cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ

Miidiyaa #Seeraa fi #Sirna Mana Kiristaanaa Ortodooksi #Tawaahidoo Itoophiyaa Eegee Barumsa Mana Kiristaanaa (#Doogmaa, #Qannoonaa fi #Darbii_Darboo Qulqullaa'oo) Barsiisu. Yaadaa fi Gaaffii qabdan maraaf karaa @Sotm001 fi @Sotm002 keessaan nu quunnamaa.

Більше
Країна не вказанаМова не вказанаРелігія і духовність34 097
Рекламні дописи
2 629
Підписники
+1424 години
+267 днів
+2630 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

+Qulqulluu Yohaannis Isa Cuuphaa+ #Seensa ➭Yohaannis jechuun gammachuu jechuudha. Galmee qulqullootaa manni kiristaanaa keenya fudhattu keessatti maqaa Yohaannis kanaan kan waamaman qulqulloota 38tu jira. Isaan keessaa tokko Yohaannis Cuuphaadha. Yohaannis cuuphaan inni karaa Gooftaa qulqulleessaa ture raajaa kakuu moofaa isa dhumaa fi kan kakuu haaraa isa jalqabaati. Qulqulluun kun qulqulloota keessaa wanti adda isa godhu Gooftaan harka isaatti cuuphamuu isaatiinidha. Kana waan ta'eef kiristaana tokkoof waa'ee qulqulluu kanaa waan bu'uuraa beekuun dirqama isaa fi akkasuma eebba guddaa kan qabudhas! Waxabajjii 30 guyyaa dhaloota isaatu yaadatamee oola!  Guutuu isaa link gadiin 👇 "INSTANT VIEW" jedhu tuquun seenaa dubbisaa! ✍️ @soteriamedia✍️ https://telegra.ph/Qulqulluu-Yohaannis-Isa-Cuuphaa-07-06
Показати все...
Qulqulluu Yohaannis Isa Cuuphaa

#Seensa ➭Yohaannis jechuun gammachuu jechuudha. Galmee qulqullootaa manni kiristaanaa keenya fudhattu keessatti maqaa Yohaannis kanaan kan waamaman qulqulloota 38tu jira. Isaan keessaa tokko Yohaannis Cuuphaadha. Yohaannis cuuphaan inni karaa Gooftaa qulqulleessaa ture raajaa kakuu moofaa isa dhumaa fi kan kakuu haaraa isa jalqabaati. Qulqulluun kun qulqulloota keessaa wanti adda isa godhu Gooftaan harka isaatti cuuphamuu isaatiinidha. Kana waan ta'eef kiristaana tokkoof waa'ee qulqulluu kanaa waan bu'uuraa…

23👍 3🔥 2
⚜️Namni Suni Si'iidha⚜️ ➭Mootota Israa'el hunda keessaa Waaqayyoon kan filatame, mootii uummataan jaalatame tokkotu ture. Iseey maqaa abbaa isaati; ijoollee dhalatan keessaa xiqqaa fi isa dhumaa yoo ta'u hojiin isaa hoolota tiksuudha. Kennaan farfannaa Waaqayyo biraa kennameefiin afuurota hamoo mooticha Saa'ol bara sanaa irra ture dhiphisaa fi baasaa ture. Tajaajilaa mooticha Saa'ol ta'ee osoo jiruu Waaqayyoon garuu gara isaa ilaaluun isa filate. Guutuu isaa link gadii👇"INSTANT VIEW" jedhu tuquun seenaa dubbisaa! ✍️@soteriamedia✍️ https://telegra.ph/Namni-Suni-Siidha-2Saam127-07-04
Показати все...
Namni Suni Si'idha [2Saam.12:7]

     ➭Mootota Israa'el hunda keessaa Waaqayyoon kan filatame, mootii uummataan jaalatame tokkotu ture. Iseey maqaa abbaa isaati; ijoollee dhalatan keessaa xiqqaa fi isa dhumaa yoo ta'u hojiin isaa hoolota tiksuudha. Kennaan farfannaa Waaqayyo biraa kennameefiin afuurota hamoo mooticha Saa'ol bara sanaa irra ture dhiphisaa fi baasaa ture. Tajaajilaa mooticha Saa'ol ta'ee osoo jiruu Waaqayyoon garuu gara isaa ilaaluun isa filate. Kallattumaan lafa Hoolota tiksuu waamee mooti Israa'el ta'ee akka muudamu taasise…

