cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

EGERE VOICE

chanaalii keenyaa Irraa Dhimmoota Akka 1 baruuf barsiisuu Beeksisa hoji mootummaa fi miti mootummaa ni argattuu

Більше
Рекламні дописи
216
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Repost from ABDII SABAA
#Birmannaa_Lammiif #Challenge Birmannaa Hawaasa Keenya Wallagga Lixaa Beegii fi Qondaalaaf godhamuuf sochii eegalamee jirutti makamaa🙏 Saba Oromoo haala kanaan miidhamaa jiranu gargaaruuf qarshii kudhan irraa kaasuun haga dandeenye ha gumaachinuufi, namni maxxansi kun bira ga'e, hunduu ammuma waan qabnuun ha deeggarru. #Challenge'n keenya qarshii kudhan irraa kaafna, sanaa ol haga dandeenye gargaarra, yoo maxxansi keenya nama kuma 20 bira ga'ee, namni kumni 10 qofti deeggarsa yoo godhe, qarshii kuma 100 hawaasa keenyaaf gargaarsa goone jechuudha. Yoo ta'asuma maallaqa gargaarru dhabne, maxxansa kana qoodnee nama gargaaruu danda'u biraan haa geenyu. #Challenge'n eegaleera deeggarsa gootan, screenshot kaasuun karaa keessaan nuuf ergaa. 👉 Deeggarsa kana irratti hirmaachuuf Lakkoofsi herreegaa maqaa namoota sadii: 1. Arfaasee Hirkoo Kumsaa 2. Birruu Tsaggaayee Jimaa fi 3. Tamasgen Gammachuu Nagarootiin banameera. Qindeessitoonni: 1. Eebbisaa Baayyisaa 2. Marid Tulluu fi 3. Taagal Daaqaati. Lakk. Herreegaa Baankii: Baankii Daldala Itoophiyaa -1000577668117 Baankii Hojii -Gamtaa Oromiyaa -101040013 Baankii Awaash -013201118948100 Baankii Oromiyaa -1636462700001 Jiraatti waliif haa birmannu. #Ulfaadhaa🙏 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA
Показати все...
Giiftii shaggooyyee, kiilolee sagaleen ishee simbira inaafsisu, haadha walleewwan ammayyaa Afaan Oromoo, hangafa weellsitoota keenyaa kan taate, Haloo Daawwee seenaa addaatiin yaadatamti.  Baabura Yaabbadheen Dhufaatii hanga Obboleessi Gaariitti, dur bara dukkanaatii hanga fiixee bara dimimisa 1990-ootaatti, akka utubaa tti dhaabbattee Afaan Oromoo kan utubde, fakkeenyi weellostoota dubartootaa, hiriyaan Ilfinash Qannoofi Maaramee Harqaa har'a gara fuula rabbii deemteetti jedhan. Waaqayyo lubbuushee jannata haa qananiisu. RIP
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Namoonni hanga ammaatti University irraa eebbifamtanii jirtan ministerri hojetaa fi humna namaa karaa flatfoormii ofii isaan uumeen hojjetaa fi hojjechiisaa wal quunnamsiisuuf barattoota Yuunivarsitii irraa eebbifamtan galmeessuu irratti argama Kanneen galmeen isin rakkisee Isin gargaaru dandeenya asin nu quunnamaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
Egeree voice
🌟 JOIN 🌟
Kanneen biroof
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Namoonni hanga ammaatti University irraa eebbifamtanii jirtan ministerri hojetaa fi humna namaa karaa flatfoormii ofii isaan uumeen hojjetaa fi hojjechiisaa wal quunnamsiisuuf barattoota Yuunivarsitii irraa eebbifamtan galmeessuu irratti argama Kanneen galmeen isin rakkisee Isin gargaaru dandeenya asin nu quunnamaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Показати все...
Egeree voice
🌟 JOIN 🌟
Kanneen biroof
Waraana Israa’eliifi Hamaas Gidduutti Deemaa Jiruun, Taatee Haaraan Maaltu Jira?. Hamaas, weerara humna waraana lafoon Israa'el Gaazaa irratti raawwachuuf jirtu qolachuuf qophii ta'uu ibse. Hamaas Sanbata darbe Israa’el irratti haleellaa hin eegamneefi tasaa erga raawwateen booda, waraanni Israa’eliifi Filisxeem gidduutti deemaa jiru har’a torbee guutee jira. Lakkoofsi namoota haleellaa Hamaasiifi haleellaa deebii Xiyyaaraa Israa’elii gama lachuu irraa ajjeefamanii 2,800 ol ta’uun gabaafamaa jira. Akka odeeffannoon Israa’el baaste ibsutti, lakkoofsi namoota haleellaa Hamaasiin ajjeefamanii 1300 akka ta'eefi namoonni Kuma 3fi 300 ol haleellichaa madaa’uu isaanii hime.
Показати все...
Ani maaliifan Uumamee? Hundi keenya kennaa garaagaraa dhuunfaa dhuunfatti nuuf kenname qabna. Addunyaa kana irraa namoonni kennaan isaanii %100 walfakkaataa ta’an hin jirani. Kanaaf ofiikee dhiistee namoota biraa fakkaachuuf yaaluun dogoggora guddaadha. Waa’ee dandeettii keetii, carraawwan jireenyakee keessatti qabduufi eenyummaa dhuunfaakee yaadi malee nama biraa fakkaachuuf hin yaaliin. Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha. Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa jirutti hin amantu taanaan milkaa’ina gonfachuu hin dandeessu. Bakkuma jirtutti waanuma of harkaa qabdu fayyadamiitii waan dandeessu hojjedhu. Kaayyookee irratti xiyyeeffattee waan hojjechuu dandeessu hojjennaan kanbiraa maaltu sirraa eegamaree? Yoom akka hojjettu, maal akka hojjettu, akkamitti akka hojjettu qajeelfama nama biraa hin eeggatiin. Waan dandeessuu hojjechuudhaaf har’a siif guyyaa addaati. Kanaaf ganamaan ka’ii deemsakee eegali. Amma yoo imala eegalte karaa dhiyeeffattee bulta waan ta’eef. Namoonni baay’een kaayyoo ofiisaanii ni beekuu, hojjechuuf garuu tarkaanfii hin fudhatan. Haala mijataa ykn nama si gargaaruu teessee eeguu irra kaayyoo uumaamteef jiraachuuf battala barreefama kana dubbisteen of qopheessi. Akka nama bidiruudhaan galaana irra naanna’uudhaan bashannanuu bakkuma tokko marsaa hin ooliin. Kaayyoo uumaamteef bakka gahuu qabdu gahuudhaaf ofiikee irratti murtoo fudhadhu. Milkaa’inni waan barbaadan argachuu osoo hin taanee imala jireenyaa eegaluudha. Milkaa’inni walitti fufinsaan daandii milkaa’inaa irra imaluudha malee bakka yaadaan gahuu qofaa miti. @DubbisaanHayyuudha
Показати все...
Namoonni hanga ammaatti University irraa eebbifamtanii jirtan ministerri hojetaa fi humna namaa karaa flatfomii ofii isaan uumeen hojjetaa fi hojjechiisaa wal quunnamsiisuuf barattoota Yuunibarsitii irraa eebbifamtan galmeessuu irratti argama Kanneen galmeen isin rakkisee Isin gargaaru dandeenya t.me/Jabaanwaq
Показати все...
jebesa H fufa

