cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

DAARU SALAAM 🇵🇸

📖 𝐂𝐇𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀𝐋𝐈𝐈 𝐊𝐀𝐍𝐀𝐑𝐑𝐀𝐓𝐓𝐈     👉 Seenaa Rasuulaa ﷺ     👉 Seenaa Sahaabotaa     👉 Seenaa Muslimootaa     👉 Jechoota Hayyootaa     👉 Hadiisaafii Qur'aana     👉 Zikiriifii Da'awaalee    👇Yaadaafii Gaaffii👇 @Daarus_salaam_Idea_bot

Більше
Рекламні дописи
15 852
Підписники
+5824 години
+3237 днів
+1 55330 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

المَطلَبُ 1: ثُبوتُ نُزولِه Iisaa Ibnu Maryam gara lafaatti bu'uutii isaa. الْمَطْلَبُ 2: مَوضِعُ نُزولِه Eessatti akka bu'u المَطلَبُ 3: صِفةُ نُزولِه Haala akkamiin akka bu'u الْمَطْلَبُ 4: أوَّلُ أعمالِه بَعدَ نُزولِه Erga bu'ee maal akka dalagu الْمَطْلَبُ 5: طَبيعةُ الحَياةِ في عَهدِ عيسى Jireenyi biyya lafaa maal akka fakkaatu yeroo inni bulchutti. الْمَطْلَبُ 6: مُدَّةُ بَقائِه في الأرضِ Lafarra hagam akka jiraatu
Показати все...
ثُبوتُ نُزول عيسى .mp34.54 MB
مَوضِعُ نُزولِه عليه السلام .mp31.59 MB
👍 5 3🥰 2
⚠️ Khamrii (Dhugaatii Nama Macheessu Dhuguu) Allahuun Akkas Jedha:- [ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِنَّمَا الْخَمْرُ وَالْمَيْسِرُ وَالْأَنصَابُ وَالْأَزْلَامُ رِجْسٌ مِّنْ عَمَلِ الشَّيْطَانِ فَاجْتَنِبُوهُ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ إِنَّمَا يُرِيدُ الشَّيْطَانُ أَن يُوقِعَ بَيْنَكُمُ الْعَدَاوَةَ وَالْبَغْضَاءَ فِي الْخَمْرِ وَالْمَيْسِرِ وَيَصُدَّكُمْ عَن ذِكْرِ اللَّهِ وَعَنِ الصَّلَاةِ ۖ فَهَلْ أَنتُم مُّنتَهُونَ [المائدة: ٩٠ ٩١] «Yaa warra amantan! akka milkooftaniif jecha dhugumatti farsoon (khamriin), qumaarri, taaghuunni, xiyyaan carraa ilaallachuun (raaggachuun) najasa dalagaa sheyxaanaa irraayyii isa irraa fagaadhaa. Wanti sheyxaanni fedhu dhugaatii macheessaniifi qumaaraan gidduu keessanitti diinummaafi wal jibbaa buusuun Rabbiin yaadachuufi salaata irraa isin dhorguudha hin dhorkamtanii?» Imaamu Turmuziy Akka Odeessanitti Ergamaan Rabbii ﷺ khamrii irratti namoota kudhan abaaraniiru:- «قال: لعن النبي ﷺ في الخمر عشرة: «عَاصِرَهَا, وَمُعْتَصِرَهَا, وَشَارِبَهَا, وَحَامِلَهَا, وَالْمَحْمُولَةُ إِلَيْهِ, وَسَاقِيَهَا, وَبَائِعَهَا, وَآكِلَ ثَمَنِهَا, وَالْمُشْتَرِي لَهَا, وَامُشْتَرَاةُ لَهُ». «Isa naqe, isa naqachiise, isa dhuge, isa baate(fe'e), isa baachisiise, isa buuse, isa gurgure, isa qarshii isaa nyaate, isa bite, isa bichisiise» namoonni kunniin hundu abaaramaniiru. Imaamu Muslim Akka Odeessanitti Ergamaan Rabbii ﷺ Akkas Jedhaniiru:- «كُلُّ مُسْكِرٍ حَرَامٌ, إِنَّ عَلَى اللهِ عَزَّ وَجَلَّ عَهْدًا لِمَنْ يَشْرَبُ الْمُسْكِرَ أَنْ يَسْقِيَهُ مِنْ طِينَةِ الْخَبَالِ», قَالُوا: يَا رَسُولَ اللهِ، وَمَا طِينَةُ الْخَبَالِ؟ قَالَ: «عَرَقُ أَهْلِ النَّارِ, أَوْ عُصَارَةُ أَهْلِ النَّارِ». «Wanti nama macheessu hunduu haraama dha. Allaahuun waadaa seene jira nama dunyaa irratti waan nama macheessu dhugeef 'Xiinatil Khabaal' isa obaasuuf . Sahaabotni 'Xiinat Khabaal' jechuun maal jechuudha yaa ergamaa Rabbii ? Jedhanii gaafatan ”Dafqa warra ibiddaati" jedhanii deebisan. 