cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

BURQAA JAALALAA

Baga nagaadhaan gara Channel keenyaatti dhuftan! Channel keenya join taasifadhaa!

Більше
Фінляндія721Мова не вказанаМузика7 282
Рекламні дописи
9 390
Підписники
+2324 години
+2157 днів
+1 05530 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Jalqaba jaalala Guyyaa sana erga gaafa dura si argee Ergasumaa jaalalli kee  keessa koo margee. iftee iftee baata Bareeddee akka biiftuu Silaa tiyya onneen yaada keen dhiiftuu Anoo argee hin beeku kan akka kee eenyutu jiraa Bareedina kee qofaa miti Amalli kees kunoo haadha firaa Galata uumaa kan ati badhaasa too taate jaalalli kan kee Baay'ee gammachuu naaf laate. keessaa bahuun hin ulfaatu siif jedhee yoon bool'a bu'es waa tokkollee hin gaabbu Sif jiraadhee yoon du'es sijaalannaan akkas naan jedhu namoonni abbaa biyyaa Suma waliin godaanuu fedha waa qaama kiyyaa Onneen koo suma jaalate Shamarran biroo mootee Akka waliin jiraannun fedha jireenya koo fataa gootee Yoo jaalala koon argin kanarge sittaa ha himu Ani si dhiisuun barbaadu Jaalalli kee nattaa cimu Si qofa waliin jiraachun fedha hangan lubbun jiru Jaalalan ani si'iif qabu Nama biraatif tasan hiru. 👫❤️‍🩹❤️‍🩹💔💗💗💌 @oro_motivate Yeroo garii🙏🙏🏻🙏🏼
Показати все...
8👍 2🔥 1
YOO DHUFTEEF SIN EEGA! Yoo dhufteef sin eega, Balbala onnee banee Silas deemuu kankee, Garaan yoom amane? Qara ilaalaan jira, Ofiikoo irraa bahee Lubbuun osoon jiruu, Waan hin jirre tahee Yoo dhufteef sin eega, Yaada jijjiirrattee Coba imimmaankoo, Kallattii godhattee Sittin obsa hunda, Bu'aa bayii jiruu Kunoo ergati deemtee, An jiruyyuu hin jiru Lubbuunkoo si dhabnaan, Narkatti maraatti Yoo dhufteef sin eega, Qe'ee jaalalaatti! @BURQAA_JAALALAA
Показати все...
9👍 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
The key to #success is to #focus on goals not obstacles. Furtuun milkaa'inaa #galma ofii irratti #xiyyeeffachuudha malee gufuulee jiran irratti miti. @BURQAA_JAALALA
Показати все...
👍 7 1
Miirota kee yeroodhaf sitti taphatan moo'adhu, ammuma gammaduun qaba jechuu dhiisi, har'a bashanantee baroota hafan gadduurra, of kennuun qo'adhuutii baroota kee jiraachuf si hafan bashanani,  wantoota akka ati hin qo'anne/dubbisne duubatti si harkisaniif harka hin kennin, sin dhagahu jedhin💪🏽. Bashannanuus ta'ee oduun qorumsa boodas nii danda'ama. Amma yeroo kee qorumsaaf keenni. Yeroo qorumsa xummurte akka onnee keetitti bashannanta. Amma garuu xiyyeeffannaan kee qorumsaaf(qo'annadhaf) ta'uu qaba. Garuu immoo Waa tokkollee hin sodaatin, maalifi beekta? isa uuman kee siif qopheesse hin dhabdu wanta ta'eef waa tokko hin sodaatin. Of amansiisi toleee ✅ #JOIN & #SHARE 🖥️📱💻                   👇🏾         📡   @Burqaa_Jaalalaa    🔔 📡   @Burqaa_Jaalalaa    🔔
Показати все...