15👏 2👍 1
#Kutaa-Xumuraa Barumsi kadhannaa irratti barsiisaa Darajjee Boggaalan (Dn) Miidiyaa Sootiriyaa irratti kennamaa ture kutaan 4ffaan  fi xumuraa kunooti. Kutaalee sadan darbanis tartiiba isaanin dhaggeeffachuun hubannoo guutuu akka qabaattan  maqaa Waaqayyoon isin affeerra. Tajaajilicha irraa hirmaachuuf maatii Miidiyichaa akka taatan affeerraa afuura qulqulluu isiniif taasifna https://youtu.be/DeqSs6typsA
Показати все...
Barumsa Kadhannaa kutaa 4ffaa b/sa Darajjee Boggaalatiin (Dn)

Kutaa kun kutaa xumuraati. Kutaa kana hordofuu dura kutaalee sadan darban yoo hordoftan hubannoo guutuu argattu. Tajaajilicha bal'inaan argachuuf ykn immoo Kiristaanota biraan gahuuf karaa liinkiiwwan armaan gadii kanaan seenuun Miidiyaa hundeeffamarra jiru kana #Subscribe, Join, follow godhaa!👇 ➭YouTube ►

https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

➭Telegram Channel ►

https://t.me/Soteriamedia

➭Facebook Page ►

https://www.facebook.com/soteriamedia21

#EOTC #church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch

11👍 2
⚜️ Jireenya Gaabbii⚜️ ➭Abboonni gaafa dubbatan, 'namoonni mana kiristaanaa keessatti rakkoo guddaa uuman warra gaabbii hin galledha" jedhu. Dhugumayyuu mana kiristaanaa keessa jiraatanii jireenyi isaanii garuu akka ta'utti kan hin jijjiiramne namoota gaabbii hin galledha. Namni jireenyi isaa kan jijjiiramu hammuma qalbii isaa jijjiirrateen qofadha. Guutuu isaa link gadii 👇 "INSTANT VIEW" jedhu tuquun dubbisaa! ✍️@soteriamedia✍️ https://telegra.ph/Jireenya-Gaabbii-07-01
Показати все...
"Jireenya Gaabbii"

➭Abboonni gaafa dubbatan, 'namoonni mana kiristaanaa keessatti rakkoo guddaa uuman warra gaabbii hin galledha" jedhu. Dhugumayyuu mana kiristaanaa keessa jiraatanii jireenyi isaanii garuu akka ta'utti kan hin jijjiiramne namoota gaabbii hin galledha. Namni jireenyi isaa kan jijjiiramu hammuma qalbii isaa jijjiirrateen qofadha. ➭Namni tokko tokko barbaachisummaa gaabbii waan hin hubanneef rakkoo isaa qalbii jijjiirrachuudhaan furamu waan biraatiin furuuf ni dhama'a. Namni tokko tokko mataa isaa gadi qabatee…

