cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Faarfannaa ortoodoksii fi barumsaa Amantaa

""Dhuguma dhuguma isaanin jedha Kan anatti amanu jireenya bara baraa qaba yoh:6:-47" discussion:https://t.me/discussionortodoksi Invite https://t.me/ortodooksitewhahidoo

Більше
Рекламні дописи
341
Підписники
+224 години
+27 днів
+2630 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Baga jalabultii guyyaa Yaadannoo Ifoota Addunyaa Qulqulluu Pheexiroos fi Qulqulluu Phaawuloos nagaadhaan geessan! Ifoota Addunyaa kan jedhaman Duuka Bu'oonni Qulqulluun Pheexiroos fi Qulqulluun Phaawuloos eenyu fa'i! Link kanaa gadi jiru tuquun guutummaa Qabsuuraa fi Seenaa isaanii ajaa'ibaa dubbisaa! irraa baradhaa! 👇👇👇 Duuka Bu'icha Qulqulluu Pheexiroos https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html Duuka Bu'icha Qulqulluu Phaawuloos https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html #Share taasisuu hin dagatiinaa!
Показати все...
👍 1
Share godhaa Ammas faaruuwwaan babbareedoo qabannee Siniif dhufna Yoo ofii barbaaddaniis Comment irraa nuuf kaa'a maqaa isaa #Share #share #share 🤲🤲@Gugeegarrammii🤲🤲 👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆 Dafaa ijoolleen Tewahidoo channel Kun Keessani siniin malee nama biraa tokkon hin guddatu walumaan yeroo gabaabduu Keessatti waliin guddifna . Yeroo dhiyoottis gaaffiiwwanis Tahee sagantaa badhaasa 🎁 ille qopheessinee kan isin barsiisuu danda'uun waliin baranna Maarre ammas akka kiristaana tokkootti hiriyoota Kee 2 qofaf osoo share gootef namni tokko hiriyaa isaa 2 qofaaf yoo itti tôles dabaluu danda'a mee isin ilaalla kaa nama meeqatu hiriyaa isaa gara channel kanatti fida ""Dhuguma dhuguma isaanin jedha Kan anatti amanu jireenya bara baraa qaba yoh:6:-47" 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 @Gugeegarramii 👆👆👆👆👆👆👆👆👆 Liinkii kanuma qofa copy gochuun hiriyoota Keef erguun gahee Kee bahi Ijoolleen Tewahidoo bara baraan jiraadha 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Показати все...
👍 3 2
Faaruu eebbifamtootaf ta'u Mana keetii eebbifamne Barruu keerraa nyaanne dhugne Mana  keetii eebbifamne Nu hin gatini nuti keeti Bakka nuyi deemnu hundatti Bakka kana dhufuun keenyaa Fedha keeti wal arguun keenyaa Nu eebbisi nuyi ijoollee keeti Adda nun baasin samii irratti Gatii dadhabbii bu'aa hojii keenyaa Utuu ati hin jirre eessaan as geenya Bu'aa ba'ii heddu argine Guyyaa ulfaataa siin darbine Ebbaaf uumtee nu eebbifte Barruu keetiin nu ceesifte Warra sin barre of barsiisi Daandii dhugaatti deebisi Ammas abdiin keenya eenyu Sirra adda bane eessa hin geenyu Mana keetti nu dhabini Ibsa keenyaas hin dhaamsini ==•|•== 👇👇follow @Gugeegarramii
Показати все...
Mana Keetti Eebbifamne Dn Galataa Addunyaa.mp34.60 MB
8
