Quick Mobile Solution
Закритий канал
Немає даних
Підписники
-324 години
-157 днів
-6130 днів
Архів дописів
🧶Chaanaalota Akkamii barbaadduu❓
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa
🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ
Free Waver @Rafiqul_Islaam
+4
#Australia , #UK #Indonesia fi #Malayisa 'tti namoonni kumaatamni hiriira ba'uun weeraraafi duguuggaa sanyii Israa'el Filisxiin (Gaazaa) irratti raawwataa jirtu balaaleffachuun deeggarsi namoomaa hatattaaamaan gara Gaazaatti akka seenu gaafatan.
😱 Waan raajii dhugaa yeroo qabdutti fayyadami bot kana irratti qarshii amma funyaanitti argachuu ni dandessa akkamitti yoo jeete jalqabaa start jechuun achiin booda #sharecontact kan jedhuu tuquun achii #officialchannel kan jedhuu tuquun erga channel isaa join gootee booda #joined tuqii akkamitti qarshii argachuu danda'a yoo jeete hiriyoota kee affeertee qarshii hedduu argachuu ni dandessa kana malee hojjjin biroon jiruu maalumaf seennii ilaalii caarraa kanatti fayyadamii ❤️
Start 👇👇👇👇👇 NOW
Repost from LIFE MOTIVATION
🔰 Namoota Telegram Fayyadamuun Qarshii Hojjechuu Barbaaddan qofaaf🔰
✅Bot'n Armaan Gadiitti 👇👇Argitan Nama 1 yeroo Affeertan Qarshii Sadii Isiniif Kaffala.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/ET_Click_Bot?start=5728376436
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
1️⃣ Jalqaba Link armaan olii tuquun Start Godhaa
2️⃣ Button Share My Phone Number Jedhu tuqaa
3️⃣ username isiniif erge tuquun Chaanaalii Isiniif Dhufe Join Godhaa. 👇
https://t.me/ET_Click_Official
Sana booda Link keessaniin Nama aaffeeruun Qarshii Walitti Qabattanii Baafachuu qofatu isin irraa eegama.
🎉ለ10ሰው ብቻ የ100 ብር ካርድ ሽልማት
እስካሁን 3 ሰው ተሸልሞዋል
7 ሰው ይቀራል ይሸለሙ
👇👇👇👇👇👇👇👇
* 805 *4362891…See All
WAVE FOLDER ተመዝገቡ
በ@Nati_12_24🏃♂ያናግሩኝ
ቻናሎችን ያለምንም ክፍያ እናሳድጋለን።
😊ፍጠኑ ሳይሞላ 🏃🏃💨
ለመመዝገብ ከ 6k+ inbox
@Nati_12_24
@Nati_12_24
ዛሬ ማታ 1 ሰዓት ሳይሞላ ተመዝገቡ
Itiyoophiyaan weerarri Israa'el Gaazaa irratti gaggeeffamaa jiru akka dhaabbatuuf gaafatamtee yaada laachuu didde
Biiftuu Sabaa Media : Onkololeessa 17/2016
Israa'eliifi Hamaas jidduutti lolli hamaan yeroo ammaa gaggeeffamaa jiru gara biyyoota baha jiddugaleessaa kaanitti baballachuun naannicha haala ulfaataa keessa galchuu danda'a jedhamuun yaaddoo guddaa uumeera.
Israa'el haleellaa Hamaas dhuma baatii Fulbaana darbe keessa isii irratti raawwate haaloon ba'adha jechuun osoo walirraa hin kutin meeshaalee waraanaa jajjaboo fayyadamuun haleellaa ulfaataa Gaazaa irratti raawwachuu kan itti fufte yoo ta'u, Hamaasis gama isaatiin Israa'el irratti haleellaa raawwatu itti fufeera.
Dambii waraana idil-adduunyaa eegeen lolaa jira jettus Israa'el, biyyoonniifi dhaabbileen adduunyaa hedduun garuu haleellaa isiin irra deddeebiin dhaabbilee bu'uuraa kanneen akka hospitaalaa akkasumas daa'immaniifi namoota siivilii irratti raawwataa jirtu irraa ka'uun Israa'el seerota waraanaa eegdee lolaa akka hin jirreefi inumaa weerara lafaa akkasumas duguuggaa sanyii raawwataa kan jirtu ta'uu ibsaa jiru.
Yaa'ii dhaabbata mootummaa gamtoomanii lolli Gaazaa keessatti gaggeeffamaa jiru akak dhaabbatuuf walooma biyyoota Arabaatiin qophaa'e kaleessa gaggeeffame irratti yaadni lolli hatattaaamaan haa dhaabbatuufi gargaarsi namoomaa Gaazaa haa seenu jedhu sagalee caalmaa 120'n ragga'eera.
