MEDIA HAQAA1
BAGA GARA MEDIA KEESSANIITTI NAGAAN DHUFTAN CHANNEL @MEDIA_HAQAA KUN ODEEFFANNOO BARNOOTAA KAN ISIN BIRAAN GAHUDHA MEDIA HAQAA MEDIA KEESSAN! @MEDIA_HAQAA @mediahaqaa 💬NU QUNNAMUUF💬 @MediaHaqaaDm 🎯DISCUSSION @BAKKA_MARII_MEDIA_HAQAA
Більше8 947
Підписники
+5824 години
+2847 днів
+1 23530 днів
- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Приріст підписників
Триває завантаження даних...
#ExitExam
Qormaanni bahuumsa Yunivarsitii kan bara 2016 sagantaa digirii jalqabaan har'a kennamuu eegalameera.
Barattoota qormaaticha fudhataniif carraa gaarii hawwina!
(Carraa gaarii!!)
Suuraa: Yuunivarsiitii Dambi Doolloo
@mediahaqaa
#FINFINNEEYUUNIVARSIITII
Barattoota Exit Exam Waggaa Shanaffaaf Yuunivarsiitii Finfinneef
@MEDIA_HAQAA
👍 1
#Qormaata Ba'uu
#Exit Exam
Qormaanni ba'uu biyyoolessaa har'a eegaleera.
Dorgomtoonni bara 2016 eebbifaman akkasumas barattoonni ammas qormaataaf taa'an qormaata yeroo sadaffaaf kennamaa jiru ni fudhatu.
Dorgomtoonni qormaata Manaajimantii, Ji'ooloojii fi Bulchiinsa Mootummaa fi Manaajimantii Misoomaa har'a ni fudhatu.
Sagantaa Qormaata Ba’uu Fooyya’e; Qormaanni biyyoolessaa hanga waxabajjii 19/2016tti akka kennamu agarsiisa.
👍 9
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Odeeffannoo_Dhiyeenyaa
Barattoonni qormaata ba'uu(#Exit_Exam) bara 2016 fudhattan hundi har'a irraa eegalee linkii armaan olii Suura irratti Mul'atu Fayyadamuudhaan password Mataa Keessanii qormaataaf fayyadamtan jijjiirachuu ni dandeessu.
@MEDIA_HAQAA
❤ 8
Показати все...
TikTok · Technical Haile
Check out Technical Haile’s video.
Фото недоступнеДивитись в Telegram
#Free_Coin
Boonasii Kooyinii miliyoona Tokko Akkaataa ittiin fudhattan Amma kanaa ilaalaa fudhadhaa.
Hamster Kompat irraa.
👇👇👇👇
https://youtu.be/_cPMhClHttM
https://youtu.be/_cPMhClHttM
Оберіть інший тариф
На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.