cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

❤️ IYESUUS JIREENYAA BARA BARAATI ❤️

Kiristaanummaan Jireenya malee Amanta'aa miti!. 🙅 👉Amanti'itti jireenyaa kenna malee; Amantaan jireenya hin kennu🙅. 👉Amantaan kan namaatti! Amantiin kan waaqatti🤏 (Channel) kanaratti faarfannaa gagaariif dubbii Sagalee waaqaa argachuu dandeettu!🥰🫶

Більше
Рекламні дописи
321
Підписники
+324 години
+57 днів
+1430 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Daniel Elema Ati Angafa Amen Music Studio.mp36.28 MB
👍 4
Gezahegn_Muse_Amharic_Christian_Song_2020_ገዛኸኝ_ሙሴ_አማርኛ_መንፈሳዊ_መዝሙር.m4a6.94 MB
👍 2
IYESUUSI Kiristoosii wonti inni gara biyya lafaa dhufeef; lubbuu tokko barbaadisaaf dhufe! Osoo biyya lafaa kanarra namni tokko qofi jiraatu ta'ellee nama saniif dhufe jechuu!. Obboleessa kiyya / obboleetti tiyya argitee? Akka inni si jaallatu🥺 Si'ii nama tokko barbaadisaaf jedhee bakka isa hin madaalle dhufe!; fooni dadhabaa ka beela'u, ka dheebotu, ka rafu, ka mugu uffatee anaafi si'i fakkaate🥲. Haala keeti ilaalee si jaallate osoo hin teene, ofuma isaa ilaalee si jaallate 😔. 👉Akka inni si jaallatuuf haalli ati keessa turteeyyuu akka inni si jaallatu ka silaa isa godhuu miti!. Du'aan akkamiin jaallatamuu danda'a? Karaa hafuuratiin duunee turre hunddi keenyaa!. Akka inni nuyi jaallatuuf worra ulaagaa guutu hin turre silaa nuuti!. 👉Adoo nuuti dadhaboo teenee jirruu inni nuyi jaallate, 👉Adoo nuuti du'oolee teenee jirruu inni nuu jaallate, 👉Adoo nuuti diina isaa teenee jirruu inni nuu jaallate!🥺 Namni woli jaallatu dhiiralle haa ta'u dhalaa; Namuma diqqoo isarra jiru, bifaan, qabeenyaan, sadarkaa barnootatiin diqqoo nama fooyyee qabu jaallatanee fuudhuu barbaadani! ( Heerumuu). IYESUUSI Kiristoosii ammoo nu'uu Sadarkaan keenyaafi Ulaagaan keenya akka inni nu jaallatu hin tolchine! Bifa keenya uffatee dhufee nuyi jaallate 🥲. Bifa keenya bareedaa woyiitii miti fokkisaa! Ka cubbuun gurrachessitee qaqeesite😥 bifuma keenya sani dhufee uffate nuyi fakkaate❤️🙌. Kanaafuu IYESUUSIIN jaalala Bara baraa Jaalatamteerta Gammadi❤️🙏🙏🙏
Показати все...
🔥 1💔 1
Gamatti nu baache Sing Robe Jarso M.mp36.61 MB
Maqaan isa Sing Robe jarso M.mp35.81 MB
Waaqyyoo nu gargaari Sing Jobe jarso M.mp38.10 MB
Gargaara Kiyya Sing Robe Jarso M.mp36.81 MB
GARGAARAMEERA Adisu Musate M.mp37.78 MB
🥰 2
Yeedaloo Samii - Bikila Kebede 2024 JOIN: @farfannaahaaraa
Показати все...
Bikila Kebede - YEEDALOO Samii.mp37.47 MB
🔥 2
Uumati namicha kanarraan ta'ee baratu'utti jiru kuni rakkoo hamtuu keessa jira😭.
Показати все...
Kutaa 3ffaa 📌Mootiin Daawwiti Marroo Yoonaataatiif jedhee Menfebosteetti Gaarummaa (Arjummaa) Mudhise. Menfebosteelle Yenna saniin jalqabee 2Sam:9:⁷ 📍1-Akka Mucaa Mootii ta'e 📍2-Qorii mootiirraa woma mootiin nyaatu nyaate 📍3-Mootiicha dawwiti woliin Yerusalem jiraachuu jalqabee 📍4- Mootichille Handhuraa Akaakoo isaa isaaf deebise ❤️Akkasuma Waaqille Karaa wodoo te'iisa yesuus Kiristoosiitiin Cubbaalesa maqaa yesuusiitti Amane Sababa Kiristoosii 🥰1-Ilma tolfate Yoh:1: ¹² 🥰2-Ulfinnaan Kiristoosi woliin midda teessifate Efe:2:⁶-⁷ 🥰3-Buddeena jireennaa kate'e kiristoosi Nyaata isaa te'e 🥰4-Yerusalemii Haarettiin Biyya teenna (Iddoo jireenna keennaa) teete, Achitti galuun nuuf ta'e Gala: 4:²⁶, Ibr:12:²²-²⁴ 🥰5-Eebba karaa addaamiitiin dhanne caalaa Kiristoosiin Sama'iitti eebba hafuuraa maraan eebbifamne Efe:1:3 #Isa Kanarraa wonni nuuti qalbeeffatuu malle; 📌Menfebosteen Arjummaa Mootichi itti mudhiseen Akkana Ulfinna hagana hunda gewu Argatulle, Miilli isaa yoosille naafuma 🥰Nami eega kiristoosi dhugeeffate fayyeen duuba ifiin jiraadha jedhee wonni inni wodhaanatu hin jirtu Balchichi dhugeeffannaan jiraata male ✅Sababi isaalle Waaqi gara jireenyaa kanu yaameefi nuuti ifiif Akka jiraannuuf adoo hin te'ini Ilmi isaa yesuus Kiristoosi nurratti Akka jiraatuufi Gala:2:²⁰ Kakuu dullatii gara Haareyaatti hiikiis ittuma fufa... Brother Made
Показати все...
🥰 3
Worra Efesoonii 2:6-9 GAXNT [6] Waaqi karaa Kiristoos Yesuusiitiin isa woliin du'a keessaa nu kaasee, isuma woliin addee ol-gubba'aa keessa nu teessise. [7] Durummaa badhaadha ifii ta hagana hin jedhanne, ta arjummaa ifiitiin karaa Kiristoos Yesuusiitiin nutti mudhise, baroota dhufulle mudhisiisaaf inni tana godhe. [8] Isin badhaadha Waaqaatiin karaa dhugeeffanna'aatiin fayyitane malee, hujii teessaniinii moti; isiin tun kennaa Waaqaa ti. [9] Akka nami tokkolle ittiin ifi hin jajne, huji'iinii moti. https://bible.com/bible/3176/eph.2.6-9.GAXNT
Показати все...

2 Ergaa Yohaannisii 1:6 GAXNT [6] Jaalala jechuun ajaja Waaqaatiif ajajamiisaan le'iisa. Akkuma isin martinuu jalqabaa jalqaddanee dhageettane, ajaji isaa akka jaalalaan leetanu. https://bible.com/bible/3176/2jn.1.6.GAXNT
Показати все...

Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.