21 716
Підписники
+9424 години
+9287 днів
+4 87330 днів
- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Приріст підписників
Триває завантаження даних...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Faayidaa fi Miidhaa Duubaan wal qunnamtii saa*laa raawwachuu (Pros and cons of doggy style?
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Inni kuni kan raawwatamu yeroo baay'ee dubartiin jilbeeffattee, harkaan immoo lafa qabattee ykn dhaabbattees gadi jechuudhaan wal qunnamtii saa*laa raawwatamuudha.
69 jechuudhaan warri waamanis jiru.
Akkaatuma lakkoofsota kanneenitti, dhiirri dhaabbatee, rifeensa, ykn mudhii ishee qabachuudhaan, dubartiin immoo hudd*uu ishee banaa gootee(qoobsitee) bifa walqunnamtii saa*laatiif mijatuun lafa qabachuun ykn waan fuul dura ishee jiru qabattee kan rawwatamuudha........
Faayiddaa Fi miidhaan isaa maalidha kan jedhuu link asii gadiin app fayyaa install gochuun guutuu isaa dubbisaa
👍 23❤ 9👎 4🥱 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Gosoota durbummaa fi dubara durbummaa qabdu(Types of vagi-nal hymen and virgin)
✏°°°°°°°°
Durbummaa boca tishuu qaama saa-laa dubartii haguugee argamuu(hymen) fi bal'ina qaawwa inni qabu irratti hundoofnee durbummaa kana bakka shanitti qoodnee ilaalla.
Guttumasa telegram irratti isiiniif gadhisnera join gochu hin dagatinaa
Guutuu isaaf hidhaa gadii tuquun Marsariitii koo jala seenaantu app fayya install godhaa dubbisaa
👇👇👇👇
👍 39❤ 16💔 3👏 2🥰 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Walqunnamtii Saa-laa Gara Barii
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
➲ Ganama naannoo sa'aatii kudha tokkoo hanga sa'aatii sadiitti hoormoonin testrone waan olka'uuf miirri jiraachuu danda'a.
➲ Halkan fincaan ujummoo fincaanii keessatti kuufamee jiru dhiigarratti dhiibbaa geessisuun akka gara sosochiin dhiigaa gara naf-saalatti yaa'u godha. Kun immoo akka naf-saalli gara barii ka'ee dhaabbatu godha.
◈ Faayidaa isaa:
1. Irra turuuf ni fayyada. Warra dafee dhangalaasuuf furmaata tokko.
2. Fedhiin ni dabala. Ganama ganama naf-saalli waan ofumaan ka'ee dhaabbatuuf akka raawwannuuf nu si'eessa.
3. Humnaan raawwachuuf carraa gaaridha. Guyyaa hojii irra oolanii warri galan galgala dadhabanii waan jiraniif ganama itti ka'uun gaaridha.
Hubachiisa : Gara barii fincaan yoo nu qabee jiraate erga fincoofnee booda raawwachuun gaaridha.
Guutuu isaa dubbisuuf hidhaa gadii tuquun, website koo Qumbiikoo jedhu seenaa app fayya install gochuun dubbisaa.
👇👇👇👇
👍 46❤ 14🥰 5💯 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Yeroo Rafan Kurruufuun/qoquun yoo akkam ta’e rakkoo nurraan geessisa ykn yoo maal ta’e mana yaalaa deemuu qabna?
Akkuma beekamu namoonni hedduun yeroo ciisan ni kurruufu,garuu namoonni yeroo hunda irra deddeebin kurruufan yoo maal ta’e mana yaalaa deemuu qabu?
✓ yeroo namni sun kurruufu hafuurri giddu gidduutti itti ciccita yoo ta’e.
✓ guyyaa garmalee rafa yoo ta’e
✓ ganama yeroo hirribarraa kaatan mataan hedduu isin dhukkuba yoo ta’e
✓ ganama ganama qoonqoo keessa isin dhukkuba yoo ta’e
✓ hirriba boqonnaa hin qabne raftu yoo ta’e
✓ halkan hirriba keessa nii fe’amtu yoo ta’e
✓ halkan halkan laphee keessan isin dhukkuba yoo ta’e
✓ kurruuffiin keessan sagalee guddaa qabaachuun namaoota isin bira jiran ni jeeqa yoo ta’e.
Fayyaa hin dhabinaa
👍 30❤ 13
Фото недоступнеДивитись в Telegram
FAAYDAA SHUNKURTII DIIMAA
1). Kaansari Nurraa Ittisuuf
2). Dhiiga qulqulleessuuf
3).Cooma Balleessuuf
4). Dhibee Alargiitif
5). Hoo'a Qaamaa sirreessuuf
6). Fayyummaa onneetif
7). Dhiibbaa dhiigaatiif
8). Fayyummmaa Lafeetiif
9). Fedhii walqunnamtii saalaa dabaluf
10). Ilkaan akka hin shamneef
11). Dhukkubbii gurraatiiif
12). Furdina qaamaa sirreessuuf
14). Nyaatni akka daakamuuf
15). Dhibee Asmiitiif
16). Garaacha madaa'eef
17). Dhibee Sukkaaraatiif
18). Dhibee Utaallootiif
19). Fayyummaa Sammuu Dabaluuf
20). Hir'ina Dhiigaatiif
21). Bareeduma Gogaatiif
22). Hirriba gaarii akka rafnuuf
23). Itita dhiigaa nurraa ittisuuf
24). Vaayitamin C kan badhaadhe
25). Dhukkuba koleeraaf
26). Guddina Rifeensaatiif
Galatoomaa
👍 78❤ 42
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Carraan_Kun_Si_Darbuuf_Guyyaa_Afur_Qofatu_Hafte
Qajeelfama #Tapswap hojjechuuf nu gargaaru
Bot kana akka seentanin karaa sadii(3) dha kan isin coin walitti qabdan, guyyaatti hamma 1,000,000 olii walitti qabuu dandeessu Karaaleen sadanuu kunis
