cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

Більше
Рекламні дописи
456
Підписники
Немає даних24 години
+57 днів
+1830 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
As wr wb Obboleyyan Islaama Martinuu Baga Rabbiin Guyyaa milkii, Guyyaa Gammachuu, Guyyaa Gudddaa ,Guyyaa Muslimoonni Martinuu Itti Gammadan Guyyaa 💓IID AL-ADHAA 💓tiin Nagayaan Geessan!!!!!!!!! 🪷🌺🌸🌼🌼🌼🌷🌷🌼🌷🌼🌷🌼🌼🌷 IIDNI KUN IIDA GAMMACHUU KAN MILKII⚡️ KAN BADHAADHAA🎄 KAN FURMAATAA🌻 KAN TASGABBII🌼 KAN RAAHAA💐 KAN JAALALAA💔 KAN TOKKUMMAA💥 isiniif haa ta'u
Показати все...
👍 3
Eeyyen, haalli keessa jirtu namuttuu himuufuu si rakkisuu mala. Garuummoo, haalota akkanaa hedduu keessaan dabartee eddoo amma jirtu gahuu kee hin dagatin. Yeroo tokko tokko, sirritti ol si qabuuf sirritti si rakkisee, gufuurraan gufuu biraatti si ceesisaa akka jirus hubadhu. Isa beektus beekuu baattus, isa gattus gatuu baattus, isa gantus ganuu baattus ~ Rabbii Rahmata isaa sirraa hin muranne qabdaa🤞🏽 Relax, Take it easy and have faith Namni sababa hedduuf si hubatuu dhabuus, si gargaaruu dadhabuus mala. Akkamiin abaluun koo na hubatuus, na deeggaruus dide jettee itti hin aarin, ittis hin murin ~ jalqaba miiraaf ilaalcha kee keessaa bahii namuma sanuu hubachuuf yaali ~ maaltu beeka, sihii isa abdattutu isumaa abdatamu san caaluu mala✍🏽 Yoomuu taanaan namaaf jecha waan tokko hin godhin. Wanti namaaf jettee gootu gaafa namni sun dugdaan sitti garagale mataa si nyaata. Hamma dandeetteen waan itti amantu qofa hojjachuuf yaali. Wanti itti amantu sun garuu waan haqa dabsu, kan nama biraa miidhu, yookin dabaaf shira hin tahin. Hammamuu, eenyumtuu sihaa jibbu, wanti ati itti amantee hojjatte sun yeroo hundaa boqonnaa sammuu siif kenna✍🏽 https://t.me/REFORMGENEREATION
Показати все...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

👍 1 1
Guyyaa arafaa 1. Ibaadaa godhi guyyaa kee guutuu 2. Zikrii "laa ilaaha illallaahu wahdahu laasharika lahu, lahul mulku wa lahul hamdu wa huwa ala kuli shey'in qadrii" guddisi 3. Soomani maatii teetis soomansiisi 4. Duaaii akkaaan heddumeeysi. Irra caaltuun duaaii  ta guyyaa arafaati. Carraa tee lafa hin balleeysin. Allaah qabda isatti iyyadhu haajaa tee mara. 5. Facebook fii socail midiyaa guyyaa takkaaf irraa soomani. 6. Bakka socail midiyaa quraana fuudhi. Hoggaa lubbuun socail midiyaa feete hunda quraana, zikrii, duaaii, istighfaara malee jalaa didi 7. Sadaqadhu xiqqoo qabdurraa 8. Guyyaan arafaa guyyaa isa keeysa Islaamummaan guuttamte, amantiin filatamaan Rabbi biraa ilmaan namaatiif dhufe tolina isaa wajjiin guuttame, qananii guddoo Rabbiin Islaamummaa tanaan sirratti ole fakkari. 9. Magaalaa fii mana keeysattis takbiirtaa guddisi. https://t.me/REFORMGENEREATION
Показати все...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

