cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

SEENAA TUBE

Channel kanaan: ❈ Kutaa Macaafa Qulqulluu ❈ Ergaa Ganamaa Ni argattu! ™ walalo Jalala fi 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐨𝐭𝐚𝐚 baredaa Ni argattuu! ® 𝐛𝐚𝐫𝐨𝐧𝐭𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐤𝐚𝐤𝐤𝐚𝐬𝐚𝐧𝐢 𝐧𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐮𝐮 https://t.me/Seenaa_Tube Join share taasisaa

Більше
Рекламні дописи
5 175
Підписники
+324 години
-207 днів
+1130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

𝐐𝐨𝐥𝐨𝐬𝐚𝐚𝐲𝐢𝐬 1;9 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚 Kanaafis nuyi erga gaafa kana dhageenyeetii Waaqayyoon isiniif kadhachuu hin dhiifne; fedha isaa hubattanii ogummaa hundumaan qalbifannaa Hafuurri Qulqulluun kennuunis akka guutamtaniif Waaqayyoon isiniif in kadhanna. 10 Jireenya gooftaadhaaf ta'u jiraachuu, yeroo hundumaa waan isatti tolu gochuu, hojii gaarii ta'e hundumaatti ija godhachuu, Waaqayyoon beekuuttis guddachuu akka dandeessaniif kadhachuu keenya. 11 Obsa hundumaa fi gammachuudhaan waliif danda'uuf akka aangoo isa ulfina isaa keessaa dhufuutti, jabina hundumaan jabeeffamaa! 12 Abbaa keenya isa ifa waaqa irraattii qooda warra isaaf qulqullaa'anii keessaa hirmaachuu isin dandeessiseef galata dhi'eessaa! 13 Inni aboo dukkanaa jalaa nu baasee, gara mootummaa ilma isaa isa jaallatamaatti nu dabarse. 14 Ilma isaa kanaan2 furamuu dhiifamuu cubbuus arganneerra.
Показати все...
👍 2 1
Uumama Haaraa @Uumama haaraa ta'uuf waanti barbachisu  kiristoositti Amanu duwwa dha.@ “Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo, inni haaraan dhufeera.”   2 Qor 5:17 @አዲስ ፍጥረት ለመሆን የሚያችለን ክርስቶስ ብቻ ነው ።@ “ስለዚህ ማንም በክርስቶስ ቢሆን አዲስ ፍጥረት ነው፤ አሮጌው ነገር አልፎአል፤ እነሆ፣ አዲስ ሆኖአል።”    2ኛ ቆሮ 5፥17 (አዲሱ መ.ት) @THE CENTERALTY OF NEW CREATION IS CHRIST@ “Therefore, if anyone is in Christ, he is a new creation; the old has gone, the new has come!”   — 2Cor 5:17 (NIV) @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
Показати все...
1👏 1
00:50
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Anite sil alegn qelil new mekarey......lene yedarku buzu nw getaye.....🙏🙏 @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
Показати все...
1👏 1
Nagaa fi Gammachuu Rakkinni cimaan yeroo nu mudatu, gammachuu fi nagaan waan nu irraa fagaate nutti fakkaachuu dandaʼa. Taʼus, Kitaabni Qulqulluun namoonni hedduun dhiibbaa guyyaa guyyaadhaan isaan irra gaʼu moʼuuf, yaaddoo isaan mudatu salphisuuf, akkasumas jireenya hiikaa fi kaayyoo qabu jiraachuuf isaan gargaareera. Atis gammachuu akka qabaattu Kitaabni Qulqulluun si gargaaruu dandaʼa..... @Seenaa_Tube
Показати все...
👍 1 1
𝐌𝐚𝐭𝐞𝐰𝐨𝐬/5:8....𝐚𝐤𝐤𝐚𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐚𝐚 Warri yaadni garaa isaanii qullaa'oo haa gammadan, isaan Waaqayyoon in argu; 9 Warri nagaa buusan haa gammadan, isaan ijoollee Waaqayyoo in jedhamu. 10 Warri qajeelummaadhaaf jedhanii ari'ataman haa gammadan, mootummaan waaqaa kan isaanii ti. @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
Показати все...
👍 1 1
00:59
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Telte amsegn zare alemarerim endi biye,....... @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
Показати все...
👍 2 2🥰 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Channel bareeda fi qoosaawwan mimmiidhagoo kan ammuma join gochuudhan boohaaraa🤩🤣😂
Показати все...
JOIN
Natna'el Tamene | Waaqa Waaqotaati Amazing Live Worship @Getu_Official @Getu_Official
Показати все...
3
𝐊𝐚𝐧 𝐛𝐞𝐤𝐭𝐮𝐮....... ➊. Akkuma sibiilli yoo qarame malee hin calaqqifne akkasuma namnis yoo rakkinaan qoramee bahe malee addunyaatti mul’achuu hin danda’u. (Konfiishiyees) ➋. Sodaa kee of keessa dhokfadhu! Dhimma biraa garuu hiriyoota keetiin mari’adhu! (Robert Luis Stevens) ➌. Sammuun keenya qaamota keenyatti amanuu dhiisuuf aangoo qaba! (Andire Morwa) ➍. Namni namoota injifatu nama cimaadha. Namni ofiisaa injifatummoo nama hundumaa caala! (Laawoo 8ffaa) ➎. Dadhabinni jireenya keessatti nama quunnamu tokko qofa. Innis waan beekuu qaban beekuu dhabuudha. (Kanan Frederik Furar) ➏. Miirri injifannoo kan madaalamu injifachuu qofaan utuu hin taane, yommuu kufanis tattaaffii gochuudhaan ni madaalama. (Oliver Gold Smiz) ➐. Irra deddeebi’anii yaaluun salphina miti. Carraa gaarii ta’uu isaatu ittiin safarama.(Joorjii maatiyaas) ➑. Wanti nama beekamaa si taasisu wanta ta’uu barbaaddu taatee argamuudha. (Sokirates) ➒. Sammuun kee foddaa ati ittiin addunyaa kana ilaaltu waan ta’eef yeroo hundumaa banaa taasisi! (George Barnaad show) ➓. Namoonni dhukkubaan hin du’an, dhiphina keessa isaaniitiin malee… (Wiiliyaam Muuldan)..... @Seenaa_Tube @Seena@_Tube
Показати все...
👍 4 1
Karraa nama hin seensifne Akkamittin seente mana koo Ulaagaan isa namni gate Eessaa firoonfatte yaada koo Bagaan si firoonfadhe Karaa keen argadhee anoo Isan dheeboodhe Gaafa cubbuu balbala cufe Jiraachuudhaaf abdiin na dhume Kan keenya cimsite firooma Namni humna kee qabu hin durooma..... @Seenaa_Tube @Seenaa_Tube
Показати все...
2