40👍 16👎 1
..............✍👆 isheen immoo erga gar gar bahanii booda battaluma sana araaramuuf carraa wanta hin arganneef yeroo sanaaf itti cimullee hanguma guyyaan dabalaa deemu jabaachaa, of jajjabeessaa dhufte, dheerina guyyootaa irraa kan ka'e gara isa dagachuutti dhihaachaa dhufte,  haala kana keessa osoo jirtuu nama kan biraatin wal barte, qoosan isaas ishee booji'e, isa duraa sana dagachuun kana waliin jireenya ishee akka haaratti eegalte. jaalala isaatin wanta booji'amteef ji'a muraasa waliin turanii gara Gaa'ilaatti seenan, jireenya bareeda waliin jiraachuu eegalan, Daa'imas ergatte.  Xummureera. Seenaa kan irraa maal hubattan? Dhiiras ta'i Durba, Dureessas ta'i hiyyeessa, Bareedas ta'i fokkisaa Hagamillee dandeetti qabaadhu, Ani si'iin ala jiraachuu hin danda'u kan siin jedhu hundi si'iin ala hin jiraatu jechuu miti. Siin ala kan jiraachuu hin dandeenye nama tokko qofa. Innis suma qofa (yourself). Nuti dhalli nama wanta keenya hin taane irraa Uuman keenya yoo nu fageessu, wanta keenya ta'e irraa immoo ofiif of fageessina. Dacheen tun 360° qabdi nuti  1° yeroo yaallee dhabnu  dachee tana irraa of dadhabsiisuu hawwina. Maalif? Nii jedhamaa akkas?  Mee wanti hunduu sababaafi jechuu haa amaleeffannu! jaalatamtoota maatii❤️‍🩹 @oro_motivate halkan ajaa'ibaa qabaadha🙏
Показати все...
👍 33 4
Seenaa dhugaa ❣❣❣❣❣❣ Jaalalleewwan lama turan, jaalallii fi kabajni isaan waliif qaban kan adda ta'ee fi namootaf kan fakkeenya guddaa ta'eedha. Namoonni naannoo sanaa jaalala akka isaani jechuun baay'ee inaafu. Guyyaa tokko iddoo bashannanaa osoo deema jiranu,  isheen akkas jechuun gaaffii isa gaafatte "osoo gargar baanee anaan ala jiraachuu nii dandeessaa" jetteen innis turtii tokko malee waaqni hin fidhin malee yoo waaqni fidhe maal gochuun danda'a? Danda'ee  jiraachuu malee jechuun deebiseef. Isheen garuu ani siin gargar bahee jiraachuu hin danda'u, ani siin gargar baahee jireenyi koo gati dhabeessa fi hiikkaa kan hin qabneedha, ani si dhabee dacheerra turuu hin danda'u jechuun jetteen. Erga akkas waliin jedhanii booda turii woggoota muraasaa booda balaa tasaatin walitti bu'uun (wal loluun) gargar bahan. Innis isheenis jechaan onnee wal cabsan. Osoo hin araaramin guyyaa fi gi'oota lakkofsisan. sana booda waliiti deebi'anii waliin jiraachuf carraa tokkollee argachuu hin dandeenye. Araaramuu dadhabanis Anni/Mucaan ishee yaaduu fi waa'ee  ishee dagachuu hin dandeenye, Jaalalli dhugaa kun baay'ee Rakkisaadha miti ree?  mucaan ishee dhabuu isaarraa kan ka'ee  osoo hin beekin waa'ee ishee ofiin haasa'uu/dudubachuu eegale,  ajaa'iba hanguma guyyaan jijjiirramaa deemu of waliin dudubachuun isaa gara dhibeetti jijjiiramaa dhufe. Maatif namoonni baay'en isa gargaaruf yaalanillee😢😢 dhibeen isaa itti cimaa dhufe😭 dadhabamnaan Hospitaala dhibee sammuu seenun Qoricha fudhachuu eegale, Haa ta'u malee ammas dhibeen isaa itti cimaa dhufe, mucaan of wallaluu irraa kan ka'e hojii badaan isa  miidhus gaarii ta'ee itti mul'achuu eegale. Dhumarra garuu nii fayya jedhanii osoo eeganuu ofiin of ajjeesun addunyaa tana irra boqate😭 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 isheen hoo akkam taate..✍ itti fufa............✍ ✅ #JOIN & #SHARE 🖥️📱💻 👇🏾 📡   @Burqaa_Jaalalaa    🔔 📡   @Burqaa_Jaalalaa    🔔
Показати все...
