cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

RVUHC MUSLIM JEMEA OFFICIALS ☪️

✅Diin Islaamaa wal qixxummaarratti maal jedha? Rasuulli ﷺ “Yaa ilmaan namaa, dhagayaa, Rabbiin keessan tokko, Abbaan keessan tokko, dhagayaa, Arabni 'Ajama (nama araba hin taane) hin caalu, Ajamnis Araba hin calau, diimaan gurraacha hin caalu gurraachi d

Більше
Рекламні дописи
1 016
Підписники
+324 години
+147 днів
+7930 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

𝐁𝐨𝐫𝐮 𝐛𝐨𝐫𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐢𝐧 𝐻𝑎𝑟'𝑎 𝑛𝑎𝑛 𝑟𝑎𝑓𝑎, 𝑚𝑒𝑒 ℎ𝑎𝑟'𝑎 𝑏𝑜𝑞𝑜𝑛𝑛𝑎𝑎𝑛 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑎, ℎ𝑖𝑟𝑖𝑦𝑜𝑜𝑡𝑎 𝑘𝑜𝑜 𝑤𝑎𝑙𝑖𝑖𝑛𝑎𝑛 𝑏𝑎𝑠ℎ𝑎𝑛𝑛𝑎𝑛𝑎. 𝐵𝑜𝑟𝑢𝑠 𝑦𝑜𝑜𝑛 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑎𝑑ℎ𝑒 𝑛𝑎𝑛 𝑑ℎ𝑎𝑞𝑎𝑎𝑏𝑎, 𝑚𝑎𝑎𝑙𝑢𝑚𝑎𝑡𝑎 𝑛𝑎 𝑚𝑢𝑑𝑑𝑒/𝑠𝑎𝑟𝑑𝑒 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑎𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑡𝑎 𝑦𝑜𝑜 𝑡𝑎'𝑒 𝑔𝑢𝑦𝑦𝑎𝑎 𝒃𝒐𝒓𝒖𝒖 𝑘𝑖𝑖𝑠𝑖𝑖/𝑘𝑖𝑖𝑠𝑎 (𝒑𝒐𝒄𝒌𝒆𝒕) 𝑘𝑒𝑒 𝑘𝑒𝑒𝑠𝑠𝑎𝑎 𝑞𝑎𝑏𝑑𝑎𝑛 𝑠𝑒'𝑎𝑛. 𝐺𝑢𝑦𝑦𝑎𝑎𝑛 𝑏𝑜𝑟𝑢𝑢 𝑑ℎ𝑢𝑓𝑢𝑢 𝑓𝑖 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑠𝑢𝑢 𝑖𝑠ℎ𝑒𝑒, 𝑀𝑎𝑎𝑙 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑠𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑓𝑖𝑑𝑑𝑒𝑒 𝑑ℎ𝑢𝑓𝑡𝑢 𝑚𝑎𝑎𝑙 𝑏𝑒𝑒𝑘𝑡𝑎? 𝐺𝑢𝑦𝑦𝑎𝑎𝑛 𝒃𝒐𝒓𝒖 𝑎𝑏𝑑𝑖𝑖 𝑞𝑜𝑓𝑎. 𝐺𝑢𝑦𝑦𝑎𝑎𝑛 𝑛𝑢𝑡𝑖 𝑞𝑎𝑏𝑛𝑢 𝒉𝒂𝒓'𝒂. ℎ𝑜𝑗𝑗𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢𝑠 𝑡𝑎'𝑒, 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑓𝑎𝑚𝑎 𝑤𝑎𝑙-𝑔𝑎𝑎𝑓𝑎𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑓𝑖 𝑤𝑎𝑙-𝑔𝑎𝑟𝑔𝑎𝑎𝑟𝑢𝑢 𝑘𝑎𝑛 𝑑𝑎𝑛𝑑𝑒𝑒𝑛𝑦𝑢 ℎ𝑎𝑟'𝑎 𝑞𝑜𝑓𝑎. 𝐷ℎ𝑢𝑔𝑢𝑚𝑎 𝑜𝑓 𝑗𝑖𝑗𝑗𝑖𝑖𝑟𝑢𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑎𝑑𝑑𝑎 𝑡𝑎𝑎𝑛𝑎𝑛 𝑔𝑢𝑦𝑦𝑎𝑎𝑛 𝑏𝑜𝑟𝑢𝑢 𝑎𝑘𝑘𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑗𝑖𝑟𝑟𝑒𝑒𝑡𝑡𝑖 𝑦𝑎𝑎𝑑𝑖𝑖, ℎ𝑎𝑟'𝑎 𝑐𝑖𝑚𝑖𝑖 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑎𝑑ℎ𝑢. 𝑺𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂 𝒂𝒕𝒊 𝒒𝒂𝒓𝒔𝒉𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂𝒇 𝒉𝒊𝒏 𝒉𝒐𝒋𝒋𝒂𝒕𝒕𝒖. 𝑸𝒂𝒓𝒔𝒉𝒊𝒊𝒕𝒖 𝒔𝒊𝒊𝒇 𝒉𝒐𝒋𝒋𝒂𝒕𝒂
Показати все...
Показати все...
❤️
Показати все...
RIFT VALLEY UNIVERSITY HARAR CAMPUS MUSLIM JEMEA ☪️ Dargaggeessa Ibaadaa Rabbii Irratti Guddate::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::::=================== Qiyaamaa gaafa aduun gad dhihaattee sammuu namaarra dhuftee nama danfistu, warra gaaddisa Arshii Rahmaan jala turee oowwa san humaa hin garreetu jira. Akka ergamaan Rabbiiﷺ nutti himetti "dargaggeessi ajaja Rabbii fudhatee (Ibaadaa) irratti guddate" carraa gaaddisa san jala turuu qaba. Yeroo dargaggummaa Ibaadaa irratti dabarsuun qabsoo jabduu tahuu kanarraa hubanna. Dargaggeessi humnaafi mirqaana addaa qaba. Wanni hedduun itti bareeduu waliin lubbuun isaa waa danuu barbaaddi. Fedhii isaa Ibaadaa yoo godhe, kaayyoo uumameef yoo bakkaan gahe arraafi boruus ni milkaawa. ‏" وشابٌ نشأ في عبادة الله .. "

💔
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.