👏 8 7👍 4
⚜️''የንስሐ ሕይወት''⚜️ ➭አባቶች ሲናገሩ ''በቤተክርስትያን ውስጥ ትልቅ ችግርን የሚፈጥሩ ሰዎች ንስሃ ያልገቡ ሰዎች ናቸው '' ይላሉ፡፡ እውነትም በቤተክርስትያን ቆይተው ህይወታቸው ግን እንደሚገባው የማይለወጥ ሰዎች ንስሃ ያልገቡ ሰዎች ናቸው፡፡ ሰው ህይወቱ የሚለወጠው ንስሃ በገባው መጠን ብቻ ነው ፡፡ አንዳንድ ሰው ንስሃን አስፈላጊነት ስለማይረዳ በንስሃ የሚፈታውን ችግሩን በሌላ ነገር ለመፍታት ሲሞክር ይንከራተታል፡፡ አንዳንድ ሰው ራሱን አዋርዶ ንስሃ ከሚገባ ይልቅ በመልካም ስራ የህይወቱን ችግር ሊያሸንፍ ሲጣጣር ህይወቱን ይገፋል፡፡ነገር ግን  እግዚአብሄርን የሚያስድስተው ንስሃ የሚገባ ሰው ህይወት ነው፡፡ ንስሃ ያልገባ የማንኛውም ሰው መልካም ስራ እግዚአብሄርን አያስደስተውም፡፡ ''እላችኋለሁ፥ እንዲሁ ንስሐ በሚገባ በአንድ ኃጢአተኛ በእግዚአብሔር መላእክት ፊት ደስታ ይሆናል''። የሉቃስ ወንጌል 15፡10 ➭አንዳንድ ሰው ደግሞ ይቅርታ ነፃ እንደሆነ ስለማይረዳ ንስሃ ከመግባትና መንገዱን ከመቀየር ይልቅ ለክፉ ስራው በመልካም ስራ ለመክፈል ይፈልጋል፡፡ የንስሐ ሕይወት ከሌለን ለክፉ ስራ የሚከፈል ምንም አይነት መልካም ስራ የለም ።"ሁላችን እንደ ርኩስ ሰው ሆነናል፥ ጽድቃችንም ሁሉ እንደ መርገም ጨርቅ ነው፤ ሁላችንም እንደ ቅጠል ረግፈናል፥ በደላችንም እንደ ነፋስ ወስዶናል።" ትንቢተ ኢሳይያስ 64፡6. ሃጢያትን የሰራ ሰው ያሳዘነው እግዚአብሄርን ነው፡፡ ክፉ ስራ ሰርተን እግዚአብሄርን በመልካም ስራ ብቻ አናታልለውም ፡፡ ነገር ግን መልካም ስራ መስራትም ተገቢ እንደ ሆነ ታዘናል። "እንግዲህ አምላካችሁ እግዚአብሔር የአማልክት አምላክ የጌቶችም ጌታ፥ ታላቅ አምላክ ኃያልም የሚያስፈራም፥ በፍርድ የማያደላ ነውና እናንተ የልባችሁን ሸለፈት ግረዙ፥ ከእንግዲህ ወዲህም አንገተ ደንዳና አትሁኑ።" ኦሪት ዘዳግም 10፡16-17 ➭ንስሃ ያልገባ ሰው መልካም ስራ ብቻ በእግዚአብሄር ፊት እንደ መርገም ጨርቅ አፀያፊ ነው፡፡ ንስሃ መግባት ማለት ደግሞ ማልቀስ ብቻ ማለት አይደለም፡፡ ንስሃ መግባት ማለት ደግሞ በሃጢያት ማዘን ማለት ብቻ አይደለም፡፡ ንስሃ መግባት ማለት የህይወት ለውጥ ነው፡፡ "የእግዚአብሔር ፈቃድ እርሱም በጎና ደስ የሚያሰኝ ፍጹምም የሆነው ነገር ምን እንደ ሆነ ፈትናችሁ ታውቁ ዘንድ በልባችሁ መታደስ ተለወጡ እንጂ ይህን ዓለም አትምሰሉ። ሮሜ 12፡2 ➭እግዚአብሔር የሚቀበለው ንስሃ የገባ ሰውን የንስሃን ፍሬ ነው፡፡ ሰው ንስሃ ከገባ በኋላ መመለሱን የሚያሳየው በመልካም ስራ እና ወደ ቅዱስ ሥጋው ወደ ክቡር ደሙ በመቅረብ ነው፡፡ ከንስሃ ውጭ ሌላ የተሳሳተን ሰው ህይወት የሚለውጥ ምንም ነገር የለም፡፡ የሰው ህይወት የሚያርፈው በንስሃ ነው፡፡ "የእስራኤል ቅዱስ፥ ጌታ እግዚአብሔር እንዲህ ይላልና፦ በመመለስና በማረፍ ትድናላችሁ፤ በጸጥታና በመታመን ኃይል ይሆንላችኋል፤ እናንተም እንቢ አላችሁ፥" ትንቢተ ኢሳይያስ 30፡15 ➭ተመሳሳይ ነገር እያደረግን የሕይወት ለውጥ መጠበቅ ሞኝነት ነው፡፡ አዲሱን ወይን ጠጅ በአሮጌ አቁማዳ እንደማያደርጉት ሁሉ ህይወታችን በአዲስ መንገድ እንዲጀመር አሮጌውን መተው አለብን፡፡ "በአረጀ አቁማዳ አዲስ የወይን ጠጅ የሚያኖር የለም፤ ቢደረግ ግን፥ አቁማዳው ይፈነዳል፥ የወይን ጠጁም ይፈሳል አቁማዳውም ይጠፋል፤ ነገር ግን አዲሱን የወይን ጠጅ በአዲስ አቁማዳ ያኖረዋል፥ ሁለቱም ይጠባበቃሉ።" የማቴዎስ ወንጌል 9፡17። ➭ስኬትና ክንውን ያለው ሃጢያትን በመደበቅ ሳይሆን መተው ላይ ነው፡፡ የምንነፃው ስለሃጢያታችንን ንስሃ ስንገባ ብቻ ነው፡፡ "ኃጢአቱን የሚሰውር አይለማም፤ የሚናዘዝባትና የሚተዋት ግን ምሕረትን ያገኛል።" መጽሐፈ ምሳሌ 28፡13 "በኃጢአታችን ብንናዘዝ ኃጢአታችንን ይቅር ሊለን ከዓመፃም ሁሉ ሊያነጻን የታመነና ጻድቅ ነው።" 1ኛ የዮሐንስ መልእክት 1፡9 ንስሃ ሃጢያትን ነቅሎ የመጣል ታላቅ ሃይል አለው፡፡ ንስሃ ህይወትን የመለወጥ እና የማደስ ሃይል አለው፡፡ በንስሐ ሕይወት እንድንኖር የእግዚአብሔር ቸርነት : የድንግል ማርያም አማላጅነት : የአባቶቻችን በረከት ይርዳን።አሜን🙏 መ/ር አሸናፊ ሲሳይ (ዲ/ን፣ B.TH) ሶትርያ ሚዲያ ሰኔ፣2016 አዲስ፣ አበባ የሚዲያውን አገልግሎት ለመቀላቀል👇 ➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg ➭Telegram Channel►https://t.me/Soteriamedia ➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
Показати все...
7👍 2