👍 23🥰 8😁 2
Repost from N/a
F░O░L░L░O░W S░E░L░E░C░T░E░D C░H░A░N░N░E░L░S ⠀⠀⠀⠀⠀⣰⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⡀ ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀⣢⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ ★  ˚ * ★  . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆     ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ *★  ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡   *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚ ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *   ⋆ ﹡    ·   ˚ * ★    ˚ * ★    . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚  ˚ * ⋆ *    · * . * . ★    ⋆ ·   * ⋆ * ⋆ ﹡    ·   ˚ *★    ˚ * ★      . * . ·   ˚ * ⋆ *    ·   ﹡      *   * ⋆   . ·    ⋆  ⋆    ·   * ﹡ ˚ ˚    ˚ * ⋆ *    · * . * . ★   ⋆ ·   * ⋆ *    ⋆ ﹡    ·   ˚ * ⣴⣿⣦⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢻⣿⣿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢀⣴⣿⣿⣀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦⠀ ⠀⠀⠀⣴⣿⢿⣷⠒⠲⣾⣾⣿⣿ ⠀ ⣴⣿⠟⠀⢿⣿⠁⣿⣿⣿⠻⣿⣄⠀⠀⠀⠀ ⡾⠟⠁ ⠀⠀⢸⣿⣸⣿⣿⣿⣆⠙⢿⣷⡀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀ ⠀⢸⣿⣿⣿⣿⣿⣿⠀ ⠻⣿⡀ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⣾⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣆⠂⠀ ⠀⠀⠀⠀⠀⣼⣿⣿⣿⡿⣿⣿⣿⣿⡄⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⠀⢠⣿⣿⠿⠟⠀⠀⠻⣿⣿⡇⠀⠀⠀⠀ ⠀⠀⠀⢀⣾⡿⠃⠀⠀⠀ ⠀⠀⠘⢿⣿⡀⠀⠀⠀ ⠀⠀⣰⣿⡟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡀⠀⠀ ⠀⢠⣿⠟⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠻⣿⣧⠀⠀ ⢀⣿⠃⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠘⣿⣆⠀ ⢾⠇⠀⠀⠀⠀   ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⣿⣷⡤. 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🌐🌐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🔐🔐🔐🔐🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮 🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮🧮    ╭━━━━━━━╮     ┃   ● ══  ▪️           ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃███████┃     ┃        🔘               ╰━━━━━━━ 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 🌑🌒🌕🌕🌘🌑🌒🌕🌕🌘🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌑🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌑 🌑🌔🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌖🌑 🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑 🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌕🌕🌘🌑🌑 🌑🌑🌑🌒🌕🌕🌕🌘🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌒🌕🌘🌑🌑🌑🌑 🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑🌑 Goo Click the Heart 😱😱👆🏼l ⇣            🌺🌺          🌺🌺🌺        🌺🌺🌺🌺      🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺    🌺🌺🌺🌺🌺🌺       🌺🌺🌺🌺🌺           ☘🌺🌺☘                ☘☘               🎋                   🍃                  🎋              🍃🍃                  🎋          🍃🍃🍃                  🎋      🍃🍃🍃🍃                 🎋    🍃🍃🍃🍃                🎋🍃🍃🍃🍃🍃                 🎋🍃🍃🍃🍃                 🎋                 🎋 🎋 ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️OPEN⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜⬜⬜️️⬜️        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢        ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥         █        J O I N          █                   ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ 👇 Click ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ ❌❌❌❌❌❌ 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 🎞▓C L I C K & J O I N ▓🎞 ☆ ☆ ☆ ☆ 🌑.°.● .  ☆ ●★:.¸. ●. ☆ . * ●.°☆ ☆. ☆●●● ★ *°☆. ☆ ●* ● 🌚 ●°☆. ☆● *° .°●☆●°°☆. .°● ★ * °☆.   .●¸.★°●☆. .● ★ °☆ ●.   .●*●°° ☆●. . * ¸★°☆ ●. . *●¸. ★° °●.   . ★ ° °☆★●. .○: . * .° °☆★ ° °☆  ¸..★¸ ● ★. .○★ . . . ★  ° °☆★ °☆ ¸. ● ★. .○° °☆ ¸. ● . ★°°★°☆ ☆ ● ★.  .○ °☆ . * ● ¸ .★ ★°°☆°★● ★. .○° :.  * •○ °★¸ ●★°°☆ .★●★. 👀👇 ⚠️ DON'T DELETE THIS MESSAGE  ⚠️ Ads @Oromoo_inspire ♨️ @Jireenya_jaalalaa 📚 Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Показати все...
