cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

UUMAMA HAARAA

✍ Fuula kana irratti barreeffamoota dhuka amantoota Kakuu Haaraa cimsuu danda'an kan dhugaa Macaafa Qulqulluu irratti hunda'an argattu. 🫰 Gaaffii fi yaada yoo qabaattan karaa link armaan gadii nu qaqqabsiisuu dandeessu. ⤵️ ⤵️ ⤵️ @amentesfa1

Більше
Фінляндія2 007Мова не вказанаОсвіта46 125
Рекламні дописи
2 388
Підписники
-124 години
+2727 днів
+97630 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Фото недоступнеДивитись в Telegram
✴️ 𝐍𝐀𝐌𝐀𝐀 𝐌𝐈𝐋𝐊𝐀'𝐀 𝐓𝐀'𝐔𝐔𝐅✴️ ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐧𝐟𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐚 ✔️𝐐𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐆𝐚'𝐞𝐞𝐥𝐚 𝐇𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐝𝐚𝐚 ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚'𝐢𝐢𝐧𝐚 ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐢𝐦𝐦𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 ✔️𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚
Показати все...
🔘 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐧𝐟𝐚 🔘
🔴 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐆𝐚'𝐞𝐞𝐥𝐚 🔴
🅾️ 𝐆𝐨𝐫𝐬𝐚 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐚'𝐢𝐢𝐧𝐚 🅾️
🔻 𝑮𝒐𝒓𝒔𝒂𝒂 𝒋𝒊𝒓𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 🔻
🔸 𝑱𝒐𝒊𝒏 🔸
Akkuma nyaanni foon keenya irraa waantota baayyee ittisu, nyaanni sammuu keenya waantota baayyee ittisa. Kanaaf nyaata sammuu keef ta'u argachuuf channalii kana join godhachuun sammuukeef soorata taasisi. 🤜🤛👇🤜🤛
Показати все...
Soorata sammuu
Leenjii walitti fufaa
Soorata fooniif
JOIN
Channel keessaan akka gara 3k, 5k,10k,15k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Показати все...
#UUMAMA_HAARAA: 📖 Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbee, kunoo, inni haaraan dhufeera (2Qor 5:17). ✍ Lammaffaa dhalachuun, cubbamaan du'ee uumamni haaraan yookiin sanyii haaraan dhalachuu dha. Eenyummaan keenya inni moofaan wantoota hedduudhaan wal'aansoo qabaa ture. Garuu eenyummaan keenya inni haaraan, uumamni haaraa inni qajeelaan, akka fakkaattii Waaqayyootti uumame fedha Waaqayyoo qofa raawwachuu barbaada. Uumama isa haaraa guutummaa eenyummaa keenyaa dhuunfachiisuu qabna. Sababni isaa mucaan har'a dhalate kaleessa hin qabu. Kunis cubbuun yeroo darbee guutummaatti haqameera jechuu dha. 💐 Waa'ee uumama haaraa yeroo dubbannu waa'ee hafuura keenyaa, namummaa keenya isa keessaa dubbachuu keenya dha. Yeroo Kristosiin fudhanne qaama keenya alaatu jijjiirame utuu hin taane keessa keenyatu jijjiirame. Akka 1Tas 5:23 irratti barreeffametti namni uumama kutaalee sadii qabuu dha. Isaanis hafuura (spirit), lubbuu (soul) fi qaama (body) dha. Yeroo fayyinu hafuurri keenya lammaffaa dhalata. Kanaafuu uumamni haaraan waaqa irraa nuuf kenname dhagnaa fi lubbuu keenya irratti dhiibbaa geessisa. Lubbuun keenya caasaalee miirawwan, yaadotaa fi fedhiiwwan of keessatti hammata. Dhugumatti eenyu akka taane yommuu hubannu jijjiirama dhugaatu nu keessatti ta'a. Jijjiiramni kristiyaanummaa dhugaa keessaa gara alaatti adeema. Kun jijjiirama dug-deebii hin qabnee fi jijjiirama dhugaa dha. Yesus, akka namootni qalbii jijjiirrannaa hundee qabu geggeeffatan barsiise. 