uk
Feedback

Не попадись на ботовода! Telemetrio знаходить і позначає такі канали мітками 👉 Хочеш бачити мітку, оформляй підписку

Maths Group11

Maths Group11

Відкрити в Telegram

The main purposes of this channel are to: 1. 📝 Provide various Mathematics questions and exercises. 2. 📚 Share and publish different educational books. 3. 📖 Provide useful short notes and study materials. For more, contact us through: @Fikiru_Asnake

Показати більше
5 148
Підписники
-324 години
+47 днів
+10030 днів
Архів дописів
"Waggoota itti aanan Ramaddiin barattoota ni dhaabata" Pr.Birhaanu Naggaa Ministeerri barnoota waggoota itti aanan ramaddii b
+2
"Waggoota itti aanan Ramaddiin barattoota ni dhaabata" Pr.Birhaanu Naggaa Ministeerri barnoota waggoota itti aanan ramaddii barattoota akka dhaabu ministeerri barnoota Pr. Birhaanuu Naggaa beeksiseera. Kana kan beeksise ministeerri barnoota adeemsa hojii bara 2018 ilaalchisuun sagantaa mallattoo yunivarsiitoota mootummaa waliin taasise irratti dha. Haaluma kanaanis barattoonni qabxii darbiinsa fidan yunivarsiitii ofii filatanitti fiildii barbaadan akka iyyatan ni taasifamu jedheera. "Barnoonni Yunivarsiitii akka kanaan duraa ramaddii ministeera barnootaatiin osoo hin ta'in filannoo barattootaatiin " jedheera. "Barattoonnis yeroo Yunivarsiitii filatanis haala sababa gahaa qabaataniin, Yunivarsitii kanittii damee barnootaa fooyya'aa, beekkumsaa fi carraa hojii argachuu danda'a jechuun filatu" jechuun ibsaniiru. @maths_group11
10 жовт 2025, 12:00

" በሚቀጥሉት ዓመታት የተማሪዎች ምደባ ይቆማል " - ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ ትምህርት ሚኒስቴር በሚቀጥሉት ዓመታት የተማሪዎች ምደባ እንደሚያቆም ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሀኑ ነጋ አስታወቁ። ይህ ያሳወቁ
+1
" በሚቀጥሉት ዓመታት የተማሪዎች ምደባ ይቆማል " - ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ ትምህርት ሚኒስቴር በሚቀጥሉት ዓመታት የተማሪዎች ምደባ እንደሚያቆም ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሀኑ ነጋ አስታወቁ። ይህ ያሳወቁት የትምህርት ሚኒስቴር ከመንግስት ዩኒቨርስቲዎች ጋር የ2018 ዓ.ም የትምህርት ዘመን የቁልፍ ተግባራት የፊርማ ስነስርዓት ባከናወነበት ወቅት ነው። በዚሁ ወቅት ፕሮፌሰር ብርሀኑ ነጋ ጠንካራ የስራ አቅጣጫ አስቀምጠዋል፡፡ ፕሮፌሰር ብርሀኑ ነጋ እንደገለፁት፤ በሚቀጥሉት ዓመታት የትምህርት ሚኒስቴር የተማሪዎችን ምደባ እንደሚያቆምና የማለፊያ ነጥብ የሚያስመዘግቡ ተማሪዎች በሚፈልጓቸው ዩኒቨርሲቲዎችና የትምህርት መስኮች እንዲያመለክቱ ይደረጋል፡፡ " የዩኒቨርሲቲ ትምህርት እንደከዚህ ቀደሙ በትምህርት ሚኒስቴር ምደባ ሳይሆን በተማሪዎቹ ምርጫ ይሆናል " ብለዋል። " ተማሪዎች የሚማሩበትን ዩኒቨርሲቲ ሲመርጡም ምክንያታዊ በመሆን በዬትኛው ዩኒቨርሲቲ የተሻለ የትምህርት መስክ፣ እውቀትና የስራ እድል ላገኝ እችላለሁ በማለት ይመርዝታሉ " ሲሉ ገልጸዋል። #ኢፕድ @maths_group11
10 жовт 2025, 11:57

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐮𝐮 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝘂?
10 жовт 2025, 11:26
13 жовт 2025, ~11:26

Carraa kaasuun qofa badhaafamaa! Qubeewwan tarreeffaman keessaa Tokko filachuun cuqaasuu! Itti aansuun chaanaalota isiniif dhufan JOIN godhaa. Guyyaa 3 booda abbaan carraa ni ifooma. Carraa keessan amma irraa eegaluun yaalaa. 🏆𝗖𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗶𝗶🏆
10 жовт 2025, 05:07
13 жовт 2025, ~08:30

If ( x + y = 10 ) and ( x - y = 4 ), what is the value of ( x )?
Anonymous voting
10 жовт 2025, 03:42

If the ratio of the ages of two persons is 4:5 and the sum of their ages is 45 years, what is the age of the younger person?
Anonymous voting
10 жовт 2025, 03:42

If 4th December 1999 is Monday then what day is 3rd January 2000?
Anonymous voting
10 жовт 2025, 03:42

Find the number of odd days in 126 years
Anonymous voting
10 жовт 2025, 03:42

In a certain code language, HAND is written as SZMW, then what will be the code of MILK?
Anonymous voting
10 жовт 2025, 03:42

