cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Booree Gaafa Xiiqii

Imala Milkii Deemsa Kaayyoo Sitti hin Fakkaatin Wanta Laayyoo ! Dachaa Bu'ee Gaara Ba'ee Kaayyof Jecha Hunda Ta'ee Sabaaf jecha Aarsa Baafta Kan si qeequ Ana Aarsaa Afaan Guuten Suma WBOn Faarsaa Booree Gaafa Xiiqii

Більше
Рекламні дописи
2 005
Підписники
+1724 години
+457 днів
+22330 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

00:14
Відео недоступнеДивитись в Telegram
Leenjisaa lolaa lolaa leenjisuun akkuma itti fufetti jira.
Показати все...
7.13 KB
Zoonii Giddu _Galessaa Ona Cobiirraa warra yeroon harka laate. Duula Irbuu Shinnigaa
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Weellisaan   #Gajoo_Xilahuun har'a galgala Studio isaa magalaa Sulultaa keessaa qaamota mootummaatin butamuun dhagahame!
Показати все...
Yeroon Farda Luugama hin qabnedha! Guyyaa dhufee darbu hundumaa akka qabeenya guddaatti lakkaa’i. Sa’atiiwwan ati itti fayyadamuu dandeessu 24 siif fidee dhufa. Kaayyoof kan hojjettu yoo ta’e sa’atiiwwan kun qabeenya kee kamiyyuu caalaa si mararu. Nama kaayyoo hin qabne yoo taate garuu  tokkoo tokkoon isaanii si jibbisiisuu irraa kan ka’e hamma waggaa tokkoo sirratti dheeratu. Yeroon kee harkuma kee keessa jira. Iddoon ati itti yeroo kee irratti mirga hin qabne mana hidhaa keessa duwwaa dha. Bilisa taanaan garuu akka barbaaddetti itti hojjechuu ni  dandeessa. Akkaataan itti yeroo keetti fayyadamtu eenyummaa kee murteessa. Cancala wal qabatee socho’u, kan inni tokko isa kaan irratti dhiibbaa guddaa qabu dha. Yeroon Farda luugama hin qabne, kan ati to’achuu hin dandeenye dha. Yeroo barbaadde dhaabdee yeroo barbaadde deemsisuu hin dandeessu. Al tokko yoo darbe hin gulaaltu. Yaadannoo  ta’ee sammuu kee keessaa yaadatamaa hafa malee, taatee kaleessa ta’e tokko suuta jettee keessaa haquu hin dandeessu. Yeroo keef gatii laatte jechuun jireenya keef gatii laatte  jechuu dha. Yeroon kee geejjiba ittiin karaa jireenyaarra imaltu dha. Dhi’ee utuu bari’uu, bari’ee utuu dhi’uu, halkan utuu guyyaa ta’uu, guyyaan utuu halkan ta’uu, utuu guyyoota lakkooftuu, guyyoota walitti idaatee utuu ji’oota taasiftuu, ji’oota walitti dabaluun utuu waggoota taasiftuu imala kee xumurta. Akka itti qabattu beekuudhaa yoo baatte yeroon ibidda dha si guba. Isa darbe yaaddee gaabbiin ati gaabbitu guba ibiddaa caalaa si guba. Bor dulluma keessa tokkoo tokkoo waggoota dabarsiteetti gaabbuu mannaa har’a yeroo keetti fayyadami. Jecha warra adii yaadadhu: “Yakki yeroo balleessuu caalu hin jiru!” Galatoomaa! https://t.me/Booree_Gaafa_Xiiqii
Показати все...
Booree Gaafa Xiiqii

Imala Milkii Deemsa Kaayyoo Sitti hin Fakkaatin Wanta Laayyoo ! Dachaa Bu'ee Gaara Ba'ee Kaayyof Jecha Hunda Ta'ee Sabaaf jecha Aarsa Baafta Kan si qeequ Ana Aarsaa Afaan Guuten Suma WBOn Faarsaa Booree Gaafa Xiiqii

