jedhe. Ganamas osoo sinbirtuun hin wacin waan ta'e hundumaa abbaa isaa taphachiise. Abbaan isaas akkaataa inni gaafate sanaan qopheessee kenneef. Gurbichis "riqichi diigameera; hadiidnis cabeera" barreeffama jedhu kallattii baaburri dhufutti naannessuun isa tokko isa kaanirraa fageenya kiiloomeetira lamaa irratti dhaabachiise. Isa lammaffaa immoo fageenya kiiloomeetira tokkoo irratti dhaabachiise. Isa sadaffaa garuu fageenya walakkaa kiiloomeetiraa irratti dhaabe. Mucichi garuu riqicha cabaa sana irraa fageenya meetira dhibba lamaa (200m) irratti huccuu diimaa harka isaa irratti maratee dhufaatii baaburaa yaaddoo fi dhiphina guddaan eeguu jalqabe. Baaburri fagoo irraa Sagalee isaa dhaggeessisaa dhufaa jiraachuu isaa yemmuu dhaga'uu lapheen isaa dhahannaa guddaa dhahachuu jalqabe. "Barreeffama argee soba itti fakkaatee bira darbee dhufinaa!; barreeffamichi argee garuu baabura dhaabachiisuu didee yoo dhufe maal godha?" jedhee yaadaan olii gadi bu'aa jira. Baaburichi yoo as dhiyaachaa dhufuu isaa argu huccuu diimaa harka isaatti maratee ture sana harka irraa hiikee baabura fagoodhaa dhufaa jiru sanatti ol qabee itti agarsiisuu jalqabe. Haa ta'uu malee baaburichi namoota hedduu walirratti tuulee fe'ee ture sun barreeffama jalqabaa yommuu arguu inni kun hojii namoota kashalabbootaatiifi hojii hiiktotaati jedhee waan yaadeef hin amanne ture. Riqichi kan ijaarramee sibiilota ciccimoo (jajjaboo) irraa waan ta'eef... kan ijaaranis injineerota beekkamoo waan turaniif hadiidicha homtuu cabsuu fi diiguu hin danda'u jedha ture. Mucichi garuu tarii baaburichi mallattoo isa itti aanu sana yoo arge ni dhaabbata jedhee abdiidhaan eegaa ture. Haa ta'uu malee baaburichi mallattoo isa lammaffaas irra darbee dhufe.  "Namootni baay'een kunniin bakka tokkotti dhumuuf jedhu waan ta'eef maal godha!" jedhee keessa isaatti osoo dhiphatuu hanga baaburichi mallattoo isa sadaffaa darbutti eeguu jalqabe. Haa ta'uu malee mallattoolee armaan olitti turan hundumaa osoo homaatti hin lakkaa'in baaburichi gara tiqicha cabaatti fiigaa dhufe. 👇👇
1101Loading...
23
https://t.me/tapswap_mirror_1_bot?start=r_5132356736 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
3092Loading...
24
1           የደስታዬ እልልታ ዘማሪ በረከት ተስፋዬ Live Concert sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ በዚህ ቻናል የማይደመጥ መዝሙር የለም ብቻ ምን አለፋችሁ join ይበሉ  👇 https://t.me/+S2wsmZMSQp3vcGxp https://t.me/+S2wsmZMSQp3vcGxp
2440Loading...
25
Media files
2731Loading...
26
Media files
2710Loading...
27
Media files
2600Loading...
28
Sinirraanfatu Garaankoo |Faarfataa Phaawulos Tagangi| Singer PAULOS Tegen@MARSILTVWORLDWIDE
10Loading...
29
Media files
2640Loading...
ANI EENYUU? 🔥🔥🔥 #Yadeni_Merga | New Live Worship 2024 Faarfannaa haaraa argachuuf👇 Join us https://t.me/Faarfaanna https://t.me/Faarfaanna      
Показати все...
Yadeni_Merga_ANI_EENYUU_New_Live_Worship_faaruumediaa_ypko5YYqg0.mp314.06 MB
Carraa Doolaara isiniif argamsiisuu danda’u kana irratti hirmaadhaa. Link kana gadii seenun sart godhadha. https://t.me/preton_drop_bot?start=1f3a0a9f-b9d3-4f44-9254-a15e4032b642
Показати все...
