cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Qormaata Biyyaalessaaf kan sin qopheessuu 👩‍💻

Student text book,teacher guide,reference book and grade 12 model exam you can get any ting😎

Більше
Ефіопія3 752Англійська70 995Освіта27 020
Рекламні дописи
5 242
Підписники
-1224 години
-1007 днів
+4 68430 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Odeefannoowwan airdrop(online money) argattanii maalaqa guddaa argachuuf Liinkii kanaa gadii fayadamuun "JOIN" jedhaatii irraa fayyadamoo tahaa👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ethio_Airdrop_C 👆👆👆👆👆👆👆👆 Osoo hin turiin
Показати все...
🥰 2
JOIN
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Odeefannoowwan airdrop(online money) argattanii maalaqa guddaa argachuuf Liinkii kanaa gadii fayadamuun "JOIN" jedhaatii irraa fayyadamoo tahaa👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Ethio_Airdrop_C 👆👆👆👆👆👆👆👆 Osoo hin turiin
Показати все...
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Fudhachuuf Qophaa'an Hundaaf Ni Fayyada! ----------------------- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaataa_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo_Ministeerri_Barnootaa_Bsaseen Hogganamuun Barattoota Keenya  Bu'a Qabeessa Taasisa. Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa qajeelfama naamusa qormaata biyyoolessaa dhaabbilee barnootaa olaanoo ittiin bulchu kan qabu yoo ta'u, kaayyoon walii galaatis barattoota marsariitiirratti(online) qoraman adeemsa qormaataa keessatti  seera kabajanii akka qoraman guchuun sirna haqa qabeessa, amanamaafi walsimaa ta'e diriirsuudha. Qajeelfama kana keessatti barattoota naamusa qormaataa cabsaniifi tarkaanfii fudhatamuu qaban #keewwata35 ta'an tarreffamaniiru. #Keewwata1- Barataan dhugaatii alkoolii dhugee machaa'e gara mooraa qormaataa galuu hin danda'u. Qormaata si'a san kennamaa jiru hin qoramu. #Keewwata2- Barataan ykn barattootni barsiisaa dirqama isaa bahaa jiru sodaachise/sodaachisan qormaata si'a san kennamaa jiru hin qoraman. #Keewwata3- Wiirtuu qormaataaf hin heyyamane, meeshaa qormaataaf hin heyyamamne keessa galanii argamuun dhoorkaadha. #Keewwata4- Barataan waraqaa eenyummaa gate hin qoramu, #Keewwata5- Barattootni qaama qormaata kennuufi bulchuun yeroo gaafataman waraqaa eenyummaa isaanii ibsu agarsiisuu, sakattaa'amuun dirqama ta'a. #Keewwata6- Dubartiin uffata fuulaatiin fuulli isaanii hin mul'anne yoo ta'e, dubartii/dhiirri qormaata kennitu/kennu, dubartiin/dhiirri balbal irratti sakattaatu/ttaa'u fuula irraa fudhattee akka agarsiiftuufi  eenyummaa adda baafachuu dirqama. Barattuun ajaja kana hin kabajne, gara qormaataa hin seentu, qaama nageenyaa achi jiruun to'annaa jala ooltee dhimmi ishee qoratama. #Keewwata7- Yeroo qormaataa kabajuun barbaachisaadha. Garuu, qormaatni kennamuu erga jalqabee daqiiqaa 20 booda  baratan dhufe qormaata si'a sanii qoramuu hin danda'u. #Keewwata8- Qormaata kennamaa jiru daqiiqaa 30 dursanii bahuun dhoorkaadha. Barataan didee bahu yoo jiraate qormaatni isaa/ishee ni haqama. #Keewwata9- Barataan mataa isaa uffataan, dhahannaa dabbasaatiin, maaskii fuulaatiifi  bifa namoota biroo goyyomsuufi rifachiisuun of dhoksuu yaale qormaata hin fudhatu. #Keewwata10-Barataan qormaata    erga