cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Barumsa Fayyaa

My youtube link https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa

Більше
Рекламні дописи
2 060
Підписники
-124 години
+77 днів
+15930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
WAA'EE QORICHA RELIEF TABLET JEDHAMUU IRRAA MURAASAA 1.Qorichi Relief tablets maali? Qoricha dhukkubbii qaama keessaa yeroo gabaabati balleessuu(pain killer) danda'uudha.qorichi kun gosa garee farra inifilaameshinii(non-steroidal anti inflammatory drugs) jedhaman lama kan paracetamol fi ibuprofen jedhamu irraa hojjatamedha. 2.Qoricha kana maaliif fayyadamna? dhukkubbii maashaalee balleessuuf. dhukkubbii mataa balleessuuf(headache). dhukkubbiidugdaa(back pain)balleessuuf. Dhukkubbii ilkaanii(toothache) balleessuuf. Dhukkubbii qaamaa(fever)sirreessuuf. 3.Qoricha kana fudhachuun durati maal godhuu qabnaa? _ alcoolii baayyee walin qoricha kana fayyadamuu hin qabnu tiruu irrati miidhaa guddaa wan fiduu danda'uuf. _namoonni alarjii qoricha paracetamol,ibuprofen ykn aspirin qabu qoricha kana fayyadamuu hin qabu. _dubartiin ulfaa ykn haati hoosiftuu ogeessaa fayyaa gaafatuu malee fayyamuu hin qabuu. _namoonni dhibee kalee, dhiibbaa dhiigaa,isitrookii,tiruu, dadhabbii onnee fi asmii qabu ogeessa beysisu malee fayyadamuu hin qabuu. 4. Qoricha kana akkamiti fudhachuu qabnaa? _akkaataa ogeessi fayyaa gorseti fayyadamuu qabna. _hamma xiqqaa bu'aa qabessa (lowest dose) guyyaa 3 hin caallee fayyadamuudha. _ijoolee waggaa 12 gadi ta'eef kennamuu hin qabu. _nyaata ykn aannani waliin fudhachuun gubaa garaachaa xiqqeessuudha. _alanfachuu ykn cacabsuu hin qabnu guutuma isaa fudhachuudha. 5.Qoricha kana hamma kennamuu oli yoo kenname(over dose) mallatooleen kunnin mul'achuu danda'aa. _dafquu(sweating). _harganuu dadhabuu(trouble breathing). _ dhukkubbii garaa(abdominal pain). _halluun ijaa ykn gogaa keelloo ta'uu. _nyaanni bullaa'uu dadhabuu. _halluun fincaanii gurraacha'uu. fi kkf dha. Rayid jibril Galatoomaa Fayyaan keessan fayyaa keenya. https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa
Показати все...
3
Фото недоступнеДивитись в Telegram
WAA'EE QORICHA IBUPROFEN 400MG ^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^ 1️⃣.Qorichi Ibuprofen maali? 🔸️Ibuprofen~jechuun qoricha garee farra inifilaameeshiinii/kulkula(NSAID)ta'ee kan tempireechara qaama sirreessuu, infilaameeshiinii/kulkula fi dhukkubbii qaamaa yaaluuf gargaaruudha. 2️⃣. Qoricha Ibuprofen maalif fayyadamna? ▪︎Dhukkubbii mataa. ▪︎Dhukkubbii ilkaanii. ▪︎Dhukkubbii dugdaa. ▪︎Dhukkubbii yeroo marsaa laguu. ▪︎Dhukkuba osteoarthritis. ▪︎Dhukkuba rheumatoid arthritis. ▪︎dhibee kulkula cabsannaalee qaamaa fi kkf yaaluuf gargaara. 3️⃣. Qoricha Ibuprofen fudhachuun durati maali godhuu qabna? 🔸️ Namoonni alarjii qoricha Ibuprofen ykn qorichoota garee (NSAID) ykn aspirin fi dhibee asmiitiin midhamee ture qoricha kana fayyadamuu hin qabuu. 🔸️ Namoonni haalota akka dhibee onnee,dhiibbaa dhiigaa,kolestiroolii ol ka'aa,sukkaara, istirookii, miidhama onnee , kantaruu dhiigaa,madaa garaachaa ykn dhiiguu garaachaa, tiruu,kalee , asmii,tamboo xuuxuu fi kkf qabu ogeessa fayyaa gaafatu malee qoricha kana fayyadamuu hin qabuu. 🔸️ Namoonni qoricha garee NSAID biroo fayyadamaa jiru qoricha ibuprofen ogeessa fayyaa gaafatu malee fayyadamuu hin qabuu. 