$PRETON DROP

Preton community: @preton Preton community: @preton_cis Chat: @chat_preton Cooperation: @eleidans

#karaan jirenyaa_1_malee_2 ykn 44 miti!! Yesus karaa Waaqayyo ilmi namaa gara isaa dhufuuf qopheesse qofaadha. Daandiin baay'ee ta'uu danda'a, garuu gara Abbaatti nu hin geessan. Waaqayyo Yesusiin karra samii fi karaa jireenya bara baraa nama amane hundaaf kaa'eera. Yesuus dhugaa, jireenyaa fi karaadha. Inni biraa soba, du’aa fi badiisa. Waaqayyo kan si beekuu fi kan si fudhatu gaafa karaa Yesus isatti dhiyaattu qofa. Karaa ati Yesus malee deemtu qofa osoo hin taane, kadhannaa ati Yesus malee kadhattu Waaqayyo hin fudhatu, hin dhaga'u. Karaa biraa deemtee gara Abbaa akka geessan, jireenya bara baraa ni argatta jedhanii eeguun carraaqqii bu'aa hin qabneedha. Geejjibni ati yaabbatte gara Ameerikaa deemtee gara Kanaadaatti si geessu eeguun hawwii malee dhugaa miti. Geejjibni ati yaabbattu bakka itti deemtu murteessa. Daandiin 1 malee 2 ykn 44 miti. Yesuus ni fayyisa!!
Показати все...
👍 1 1
#መንገዱ_አንድ_እንጂ_2ትም_44ትም_አይደለም!! እግዚአብሔር የሰው ልጆች ወደ እሱ እንድመጡ ያዘጋጀው ብቸኛ መንገድ ኢየሱስ ነው። ብዙ መንገዶች ልኖሩ ይችላሉ ነገር ግን ወደ አብ አያደርሱንም። እግዚአብሔር ለሚያምን ሰው ሁሉ የመንግስተ ሰማይ መግቢያ በርና የዘላለም ህይወት ማግኛ መንገድ ብሎ ያስቀመጠው ኢየሱስን ነው። እውነት፣ህይወትና መንገድ ኢየሱስ ነው። ሌላው ውሸት፣ሞትና ገደል ነው። እግዚአብሔር የሚያውቅህና የሚቀበልህ በኢየሱስ በኩል ስትቀርበው ብቻ ነው። ያለ ኢየሱስ የሚትሄድበትን መንገድ ብቻ ሳይሆን ያለ ኢየሱስ የሚትፀልየውን ጸሎት እግዚአብሔር አይቀበለውም፤አይሰማውም። በሌላ መንገድ እየሄድክ ወደ አብ እደርሳለሁ፤የዘላለምንም ህይወት አገኛለሁ ብሎ መጠበቅ ከንቱ ድካም ነው። ወደ አሜሪካን ለመሄድ የተሳፈርከው ትራንስፖርት ወደ ካናዳ እንድያደርስህ መጠበቅ ምኞት ነው እንጂ እውን አይሆንም። የተሳፈርክበት ትራንስፖርት የሚትደርስበትን ቦታ ይወስናል። መንገዱ 1 እንጂ 2ትም 44ትም አይደለም። ኢየሱስ ያድናል!! #PAA
Показати все...
Faarfataa GUUTUU SHIFERA
Показати все...
Gutu Shifera (1).mp36.90 MB
Gutu Shifera (10)-1.mp34.74 MB
Gutu Shifera (11)-1.mp35.29 MB
Gutu Shifera (12).mp35.38 MB
Gutu Shifera (13).mp34.58 MB
Gutu Shifera (14).mp35.72 MB
Gutu Shifera (2).mp37.91 MB
Gutu Shifera (3).mp34.37 MB
Gutu Shifera (3)-1.mp34.37 MB
Gutu Shifera (4).mp33.77 MB
“Inni dhufu sun, "Kunoo, ani dafee nan dhufa, gatii isa ani adduma addaan akka hojii isaatiitti namaaf kennus fidee nan dhufa .” — Mul. 22:12
Показати все...
👍 2
አንለያይም.m4a8.39 MB