cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

ANIIR MOHAMMED OFFICIAL️

Waanin dubbadhe tokkof itti gaafatuma nan fudhaadha; garuu akka ati itti hubatte nan ilaallatu. #Gaarii_hojjettu_gaariin_si_hordofaa ✅ Join T.me/ANIIR_MOHAMMED Yaada Yo Qabattan👉 @ANEX_MHAD

Більше
Ефіопія1 652Мова не вказанаЕротика27 522
Рекламні дописи
13 373
Підписники
+624 години
+157 днів
+92030 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

4ghh6c4cbad4
Показати все...
Показати все...
Trust Wallet - Miner

🔺 Earn Up To 0.015 BTC Per User! 💰 Withdrawal Method: BTC 🚀 Instant Payment

Repost from ABDII SABAA
Hamster combat dhugaa ta'uun isaa 99% mirkanaa'eera. Namoonni hin eegalle link kanaa gadiii tuquun eegaluu dandeeassu http://t.me/hamsTer_kombat_bot/start?startapp=kentId5650570895
Показати все...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

🔥 1
https://telega.io/blog/become-an-exclusive-channel-and-sell-even-more Telega.io blog | Become an «Exclusive Channel» and sell even more!
Показати все...
Become an «Exclusive Channel» and sell even more!

Service for advertising your business in Telegram channels.

Maatiin channeli keenya hundi link kana join gochuudhan nu gargaara Akka waan gaari isiniif qabanee dhufnuuf nu fayyadama https://t.me/TgPremiumAiBot?start=Bot15146007
Показати все...
Hey! I Found A New Bot For You Which Gives Real Telegram Premium For Free Just Do Some Refers And Withdraw It Start Now. 👇 https://t.me/TgPremiumAiBot?start=Bot15146007
Показати все...
Показати все...
Notcoin Bot

Welcome to the Official Notcoin airdrop bot

Dhugumatti karaan sun fagoo taʼuu mala...Garuu kaleessa caalaa har'a itti dhihaannee jirra!.🖤🥀
Показати все...
🔥 1
Kutaa Sadaffaa Biizinasii Akkamitti Eegalla? 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 6. Galteewwan (Inputs) eenyurraa akka argattu beeki:- Daldala keessaatti, waa omishuuf ykn tajaajila (service) wayii kennuuf madda galteewwanii (Sources of Inputs) keetii haalan beekuu barbaachisa. Glateewwan na fayyadan maal fa’a? hagamtu na gaha? Eenyurraayyin argadha? Gaaffiwwan jedhan deebisuun dirqama. Inni biraa galteewwan kana haala itti gatii salphaan argachuu dandeessu ykn karaa ofuma keetii ofii dhiyeessuu dandeessuu irratti itti yaadi. Fknf, Mana Nyaataa (Hotel) qabda yoo ta’e horii qalmaa gabaarraa bituu moo, sangaa isa xiqqaa bittee erga gabbistee booda, qalmaa dhiyeessuu wayya kan jedhu irratti “Cost-benefit” isaa itti yaaduu barbaachisa. 7. Fedhii fayyadamtootaa (demands) beekuu:- Bu’uurri wanta hunda maamila kee waan ta’eef fedhii isaanii addaan baastee beekuu barbaachisa. Wanta hawaasni tokko hin feene yoo eegalte hin ta’u. Fknf Hawaasa alkoolii hi dhugne keessatti mana dhugaatii banuun faayidaa hin qabu. 8. Waan addaa (Unique) ta’e jalqabi: Asirratti baay’ee yaadun barbaachisaadha. Waan addaa yoo jennu waanuma haaraa qofa jechuu miti. Waanuma jiru bifa adda ta’een dhiyeessuu jechuudha. Fknf, buna jabanaa gurguruu yoo barbaadde, waanuma namoonni biroo kana dura godhan hin godhin. Xiqqoo waa fooyyessii koottu. Qulqullina bunaa, filannoowwan gargaraa kan akka buna aannaniin, shaayii, Bunaaf shaayii walitti (Ispiriisii), aannan duwwaaa, nyaata dafee qaqqabu (fast food) kan akka Saambusaa, Chiipsii, qoqarii fi kkf cinaatti jalqabi. https://t.me/kuusaa_kitaabaa https://t.me/kuusaa_kitaabaa https://t.me/kuusaa_kitaabaa https://t.me/kuusaa_kitaabaa
Показати все...
🥰 1
Kutaa Afraffaa Biizinasii Akkamitti Eegalla? 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 9. Maamiloota kee yaada gaafadhu (feedback): Yeroo hundaa nama waa sirraa fayyadamee deemu maaltu akka fooyya’uu qabu gaafadhu. Namoonni baay’en fedhii isaanii sitti himuu dhiisuu danda’u, garuu dandeettii fuula isaanii irraa waa hubachuu horachuu danda’uu qabda. Fedhiin maamila dugugguruu dugdaa biizinaii keetii waan ta’eef, haaluma kamiinuu fedhii isaa guutuu qabda. Fedhii waan biraa hin jenne ani! 10. Beeksisa (promotion):- Maallaqa, humnaa fi yeroo kee isa guddaa beeksisaaf oolchi. Beeksifni dirqama karaa reediyoo fi televijinii ta’uu hin qabu. Beeksisni inni guddaa fi gatii xiqqaan beeksisuu dandeessu karaa maamiloota kee amanamoo (loyal customers) ti. Maamiloota kee isa tajaajila kee dursanii baran, kan jaalatan fayyadamtee akka isaan namoota beekan (in their circle) tti sii himan (refer) sii godhan amansiifadhu. Namoonni hedduun beeksisa gara reediyoo ykn telejiniin argan caalaa nama amanan irraa yoo waa dhagahan amaninii bitu, jecha nama amananii (word-of-mouth) ni amanu. Namoonni karaa kanaan dhufan immoo maamila kee amanamaa ta’u, nama biraas sii fidanii dhufu. 11. Qulqullina tajaajilaa (service quality):- yoomuu taanan meeshaan (goods) ykn tajaajilli (service) ati dhiyeessitu qulqulliinni isaa gaaffii keessa galuu hin qabu. Haga danda’ameen qulqullina sadarkaa ol’aanaa ta’een dhiyeessuf yaali. https://t.me/kuusaa_kitaabaa https://t.me/kuusaa_kitaabaa https://t.me/kuusaa_kitaabaa https://t.me/kuusaa_kitaabaa
Показати все...
👍 1