Durboo Maariyaam Qofa! 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 1.✍️ Waaqayyoon ilma koo kan jettu. Luq.2:48 2. ✍️Waaqayyoon kan deesse. Maat. 1:18, Mul. 12:5 3. ✍️Dubrummaan kan deesse. Maat. 1:22, Isa. 7:14 4.✍️ Ergamaan kan sagadeef. Luq. 1:28 5.✍️ Sagalee ishee dhagahuun ulfi kan utaale. Luq. 1:41 6. ✍️Waaqayyoo haadha koo kan jedhuun. 7.✍️ Ergamootni kan hin tuqne, kan hin ilaalle, kan fuuldura hin dhaabbanne kan tuqxe. Luq. 2:3 8.✍️ Ol ba'iinsa gooftaa booda kan olbaate. W.W. Caalu 8:5 9. ✍️Cubbuun Addaamiifi Heewaan kan ishee hin dhaqqabne. Faar. 44/5:11,45/6:4 10. ✍️Mirga gooftaa dhaabbattu. Faar. 44/5:9 11.✍️ Haadha nama hundaa kan taate. Faar.86/7:5 12. ✍️Dhaloonni hundi Qulqulleettii kan jedhuun. Luq. 1:48 13.✍️ Kennaan kan guutamte. Luq.28 14. ✍️Dubartootarraa adda taatee kan eebbifamte. Luq. 1:28 15. ✍️Eebbifamtuu kan jedhamte. Luq. 1:45 16. ✍️Rakkoo namaa daftee kan hubattu. Yoh. 2:3 17. ✍️Gadameessi fi harmi kee eebbifamaadha kan jedhameef. Luq. 11:27 18. ✍️Aduu kan gonfatte, addeessa miila ishee gaditti kan godhatte, goonfoo urjii 12 mataa isheerraa kan qabdu. Mul. 12:1 19. ✍️Jawwichi kan ishii hin qaqqabne. Mul. 12:13 20. ✍️Koochoowwan gugee lama kan kennameef. Mul. 12:14 21. ✍️Obboleettii ergamootaa, haadha wareegamtootaa kan taate. 22. ✍️Bara baraan dubroo kan taate. Hisq. 44:1-3 23. ✍️Magaalaa waaqayyoo kan jedhamte. Isa. 60:14, Faar. 131/2:13 24. ✍️Bultoo waaqayyoo fi hafuura qulqulluu kan taate. Faar. 131/2:14, Luq. 1:41 25. ✍️Yaadaan, foonii fi lubbuun dubroo kan taate. 26.✍️ Waaqaa gadi uumamtoota hundaa ol kan taate. 27✍️. Nyaataa /habistii/ fi dhugaatii/xoofoo/ samiitiin kan guddatte. 28.✍️ Mana qulqullummaatti kan guddatte. Faar. 44/5:10 29.✍️ Namni hundi haadha keenya Tsiyoon kan jedhuun. Faar.86/7:5 30.✍️ Sagalee isheen hafuura qulqulluu kan guutte. Luq. 1:41 31. ✍️Waaqayyoo keessa buluuf kan filate. Faar. 131/2:12-13 32.✍️ Guyyaa jimaataa haati gooftaan nuuf kenne. Yoh. 19:27 Kana hundaan kan guutamte haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Qofa! Hiriyoota keessaniif qooduun dirqama Kiristaanummaa keessan bahaa! Kan hafe comment jalatti barreessaa! Galanni Waaqa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nuuf kenneef haa ta'u! ⛪ Iyyesuus Fayyisaa Biyya lafaa ⛪ 👏Iyyesuus Gooftaadha.1Qor 12:13 👏Iyyesuus Tiksee gaariidha. Yoh 10:11 👏Iyyesuus Uumaadha. Yoh 1:3 👏yyesuus Karaadha. 👏Iyyesuus Dhugaadha 👏Iyyesuus Jireenya. Yoh 14:6 👏Iyyesuus Alfaafi Omeegaadha. mul. 22:13 👏Iyyesuus Fayisaadha. Luq19:9 👏Iyyesuus Ifa biyya lafaati. Yoh 8:12 👏Iyyesuus Biddeen jireenyaati. Yoh.6:48 👏Iyyesuus Burqaa jireenyaati. yoh 4:14 👏Iyyesuus Abbaa bara baraati. Isay 9:6 👏Iyyesuus Qoricha. mat 9:12 Kana qofaa Miti isaan kun isaan ijoodha Amma hiriyoota keessaniif share gochuu akka hin daganne dhufanii biddeen jireenyaa haa sooratan Warri share gootanis guddaa galatoomaa 🙏 🙏 🙏🙏🙏 Baay'ee sin jaalanna ❤️ Ijoolleen Tewahidoo bara baraan jiraadha @Gugeegarrami🥰 @Gugeegarramii❤️ @Gugeegarramii👍 @Gugeegarramii🙏
Показати все...
Faarfannaa ortoodoksii fi barumsaa Amantaa