🚫 Gariin namaa wantoota sammuu hadoochan kan akka hashiishaa fayyadama. kunis Khamrii dha kan nama macheessu dha. Ergamaan Rabbii ﷺ Hadiisa armaan oliitti eerame keessatti akkas jedhaniiru:- «كُلُّ مُسْكِرٍ حَرَامٌ» «Wanti nama macheessu hunduu haraama dha.» Gariin namaas maqaa isaa jijjiiruun maqaa biraa itti moggaasee itti fayyadama fakkeenyaaf "dhugaatii nama bohaarsu" ykn "dhugaatii nama gammachiisu" jedhee moggaasee halaala godhatee dhuga. Imaamu Adaarimiy Akka Odeessanitti Ergamaan Rabbii ﷺ Akkas Jedhaniiru:- «يسمونها بغير اسمها؛ فيستحلونها». «Maqaa biraa itti jijjiiranii halaala godhatu» 💥Eenyuun gowwoomsuuf? "أَلَا يَعْلَمُ مَنْ خَلَقَ وَهُوَ ٱللَّطِيفُ ٱلْخَبِيرُ" «Sila Inni (iccitii) uumee keessa argaafi beekaa ta'e, (iccitii isaanii) hin beekuu!» Haraama ta'uu dabalataan Khamrii (Dhugaatii Nama Macheessu) Dhuguun miidhaawwan baay'ee of keesatti qaba qisaasama qabeenyaa, qisaasama yeroo,maatii diiguu, rakkoo fayyaa fi kkf. ******* 🤲 ﴿رَبَّنا وَآتِنا ما وَعَدتَنا عَلى رُسُلِكَ وَلا تُخزِنا يَومَ القِيامَةِ إِنَّكَ لا تُخلِفُ الميعادَ﴾ 🤲 ✍ Abu Asiyah Abdallah 🛰 @DAARU_SALAAM
Показати все...
DAARU SALAAM 🇵🇸

📖 𝐂𝐇𝐀𝐀𝐍𝐀𝐀𝐋𝐈𝐈 𝐊𝐀𝐍𝐀𝐑𝐑𝐀𝐓𝐓𝐈     👉 Seenaa Rasuulaa ﷺ     👉 Seenaa Sahaabotaa     👉 Seenaa Muslimootaa     👉 Jechoota Hayyootaa     👉 Hadiisaafii Qur'aana     👉 Zikiriifii Da'awaalee    👇Yaadaafii Gaaffii👇 @Daarus_salaam_Idea_bot

👍 10 4🥰 2
𝐇𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐖𝐨𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐛𝐢𝐲𝐲𝐢𝐢 (𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐬𝐬𝐚𝐥𝐥𝐚𝐦) 𝐊𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 ( 𝐒.𝐖) 𝐒𝐚𝐦𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐓𝐨𝐫𝐛𝐚𝐧 𝐆𝐮𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐍𝐚𝐛𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐇𝐞𝐞𝐫𝐮𝐦𝐬𝐢𝐢𝐬𝐞 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐈𝐬𝐡𝐞𝐞𝐧?Anonymous voting
  • 𝐅𝐚𝐚𝐤𝐡𝐭𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐧𝐭 𝐀𝐛𝐢𝐢 𝐗𝐚𝐚𝐥𝐢𝐛 (𝐑.𝐀)
  • 𝐙𝐞𝐲𝐧𝐚𝐛 𝐁𝐢𝐧𝐭 𝐉𝐚𝐡𝐬𝐡 (𝐑.𝐀)
  • 𝐀𝐥𝐢𝐢𝐦𝐚𝐭𝐮 𝐀𝐬-𝐒𝐚'𝐚𝐝𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 (𝐑.𝐀)
  • 𝐇𝐚𝐟𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐢𝐧𝐭 𝐔𝐦𝐚𝐫 𝐁𝐢𝐧 𝐀𝐥-𝐊𝐚𝐱𝐱𝐚𝐚𝐛 (𝐑.𝐀)
0 votes
21👍 4🥰 2🙏 2🏆 2
Ilmi Namaa Haala Jireenya Isaatiin Bakka 3tti Qoodama 1 Tokko kan biyya jiru 2 Tokko kan biyyaaf jiru 3 Tokko kan biyyatti jiru Namni lafee qoqoruu waa sadi fakkaata! 1 Yoo ija itti babaasuu, goota fakkaata. 2 Yoo afaan itti banu, waraabessa fakkaata. 3 Yoo itti gororu, daa'ima fakkaata. Namni kijibu waa sadihiif muddama! 1 Hanga dhagahuuf 2 Hanga himuuf 3 Naa dhoksaafis ni muddama. Gowwaan waa sadi jaalata! 1 Osoo hin dubbisin dubbachuu 2 Osoo hin gaafatin himuu 3 Osoo hin tuqin aaruu https://t.me/Furqaan_Official
Показати все...