⚜️ Walloo Moo Waloo? ⚜️ ➭Kanarras geenyeerra; waltajjii guddaatu ture; namni hunduu rakkinoota godina isaa keessa jiru ibsuu isaan dura waa’ee gaarummaa laga isaa dubbatata. Itti aansuun ammoo nuti osoo akkas seenaa gaarii qabnuu illee godina biraa caalaa rakkoo keessa jirra jechuun komii isaanii kaasu. Inni kaan ammoo nuti gootota hedduu osoo qabnu seenaan keenya dagatame; warri kaan osoo nyaatanii nuti beelofne; warri kan aspaaltiin nuti immoo piistaa irra baraan ifaajna jechuun waa’ee rakkoo daandii isaanii cinaadhaan dubbatatu. Namoonni hunduu waa’ee rakkoo laga isaanii caalaa waanuma waa’een milkaa’ina godina biroo dhukkubbii isaanitti ta’e fakkaata. ➭Namichi waltajjii gaggeessu, yaada isaanii akka ibsataniif dhuma irratti jaarsa Walloo irraa dhufaniif carra kennee; mee isin warri Walloo hoo maal jettu? yeroo jedhu, namni Walloo dhufee yaa'icha keessa jiraachuu isa yeroo baran, namni hunduu gungumaa “maaliif hanga ammaa Walloon carraa dhowwattan? Osoon beeke carraa koon dabarsaaf jechuu jalqaban. Jaarsi ogeessi kuni dubbii isaa yeroo eegalu namni hunduu akkuma lafti keenya fagoo carraan keenyas fagaatte jedhee akka eegalu hunduu qabatamaatti amananii dubbii isaa dhaggeeffachuu eegalan. Jaarsi ol jedhee! "Obboloota koo dhimmi waloo malee dhimma Walloo waanan jedhu hin qabu. Walloon rakkoo baay’ee qabaatus, waloon yoo jiraate malee furmaata hin argatu, kanaaf yaaddoon koo ijoon waloo keenya malee Walloo miti. Yoo isin waloo keessan cimsattan Walloofis gaaddisa taatu; walii walii keessanitti inaafaa Walloof ammoo inaafuu hin dandeessan” jedheen. #Ergaa ➭Obbolleessa koo har’as jireenyi kiristaanummaa keenya waloo malee akka hin miidhagne hubateettaa? Mootummaa Waaqayyootti tokkummaadhaan jiraaachuuf warra abdiidhan eeggachaa jirru ta’uu keenya hin dagatiin! Kitaaba Qulqulluu irratti akkuma caqasame yeroo tokko haati Yohannis fi Yaa’iqoob kabaja dhala nama hundaaf dhufuu Gooftaa osoo hin hubatiin fakkaata, kadhannaa 'ijjoollee koo mirgaa fi bitaa kee naaf teechisi' jedhu kadhattee turte. Kanarraa ka'uun Gooftaanis, "waan kadhattan hin beektan" barumsa jedhu barsiisee ture. Kanaaf anii fi si'i Gooftaa birattis waan hin jaalatamne akka haadha ulfina nama hundaa irra ulfina ijoollee ishee barbaadde sanaatti kabaja waliin argannu caalaa inni dhuunfaa nu dhiphisuu hin qabu. Kanaaf tajaajilli kee, beekumsi kee, beekamtiin kees ogummaa fi kennaan kees gamtaa kana waliin ija qabaata. Yoo gamtaan dhugaa kun kabajame atis sanuma keessa ulfina bara baraa argatta. Qulqullichi Phaawuloos “nuyi bu’aa dhaqna waliiti” (Ef. 4:25) akkuma jedhe hubannee tokkummaadhaan haa jiraannu; tokkummaa keenyaaf dursa haa kenninun jedha. Waaqayyoof Galanni Haa Ta'u🙏 Miidiyaa Sootiriyaa Mul’isaa Olaanii(Dn.) Waxabajjii, 2016 Finfinnee Tajaajilichi kan hunda keenyaa waan ta'eef Toorawwan miidiyaa Miidiyichaa #Subscribe #Like #Follow gochuun, hiriyyoota keessan affeeruun tajaajilicha haa deeggaru! Miidiyaa Sootiriyaa👇 ➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg ➭Telegram Channel►https://t.me/Soteriamedia ➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
Показати все...
MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ

Miidiyaa #Seeraa fi #Sirna Mana Kiristaanaa Ortodooksi #Tawaahidoo Itoophiyaa Eegee Barumsa Mana Kiristaanaa (#Doogmaa, #Qannoonaa fi #Darbii_Darboo Qulqullaa'oo) Barsiisu. Yaadaa fi Gaaffii qabdan maraaf karaa @Sotm001 fi @Sotm002 keessaan nu quunnamaa.

🥰 8👍 5 4
#Kunoo - እነሆ Afaanii fi Tajaajila Afuurawaa (ቋንቋ እና መንፈሳዊ አገልግሎት) Dhimma kanarratti turtii B/saa Mulgeetaa Ayyaalew (Dn), B/saa Saamu'eel Shaalloo (Dn) waliin taasisan kutaa 1ffaan isaa #Kunoo በዚህ ጉዳይ ላይ መ/ር ሙልጌታ አያለው (ዲ/ን) ከመ/ር ሳሙኤል ሻሎ (ዲ/ን) ጋር ያደረጉት ቆይታ የመጀመሪያ ክፍል #እነሆ https://youtu.be/_m2MRnE4G6Y
Показати все...
Qooqa fi Tajaajila afuurawaa Bsa Saamu'eel Shaalloo (Dn) waliin