📖 Barichi raawwateera, mootummaan Waaqayyoos dhi'aateera, yaada garaa geeddaradhaa wangeelatti amanaa!" jedhe (Mar 1:15). 💡 Jijjiiramni amanuu irraa eegala. Qalbii jijjiirrannaa dhugaan amala jijjiirrannaa dhugaa fida. Jechi qalbii jijjiirrachuu jedhu jecha Giriikii 'metanoeo' jedhu irraa kan dhufe yoo ta'u, hiikni isaa murtoo jijjiirama sammuu, jijjiirama kaayyoo fi jijjiirama hojii argamsiisuu dha. Qajeelummaa ofii keenyaa irraa yeroo qalbii jijjiirrannee Wangeela Kristositti amanuu eegallu, Wangeelli fayyinaaf humna Waaqayyoo ta'uu isaa fi nama hundumaa kan jijjiiru ta'uu isaa shaakalla. Namootni tokko tokko yeroo Wangeela ayyaanaa lallabnu qalbii jijjiirrannaa fi qulqullummaa eeggachuu irratti hin xiyyeeffatu se'u. Garuu Wangeela lallabuu mataan isaa iyyuu qalbii jijjiirrannaa lallabuun akka namootni Kristosiin shaakalan gochuu dha. 📌 Hubadhaa! Cubbuun ayyaana Waaqayyoo hin dhaabu; garuu ayyaanni Waaqayyoo cubbuu dhaabuun duguugee balleessa. Ayyaanni heyyama ittiin cubbuu hojjennu sitti hin fakkaatin! Warri barsiisa dogoggoraa babal'isan, karaa dogoggoraan waa’ee ayyaanaan fayyuu hiikkatanii yaada isaaniin manca’aniiru. Yesus Kristos Ayyaanaa fi Dhugaadhaan guutee nu keessa buufate malee, ayyaana qofaan hin dhufne. Dogoggorri kan uumamu yommuu ayyaanni dhugaa malee (Grace without Truth) akka hojii irra oolu namootni yaalanii dha. Inni akkasii kun jireenya gad-dhiisii babal’isa. 📖 Warri Waaqayyo malee jiraatan, ayyaana Waaqayyo keenyaa argachuun "Gad dhiisaatti jiraachuu dha" jedhanii yaada isaanii diddiiranii, gooftaa keenya Yesus Kristosiin isa kophaa isaa gooftummaa qabus gananii, lo'anii nu gidduu galaniiru. Isaan kun wanta yakka isaanitti mursiisu kana jalatti duraan dursanii caafamaniiru. (Ergaa Yihudaa lakk 4) ♻️ Egaa namni lammaffaa dhalate, lammaffaa cubbuu hin hojjetu jechuu miti. Yaadni garaa keenyaa cubbuuttii yoo qullaa'e iyyuu foon keenya cubbuu hojjeta. Garuu sababii cuuphaa Yesus irraa amantii qabnuuf yaadni garaa keenyaa qulqulluu ta'ee hafa. Akkasitti yaada garaa nama hin ceephaane arganna. 📖 Kunis fakkeenya cuuphaa isa isin amma ittiin ooltanii ti; cuuphaan waan ittiin karaa du'aa ka'uu Yesus Kristos, yaada garaa nama hin ceephaane argachuudhaaf, Waaqayyootti himattanii dha malee, waan ittiin xurii dhaqnaa dhiqatan miti." (1Phex 3:21).
Показати все...
1
✅ Erga lammaffaa dhalannee booda yaadni garaa keenyaa doorsisaa fi himata (ክስ) cubbuu hin dhaggeeffatu. Kana jechuun yaadni garaa keenya humna cuuphamuu Yesus fi gatii Yesus fannoo irratti xumureen cubbuu jalaa bilisa ba'a. Akkasitti guutummaa guutuutti dhiifamuu cubbuu argachuu keenya amannee fudhanna. Amantiidhaan qajeelota taane. Ameen👏 #Jesus_saves #I_am_a_witness       📍Join Us📍 @UumamaHaaraa1 @ErgamaGuddicha
Показати все...
1🥰 1
DIRMAMMUU GANAMAA hiika jireenya kee ganamaa hubachuuf join godhaa 👇👇👇👇👇
Показати все...
Imimmaan ijoollummaa
Yaada ganamaa
Kolfa ijoollummaa
Tapha ijoollee
Qoosaa ijoollummaa
Hawwii fedha ijoollee
👆 Tokko filachuun dubbisaa
Repost from EMOTIONAL 🖋
Channel keessaan akka gara 2k,3k,4k,5k tti akka isiniif guddaatu yoo barbaaddan      👇  Na Quunnami 👉 @BrakeIt 👉 @BrakeIt
Показати все...