🛑 Ni beeytaa yoo amma jettee... ‏هل تعلم أنك إذا قلت الآن .. ---------------------------- سبحان الله والحمدلله ولا إله إلا الله والله أكبر .. Subhaanallaahi, wal hamdulillaahi, wa laailaaha illallaah, wallaahu akbar.. نعم الآن Eeyyeen zikrii tana yoo amma jettee.. أفضل من أي وقت تقولها في السنة : Yeroo kamiiyyuu kan jettu irraa kan waggaa hundaarra caaltuu taatee dha. لأننا في أفضل الأيام Irraa caaltuu guyyoota waggaa keessa jirra waan ta'eef . ما من أَيام العمل الصّالح فِيها أحبُّ إلى الله من هذه الأيام .. Guyyoota irraa hin taanee Dalagaleen gagaariin rabbi biratti irra jaalatamtuu guyyoota kurnan zulhijjaa kana irra. إلا رجل خرج بنفسه وماله فلن يرجع من ذلك بِشئ Namticha duulaaf lubbuu isaatiinifi qabeenya isaatiin bahee ergasii achi irraa ka homaanuu hin deebinee malee #عشر_ذي_الحجه https://t.me/REFORMGENEREATION
Показати все...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

Guyyoota Kurnan Ji’a Zulhijjaa
Guyyoonni kurnan  jalqaba ji’a Zulhijjaa guyyoota Rabbiin biratti akkaan jaalataman keessaa tokko. Hadiisa Ibni Abbaas irraa odeeyfameen Ergamaan Rabbii ﷺ akki jedhan; ” Ibaadaan gaggaariin hojjataman kamiyuu, kan akka guyyoota kurnan kana (zulhijjaa) keessatti hojjataman caalaa Rabbiin biratti jaalatamu hin jiru” jedhan; Karaa Rabbii irratti du’uun hoo jechuun gaaffataman? “Eeyyee sunis taanaan yoo namticha karaa Rabbii irratti lubbuu fi qabeenya isaa hunda kennee kan wan takkaan hin deebi’iin yoo tahe malee” jedhan  Ergaman Rabbii ﷺ. Guyyoonni  Kurnan jalqaba Zulhijjaa irratti argaman kunniin, guyyoota ibaadaan gaggaariin ilmi namaa hojjatu hundi Rabbiin biratti kanniin yeroo biroo hojjatu caalaa jaalatamoo tahuu hubatuun, nutis hanga dandeenyeen guyyoota kana keessatti jabaatuu qabna. Akkasumas, diliin, guyyoowwan khana keessatis tan guyyaa birarraa, addaa beekhi  tanaafuu yoo keeyrii  dalaguun sittii ulfaattellee arrabaan waan hamtuu dubbattee harkaan waan hamtuu barreessurraa, wallee fi Muziiqaa dhaggeeffatu yookaan share godhuu irraa of eegunis , ibaadhaa beekhi! Rabbiin Warra Milkaayerraa Nuhaa Godhuu. https://t.me/REFORMGENEREATION
Показати все...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Blum Airdrop Gabaa telegram taptap hanga ammaatti gatii guddaa qaba jedhamaa jira Warri hin jalqabne carraa kana darbuu hin qabdan yoo ta'e ammuma jalqabdanii hanga guyyaa tarreeffamanitti Qarshii 1,000,000 walitti qabuu dandeessu salphaatti qarshii 350-450 argachuun jalqabuuf 👇 t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_yBemStgPjy
Показати все...
MusabPower875Do quizzes to earn US dollars, easily earn 1 US dollars in 1 minute, and anyone who logs in to our website will get 10 US dollars. https://m.payquiz.top/92653139494159911/?s=tg
Показати все...
🕖Take quizzes to make money. 🕚

Answer the questions and challenge to earn one dollar per minute.

