cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Nuti Eenyu?

Of ta'uun ofiif ta'u dursa kan of ta'etu ofiif ta'a. ✍️asirraa kanneen argattu 👉Walaloo 👉Jechoota garaagaraa 👉Gors mimmiidhagoo 👉Seenaafi K.K.F.Argattu

Більше
Рекламні дописи
1 215
Підписники
+224 години
+177 днів
+14630 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

@Amanamaa_Ta'i
Namoota yeroo gaarii waliin dabarsite hundaaf amanamaa ta’i Miirri gadaantummaa fi galata dhabuu yoomuu hin dagatamu. 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
Показати все...
👍 1 1🥰 1👏 1
Obboleewwan kiyya qaqqaalii channel youtube kiyya kana seenaa subscribe godhaa nu jabeessaa https://youtube.com/shorts/kmT7tomRkgE?si=4AcxiYahEAdbf408
Показати все...

6🔥 2
💧amantaa koo💧 anaaf amantaan koo amantaa guddinaa diinii diinii caaluu daandii qaroominaa Uummati saalphataan jarri himmaan kufee hin beeku ormi kun Eessaa akka dhufee yaada boodatti hafaan Wallaalaan dhufanii faaruun dagamanii bar diinii dhiisanii warra akkanaatiif jiruun hin mijatin duniyaatti qananiin isaan hin mudatin 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
Показати все...
👍 5 2🥰 1👏 1
jaalalli isaanii yeroomaaf Dhumarratti namoota ashaaraa isaanii onnee keenya irratti dhiisan qofatu nu yaadata. 💔 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
Показати все...
👍 4 1🥰 1👏 1
Nama si dhiisee deeme sababa deemsa isaa hin gaafatin..! Sababa deemsa isaa boorsaa isaa dura waan qopheeffateef...!! 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
Показати все...
👍 6🥰 1👏 1
Wantoota Maallaqni bituu hin dandeenye: 1. Jaalala (Love) 2. Nageenya (Peace) 3. Yeroo (Time) 4. Dhugaa (Truth) 5. Dandeettii/Kennaa uumamaa (Talent) 6. Fayyaa (Health) 7. Amala (Manner) 8. Hiriyaa dhugaa (True Friend) 9. Beekumsa (Knowledge) 10. Bilisummaa (Freedom) 11. Fudhatamummaa/Simboo (Acceptance) 12. Gammachuu (Happiness) 13. Haqa (Justices) join Me√√√√√√√√√√ 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
Показати все...
👍 4 2
Waanuma Argite Kan amantu Yoo ta’e, Namootaan ganamta. 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
Показати все...
👍 4 1🥰 1
Eid_mubarak Assalaamu alayikum ahabaabi fillaahi waggaadhaan nuga'ee alahamdulillaahi guyyaa iida guddaa gammachuu muslimaa baga nagaan geessan xiqqaaf guddaan namaa hiree keenya godhee kunoo harra geenye nashkuruka mawulaa hanguma dandeenyee galchinee hin fixnuu yoomuu galata kee harraan nugahattee tola rahmata keen meeqatu goodaanee hiree kana dhabee meeqatu hiyyoomee qabeenyasaa dhabee meeaqatu dhibamee siree gubbaa ciisaa meeqatu Rakkatee imimmaan harcaasaa nama hedduu dhabee haadhaaf abbaa isaa meeqa irraa dhumee firaa fi obbolaansaa Rabbiin jara irraa adda nu taasisee uummata hundarra caaltuu nu taasiaee diinunaa Al islaam amantii beekumsaa xurree qalloo mitii daandii guddaa ibsaa Eid mubarakin jedhaa baga geessan martuu ayyaanni akkam misha fayyumaa akkam jirtuu kan baranaadhaa warra bara egerii waliin nuhaa ga'u nun baasin gargarii warra baranaadhaa warra bara dheeraa Rabbiin nuhaa godhu warra waliin waaraa 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
Показати все...
4🥰 2👏 2👍 1
@sin_jaallatan “Namni sitti dhiyaatu hundi si hin jaallatu. Namoonni tokko tokko fagootti waan sirrii arguu hin danda’an.” 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
Показати все...
👏 3👍 1 1
@Qooda_kiyya_haa_ta'u ❤❤❤❤❤❤❤❤ uummata tuutaan achitti wal gahuu fagootti ilaaleen dhabe waanan tahuu warri hireen waame kunoo achi jiraa ani humna dhabeen taa'ee hawwaa jiraa osoon hawwuun hafaa jedheetan hiraaraa biyyi itti yaa'aa bahaa fi dhiharraa yaa rabbbi hiree koo maaluma naaf qooddee hajjii dhaquu hawween boo'eetan gadadee waamicha ibraahim keessa mee na galchii osoo hin dhaqin hafuu yaa rabbi na oolchii safaaf marwaa fiigee ka'abaatti naanna'uu yaa arjaa qabaataa qooda kiyya haa ta'uu madiinaa rasuulaa dachii filatamtuu dhaqee ziyaaruun naaf ha murteeffamtuu dachii arafaa san osoo hin dhabbatin maqaama ibraahimitti osoon hin salaatin lubbuu kiyya hin fuudhin Yaa Yaa rabbi yaa allaah si qofattan himadhaa yaa arjaa harka ballaa 🔔 ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ ╔════════════╗ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ☪JOIN: @Nuti_Eenyu ☪ ╚════════════╝
Показати все...
5👏 2
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.