Ragaa suuraa armaan gadii irratti akka maul'atutti biyyoonni mallattoon magariisa fuuldura maqaa isaanii ka'ame kanneen lolli dhaabbatee gargaarsi namoomaa hatattaaamaan gara Gaazaatti seenuu qaba jedhan yoo ta'an kanneen mallattoo diimaa lolli itti haa fufuufi kanneen mallattoo keelloo ammoo kanneen sagalee kennachuu didaniidha.
Itiyoophiyaan biyyoota sagalee kennachuu didan muraasa keessaa tokko yoo taatu yaa'ii dhaabbata mootummoota gamtoomanii kana irratti cal'isa filatteetti.
Itiyoophiyaan waggoottaniif biyya lolaafi hokkora keessootiin dararamaa jirtu taatullee gaaga'ama waraanaa Gaazaa mudataa jiru argaa cal'isuun isii garuu komii guddaa kaaseera.
https://t.me/BIIFTUU_SABAA
+2
Itiyoophiyaan weerarri Israa'el Gaazaa irratti gaggeeffamaa jiru akka dhaabbatuuf gaafatamtee yaada laachuu didde
👇👇👇👇👇
#Oolteefi_Bultee_Gazzaa
Lolli Lafoo eegaleera
-------------------------------
Woraanni gidduu Israa'eliifi Haamaasitti eegale seenaa keessatti kan baranaa adda ta'a jedhame. Haamaas woraana kana xumuruuf waan kutatee ka'e fakkaata. Israa'el gama isheetiin Haamaasiin maqaan isaallee akka dagatamuttan balleessa jettee dhaaddataa jirti.
Lolli lafoo ni jalqaba taanaan Israa'el Haamaas qofa waliin utuu hin taane kanneen akka Hizbullaah kallattiidhaan waraanichatti akka makaman ibsaa turaniiru. Kan sodaatame hin oolle harra woraanni lafoo eegalee jiraachuun ibsameera. Haamaas humna Israa'el Gazzaa seenuuf yaalaa jiran gara Bayitil Hanuun irraan seenuun haleelaa jira.
Woraana lafoo kanaan Israa'el humna qabdu hunda fayyadamtee Gazzaa Seenuuf yaaltus Haamaas utuu harka hin kennin injifannoodhaan qolatee of duuba deebiseera.
Qondaalli woraanaa Haamaas Osaamaa Hamdaan Ibsa kenneen Israa'el kan isheen Halleellaa qilleesa irraa raawwattuuf miira injifannoo of keessatti uumuufi jechuun,humna lafoo Gazzaa Seenuuf dhufe salphisuun akka of duuba deebisan ibseera.
Gabaasa Rooyitars qabatee ba'een ammoo Hizbullaafi Israa'el daangaa Liibaanosiifi Israa'elitti woraana wal irratti bananiiru. Akkauma yaadannu humni lafoo Israa'el Gazzaa galuuf ni yaala yoo ta'e Hizbullaan kallattiidhaan woraanichatti akka makamu ibsee ture.
Gama kaaniin ammoo humni biroo Huutiin Yaman lolichatti makameera. Yaman keessa kan sochoo'u himni Ansaarullaah Huutiin misaa'ela baalistikiidhaan magaalaa Israa'el Iliyaat jedhamtu haleeleera. Kallattii Galaana diimaatiin misaa'ela darbatame qolachuu ishee Ameerikaan ibsitee turte. Haa ta'uu garuu kan kaleessaa galma barbaadame dhahuun barbaadeessuun isaa ibsameera.
"Biyyoonni Dhihaa Dhumaatiin Filisxeenotaa kan inni isaan hin yaachisneef waan isaan Muslima ta'an qofaafidha" Perezdaantii Turkii Ordogaan.
Haalli Gazzaan amma keessa jirtu heddu nama yaachisa. Bishaan hin jiru,nyaanni hin jiru,Intarneetiin hin jiru,ibsaan hin jiru. Miisaa'elli akka rooba gannaa walirraan walirraan itti roobaa jira. Lafoodhaanis seenuun qotuuf yaalanullee hin milkoofne. Bulteefi oolmaan Gazzaa heddu yaaddessaadha kan jedhan haakimoonni daangaa maleeyyiin miiltoowwan isaaniitiin gomkumaa wal qunnamuu akka hin dandeenyes ibsaniiru.
Aljeziiraafi Royutarsfi wabeeffachuun Hamiltan'tu gabaase.
Nu hordofaa
https://t.me/BIIFTUU_SABAA