#Lixa_Shaggar ONA #Cobiitti hardha diina ripxee jirtu 26 bakka tokkotti Jim godhe.!!!! ❤️💚❤️ 💪💪💪
Показати все...
Eeruu Odeessa Sochii Humna Weerartuu!! Amma sa'aatii 12:30 irratti Konkolaataan duraan gara Doolootti gadi dabree ture, Waraana Shi*ftaa PPn Uummata Oromootti bobbaaftu fe'achuun guurratee gara Magaala Hawaasaatti Adoolaa Woyyuu keessaan ol-qaxxaamuree dabree jira. Baayyinna Konkolaataa: 42 Konkolaataa Gosaan; Paatrooliin; 6 Ooraaliin; 7 Konkolaataan Meeshaa fe’u; 4 A'izuuzii  Sangoota fe’atee jiru; 1 fi Baasii Uummataa 24 dha. Humni Hamileef Mogoleen bututee urraa'e tun, galgala kana Sa'aatii 12:30 irratti Magaala Adoolaa Woyyuu keessaan qaxxaamuruun gara Magaala Hawaasaatti ol-dabre. Konkolaataa 42 kanneen keessaa Magaala Dooloo dhaqee Humna fe'atee kan deebi'e, Konkolaataa 18 qofa yoo ta'u, Waraanni Konkolaataa 24 Magaala Nageellee Booranaa keessaa walitti haramee fe'ame. PPn duriiyyuu hin-goomtuu, amma akkam taati?? Abbuma suufetti, dhuufe jennaan😂
Показати все...
00:04
Відео недоступнеДивитись в Telegram
2.77 KB
sababa isiitiin lammiilee nagaatti roorrisuun bakka hedduutti taheera. Alaabaa tana tuquun har’a heera barreeffamaan lafa jiru hojiitti hiikamuu dadhabe, heera “Mootummaa Federaalawaa Dimokiraatawaa Ripaablika Itoophiyaa/Federal Dimociratic Republic of Ethiopia” keessatti osoo ol’aantummaan seeraa jiraatee adaba guddoo nama adabsiisa. Mootummaa Federaala Dimokiraatawaa Itoophiyaa keessatti Alaabaa tana gubuun/ciruun/bakka fannifamtee sirnaan ala humnaan gadi buusuun, miillaan irra deemuun, itti qoosuun, Alaabaan nama doorsisuun, sanumaa ammoo qaamota mootummaa tahaniin kana gochuun mallattoo wallaalummaa, siyaasaadhaan kufuu, mo’atamuu, sirna-dhablummaa fi miira ummata bal’aa dubbisuu fi hubachuu dadhabuun gadi bu’uu fi gadi aantii tahuu mirkaneessa. Biltsiginnaan tahe jedhanii, “Madaa Ummataa Irratti Ashaboo Firfirsuun” waan ummanni akka qarayyoo isaatti jaallatuu fi kunuunfatu tuttuquun ummata miira keessa seensisanii ibidda takka boba’ee dhaamuuf hin deemne qabsiisuutti jiru; kun ammoo gaafatama seeraa fi seenaa jalaa isaan hin baasu. Faajjii isaa ummanni Oromoo dhimma itti bahuuf mirga qaba. Hayyama eenyuunuu hin gaafatu, wareegama qaamaa qalbii itti gabbaraa as gahe, ammas itti gabbaraa jira waan taheef. Alaabaan kun alaabaa dhaabaa fi saba bira dabree Alaabaa lammiilee biyyaa, lammiilee Oromiyaa waan ta’eef, Alaabaa kana jibbiinsaa fi bakka na hin bu’uun dhiibbaa fi dhiittaa gosa kamuu irra gahu irraa qolachuuf lammiileen Oromiyaa dirqama qabu; Alaabichatu dhiigaa fi lafee goototaatiin dhufe waan ta’eef. Waan taheef, Ummatni Oromoo, Lammiileen Oromiyaa fi jaalattoonni biroos mirga qabsoo isaan seerri biyya kanaa isaaf kenne beekee akka fedhetti sodaa fi bir’aa tokko malee itti fayyadamuuf mirga guutuu qaba. Haala hamaa fi hammaataa cabsee itti dhufu ummanni keenya gama dandahu hundaan of irraa qolachuun, Faajjii eenyummaa isaa Calaqqisiisu kabajisiifachuuf mirga guutuu qaba. Gochaa qaanfachiisaa waraanni Biltsiginnaa itti gaafatamummaan itti hin dhagahamne raawwate, Alaabaa ABO/Oromoo/lammiilee Oromiyaa, Alaabaa Oromiyaa miillaan irra deemsisiisuu fi balaaleffachiisuun akka badii tahe ifatti hubachuun yakka waraanaa, Raayyaan Ittisa Biyyaa raawwate Ministeerri Waraanaa ofitti fudhachuun itti gaafatamaa tahuus hubachiifna. Maayii irratti, qaamoleen biyyattii tanaa dhimmi nageenyaa isaan yaaddessuu fi dirqama nagaa buusuu qaban, Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa, Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa, Ministeerri Nageenyaa Itoophiyaa, Ministeerri Haqaa Itoophiyaa rokkoo lakkuu waraanni murna Biltsiginnaa raawwataa jirutti akka xumura godhan hubachiifna. Injifannoo Ummata Bal’aaf! Adda Bilisummaa Oromoo Waxabajjii 20, 2024 Finfinnee
Показати все...