3👍 2
An siifan dhaladhe Atis naaf uumamtee...! Onnee koo gubbaatti Jaalalaan shuumamtee...! Qabeenyaan sin jijjiiru Ani sodaa rakkinaa...! Walumaan nama taanee Bor qananii arginaa...! Shiroo nyaannee jiraanna Sin gaafadhu bargarii...! Laga tokkoo burqine Yoomuu-n baanu gargari...! Yaa hiree dhuunfaa kootii Kan ganamaaf galgalaa...! Si-jalaa qofa banti Onneen koollee balbala...! Gar-tokkee qaama kootii Tokkitti haga kumaa...! Si waliin qofa beekii Jiruunkoo hanga dhumaa...! Ejjennnoon koo jabaadha Qilleensillee nan raasuu...! Waadaadha du'a malee Homtuu gargar nun baasuu...! Jettee naaf seentee turteem Kakattee galtee irbuu...! Har'a maaltu fideree...? Waadaa naaf galte diigdee Orma jaalattee sirbuu...🥺 Osoon “kooti” siin jedhee Mataarratti si baadhuu...! Dhangaa jaalala dhugaa Waakkii malee siif laadhuu...! Dhagaa jirmatti bu'ee Ofii cabsee of funuunsee...! Akka dhala dhabaatti Ofirra si kunuunsee...! Osoon si gammachiisuuf Ofiif gaddaa laaladhuu...! Of gatee siif jiraadhee Ofirra si jaaladhuu...! Biqiltuu jaalalaa koo Kichummaatti kolaaftee...! Maaf dugda natti gattee Imimmaan koo lolaafte...😓 ✅ #JOIN & #SHARE 🖥️📱💻 👇🏾 📡   @Burqaa_Jaalalaa    🔔 📡   @Burqaa_Jaalalaa    🔔
Показати все...
👍 15 3
DARGAGEESSAA FI GORSA JAARSA TOKKOO! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ❏ Dargaggeessa tokkotu ture. Fuudhee akkuma waliin jireenya eegalaniin, jireenyi baay'ee itti ulfaate. Kanaaf sababni, duwwummaa golasaanii ture. Furmaata barbaaduuf mana gadhiisee deemuun dirqama itti ta'e. Manaa fi haadha warraasaa gatee, bakka biraa deemee hojii humnaa hojjetee waa qabatee dhufuuf deeme. Waggaan tokko yeroo dhumu galuuf jedhe, garuu homaayyuu walitti qabatee hinjiru. Galmasaa bara itti aanutti qabate. Bara sanas hinmilkoofne. "Har'a...bor...waggaa har'aa...bara dhufu...." osoo jedhuu waggaa 15 mana irraa fagaatee ture. Maallaqni inni walitti qabatee jiru qarshiii 3000 qofaadha. Amma galuun hin oolumaaf, kanuma qabatee galuuf qajeele. Namoota muraasa ta'anii osoo daandii dheeraa deemaa jiranii, jaarsa tokkotti dhufani. Haasawaa keessa, dargageessichi haala keessa ture itti haasahuu hindhiifne. Kanaan wal qabsiisee jaarsichi waan tokko jedheenii. "Qarshii qabattee jirtu kana naaf kenni, animmoo gorsan si gorsa. Gorsi ani si gorsu kun, furtuu jireenyakee ta'a" jedheen. Akka godhu dhabe. Kan qabuu kanuma, kanuma kennuuf jira. Kennes! Jaarsis, qarshii 3000 kanaan gorsa sadii kenneef. "1. Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hin deemiin! 2. Waan si hin ilaallanne keessa hin seeniin! 3. Ariifattee murtoo hin kenniin!" kan jedhu ture. Dargageessichi gorsa isaa fudhatee harka duwwaa isaa yommuu qajeelu, warreen kaan gorsicha tuffachuun itti qoosaa turani. Akkanumaan osoo deemanii, bakka wayii gahani. Karaa bosona tokko keessa nama baasu deemuuf yeroo qajeelan, dargageessichi gorsa jaarsaa yaadatee deebi'e. "Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hin deemiin!" jedheera jaarsi. Kanaaf warreen kaan dhiisee karaa biraa qabate. Osooma deemuu, karaatti itti dhiyee mana namaatti gore, buluuf. Osoon turiin oduu tokkootu gurra isa bu'e. Saamtonni jarreen bosona keessa bahuuf deeman sana saamanii boodarra akka isaanuu ajeessan, oduu gaddaa