1. Tap tap gochuudhaan lakkoofsistu.
2.Task kan jedhu sana cuqaasuudhaan gaafilee gaafatamtan guuttu isaanis #Channel isaanii join gochuu, #Twitter #follow gochuu fi #website isaanii daawwattanii coin sana argattu
3. Refer dha. Bakka Refer jedhu cuqaasuudhaan link keessan baaftani namoota biroo afeeruudhaan coin sassaabdu.
Bifa kanaan guyyoota hafte kana keessatti 5M ol walitti qabuu nii dandeessu.
Carraa Gaari🙏
link
👇
👍 52❤ 23😁 5🔥 4💔 3🥰 2
Ka'uu diduu qaama saalaa dhiiraa yookan erga kahee booda laafuu maaltu fida?
Akka jabaatuuf maal gochuu qabna?
Ogeessonni fayyaa dhimma kana irratti yommuu dubbatan ka'uu dadhabuu qaama saalaa kan fidu dhiphina sammuu fi waan sana kaasuuf qorichaa garaagaraa kan fayyadamu yoo tahe miidhaa qorichi sun fidu irraa madda jedhu
Guutuu isaa dubbisuuf hidhaa gadii tuquun, website koo seenaa app fayya install gochuun dubbisaa.
👇👇👇👇
👍 28❤ 3👏 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
May 30 gad lakkifama
Akkuma Notcoin Booda akka hin gaabbine ammuma link asii gadiin seenuun start xuquun tap tap godhaati share waliif godhaa
👇👇
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6184255288
👍 35❤ 10👎 3
Fayyaa qaama saalaa fi walhormaataa eeggachuu (Sexual and reproductive health tips)
✏°°°°°°°°°°
Qaamni saalaa kan dhiiras ta'ee kan dubartii yoo kunuunsa ykn eeggannoo barbaachisaa ta'e hin goonuf ta'e, madda dhukkuboota hedduu, hanga dhala dhabuu fi rakkoo fayyaa yeroo dheeraa ta'uu danda'a. Keessattuu qaamni saalaa shamarranii foddaa gara keessa qaama namaa waan ta'eef(door to abdomen🙄), wanti karaa buqushaa olseene hanga keessoo garaachaatti olfulla'uu danda'a. Rakkoowwan dhufuu malan kunneen, sababa qulqullina gahaa dhabuu, miidhaa sababa balaa adda addaatif dhufu, dhukkuboota walqunnamtii saalatiin daddarban, fedhii ofiin ofirraa baasuu qulqullina hin qabne, fi sababa barteewwan duubatti hafoon uumamuu danda'u.
Rakkoon fayyaa walhormaataas waan armaan olitti laallen baayyee kan walirraa hin fagaanne yoo ta'u, fedhii saalqunnamtii gaarii dhabuu, dhala argachuu dadhabuu fi maatii gaarii uummachuu(family health) hanqachuu dabalata.
Mee gabaabumatti fayyaa qaama saalaa fi sirna wal hormaataa eeggachuuf wantoota nuti gochuu qabnu haa ilaallu🙄.
1) Warri shamarranii yeroo kamiyyuu hanga danda'ametti waan kamiyyuu gara qaama saalatti galchuu dhiisuu. Fknf, keessa qaama saalaa qubaanis ta'ee meeshaan dhiquu dhiisuu, kondomii fayyadamuu irra saalqunnamtii hin barbaachisne durumaa gochuu dhabuu, qubaan ykn waan biraa qaama saalatti galchuun fedhii ofirraa baasuu dhiisuu fi kkf.
2) Naannoon qaama saalaa jiidhee yeroo dheeraf akka hin turre eeguu. Kunis sababa wayyaa jiidhaa uffachuu ykn fedhii keessa galuudhaan qaamni saalaa dhangala'aa maddisiisee jiidhinsa qabachuun ta'uu danda'a.
3) Warreen dhiiraa qunxurroo murachuu🙄. Gogaa hin barbaachisne fuuldura qaama saalaa teessu sana ogeessaan ofirraa kutuun riiskii fayyaa qaama saalaa fi dhukkubootaa ni hir'isa.
4)Walaqunnamtii saalaa daangaa hin qabne irraa of eeggachuu.
👍 37❤ 6
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Saal~qunnamtiidhaaf guyyaa kamtu gaariidha?
Akka qorannoon tokko tokko agarsiisutti, Sanbata fi Dilbataa guyyoota torban keessaa walqunnamtii saa~laa raawwachuuf gaarii dha.
Guutuu isaaf hidhaa gadii tuquun Marsariitii koo jala seenaantu app fayya install godhaa dubbisaa
👇👇👇
👍 20❤ 6🔥 3