👍 22 9🥰 4🏆 2
Ilmi Namaa Haala Jireenya Isaatiin Bakka 3tti Qoodama
1 Tokko kan biyya jiru 2 Tokko kan biyyaaf jiru 3 Tokko kan biyyatti jiru
Namni lafee qoqoruu waa sadi fakkaata!
1 Yoo ija itti babaasuu, goota fakkaata. 2 Yoo afaan itti banu, waraabessa fakkaata. 3 Yoo itti gororu, daa'ima fakkaata.
Namni kijibu waa sadihiif muddama!
1 Hanga dhagahuuf 2 Hanga himuuf 3 Naa dhoksaafis ni muddama.
Gowwaan waa sadi jaalata!
1 Osoo hin dubbisin dubbachuu 2 Osoo hin gaafatin himuu 3 Osoo hin tuqin aaruu https://t.me/Furqaan_Official
Показати все...
Halkan Jumu'aatti seenaa jirra. Nabiyyii keenya (saw) irratti salawaata (rahmata) buusuun bu'aa maalii qaba? قال الله تعالى👇 إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ ۚ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا Rabbiin ol ta'e ni jedhe: Dhugumatti, Rabbiifi maleykonni Isaa Nabiyyii irratti rahmata buusu. Yaa warra amantan! isinis rahmata isa irratti buusaa; nageenyas buusuus buusaa. (Ahzab :56) وفي الحديث👇 أَكثِروا الصَّلاةَ عليَّ يومَ الجمعةِ وليلةَ الجمعةِ فمن صلَّى عليَّ صلاةً صلَّى اللَّهُ عليْهِ عشرًا، Guyyaa Jum'aafi halkan Jum'aa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Nama rahmata tokko narratti buuse Rabbiin rahmata kudhan irratti buusa. Rasuul (SAW) ( وعن أوس بن أوس رضي الله عنه قال : قال رسول الله صلى الله عليه وسلم : { من أفضل أيامكم يوم الجمعة : فيه خلق آدم ، وفيه قبض ، وفيه النفخة ، وفيه الصعقة ، فأكثروا علي من الصلاة فيه فإن صلاتكم معروضة علي ، قالوا : يا رسول الله وكيف تعرض عليك صلاتنا وقد أرمت ؟ يعني وقد بليت ، فقال : إن الله عز وجل حرم على الأرض أن تأكل أجساد الأنبياء } رواه الخمسة إلا الترمذي ) Aws bin Aws irraa odeeffamee (ra) ni jedhe: Ergamaan Rabii (saw) ni jedhan: "Caalaan guyyootii keessanii guyyaa Jum'aati. Aadam isa keessa uumame. Isuma keessa du'e. Xurumbaan qiyaamaas isa keessa. Dhumaatiin isuma keessa. Isa keessa rahmata narratti buusuu baay'isaa. Salawaanni keessan narra ni fidama. 'Yaa Ergamaa akkamitti salawaanni keenya sirra fidama sihii tortoree jiruu?' Jedhaniin. "Rabbiin guddatee ol ta'e qaama nabiyyootaa nyaachuu dachii irratti haraama godhe" jedhan. Tirmiziin qofti hafee Khamsaatu gabaasan. اللهم صل وسلم وبارك على محمد وعلى آله وصحبه ومن سار على دربه واقتفى اثره،
Показати все...
