cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Sportii Afaan oromoo

💥Channel kana keessatti Odeeffannoo Kan akka ✅Odeeffannoole bahar-gamaa ✅Odeeffannoole biyya keessaa ✅Jijjiirraa taphattoota ✅Seenaa taphattoota ✅Tapha kallattiidhaan fi kannen biroo chaanaala kana keessatti ni argattu

Більше
Фінляндія1 802Мова не вказанаСпорт15 570
Рекламні дописи
584
Підписники
Немає даних24 години
+17 днів
-230 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Sadiyoo Maanee ifatti Al nasiriif mallatteesse... Daymandii Afrikaa carraa gaariiSadiyoo Maanee ifatti Al nasiriif mallatteesse... Daymandii Afrikaa carraa gaarii!
Показати все...
Oduu jijjiirraa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ✍🏻Baayermuunik Keen ganna 30 Tootinaam irraa mallatteessisuuf kaffaltii Yuuroo miiliyoona 80 (Paawundii miiliyoona 68) rikoordii kilabichaa cabsuuf qophaa'eera. (Sky sport). Ispaarsi maallaqa gurgurtaa Keen irraa fayyadamuun taphataa sarara gidduu Baarseloonaa Ayivoorii Koost Firaank Keesii, ganna 26 fi taphataa sarara ittisaa Faransaay Kileeman Leenglet, ganna 28 mallatteesisuu barbaadu (Mundo Deportivo - afaan Ispeeniin) ✍🏻Tootinaam taphataa sarara fuulduraa Nottingham Forest kan fi Weels Brennan Johnson, 22,mallatteesisuu barbaada.. (Poostaa) ✍🏻 Abbaan qabeenyaa waliinii Cheelsii Tood Booliin taphataa sarara fuulduraa isaanii ganna 24 Faransaay Kiiliyaan Mbaappeef taphattootaa fi maallaqaa Paaris Seent Jarmaniif dhiyeessuuf qophii irra jira.. (independent). ✍🏻Ze Biluuzii fi yuventus taphataa sarara fuulduraa Beeljiyeem Roomeeluu Lukaakuu ganna 30 fi taphataa sarara fuulduraa Juuveentus Sarbiyaa Duusan Vilaahooviich ganna 23 hirmaachisuun waliigaltee jijjiirraa ta'uu danda'us qorachaa jiru.(Fabrizio Romano) ✍🏻 Liivarpuul taphataa sarara gidduu Beeljiyeem fi Saawuthaamptan £miiliyoona 50n baasu Roomiyoo Laaviyaaf dhiyeessii fooyya'aa qopheessaa jiru yoo ta'u kilaboonnii 2 gara waliigaltee dhiyaataa jiru. (Mail). ✍🏻Liverpool taphataa sarara gidduu Leesteer Siitii ganna 16 Ingiliiz Trey Nyoni fudhachuufis baay'ee itti dhiyaate (mirror). ✍🏻Weestihaam taphataa sarara gidduu Saawuthaamptan Jeems Waard-Prowse mallatteessisuuf waliigaltee irra ga'e irraa fagaachuuf qophii ta'ee jira, erga taphataa ganna 28 kanaaf gaafiin lammaffaa kufaa ta'e booda (goal). ✍🏻 Barnley taphataa sarara gidduu Beeljiyeem Albert Saambi Lokongaa ganna 23 ergisaa bara tokkoon mallatteesisuuf Arsenaal waliin mari'achaa kan jiru yoo ta'u, Auston Trusty ganna 24 Ganners gadhiisuu danda'a, taphataa sarara ittisaa Ameerikaa kanaaf Sheefiild Yunaayitid dursaa jira. (Telegiraafii ). ✍🏻 Paaris-Seent Jarmaniin taphataa sarara gidduu isaanii ganna 30 Xaaliyaanii Maarkoo Veeraatiif kilabni Sa'uudii Al-Hilaal Yuuroo miiliyoona 30 (£25.7m) gatii dhiyeesse fydhachuuf qophii miti. (Fabrizio Romano) ✍🏻Al-Hilaal taphataa sarara guilders Naapoolii Naayijeeriyaa Victor Osimhen, 24 mallatteesisuu barbaada (Sky Sports) ✍🏻 Cheelsiin goolii eegaa Ispeen ganna 25 Roobart Saancheez mallatteessisuuf Biraayitan waliin marii ifatti sirnaan jalqabeera. (talk sport). Garuu Biraayitan hanga ammaatti Cheelsiin Saancheeziif gaaffii baniinsaa dhiheessefiif deebii hin kennine. (Atileetiksii ). ✍🏻Cheelsiin taphataa sarara ittisaa Trevoh Chalobah kan kilabicha gadhiisuuf jiru £m45m kaa'eera. Inter Miilaan taphataa Ingilizii kanaaf fedhii qaba. (Istaandardi). ✍🏻Evertan taphataa sarara fuulduraa Saawuthaampitan Iskootilaandii Chee Adams argachuuf fedhii guddaa kan qabu yoo ta'u,dabalataan Woolviis fi Boornemaawuz taphataa ganna 27 kana hordofaa jiru. (Keessa Kubbaa Miilaa) ✍🏻 Nottingham Forest taphataa sarara fuulduraa lammii Arjentiinaa Rosario Central Aleejo Veliz barbaadaa jira, garuu taphataa ganna 19 kanaaf dorgommii AC Milan irraa isa mudata. (Sky Italy - afaan Xaaliyaaniitiin) ✍🏻Baarseloonaan taphataa sarara fuulduraa Atleetikoo Maadriid Poortugaal Joo'o Feeliksiin ganna 23 fudhachuu danda'a, yoo taphataa sarara fuulduraa Faransaay Ousmane Dembele ganna 26 Paaris Seent Jarmanitti makame. (Ispoortii - afaan Ispeeniin) Share godhaa #spotiiafaanoromoo oduu ispoortii saffisaa fi amanamaa