dubbisee booda waan dhukbsate fakkaatee kutaa qormaataatii bahe/baate qormaata hin fudhatu/ttu. Qaama nageenya achi jiruun to'annaa jala oolee/ttee dhimmi qoratama. #Keewwata11- Barataan ta'e jedhee, qormaatni hatame jechuun barattoota jeequu yaale qormaata hin fudhatu, ni dhoorkama. #Keewwata12- Barataan qormaata fudhatu tokko kutaa itti ramadameen ala qoramuu hin danda'u. Kan yaalu yoo jiraate to'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata13- Yeroon qormaataaf kenname erga xumuramee booda barreessuun dhoorkaadha. Barreessuu yoo dhaabuu baate immoo, barsiisaan qormaata kennu  of eeggannoo afaanii kennuu qaba. kanaanis yoo dhaabuu baate, waraqaa deebii irratti mallattoo addaa gochuu ni danda'a. #Keewwata14- Gara kutaa qormaataa galamu sakattaa'amuu kan dide qormaata hin fudhatu. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata15 - Barataan barsiisaa qormaata kennuufi hojjattoota haala mijeessan arrabse, sodaachiseefi abaare qormaata si'a sanii hin fudhatu. Dhimmi isaas ni qoratama. #Keewwata16 - Bilbila qabatanii galuun dhoorkaadha. Kan qabatee argame qormaata irraa ari'ama. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata17- Waraqaa eenyummaa barataa biraa qabachuun, bakka bu'anii qoratamuuf  yaalun dhoorkadha. Kan yaalee argame qormaata sadi walitti aansee jiru hin fudhatu. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #keewwata18- Qormaatni qisaasame jechuun odeeffannoo dogoggoraa barataan kenne of eeggannoo afaaniittu kennamaaf. #Keewwata19- .Yeroo dhimmi yakkaa qoratamu yaadannoo qabachuun, kaalkuleetara, bilbila harkaa, meedhaalee sagalee waraabaniifi suuraa kaasan qabachuun dhoorkadha. 👆 kun Biiroo barnoota kan bareefamedha For more join👇👇 @educationforallk
Показати все...
👍 1 1
HILL SIDE SCHOOL Mathematics Review Questions For Grade 12 Worksheet on Mathematical Reasoning @educationforallk
Показати все...
HILL SIDE SCHOOL WORKSHEET ON MATHEMATICAL REASONING.pdf2.54 KB
1
grade 11 worksheet.pdf7.72 KB
👉Nama 100f TON 1 kan sinii kennu dha:fudhachuuf jalqaba: 1,Linkii start jedhaa 2,Gaaffii ida'uu isiin gaafatu sirriitti deebisaa Fkn: 35+14=49 3Nama 100 TON 1 kan sinii kennu dha: 1,Linkii start jedhaa 2,Gaaffii ida'uu isiin gaafatu sirriitti deebisaa Fkn: 35+14=49 3,Continue tuqaa 4, Language English filadhu 5, Continue tuqii 6, akka isinii fiduuf chanalii isaani join godhaa ti "Check Subcription" kan jedhu tuqaati fudhadhaa Linkiin kessan kunooti 👇 https://t.me/wontonairdrop_bot?start=5463709123 Soba jettani hin dhiisin yaaluun waan tokko ganna kana wajiin hojjenna😎
Показати все...
$WONTON BOT

The fastest growing community on TON. Wonton channel: @cryptowonton Help: @WontonSupport

1
Extreme Series Exam Book Natural Science Grade  11-12 Year 2002-2010 For More👇 @educationforallk
Показати все...
Extreme series Exam Book 2002-2010.pdf247.70 MB
4
Repost from N/a
Abba murtii:konkolaticha hatuuf maaltu si kakaase Hattuu:konkolaatichi naannoo awwalchaa turee Abba murtii :yoo ta'e woo? Hattu:abban konkolaticha hin du'en se'eeka. 😂😂😂😂😅😅 Share➬ @kottu_kolfii
Показати все...
@QesemAcademy English Pilot Exam 001 .pdf3.81 MB
👍 1
@QesemAcademy biology_evolution_questione.pdf4.44 KB
👍 1
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.