#Beeksisa_Hatattamaa! Barattoota Bara Barnootaa 2018 Kutaa 12ffaa Barachaa Jiran Hundaaf -------- BBO- Fulbaana 29/2018 Qorma
#Beeksisa_Hatattamaa! Barattoota Bara Barnootaa 2018 Kutaa 12ffaa Barachaa Jiran Hundaaf -------- BBO- Fulbaana 29/2018 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 galmaa'uuf Waraqaan Eenyummaa Biyyoolessaa(#Ethiopian_Digital_ID_Card(Fayida Id.)n/ dirqama kan barbaachisu ta'uu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa beeksiseera. Kanaafuu, barattootni bara 2018 kutaa 12ffaa barachaa jirtan hundi otuu galmeen hin eegalin dursitanii waraqaa eenyummaa biyyoolessaa (Fayida Id.) akka baafattan isin beeksifna. Maatiin barattootaafi barsiisotni keenyas galmeen qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa otuu hin gahin gamanumaa dursanii akka baafatan barattoota akka jajjabeessitan kan jedhu dhaamsa keenya ta'a. @maths_group11
09 жовт 2025, 13:56

#Beeksisa_Hatattamaa! Barattoota Bara Barnootaa 2018 Kutaa 12ffaa Barachaa Jiran Hundaaf -------- BBO- Fulbaana 29/2018 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 galmaa'uuf Waraqaan Eenyummaa Biyyoolessaa(#Ethiopian_Digital_ID_Card(Fayida Id.)n/ dirqama kan barbaachisu ta'uu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee Biyyoolessaa beeksiseera. Kanaafuu, barattootni bara 2018 kutaa 12ffaa barachaa jirtan hundi otuu galmeen hin eegalin dursitanii waraqaa eenyummaa biyyoolessaa (Fayida Id.) akka baafattan isin beeksifna. Maatiin barattootaafi barsiisotni keenyas galmeen qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa otuu hin gahin gamanumaa dursanii akka baafatan barattoota akka jajjabeessitan kan jedhu dhaamsa keenya ta'a.
09 жовт 2025, 13:53
09 жовт 2025, ~13:55

What day of the week was 1st January 1901?
Anonymous voting
09 жовт 2025, 02:46

The average of X, Y and Z is 14. Twice the the sum of Y and Z is 30. What is the value of X?
Anonymous voting
09 жовт 2025, 02:46

If today is Saturday, what will be the day 350 days from now?
Anonymous voting
09 жовт 2025, 02:46

+1
Mathematics G9 & G10 የበፊቱ የ10ኛ ክፍል Matric Question and Answer with Explanation የ5አመት (2002-2006) https://t.me/maths_group11 https://t.me/maths_group11 https://t.me/maths_group11
09 жовт 2025, 02:44

How did you feel at your university placement?
Anonymous voting
09 жовт 2025, 02:25
09 жовт 2025, ~02:43

📲Hojii Telegram barachuun Telegram irraa hojii jalqabuu ni barbaduu❓ Eeyyee Taanaan Hojii Ajaa'ibaa fi Amanamaa ta'e 3 Qaban
📲Hojii Telegram barachuun Telegram irraa hojii jalqabuu ni barbaduu❓ Eeyyee Taanaan Hojii Ajaa'ibaa fi Amanamaa ta'e 3 Qabannee Jirra! Hojii kanas ammuma jalqabaa 👇👇👇👇
08 жовт 2025, 18:34
13 жовт 2025, ~10:27

Anyone who wants to change from Hawassa to Bahirdar university, contact us inbox. Using @be_your_self1997
08 жовт 2025, 12:40

የዩኒቨርስቲ ምደባ ይፋ ሆነ። በ2017 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል አገር አቀፍ ፈተና ወስደው የማለፊያ ውጤት ያስመዘገቡ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች በወጪ መጋራት (ስኮላ
+1
የዩኒቨርስቲ ምደባ ይፋ ሆነ። በ2017 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል አገር አቀፍ ፈተና ወስደው የማለፊያ ውጤት ያስመዘገቡ እና ለትምህርት ሚኒስቴር ተጠሪ በሆኑ የመንግስት ዩኒቨርስቲዎች በወጪ መጋራት (ስኮላርሽፕ) ትምህርታቸውን ለሚከታተሉ የቅድመ ምረቃ መደበኛ ተማሪዎች የተቋም ምደባ ይፋ መደረጉን ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል። ተማሪዎች ከአሁን ሰዓት ጀምሮ ፦ ➡️ በዌብሳይት፦ https://student.ethernet.edu.et ➡️ በቴሌግራም ቦት @moestudentbot ምደባቸውን ማየት እንደሚችሉ ገልጿል። የRemedial ፕሮግራም ምደባ በቅርቡ ይፋ እንደሚደረግ ትምህርት ሚኒስቴር አሳውቋል። #MoE @maths_group11
08 жовт 2025, 06:07

Ramaddiin Yunivarsitii ifoomee. Barattoonni bara 2017 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii yuunivarsiitiiwwan mootum
Ramaddiin Yunivarsitii ifoomee. Barattoonni bara 2017 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii yuunivarsiitiiwwan mootummaatti ramadamuuf qabxii darbiinsaa galmeessan yeroo ammaa irraa eegalee karaa liinkii armaan gadiitiin Yunivarsitii itti ramadaman ilaaluu ni danda'u. Ramaddii keessan ilaaluuf👇 Karaa Marsariitii👇 https://student.ethernet.edu.et Bootii Telegiraamii👇 https://t.me/moestudentbot Ministeerri Barnootaa gaaffii jijjiirraa Yuunivarsitii akka #hin_fudhanne ibseera. Yuunivarsitii itti ramadamtan irraa waamicha eeggachuun barnoota keessan itti fufu ni dandeettu jedhameera. @maths_group11
08 жовт 2025, 05:59