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🚨 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 𝐆𝐎! Rasmus Højlund gara Manchester United imaluuf waliigale 🔴🇩🇰 Gatiin jijjiirraa dabalataa waliin €70M dha.. Højlund waliigaltee waggaa 5 ni mallatteessa.. Deeggartoonni man utd jijjiirraa kana akkamitti ilaaltan
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Premier League ingilaand deebi'ee nu buhaarsuuf guyyoottan 13 qofatu hafe. 📅 Kilabootni hedduun kaawwan gurvuraaf gabaa baasanii kaanimmoo bituuf gabaa bahanii of cimsachaa jiru. Xiiqii fi onnatni kilaboota PL ingilaand liigichi akka addunyaatti akka jaalatamuuf sabaaba guddaadha. Keessumaa sababaan deeggartoota PL hedduu kan ta’e xiiqii fi masaanummaa kilaboota SR ALEEKS FERGUSANII fi ARSEN WENGERI. Kilabootni kunneen dorgommii fi morkii waancaa ala gaafa ta'an liigichi hagam akak qabbanaa'u ni beekama. Ta'us garuu gaafa Arsenal fi Manchester United tapha qaban liigichi bakka qabbanaa’ee deebi'ee ho'a. Namoonni hedduun morkiin Sr.Aleeks Fergusanii fi Arsen Weenger 10Hagii fi Arteettaa jalattis akka deebi'u hawwu. Ciminni kilaboota biroo akkuma jirutti ta’ee seenaa morkattummaa dheeraa warra qaban kan akka Manchester , Arseenaal fi Liverpuul garuu hin jiru.
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Tilmaama keessan kennaa ✍️Har'a halkaan sa'aa 6:00 irratti tapha michooma Manchester United fi Arsenal jiduutti gaggeeffamaa jaal'attoonni kubbaa miilaa idila addunyaa hawwii guddadhaan eegaa jiru,morkiin kilaboota england ciccimoo lameen Maanchistar Yuunaayitid fi Arseenaal jidduu gaggeeffamuu kana namoonni Million lakkawaamuu taphicha foodda tv daaw'achuuf qophaa'aniiruu,namoonni kumatamaan lakkawaamaan immoo gara america imaluun #Tiketa seensaa istaadiyeemi murtaanii hanga sa'aan taphicha gahuu hawwii guddaadhaan eegaa jiru..........ajaab ◾️Arsenal taphoota michooma lamaa ganna kana taphateen tokko qixa bahuun,tokko garaagarummaa goolii baay'eedhan injifachuu danda'eera ◾️Manchester United immoo taphoota michooma ganna kana lamaa taphate lamaanuu injifachuu danda'eera Har'a immoo eenyuut injifataa jattee yaada? Seexannoota diddiimoo injifataa moo? Dhukaastoota injifataa? Tilmaama kee barreessi Manchester United vs Arsenal Sa'aa 6:00 Carraa gaarii kilabaa deeggartaanniif🙏
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🚨 | 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 𝐆𝐎: 𝐎𝐧𝐚𝐧𝐚 𝐭𝐨 𝐔𝐧𝐢𝐭𝐞𝐝! Manchester United Xumura irratti Onana mallatteesisuuf waliigale ..here we go! 🔴🇨🇲
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🎙Leenjisaa seenaa qabeessaa kilabaa kaaba london arsenal duraani A. Wengar waa'ee Arsenal akkas jechun dubbatee👇 🗣"Waanca pireemeer liigii inglaandi bara dhufuu eegaluu Arsenal nii injifataa jadhe amana, Arsenal baranaa jijjiirraa gaarii raawwataniiruu,taphattoota ciccimoos mallatteessifataniiruu,taphattoonni arsenal barana mallatteessifatee waanca pireemeer liigii akka injifatuu nii gargaaruu"jechun dubbatee Yaada A. Wengar irratti waliif galtuu? Dhugaan arsenal piremeer liigii bara dhufuu nii injifatti jatte yaada?