Of beekuun itti gaafatamummaa kee qofa.Warri yeroo hunda of beekuu hin barbaanne wallaalummaa dhukkubsataa keessa jiru.Dhuguma of beekuuf yoo yaalte addunyaa namni biraa hin beekne seenta. Of beekuu jalqabuudhaan addunyaa kanaaf ilaalcha guutummaatti haaraa fi banaa ta'e ni qabaatta.Hirriba cimaa keessaa dammaqxa.Kana booda abjuu fi kadhataa hin taatu.Hubannoo akkasii irra yeroo geessan rakkoo fi gadadoo jireenyaa hedduu irraa bilisa taata. https://t.me/REFORMGENEREATION
Показати все...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

Mee Jechoota namoota beekamoo ! 💊💊💊💊💊💊💊💊💊💊 1.𝗜𝗱𝗱𝗼𝗼 𝗗𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗶𝗿𝗿𝗲𝘁𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗶𝗿𝘂.( 𝗙𝗿𝗲𝗱𝗿𝗶𝗸 𝗗𝗮𝗴𝗹𝗮𝘀) 2.𝗔𝗱𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗞𝗮𝗻𝗮 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗢𝗳𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲 𝗡𝗮𝗺𝗮  𝗞𝗮𝗺𝗶𝗶𝗻𝘂𝘂 𝗢𝗳 𝗛𝗶𝗻 𝗗𝗼𝗿𝗴𝗼𝗺𝘀𝗶𝗶𝘀𝗶𝗻 ..𝗬𝗼𝗼 𝗔𝗸𝗸𝗮𝘀 𝗡𝗶 𝗚𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗧𝗮'𝗲 𝗢𝗳𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲 𝗔𝗿𝗿𝗮𝗯𝘀𝗮𝗮𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗿𝘁𝗮.(𝗕𝗶𝗹𝗹 𝗚𝗮𝘁𝗲𝘀) 3.𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝗻 𝗠𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮𝗮𝗳, 𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼𝗼𝗻 𝗗𝗶𝗿𝗾𝗮𝗺𝗮 𝗞𝗮𝗮𝘆𝘆𝗼𝗼 𝗞𝗲𝗲𝘁𝗶𝗶𝗳 𝗢𝗳 𝗞𝗲𝗻𝗻𝘂𝘂 𝗤𝗮𝗯𝗱𝗮.( 𝗔𝗯𝗱𝘂𝗹 𝗞𝗮𝗹𝗮𝗺) 4.𝗔𝗱𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗮𝗺𝗮 𝗔𝗴𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝗱𝘂 𝗝𝗮𝗹𝗾𝗮𝗯𝗮 𝗢𝗳𝗶𝗶 𝗧𝗮'𝗶𝗶 𝗔𝗿𝗴𝗮𝗺𝗶.(𝗠𝗮𝗵𝗮𝘁𝗺𝗮 𝗚𝗮𝗻𝗱𝗵𝗶) 5.𝗔𝗸𝗸𝘂𝗺𝗮 𝗔𝗻𝗶 𝗡𝗮𝗺𝗮𝗮𝗳 𝗚𝗮𝗯𝗿𝗼𝗼𝗺𝗲𝗲 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗛𝗶𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗻𝗻𝗲,𝗚𝗶𝘁𝗮 𝗕𝗶𝘁𝘁𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗯𝗿𝗼𝗼𝗺𝗳𝗮𝘁𝗮𝗮𝘀 𝗧𝗮'𝘂𝘂 𝗛𝗶𝗻 𝗕𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗱𝘂.(𝗔𝗯𝗿𝗮𝗵𝗮𝗺 𝗟𝗶𝗻𝗰𝗼𝗹𝗻) 6.𝗔𝗻𝗶 𝗕𝘂'𝗮𝗮 𝗕𝘂'𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗵𝗶𝗶 𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗞𝗼𝗼𝘁𝗶𝗶 𝗢𝘀𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝗮'𝗶𝗻 𝗕𝘂'𝗮𝗮 𝗘𝗷𝗷𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗞𝗼𝗼𝘁𝗶𝗶 . (𝗦𝘁𝗲𝗽𝗵𝗲𝗻 𝗖𝗼𝘃𝗲𝘆) 7.𝗬𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗧𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗟𝗮𝗺𝗺𝗮𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗧𝗮'𝘂𝘂 𝗞𝗲𝗲 𝗚𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗻 𝗬𝗼𝗼 𝗙𝘂𝗱𝗵𝗮𝘁𝘁𝗲, 𝗟𝗮𝗺𝗺𝗮𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗧𝗮'𝘂𝘂𝗻 𝗨𝗺𝗿𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲 𝗚𝘂𝘂𝘁𝘂𝘂 𝗜𝗿𝗿𝗮 𝗗𝗲𝗱𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶'𝗲𝗲 𝗦𝗶 𝗠𝘂𝘂𝗱𝗮𝘁𝗮.(𝗝𝗼𝗵𝗻 𝗙. 𝗞𝗲𝗻𝗻𝗲𝗱𝘆) 8. 𝗪𝗮𝗻𝘁𝗮 𝗛𝗶𝗻 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗻𝗻𝗲 𝗬𝗸𝗻 𝗪𝗮𝗻𝘁𝗮 𝗦𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝗼𝗹𝗹𝗲 𝗬𝗼𝗼 𝗝𝗶𝗿𝗮𝗮𝘁𝗲 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗶 𝗬𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘀𝘀𝘂 𝗧𝗮'𝗲 𝗚𝗮𝗿𝘂𝘂 𝗜𝗹𝗮𝗮𝗹𝗰𝗵𝗮 𝗞𝗲𝗲 𝗝𝗶𝗷𝗷𝗶𝗶𝗿𝗶.(𝗠𝗮𝘆𝗮 𝗔𝗻𝗴𝗲𝗹𝗼𝘂) 9.𝗞𝗮𝗻 𝗦𝗶 𝗖𝗮𝗯𝘀𝘂 𝗕𝗮'𝗮𝗮 𝗠𝗶𝘁𝗶. 𝗔𝗸𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗜𝘁𝘁𝗶 𝗕𝗮𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲 𝗗𝗵𝗮.(𝗟𝗼𝘂 𝗛𝗼𝗹𝘁𝘇) 10.𝗢𝗼𝗺𝗶𝘀𝗵𝗮 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮𝗻 𝗛𝗮𝗮𝗺𝘁𝘂𝘂𝗻 𝗢𝘀𝗼𝗼 𝗛𝗶𝗻 𝗧𝗮'𝗶𝗻 𝗦𝗮𝗻𝘆𝗶𝗶 𝗙𝗮𝗰𝗮𝗮𝗳𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲𝗻 𝗢𝗳 𝗧𝗶𝗹𝗺𝗮𝗮𝗺𝗶.(𝗥𝗼𝗯𝗲𝗿𝘁 𝗟𝗲𝘄𝗶𝘀 𝗦𝘁𝗲𝘃𝗲𝗻𝘀𝗼𝗻) https://t.me/REFORMGENEREATION
Показати все...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