Tajaajilaa fi qooqa Tajaajilichi kan hunda keenyaa waan ta'eef youtube Miidiyichaa #subscribe gochuun tajaajilicha haa deeggarru. YouTube ►

https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg

➭Telegram Channel ►

https://t.me/Soteriamedia

➭Facebook Page ►

https://www.facebook.com/soteriamedia21

#EOTC #church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #mahiberekidusan #Sambetube

13👍 5🔥 1
01:39
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Afaanii fi Tajaajila Afuurawaa (ቋንቋ እና መንፈሳዊ አገልግሎት) Dhimma kanarratti turtii B/saa Mulgeetaa Ayyaalew (Dn), B/saa Saamu'eel Shaalloo (Dn) waliin taasisan kutaa 1ffaa isaa har'a galgala (22-10-2016) sa'atii 2:00tti ALI YouTube Miidiyaa Sootiriyaa irratti nu eegaa! በዚህ ጉዳይ ላይ መ/ር ሙልጌታ አያለው (ዲ/ን) ከመ/ር ሳሙኤል ሻሎ (ዲ/ን) ጋር ያደረጉት ቆይታ የመጀመሪያ ክፍል ዛሬ (22-10-16) ማታ በ2:00 በሶትርያ ሚዲያ ዩቲዩብ ይጠብቁን። Tajaajilichi kan hunda keenyaa waan ta'eef Toorawwan miidiyaa Miidiyichaa #Subscribe #Like #Follow gochuun, hiriyyoota keessan affeeruun tajaajilicha haa deeggaru! Miidiyaa Sootiriyaa👇 ➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg ➭Telegram Channel►https://t.me/Soteriamedia ➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
Показати все...
240.58 MB
8👍 2🔥 1
⚜️Yooseef⚜️ (Kutaa 1ffaa) ➭Mootichi Gibtsi Farahoon 'Tsafnaat Pa’inaah' jedhee moggaase. 'Fayyisaa biyya lafaati' jechuudha jedhee hayyichi Oorigen yoo hiiku; barreessitoonni baay'een immoo iccitii hiikaa jedhanii maqaa kana ibsu. Haati isaa lammannis haa dhalatu jechuu barbaaddee Yooseef jette. Yooseef abbaa isaa Yaahiqoobif ilma 11ffaa yommuu ta’u haadha isaa Raaheliif mucaa jalqabaati. Waggaa 13n dura yeroo umurii ganna 17 ta’u jaalala inni abbaa isaa biratti argateen akkasumas kennaawwan Waaqayyoo isaaf kenneen obboloonni isaa isatti inaafan. Guutuu isaa link gadii👇 "INSTANT VIEW" jedhu tuquun seenaa dubbisaa! ✍️@Soteriamedia✍️ https://telegra.ph/Yooseef-Kutaa-1ffaa-06-27
Показати все...
Yooseef (Kutaa 1ffaa)

➭Mootichi Gibtsi Farahoon 'Tsafnaat Pa’inaah' jedhee moggaase. 'Fayyisaa biyya lafaati' jechuudha jedhee hayyichi Oorigen yoo hiiku; barreessitoonni baay'een immoo iccitii hiikaa jedhanii maqaa kana ibsu. Haati isaa lammannis haa dhalatu jechuu barbaaddee Yooseef jette. Yooseef abbaa isaa Yaahiqoobif ilma 11ffaa yommuu ta’u haadha isaa Raaheliif mucaa jalqabaati. Waggaa 13n dura yeroo umurii ganna 17 ta’u jaalala inni abbaa isaa biratti argateen akkasumas kennaawwan Waaqayyoo isaaf kenneen obboloonni isaa isatti…