Показати все...
Odeeffannoo ispoortii gaggabaaboo Maanchistar Yunaayitid seera faayinaansii Fair Play cabsuu isaatiin waldaa kubbaa miilaa Awurooppaatiin paawundii kuma 257 adabame. Tapha Piriimiyerliigii Ingiliiz Luutoon Taawun inni jalqabaa gara yeroo biraatti akka ce'e beekamaadha.Kilabni haaraa ol guddate kun xumura dirree isaa sirreessee xumuruu mirkaneeffachuun waan hin danda'amneef tapha kana dheeressuuf akka dirqame himamaa jira tapha Barnley waliin taasisan kana. Deeggartoonni Woolvis taphattoota biyyoota biroo irratti amala hin malle agarsiisan hordofuun Waldaan Kubbaa Miilaa England Paawundii kuma 100 akka adabaman beeksifameera. Juuveentus Suuper Liigii Awurooppaa gadhiisuuf sochii eegaluun isaa ibsameera. Leenjisaan Gaanars Miikeel Arteetaan, ''Kaayi Haavartz Arsenaal keessatti eessatti taphachuu akka danda'u nutti himuun yeroon isaa amma,'' jedhan. Paaris Seent Jarmaniin taphataa sarara fuulduraa Ingilizii Haarii Keen Tottenham irraa mallatteessisuuf sochii eegaluu isaatu gabaafame.dabalataan Munikiis kane ni barbaada. Maanchistar Siitiin taphataa ganna 27 Beeniyaamin Paavardii taphataa sarara ittisaa mirgaa Faransaay Baayermuunik irraa mallatteessisuuf fedhii akka qabu himamaa jira.faallaa kanaatiin Kayel walker gara Bayern imaluuf waliigale. Kilabiin Liigii 1 Faransaay Olompik De Marseille taphataa sarara fuulduraa lammii Gaaboon Piyeer Emerick Aubameyang chelsii irraa mallatteessisuuf fedhii akka qabu himamaa jira. Liivarpuul taphataa sarara gidduu lammii Ekuwaadoor Moises Caicido fudhachuuf dorgommii keessa seene sababni kilaboonni Sa'udii Arabiyaa taphattoota sarara gidduu Joordaan Hendersan fi Faabinhotti erga mallatteesisuuf itti dhiyaataniin booda akka ta'e himamaa jira. Fuulhaam taphataa sarara fuulduraa lammii Sarbiyaa Aleksaandar Mitirooviich kilabii Piroo Liigii Sa'udii Arabiyaa Al Hilaal gaafii jijjiirraa lammataa dhiyeesse kuffiseera. Maanchistar Yunaayitid gaaffii jijjiirraa jalqabaa kilabii Turkuu Galatasaray irraa taphataa sarara gidduu lammii Biraazil Firiid fudhachuuf dhiheesse kuffisuun isaa beeksifameera Arsenal jijjiirraa Diklaayin Raayis har'a ni ifoomsa Fabrizio.. Man utd fi Inter jijjiirraa Onana irratti guutu guututti waliigalaniiru wanni hafe matter of time jadhe Fabriziyoon... Maxxansi keenya yoo isinitti tole share godhaa👏 👇👇👇👇👇👇👇👇 Share 👉 https://t.me/orosport433
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
🚨 Manchester United’s Onana inter irraa mallatteesisuuf baay'ee itti dhiyaatee jira.. 🇨🇲 €50m fee + €5m add ons. 💰 Here we go is pending. 🔜 Deeggartoonni Manchester Here we go dhihootti na eegaa jadhe Faabriziyoon (Maddi: Fabrizio Romano)
Показати все...