Namni ijji isaa gaara dubatti waa argitu,jiruu biyya lafaa hin sodaatuu beeki,dhabuufi argachuunis jiraachuu isaa beekaa laali,bu’aa bahii keessa darbamuu qabuuf qophoo tahuu qabaachuu isaa ufitti himee jiraa xiinxalli. ila Halkan dhihee hin bariine hinjiruu beekaa laali,gaddi dhufee hin dabarre hinjiruu hubataa argi,kolfaafi boohichi,gammachuufi gaddi,lolaafi araarri nijiraa beekaa daawwadhu. Jaaloo Nama jiraa tahuu barbaadnaan,koomee kee irra gadi dhaabbadhu,namooma qabda taanan ufiin uf bulchii, kaayyoofi karoora,tarsiimoofi tooftaa galma ittiin gahan harkatti qabadhu. Namana Yeroma hunda teettee harka namaa hin laalinii dhiisi, yeroma hunda qacaramee jiraadha jettee abjuu kee hin doomsinii gadi taa’i,inni si qacare suni yeroo wahii qacaramaa turee hubadhu,mindaa jechuun immoo, hawwiifi abjuu kee sirraa bitanii,kan ufii immoo sitti fe’achuu akka tahe beeekii,jalqaba hujii taasifadhu malee,jiruu kee guutuu hin godhinii uf tiksi. Hey Hanga dheedhiin keenya bilchaatutti,nuti gubanne jechuu dhiisii,isa qorre san ibidda itti qabsiisii laali. Yes Bishaan ciise bishaan yaa’utu kaasaa hubadhu.https://t.me/REFORMGENEREATION
Показати все...
REFORM GENERATION✍✍ (DHALOOTA JIJJIIRAMAA)

DHALOOTA JIJJIIRAMAA (RIFORM GENERATION)

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.