🔸️ Namoonni qoricha aspirin dhibee istirookii fi miidhama onnee yaaluuf akkasumas qoricha ibuprofen fayyadamaa yoo jiraanne qorichoota kanniin walirra buusnee fayyadamuu hin qabnu qoricha ibuprofen yoo xiqqate daqiiqaa 30 booda aansinee ykn sa'atii 8 qoricha aspirin dursinee fayyadamuu qabna. 🔸️ Qoricha kana alcoolii walin fayyadamuu hin qabnu rakkoo dhiiguu garaachatiif nu saaxiluu wan danda'uuf. 🔸️ Qorichi ibuprofen rakkoo dhiiguu garaachaa fi mar'iimaaniif nu saaxilamuu wan maluuf ofi eeggannoon fayyadamuu qabna. 🔸️️ Yeroo Qoricha Ibuprofen fudhachaa jirru alchoolii fayyadamuu irraa fagaachuu qabna. 🔸️Dubartiin ulfaa fi haati hoosistuu qoricha kana fayyadamuu hin qabanii ogeessa fayyaa gaafatani malee. 🔸️Daa'immanii umrii ji'a 6 gadii qorich
Показати все...
👍 12
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Bu’aan qormaata Rimiidiyaalaa Ifoomeera. Barattoonni bu’aa isaanii karaa https://result.ethernet.edu.et ilaallachaa jiru.
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
FAAYIDAA FAYYUMMAA SHANKOORA 0. Ufuura badaa fi ilkaan akka hin mancaane ni ittisa 1. Bullaa'insa nyaataaf gargaara 2. Kalee fayya qabeessa taasisa 3. Rakkoo onnee ni ittisa 4. Ulfaatina qaamaa hir'isuuf gargaara 5. Kaansarii ni ittisaa 6. Fayyaa gogaa ni jajjabeessa 6. Dhukkuba garaachaa ni fayyisa 7. Fayyaa afaanii ni eega 8. Finniisa ni fayyisa 9. Summii dhabamsiisa 10. Humna ni kenna 11. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu ni guddisa 12. Fayyaa lafee fooyyessa 13. Qubni akka jabaatu taasisa 14. Fayyaa maashaalee ni fooyyessa 15. Fayyumma Tiruu ni dabaala 16. Gogiinsa garaa ni ittisa 17. Amaloota farra dulloomuu 18. Ilkaan ni jabeessa 19. Ulfa nageenya qabu mirkaneessa 20. Namoota dhukkuba sukkaaraatiin rakkatan ni gargaara 21. Dhala fi humna dhiiraa dabaluu 22. Dhangala'aa dhiigaa haaromsuu fi summii balleessuu 23. Dhukkubbii qoonqoo fi infuleenzaa ni fayyisa 24. Dhiphina ni ittisa https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa
Показати все...
2👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Killeen cidhaanii yeroo baay’ee hammaan wal qixa tahuu baatus haala adda taheen cidhaanni keessan yoo dhiitahe dabalataan mallattoo akkasii ofirratti yoo argitan mana yaalaa dhufuu hin dagatinaa 1. Dhukkubbii cimaa cidhaani 2. Diimachuu naannoo cidhaanii 3. Dhangala’aan addaa karaa qaama saala bahuu 4. Fincaan fincaa’uu dadhabuu 5. Dhukkubbii naannoo mudhii ykn handhuura gadii 6. Fincaan yeroo fincooftan gubuu ykn dafee dafee isin fincaansisuu. 👇👇👇👇👇 https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa Fayyaa hin dhabinaa !
Показати все...
👍 9😢 1
Killeen cidhaanii yeroo baay’ee hammaan wal qixa tahuu baatus haala adda taheen cidhaanni keessan yoo dhiitahe dabalataan mallattoo akkasii ofirratti yoo argitan mana yaalaa dhufuu hin dagatinaa 1. Dhukkubbii cimaa cidhaani 2. Diimachuu naannoo cidhaanii 3. Dhangala’aan addaa karaa qaama saala bahuu 4. Fincaan fincaa’uu dadhabuu 5. Dhukkubbii naannoo mudhii ykn handhuura gadii 6. Fincaan yeroo fincooftan gubuu ykn dafee dafee isin fincaansisuu. 👇👇👇👇👇 https://www.youtube.com/@BarumsaaFayyaa Fayyaa hin dhabinaa !
Показати все...
Dr. NafYad Getu️

Fayyaan Faaya!

https://t.me/hamster_koMbat_bot/start?startapp=kentId6874125992 Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop! 💸 2k Coins as a first-time gift 🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
Показати все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Показати все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.