cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Firaa'ol Afandii 🇵🇸

Yooyyaa kabajamoo hordoftoota keenyaa, Baga gara chaanallii keenyaatti nagaadhaan dhuftan. Chanaallii kanatti makamuu keessaniin jechoota mimmiidhagoo nama onnachiisan hedduu ni argattu. @Firaaol_Afandii Join godhaa ammuma nutti dabalamaa

Більше
Рекламні дописи
242
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
+130 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
. “Anaa fi isa jidduu wanti jaalala caalu hin jiru. Ergaan isaan wal baree akka waan waggaa dhibba na cinaa tureetti, isaaf isa qofa tahe jiruun koo”♥️ . ❤️Jaalalti miidhaa miti !👌 :¨·.·¨:  `·.   @Firaaol_Afandii 🌹
Показати все...
2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Показати все...
👍 2
"jibbi kan garaati, jaalalli ammoo kan lapheeti. Yaraa darbe kaasnee wal jibbuu irra gaariin wal jaalachuu wayya. Jibbi nu balleessa, jaalalli garuu nu milkeessaa". ❤️🧐😱 @Firaaol_Afandii 😱🧐❤️
Показати все...
2
#Abjuu... ✍ Waan qabdutti gammadii jiraadhu. Dabalii Abjuu horadhu... garuu waan hin qabne irratti sheenawuudhaan gammachuu amma harkaa qabdu uf jalaa hin balleessin. 👉 Yaadattaa...!, wantoonni hedduun ati hardha harkaa qabdu kuni, yeroo wahii keessa abjuu kankee dheeraa turee... @Firaaol_Afandii
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Wanta hunda akkuma itti laalaniin hin madaalamu. Sararri suuraa tanarra jiru tokko jallaan hin jiru. Hundi diriiraa dha! Wanti tokko tokko 'dhugaa namatti fakkaata' malee 'dhugaa' miti! Odeeffannoo dabalataaf Link kana 👉@Firaaol_Afandii join godhaa
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
 hin gowwominaa Namoota tokko tokko yammu ilaaltuun nama sitti fakkaatu, garu yammu ija xinxallaan ilaaltu duwwaa akka tahan hubatta. wanta kana garu muslimoota irratti hin agartuu Alhamdulillah. https://t.me/Firaaol_Afandii
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Gatiin_Bilisummaa_Meeqaa? Saree tokkotu jeedala huuqqattee jirtu argee akkana jedhaanii; "Yaa firakoo! Maaliif akkana of dadhabsiifta? Kanarraan cinatti, beelaafi balaa gammoojjiifi bosonaatti of laattee jirta! Kanarra, namatti dammaqi! Yoos, nyaataafi bakka jireenyaa bilisa ta'e argatta." Jeedallis gara saree sanaa ilaalaa, "Maalinni mormakee irra jiru kun?" jechuun gaafattiin. Sareenis "Cancala" jechuun deebisaafii. Dhumarratti, jeedalli dubbiin kun ajaa'ibsiise akkana jetteen; "Gabrummaatti furdachuurra, bilisaan huuqqachuu yookaan beela'uu wayya!" Wayyamoo wayya! •Animmoo, gatiin bilisummaa hin madaalamun jedha.
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#PALESTINE 🇵🇸 @Firaaol_Afandii
Показати все...
2
Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin. Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti. JOIN 👉 ❤️ @Firaaol_Afandii ❤️
Показати все...
📌 Shamarran, waan afuriin dhiira caalu!    ☞ Amalaan,    ☞ Malaan,    ☞ Garraamummaan,    ☞ Sodaan 📌 Shamarran waan afuriin jiraatu!    ☞ Amantiin,    ☞ Obsaan,    ☞ Abdiin,    ☞ Jaalalaan 📌 Shamarran waan afur hawwu!   ☞ Gaa'ila godhachuu,   ☞ Qabeenya horachuu,   ☞ Ijoollee horachuu,   ☞ Gammachuun jiraachuu Join Us ❣::::::::::::::❣ Share ❤️ @Firaaol_Afandii ❤️ ❤️ @Firaaol_Afandii ❤️
Показати все...
👏 1