""Dhuguma dhuguma isaanin jedha Kan anatti amanu jireenya bara baraa qaba yoh:6:-47" discussion:

https://t.me/discussionortodoksi

Invite

https://t.me/ortodooksitewhahidoo

👍 3🥰 2
🎙 Biiftuu Barii Fakkaattee Biiftuu Barii fakkaattee Har'as jirta Laphee Koo Maariyaam/2/ sin jechuu hin dagatu garaan koo            @Ceesisa Afaan ijoolummaa siin banadhee Lafaa kaanan sittan baqadhe Jaalala keen har'as dhugameera Ulee Aaroon siinan qabadheera            @Ceesisa Jabeessituu magaalaa iyyeessaa Kan si qabuu martinuu soreessa Ifa dhaamne baatte garaa keetti Kanaaf keessi koo sitti gammaaddi            @Ceesisa Uffata Warqeetiin kan kuulamte Dhaloota hundumaan jaalatamte Kadhannaan kee anaanis harkiseera Sirraa addaan hin ce’u sitti citeera            @Ceesisa Daawwit baganaadhan si faarfate Uumaan hundaa simboo kee jaalate Kanaafan si faarsa an harmee koo Maqaa keetiin fayyee kaa lubbuun koo           ==•|•== 📍F/taa Barakat Ayyaalew Faarsaa baay'ee namatti tolu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ #Share Hiriyaa kee kan taheef share forward godhi🥰🥰🥰🥰🥰
Показати все...
Biiftuu Barii Fakkaattee Ftaa Barakat Ayyaalew.mp33.80 MB
👍 3 2🥰 2
Jecha Labsii (Qala Awaadii) Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidoo dubbisun baraa! Hiriyoota Keefis Share godhi #share #share #share
Показати все...
Jecha Labsii kale-awadi-ao.pdf1.44 MB
👏 4👍 3
Kan namaa Kan nama wajjiin tokko mitii ya waaqa Amalli kee(2) yoomuun jijjiiramuu kan kee(2) Goofta Amallii kee Har'aaf yoo nu ho'isee harka irratti nu baatee Siifan du'a nuun jedhee afaan isaatiin dubbatee Bor yoo kan biraa arge isa wajjin wal fakkaata boolla nuu qopheessuudhaaf isa wajjiin mar'iataa Jaalala kee nuuf wayya isa hin jijjiramnee qabachuuf dhabuu ilaalee isa addaan naman qoodne Of harkaa dhabuu keenyaan yoo mana namaa deemne balbal dura dhaabbannee yoo rakkoo keenya himanne har'aafoo nuuf liqeessaa harka keessa ilaalachaa Boruu teelladhaan dhufaa mana keenyaa hiyyafachaa Ati erga nu jaallatee Lamuu keessan deebituu oolmaa koo fidii jettee ati gatiin dubbifattuu Argineera yaa goofta lamaannu adda baafannee Jaalalli keef kan namaa tasa waliin arginee Kaasneerra ija keenyaa namarraa abdiin qabnuu Gargarsaa qabnaa jennee obdii kee keessaan banu. harka keenya bal'isnee ija keenya ol kaaasne barruu kee irraa eeganna hamma dhumaatti obsinee
Показати все...
Kan Namaa Wajjin Dn Garramuu Baayyisaa.mp37.93 MB
5
Wangeelatti /በወንጌል/ Wangeelatti x2 ni amanna nutis waangeelatti Mallattoo nageenyaa Kabaja argamsiisaa Wangeela qulqulluutti Ni amanna Nuti Daabiloos moo'amee Nageenyi labsamee Inni dagatamee Kennaadhan guuttame Addunyaan ifa arge Dukkanni moo'amee Wangeelli hiikkamuu Iccitiin himamuu Nageenya argannee Lapheen nu gammade Shakkaannis Qaana'ee Wangeelan dha'amee Kitaaba gantummaa Baay'isan bal'isan Wangeelli tokkichaa Kan barannesarraa Abboonni beektonni Akka barsiisanii Amanaa jedhanii Wangeela qulqulluun Raajii Isqeelirratti Akka dubbatamee Kitaabichas nyaadhuu Jedhamee himame        ==•|•==
Показати все...
Wangeelatti በወንጌሉ Fttuu Waynii.mp35.11 MB
👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 Baga guyyaa yaadannoo ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel kan waggaa nagaadhaan geessan! ♦ 𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨? ♦ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞? ♦ 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢? ♦ 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢? 𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚! 👇👇👇 https://bit.ly/3Om035R https://bit.ly/3Om035R
Показати все...
👍 4😁 1
Itti Hin Leeyya'uu kanan amanen beeka Hin ariifadhuu kennaa harkasan eega itinan tolaa isa sansakkaan koo karaadhaaf dhugaan Iyyesuus jireenyii koo Argeetan si hubadhe xibriyaadoos gamasittii Ati abbaa hundumaa sooraa gabaa shaniiti Amala nama hundaa si qofatu danda'aa Waaqolii hunda keessaa maaltu hamma kee ga'aa Eenyutu hamma kee ga'aa? Bari'a lafaa ka'ee gara keetti figuun koo Iccitii garaa kootii hiikee sitti himachuun koo Mana keetti na fiddee yaa waaq situ na tiksee Gooftaa si faarfachuun koo hundaa nadagachise Hundumaa na dhiisise Maaliinuu si hin qixxessuu hundarran si fo'adhaa Jaalala keetu naaf addaa kanaaf sin mararfadhaa Sagantaan koo si qofaa hin karoorsu kan biraa Manni kees mana kootii gaddisa bara baraa galgalii koo sibira Addunyaa waa'ee keetiif dhiphatee walrakkisa Innoo ilma Yooseefi tokko raajota keessaa Ati ija koo naaf bannaan si hubadheera Gooftaa Sagalee hunda uumte Ilma Waaqa Jiraataa Eelshaadayidha Gooftaa Amaanu'eelidha Gooftaan Adoonaayidha Gooftaan
Показати все...
Sansaka Koo Dn Firaanol Moosisaa.mp35.25 MB
👍 4👏 1
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.