19👍 2🔥 1
⚜️Sodaa Waaqayyoo⚜️ Waa'ee sodaa Waaqayyoo qabaachuu abboonni akkas jedhu; ➭Abbaa Eeliyaas akkas jedhe: "wantoonni sadii baay'ee na yaaddessu; sababa isaanitiin kan ka'e nan sodaadha. Isaanis; lubbuun koo foon koo irraa yeroo adda baatu, fuldura murteessaa sodaachisaa sana yeroo na dhaaban, fi jechi murtii yeroo ana irratti dubbatamee dha." ➭Obboleessi tokko "gadda addunyaa kan jedhamu maalidha?" jedhee yeroo isa gaafatu "gaddi sodaa Waaqayyoo waliin walii hin galle fi waliin hin deemne hunduu gadda addunyaa kanaati." jedheen. ➭Abbaa Qalmiis "Namni laphee isaatii sagalee sodaa Waaqayyoo hin qabne du'aa ta'uu isaa haa baru." jedhe. ➭Qulqulluu Baasiliyoos "Seexanni Kiristoos laphee kee keessa jiraachuu fi jiraachuu dhabuu ni beeka diinni yeroo dheekkamtu ykn iyyitu ykn yeroo jecha yaraa gatii hin qabne dubbattu yoo si argu  Waaqayyoon akka si keessa hin jiraanne ni beeka. Yeroo sanatti keessa keetittis ala keetittis, kan laphee kee keessa jirus osoo hin hafiin ni bita; akka hattuu hammaataa, akka mana balbala cufaa hin qabnee seeneetu keessoo isaa ni sakatta'a." ➭Obboleessi tokko maanguddoo tokkoon "lapheen koo na jalaa jabaatee jira, Waaqayyoonis hin sodaadhuutii maal haa godhu?" jedhee gaafateen. Maanguddichis "nama gaarii/gameessa Waaqayyoon sodaatu waliin jiraadhu." jedheen. ➭Abbaan Yaa'iqoob akkas jedhe: "Yeroo ibsaan mana dukkanaa'aa ta'e keessatti ifu dukkanicha dhabamsiisuudhaan mana dukkanaa'e sana akkuma ibsuu fi wanta dura hin mul'anne akka mul'atu akkuma taasisu, akkasumas daawwachiisaan osoo hin barbaachisiin sababa ibsichaa iddoo kam maaltu akka taa'ee jiru arguu fi beekuun akkuma danda'amu sana Waaqayyoon sodaachuun yeroo gara laphee namaa ol lixee seenus waanuma hundasaa kan ife taasisa; jiruu jireenya gaarii hundaa fi ajajoota / seerota Waaqayyoo ni barsiisaan." #Ergaa: ➭Siiraak 1:3 "Waaqayyoon sodaachuun qananii gammachuu lapheeti; qananii gammachuu ni  kenna; ni gammachiisas; baroota lubbuun ittiin jiraatanis ni baay'isa. Namni Waaqayyoon sodaatu dhumni isaa ni bareeda; guyyaa itti du'uttis ni kabajama. Ogummaan inni jalqabaa Waaqayyoon sodaachuu dha." jedha ➭Akkuma abbootiin ibsan Waaqayyoon sodaachuun galaa lubbuu lafa irraa yeroo fooniin jiraannus ta'ee sanaan booda qananii fi gammachuu kan namaaf kennu yoo ta'u ilmi namaa yeroo hundaa jaalalaa fi oolmaa uumaan isaaf taasise hunda osoo hin sharafin yaaduudhaan laphee jaalalaan guuttameen sodaa Waaqayyoon gaaddisa mana kiristaanaa jala jiraachuun ogummaa isa jalqabaa ta'uu beeknee hanga dhumaatti jabaannee akka ittiin jiraannu hayyama Waaqayyoo nuuf haa ta'u. Ameen! #Wabii: ዲ/ን ያረጋል አበጋዝ: ከበረሓውያን ሕይወትና አንደበት; ህዳር 2003. #Hiika: Girmaa Habtaamuu Asfaw (Dn) Miidiyaa Sootiriyaa Waxabajjii 18, 2016 Finfinnee Tajaajilichi kan hunda keenyaa waan ta'eef Toorawwan miidiyaa Miidiyichaa #Subscribe #Like #Follow gochuun, hiriyyoota keessan affeeruun tajaajilicha haa deeggaru! Miidiyaa Sootiriyaa👇 ➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg ➭Telegram Channel►https://t.me/Soteriamedia ➭Facebook Page►https://www.facebook.com/soteriamedia21
Показати все...

17👍 2🔥 1👏 1
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.