20👍 6🥰 3 2👏 2
بِسْمِ اللَّهِ الرَّحْمَٰنِ الرَّحِيمِ ٱلْحَمْدُ لِلَّهِ فَاطِرِ ٱلسَّمَٰوَٰتِ وَٱلْأَرْضِ جَاعِلِ ٱلْمَلَٰٓئِكَةِ رُسُلًا أُو۟لِىٓ أَجْنِحَةٍ مَّثْنَىٰ وَثُلَٰثَ وَرُبَٰعَۚ يَزِيدُ فِى ٱلْخَلْقِ مَا يَشَآءُۚ إِنَّ ٱللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَىْءٍ قَدِيرٌ (١) “Faaruun hundi kan Rabbii uumaa samiifi dachii ta’e, kan maleykotas ergamtoota abbootii kooluuwwan lama lamaa, sadi sadiifi afur afurii taasiseef haa ta’u Uumama keessattis waan fedhe ni dabala Dhugumatti, Rabbiin waan hunda irratti danda’aadha” مَّا يَفْتَحِ ٱللَّهُ لِلنَّاسِ مِن رَّحْمَةٍ فَلَا مُمْسِكَ لَهَاۖ وَمَا يُمْسِكْ فَلَا مُرْسِلَ لَهُۥ مِنۢ بَعْدِهِۦۚ وَهُوَ ٱلْعَزِيزُ ٱلْحَكِيمُ (٢) “Rahmata irraa wanta Rabbiin namaaf bane wanti ishee dhorgu tokkoyyuu hin jiru Wanta Inni dhorges Isa boodaan wanti ishee gadi dhiisu (ergu) hin jiru Innis injifataa, ogeessa” يَٰٓأَيُّهَا ٱلنَّاسُ ٱذْكُرُوا۟ نِعْمَتَ ٱللَّهِ عَلَيْكُمْۚ هَلْ مِنْ خَٰلِقٍ غَيْرُ ٱللَّهِ يَرْزُقُكُم مِّنَ ٱلسَّمَآءِ وَٱلْأَرْضِۚ لَآ إِلَٰهَ إِلَّا هُوَۖ فَأَنَّىٰ تُؤْفَكُونَ (٣) “Yaa namootaa! Ni’imaa Allaah of irratti yaadadhaa Sila Rabbiin ala uumaan biraa kan samiifi dachii irraa soorata isiniif kennu ni jiraa? Isa malee gabbaramaan haqaa hin jiru Kanaafuu akkamitti isa (irraa) garagaltu?” @DAARU_SALAAM
Показати все...
👍 22 7🥰 4
MEE GARA QUR’AANA RABBII HAA DEEBINUU
()اللَّهُ لا إِلَهَ إِلَّا هُوَ الْحَيُّ الْقَيُّومُ لا تَأْخُذُهُ سِنَةٌ وَلا نَوْمٌ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ مَنْ ذَا الَّذِي يَشْفَعُ عِنْدَهُ إِلَّا بِإِذْنِهِ يَعْلَمُ مَا بَيْنَ أَيْدِيهِمْ وَمَا خَلْفَهُمْ وَلا يُحِيطُونَ بِشَيْءٍ مِنْ عِلْمِهِ إِلَّا بِمَا شَاءَ وَسِعَ كُرْسِيُّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَلا يَؤُدُهُ حِفْظُهُمَا وَهُوَ الْعَلِيُّ الْعَظِيمُ) (البقرة:255) . "Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru; (Inni) jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadha. Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu. Wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru (hundi) kan Isaati. Inni hayyama Isaatiin ala Isa biratti araarsu eenyuma? Waan fuuldura isaaniitiifi waan duuba isaaniis ni beeka. Beekumsa Isaa irraas waan Inni fedhetti malee hin marsanu. Kursiin Isaa samiifi dachii irra bal’ateera. Isaan lamaan tiksuun Isa hin dadhabsiisu. Innis ol ta’aa, guddaa dha." (Albaqaraa :255). Kan armaan gadiis ni amanna: (هُوَ اللَّهُ الَّذِي لا إِلَهَ إِلَّا هُوَ عَالِمُ الْغَيْبِ وَالشَّهَادَةِ هُوَ الرَّحْمَننُ الرَّحِيمُ * هُوَ اللَّهُ الَّذِي