Qaamni Alaabaa ABO, Alaabaa Oromoo, Alaabaa Oromiyaa Kabaja Dhoowwatuun Miillaan Akka Irra Deemuu fi Akka Balaaleffatu Dirqu Diina Innikkaa Ummata Oromoo ti. Ijoo Dubbii Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Alaabaan ABO, Alaabaan Oromoo, Alaabaan Lammiilee Oromiyaa waraana Biltsiginnaa Raayyaa Ittisa Biyyaa (RIB) Ministeera waraanaan hoogganamu jalatti, Itoophiyaa biyya Ministera Nageenyaa fi Ministera Haqaa qaba jettu keessatti kabajaan irraa mulqamuun addababayiitti miillaan irra akka deemamuu fi balaaleffatamu dirqu Alaabaa ABOn Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaatti ittiin galmaawe Alaabaa seerawaa dha. Hundaan olitti, Alaabaan ABO, Alaabaan Ummata Oromoo, Alaabaan Lammiilee Oromiyaa, Alaabaan Oromiyaa, Alaabaa Dhiigaa fi Lafee Gootota Wareegamtoota ilmaan Oromootiin wixinamee, wareegama ulfaataa qaamaa qalbiitiin tikfamee as gahe, Faajjii Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) ti. Faajjiin Qabsoo Bilisummaa Oromoo mallattoo waraqaa fi huccuu irratti qalamaan tolfame osoo hin taane, eenyummaa ummata Oromoo/Lammiilee Biyyaa kan dhiigaa fi lafee goototaatiin ijaarame riqicha Bilisummaa fi Walabummaa ti. Alaabaan  tun, Alaabaa Magariisni Dacheen Oromiyaa keessaan hanga’u, Alabaa Bakkalchi Bilisummaa Oromoo fi Walabummaa Oromiyaa keessaan ifu, Alaabaa Dhiigaa fi Lafee gootota wareegamtootaan taraaramtee mirmirfamte, eenyummaa Oromoo/lammiilee Oromiyaa ti. Alaabaan kun faajjii QBO dukkana gabrummaa keessaa ifa Bilisimmaatti bahuuf wareegamni hedduun itti bahaa as gahee fi ammas itti bahaa jiruu dha. Kanaafis Faaruu Alaabaa faarfatamuun, Alaabaa Oromoo ibsituu dukkanaa, Guyyaa si dhaabbanne Gabrummaa irraa baana Kum-kumni illee du’u kan hafeen si dhaabnaa Falmaarraa hin deebinuu tarreerra dhaabbannaa…jechuun ummata bal’aan faarfatamaa jira. Alaabaan tuni saba Oromootiif, lammiilee Oromiyaa fi firoottan QBO cufaaf mallattoo Bilisummaa ti. Gootota ilmaan biyyaa kumaa-kitilatu Alaabaa tana jala hiriiree Bilisummaaf lubbuu isaanii wereegan, ammas wareegaa jiru. Alaabaa Diimaa Magariisa Diimaa wareegama qaalii ilmaan isaan argate ummanni Faajjii koo, mallattoo eenyummaa koo jedhee akka lubbuu isaatti jaallatuu fi kunuunfatu qaamni miillaan irra deemsisuu fi balaaleffachiisu diina innikkaa ummata Oromoo ti. Addi Bilisummaa Oromoo (ABO)n aggaammii gosa kamiituu diinaa fi lukkeelee diinaan ummata Oromoo irratti taasifamu ni balaaleffata, duras dhaabbata. Gochaa suukanneessaa fi qaanfachiisaa waraanni Biltsiginnaa itti gaafatamummaan itti hin dhaga’amne Raayyaan Ittisa Biyyaa (RIB) zigaal hin beekne addababayiitti raawwateen, yeroo itti suur-sagaleen nama waraabanii Alaabaa dhiigaa fi Lafee goototaan as gahe itti balaaleffachiisanii fi miillaan irra deemsisan media hawaasaa irratti faca’e Addi Bilisummaa Oromoo argee mirkaneeffateera. Sagalee balaaleffannaa Alaabaa dhagahamaa tureenis “Alaabaan kun Alaabaa Seeyxanaa ti, Na hin baasu ammaan booda, Biyya hin fayyadu, Biyya hin bilisoomsu, Biyya ficcisiisa, Alaabaan kun kan eenyuu akka tahe hin beeku, Eenyuun akka fayyadu hin beeku, Eenyuun akka bilisoomsu hin beeku, Ilmaan keenya wal ficcisiisaa jira, Itti hin deebinu, Irraa baana, Nu hin fayyadu Alaabaan kun, Alaabaa kana irra ni ejjadha” jedhi jechuun yeroo itti afaan Qawween doorsisanii yakka raawwatan dhagahamaa fi argamaa tureera.  Jechaa fi gochaan fokkisaa fi abaaramaan yeroodhaa yerootti eenyummaa ummata Oromootti bu’uun tuttuqan waan lakkaawamee dhumu miti. Kanaan duras Qubee Afaan Oromoo “Qubeen kun Qubee Seexanaa ti”jechaa turanii booda qabsoo ummataan akeekni abaaramaan isaanii liqinfamuun ni yaadatama. Biltsiginnaan rakkoo siyaasaa afaan qawween dhalchan karaa nagahaan furuu dadhabuun, gochaalee caalmaatti ummata keenya gaaga’an raawwachisiisuun isaanii seenaa darbe irraa baruu dadhabuun, egeree ummatoota biyyattii kanaa tilmaamuu hanqachuun biyyattii irraan gadee sigigaatte qabatanii qilee seenaa jiru.Rakkinnoota Alaabaa keennaan wal qabatanii bakka bakkatti mul’ataa jiraniin, erguma ABOn biyya kanatti seeraan galmaawee sochii karaa nagaa itti fufee as warra Alaabaa tana bakka fannifamtee buusee ciru, gubu, dhabamsiisuu fi
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.