cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Qoraasuma Media

Gaaffiilee adda addaa irratti hirmaachuun sammuu keessan bohaarsaa. Beekumsa guddaas irraa argadhaa. 💜Waan beeknu wal haa barsiisnu!.💜 Gaaffii Bohaartiin Sammuu keessan bohaarsaa! @QoraasumaMedia

Більше
Ефіопія6 687Мова не вказанаОсвіта48 939
Рекламні дописи
2 295
Підписники
+524 години
+117 днів
+31130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Deebii Gaaffiilee Sammuu 11.   🇦. C, A, B, D, E 12.  🇨.  423, 6, 10, 1892, 1, 72 423 - dhibba afuriifi diigdami sadi 6 - jaha 10 - kudhan 1892 - Kuma tokkoofi dhibba saddeetifi sagaltami lama 1 - Tokko 72 - Torbatami lama 🔰lakkoofsa kana jalqaba gara jechaatti erga jijjiirree booda tartiiba qubeetiin barreessina. Kunis kana ta'a 👉423, 6, 10, 1892, 1 13.  🇩.  Ibidda 14.  🇩.   Ana        Ilmi abbaa kootii obboleessa naaf hin taane anuma mataa kooti jechuudha. Ani ofiif  Obboleessa ta'uu hin danda'u. 15. 🇧. Dhiira 4,  Shamarran 3 Konkolaachisaa + dhiira tokko + daa'imman dhiiraa laman = dhiira 4 Dubartoota lamaan jalqaba hafan + haadha daa'imman sanii=Shamarran 3 Walumaagalatti kan amma konkolaataa keessa jiru dhiira 4 fi Shamarran 3 ta'a.
Показати все...
🏆 6👍 5 3🥰 2
Deebii Gaaffiilee Sammuu 11. 🇦. C, A, B, D, E 12. 🇨. 423, 6, 10, 1892, 1, 72 423 - dhibba afuriifi digdami sadi 6 - jaha 10 - kudhan 1892 - Kuma tokkoofi dhibba saddeetifi sagaltami lama 1 - Tokko 72 - Torbatami lama Kanaafuu lakkoofsa kana jalqaba gara jechaatti erga jijjiirree booda tartiiba qubeetiin barreessina. Kunis kana ta'a 👉
Показати все...
Gaaffii Sammuu🤔 15. Caalaan konkolaataa konkolaachisaa jira haa jennu. Si'a jalqabaa dhaabee dubartoonni sadi seenan. Xiqqoo erga deemee si'a lammaffaa dhaabee dubartiin tokko keessaa buutee dhiirri tokko seene. Hammas xiqqoo erga deemee si'a sadaffaa dhaabee haadhi tokko daa'imman dhiiraa lama qabattee seente. Walumaagalatti dhiiraa fi shamarran meeqatu Konkolaataa keessa jira? 🇦. Dhiira 4,  Shamarran 4 🇧. Dhiira 4,  Shamarran 3 🇨. Dhiira 3,  Shamarran 4 🇩. Dhiira 3,  Shamarran 3 🇪. Dhiira 3,  Shamarran 2 🇫. Dhiira 4,  Shamarran 2 Deebiifi gaaffiilee kana fakkaatan argachuuf 👉@QoraasumaMedia 👉 🇶 🇲
Показати все...
Qoraasuma Media

Gaaffiilee adda addaa irratti hirmaachuun sammuu keessan bohaarsaa. Beekumsa guddaas irraa argadhaa. 💜Waan beeknu wal haa barsiisnu!.💜 Gaaffii Bohaartiin Sammuu keessan bohaarsaa! @QoraasumaMedia

5🤔 4🏆 4👍 3🍾 3
Gaaffii Sammuu🤔 14. Ilmi Abbaa keetii kan obbolessaa siif hin taane eenyu? 🇦.  Abbaa 🇧.  Obboleettii 🇨.  Obboleessaa 🇩.  Ana 🇪.  Deebii hin qabu Deebiifi gaaffiilee kana fakkaatan argachuuf 👉@QoraasumaMedia 👉 🇶 🇲 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬       ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥       █      Oromiyaa       █                 ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Показати все...
Qoraasuma Media

Gaaffii Sammuu 🤔 13. Ani lubbuu hin qabu garuu guddachuu nan danda'a. Ani Somba hin qabu garuu qilleensi na barbaachisa. Ani Afaan hin qabu garuu bishaan yoon dhuge na ajjeessa. Ani eenyu? 🇦.  Manaaba 🇧.  Biirgaa 🇨.  Bubbee 🇩.  Ibidda 🇪.  Ani Anuma Deebiifi gaaffiilee kana fakkaatan argachuuf 👉@QoraasumaMedia 👉 🇶 🇲 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬       ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥       █      Oromiyaa       █                 ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

6🤔 5🍾 4👍 3👏 1
Channel Kana qabduu? Wow isin hin darbin Channel Kun kan Orommummaan keessaa Urgaa'udha! ✅ Gaaffiwwan Oromoofi Oromiyaa ✅ Seenaawwan Gootota Oromoo ✅ Mammaksa ✅ Hibboo ✅ Gaaffiwwan xiinxalli Gaafatan fi kanneen kana fakkaatan baay'ee isaa Channel kana irraa ni argattu. ❤️Koottaa Seenaa Goototaafi Seerluga Afaan saba guddaa Afaan Oromoo baradhaa. Akkasumas baacoowwan garaa garaatti bohaaraa. Link isaa kunoo👇 👇👇👇👇👇 https://t.me/Qoriihambaa 🔰🔰🔰🔰🔰 ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬     ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥     █  Qorii Hambaa    █     ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Показати все...
Qorii Hambaa

Gaaffiwwan OROMOO FI OROMIYAA, ✅ Seenawwan Gootota Oromoo ✅ Mammaksa ✅Hibboo ✅ Gaaffiwwan xiinxalli Gaafatan. ❤️KOOTTAA Seenaa GOOTOTAA fi Seerluga AFAAN OROMOO Wal yaa barsiifnu!

https://t.me/Qoriihambaa

👍 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
✅Telegram akkuma Tik Tok waan addaa qabatee dhufee jira🤩 ⭐️ Telegram stars 👉 Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera. 👉 Miila TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa Telegram Stars jedhamu kan maammiloni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera. 👉 Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira. 👉   Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqabaa walitti qabadhaa link kanaan 👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=5204557115 https://t.me/major/start?startapp=5204557115 ⭐⭐⭐⭐⭐
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Haala itti fayyadama yeroo beektuu laata❓❓ Time is Gold malif akka jedhamu beektuu laata❓ Ammuma gatii Yeroo baraa❕❗️❕
Показати все...
🧿 𝐓𝐢𝐦𝐞 𝐈𝐬 𝐆𝐨𝐥𝐝 🧿
🔱 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨𝐧 𝐖𝐚𝐫𝐪𝐞𝐞𝐝𝐡𝐚 🔱
📳 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨⏰
⏰⏰⏰⏰⏰⏰⏰⏰⏰⏰
🈸 𝐉𝐢𝐨𝐧 𝐀𝐥𝐥 🈸
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.