لا إِلَهَ إِلَّا هُوَ الْمَلِكُ الْقُدُّوسُ السَّلامُ الْمُؤْمِنُ الْمُهَيْمِنُ الْعَزِيزُ الْجَبَّارُ الْمُتَكَبِّرُ سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يُشْرِكُونَ * هُوَ اللَّهُ الْخَالِقُ الْبَارِئُ الْمُصَوِّرُ لَهُ الْأَسْمَاءُ الْحُسْنَى يُسَبِّحُ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ) (الحشر: 22 - 24). "Inni Allaahiidha; Isa gabbaramaan dhugaa isa malee hin jirre. (Inni) Beekaa fagoofi dhihooti. Inni akkaan rahmata godhaa akkaan mararfataadha. Inni Allaahii Isa gabbaramaan dhugaa isa malee hin jirre, mootii, hir'ina irraa qulqulluu, abbaa nagayaa, nageenya arjoomaa, Qeexaa, injifataa, guddaa (ol ta'aa), boonaadha. Waan isaan qindeessan hunda irraa Rabbiin qulqullaa'e. Inni Rabbii Uumaa (waan hundaa), (waan hin jirre) Argamsiisaa, bocaa ta'eedha. Isaaf maqoolee gaggaarii ta'antu jira. Wantoonni samiifi dachii keessaa Isa qulqulleessu (faarsu). Inni Injifataa ogeessa." (ALhashr :22-24). Mootummaan samiifi dachii kan Isaa ta'uus ni amanna: {لِلَّهِ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ يَخْلُقُ مَا يَشَاءُ يَهَبُ لِمَنْ يَشَاءُ إِنَاثًا وَيَهَبُ لِمَنْ يَشَاءُ الذُّكُورَ (49) أَوْ يُزَوِّجُهُمْ ذُكْرَانًا وَإِنَاثًا وَيَجْعَلُ مَنْ يَشَاءُ عَقِيمًا إِنَّهُ عَلِيمٌ قَدِيرٌ} [الشورى: 49، 50] "Mootummaan samiifi dachii kan Rabbiiti. Waan fedhe uuma. Nama fedheef dubara kenna; nama fedheef immoo dhiira kenna. Yookiin dhiiraafi dubara makaa kenna. Nama fedhe immoo maseena godha. Inni beekaa, danda’aa dha."
Показати все...
👍 22 10🥰 6🤯 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
*🇸🇦حفظ الله بلاد التوحيد والسنة حكومة وشعبا مرتبين مشاعر الحج* ✍قال العلامة مقبل بن هادي الوادعي رحمه الله: *"وأنا أقول: إنها لا تستطيع حكومة أن تقوم بخدمة الحجيج، كما تقوم الحكومة السعودية بخدمة الحجيج، فالحق لا بد أن يقال".* فضائح ونصائح: (٢٧/١)📚
Показати все...
16👍 6🥰 3
00:34
Відео недоступнеДивитись в Telegram
﴿وَلَوْ يُؤَاخِذُ ٱللهُ ٱلنَّاسَ بِظُلْمِهِم مَّا تَرَكَ عَلَيْهَا مِن دَآبَّةٍۢ وَلَٰكِن يُؤَخِّرُهُمْ إِلَىٰٓ أَجَلٍۢ مُّسَمًّۭى ۖ فَإِذَا جَآءَ أَجَلُهُمْ لَا يَسْتَـْٔخِرُونَ سَاعَةًۭ ۖ وَلَا يَسْتَقْدِمُونَ﴾ Odoo Rabbiin namoota miidhaa isaaniitiin qabee, silaa dugda ishee (dachii) irratti lubbuu qabeeyyii tokkoyyuu hin dhiisu ture Garuu hanga beellama murtaa’eetti isaan tursiisa Yeroo beellamni isaanii ga’e, sa’aatii tokkollee hin tursiifamanu; duras hin bu’anu. [ النحل]-(61 : 16) 📨 @Qaribanbot https://t.me/DAARU_SALAAM1
Показати все...
eGBYctJcLdFypvgH.mp41.46 MB
15👍 6🥰 3
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.