You can contact @Jabaanwaq right away.

📢 በ0 አመት ልምድ አዲስ የስራ ማስታወቂያ National Bank & Ministry of Sport Vacancy ★ 📆 Deadline: October 19th, 2023 🏢 Position: Internship/Graduate Trainee Program 🎓 Qualifications: - Bachelor's degree in Architectural Engineering, IT, or related discipline - Bachelor/Masters degree in Management, Marketing, Business Administration, Economics - Bachelor's degree in Journalism, Marketing, and related fields - Bachelor/Masters degree in Law or International Relations - And more! Check the website for the full list. 📍 Location: Addis Ababa 💰 Salary: Competitive remuneration package Don't miss this incredible opportunity to kickstart your career and gain valuable experience. Apply now and be part of our dynamic team! How to Apply?? 👇👇👇👇 https://click.et/Newjob/📢-national-bank-ministry-of-sport-vacancy-🎓/ : https://t.me/egereevoice
Показати все...
???? National Bank & Ministry of Sport Vacancy ????

???? SStSI Internship Program for Fresh Graduates The National Bank & Ministry of Sport is offering exciting internship opportunities through the System Strengthening through Skills and Internship (SStSI) program. Designed and implemented by The Talent Firm in collaboration with Target Business Consultants and participating Federal Ministries, this program aims to provide young graduates with valuable […]

Фото недоступнеДивитись в Telegram
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.