dhagahe. Gorsa jaarsaattis baay'ee gammade. Mooraa mana bulee sana keessatti awwala arge, dargaggeessichi. Maal akka ta'e gaafata. Abbaan manaa akkana jedha; "Manni koo karaarra waan ta'eef, namoonni goranii bulu. Yeroo kana haati manaa koo maaliif akka akkas fokkiftu na gaafatu. Yeroo kana, ani aareen isaan ajjeessa. Ajjeeseen isaan awwaala. Kun awwaala isaaniiti. Ati akkana naan jechuu dhabuu keetiin badhaasa qabda" jedheenii qarshii 10,000 badhaase. Yeroo kana dargageessichi naasuu guddaa keessa taa'ee waa tokko yaadate. "Waan sin galchine keessa hin galiin" jedhee ture jaarsi. Guyyaa itti aanu gara mana isaa duraa, gara haadha manaa isaa deemuuf imala eegale. Halkan keessaa sa'aa 6tti gahe. Raftee jirti. Hirriba keessaa hin kaasu jechuun, suuta jedhee harka loofatee banatee ol seene. Ajaa'iba arge. Haati warraasaa dargaggeessota lama jidduu rafaa jirti. Aaree waraanuuf jedhee, gorsa jaarsaa yaadate. "Ariifattee hinmurteessiin!" kan jedhutu isa dhorke. Aariima guddaa keessatti of qabeetu, gadi bahee galbii bule. Ganama haati warraasaa yeroo kaatu, isa argitee naatee boo'uu eegalte. Itti marmitees akkana jetteen; "Baga nagaan naaf dhufte. Anis waggaa hedduuf obsaan si eegaan ture. Yeroo ati deemte kan garaatti na hafanii turan, kunoo amma dargaggoota ta'anii si eegani." Jarri isheen jidduu raftu ijoolleemasaa turani. Galgala badii gochuu dhiisuusaaf baay'ee galateeffate. Gorsa jaarsaan akkasitti nama ta'e. Jireenya gammachuus maatiisaa waliin jiraachuu eegale. Qarshii 3000'n waan qarshiin hin bitne argate. Ergaa koo: ❏ Gorsis ta'e muuxannoon dhala namaaf daandiidha. Jiruufi jireenya guyyuu keessatti galaa ta'uun nama sooru. Ogeessi isa gorsa fudhatuufi hojiirra oolchudha. Fudhachuu dhiisuun garuu, aarsaa hintaane nama kanfalchiisa. Yeroo tokko tokko, waan xiqqo barbaachisuuf jecha isa hundumarra barbaachisutti dugda gannee argamna. Akkanaan dhabaa jiraanna. Kanaaf hubannaatu fala. Yeroo kamuu haa barannu, muuxannoo fi gorsa ofitti haa aanfannu! 📡   @Burqaa_Jaalalaa    🔔 📡   @Burqaa_Jaalalaa    🔔
Показати все...
👍 15 3😁 1
Repost from N/a
» Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali! ☁️              ☁️                       🛰          ☁️              ☁️      ☁️             ☁️                                     ☁️ ☁️     ☁️ ☀️              ☁️             ✈️ ☁️              ☁️☁️  ☁️      ☁️           🚁      📡 ☁️ 🏡🏬🏥🏡🏭.    🏨🏣🏦                      / | \      _🚂🚃  /   |   \ 🚩___        👬🚦 /    |     \ 🚦🚶         🌳   /      |        \  🌳               /        |          \    🐐         🎡      🌳  /  🚔   |  🚔     \ ⛽️       🏟           /            |             \   🌵 /      🚖   |  🚘          🚴       /                |       🚔     \     /         🚍    |                   \   /                    |                     » Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just «JOIN» Now! Affeerraa Gaarii 🌄 + Subscribers Free Promoter 🎆 𝑺𝒑𝒐𝒏𝒔𝒐𝒓𝒆𝒅 𝒃𝒚: 𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢 𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦  𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩s @Oromoon_Oromoof_PostBot Ads    • @hope_promo
Показати все...
17👍 4
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.