ODUU JIJJIIRRAA 👉Niwukaastil Yunaayitid taphataa sarara fuulduraa Leesteer Siitii Haarvii Baarnes Aston Viilaa fi Weestihaam injifachun mallatteessisuuf £35M xumuruu akka danda'an abdii qaba. (Goal). 👉Taphataan sarara fuulduraa Faransaay Kiiliyaan Mbaapeen ammallee bara 2024 booda kontiraata isaa dheeressuuf waan hin karoorfanneef ganna kana Paaris Seent Jarmaniin gadhiisuun dirqama ta'a jedhee yaada, filannoon taphataa ganna 24 kun Riyaal Maadriiditti makamuudha. (ESPN) 👉 PSGn Mbaappeen ganna dhufu jijjiirraa bilisaatiin Riyaal Maadriiditti makamuuf walii galeera jedhee amana, yoo shaampiyoonota Faransaay waliin waliigaltee haaraa hin mallatteessine ganna kana kilaba maallaqa olaanaa isaanii dhiyeessetti ni gurguru(sky sport). 👉 Mbaappeen yoo gara Piriimiyerliigii Ingiliiz imale filannoo jalqabaa Arsenaal ta'a garuu baajata Gaanaars ol waan ta'eef gareewwan lamaan gidduutti quunnamtiin tokkollee hin jiru. (The independent). 👉Taphataan sarara fuulduraa Poorchugaal Joo Felix gara PSG deemuuf fedhii guddaa qaba garuu dhumarratti Atleetikoo Maadriid keessa turuu danda'a, taphataa ganna 23 kanaaf Yuuroo miliyoona 100 barbaadu Atleetikoon. (AS - afaan Ispeeniin) 👉Inter Miilaan goolii eegaa Tootinaam Hugo Lloris, ganna 36, ​​fudhachuu barbaada Andiree Onana gara Maanchistar Yunaayitid imaluuf itti dhiyaate bakka buufachuuf. 👉Arsenal Rice fi Timber mallatteesisuu har'a ifatti ni beeksisu jeshamanii eegamu. 👉Arsenal ammaas taphataa sarara gidduu tokko dabaluuf gabayaa irra jira. 👉Liverpool Romiyo Laviya irratti xiyyeefatee jira yeroof marii niyiis waliin Turam fydhachuuf gochaa ture dhaabe .(Telegraph). 👉 Boorushiyaa Doortimuund haala taphataa sarara fuulduraa duraanii Jaadon Saanchoo Maanchistar Yunaayitid keessatti hordofaa jira, haa ta'u malee taphataa ganna 23 kun Ooldiraaford keessa turuu akka barbaadu amanama. (Sky Sports Jarmanii) 👉Ispoortiin Liisboon taphataa sarara fuulduraa Siwiidin ganna 25 Viktor Gyokeres argachuuf Kooventrii Siitii waliin waliigaltee Yuuroo miiliyoona 24 (£20.5m) irratti waliigalaniiru. (Fabrizio Romano) . 👉Leenjisaan Atleetikoo Maadriid Diyeegoo Simioneen kilabii Sa'udii Arabiyaa Al Ahliin gaaffii bu'aa guddaa argamsiisu dhiyeesseefii kuffisee jira. (ESPN) 👉 Meeson Giriinwuud ji'oota 18f kubbaa miilaa irraa erga adabame booda adabbii isaa xumuruu danda'a, Atalantaan taphataa sarara fuulduraa Maanchistar Yunaayitid ganna 21 lammii Ingilizii kana ergisaan fudhachuuf fedhii qaba. (mirror). 👉Taphataan sarara gidduu Ingilaand Dele Alli tapha isaa karaa sirrii ta'etti deebisuuf kaayyeffatee Evertan waliin shaakalatti deebi'eera, leenjisaan Toffees Sean Dyche taphataa ganna 27 kanaaf ''Qophaawaa ta'uu'' akka qabu itti himeera. (Mail). 👉Man utd goolii eegaa inter Milan Onana mallatteesisuuf qarqara irra gahe taphataan kun xumura torbee dhufuu guutu guututti gara man utd jijjiirraa isaa ni xumura.(Fabrizio). 👉Man utd Greenwood ergisaan gara Atlantaa erguuf marii irra jira.(MEN). 👉Hoji gaggeessan man utd John mortough Rasmus Hujland Atlanta irraa mallatteesisuuf marii gaarii irra turan kaleessa.(Samuel lukarest). #Maaliwantihaaroftiwaa'eejijjiirraa? Kilabiin ati deeggartu eenyu barbaadaa jira..gaafii kana hunda deebisaa argachuuf peejii keenya share,follow,like godhaa
Показати все...
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.