Maths Group11
Відкрити в Telegram
The main purpose of this channel is to: 1. Print various Maths questions. 2. Publishing various books. 3. Print various short notes. Share it with your friends! Hirriyyoota keessaniif share godha!
Показати більше5 080
Підписники
-624 години
-77 днів
-4630 день
Архів дописів
5 081
Hanan Naji Ahmed 649
Congra sis nu boonsite jirta hayaa☺️
Akka biyyaatti qabxii olaana fidde.
5 081
#Kutaa_12ffaa
Ministeerri barnoota firiin qormaata biyyaalessaa sa'a 1:00 irratti ifooma jechuun beeksisee turus hanga yoonaa barattoonni firii isaanii ilaallachuu hin dandeenye. Gadhiifamuu firii barattootaa hordofaa kan jirru yommuu ta'u akkuma gadhiifameen kan isin beeksisnu ta'a.
@maths_group11
@maths_group11
@maths_group11
5 081
#Bu'aa
Tajaajilli madaallii barnootaa fi qormaata, Barattoonni Bu'aa qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Kibxata 29/01/2016 ganama sa'aatii 1:00 irraa eegalee bu'aa isaanii ilaaluu ni danda'u jedheera.
Barattoonni bu'aa isaanii filannoowwan armaan gadii 3 #qofa fayyadamuun ilaaluu danda'u .
👉Marsariitii irratti: eaes.et
👉Ergaa barreeffama gabaabaa: 6284
👉 Telegiraamii: @eaesbot
Filannoo armaan olitti ibsameen alatti karaaleen bu’aa gabaasuu biroo akka hin jirre tajaajilichi beeksiseera.
Barattoonni gowwoomsitoota walfakkeessuun "bu'aa isin ilaalchifna" kan jedhan kamirraayyuu akka of eegan akeekkachiiseera.
Inistiitiyuutichi bu'aa agarsiisuuf kaffaltii tokkollee akka hin gaafanne hubachiisaniiru.
Bu'aa isaa akkamittan ilaaluu danda'u?
Marsariitii irratti ilaaluuf:
1. Marsariitii eaes.et ka'na tuqi.
2. Itti aansuudhaan fuula itti aanu irratti lakkoofsa galmee (Registration number) fi maqaa jalqabaa barreessi.
3. "Check Result" cuqaasuun bu'aa keessan argachuu dandeessu.
ergaa barreeffama Gabaabaan:
1. Lakkoofsa galmee (Registration number) kee 6284 irratti barreessanii al tokko qofa erguun deebii eeguudha.
Karaa Telegiraam bootiidhan:
1. @eaesbot jechuun barbaadi
2. Filannoo mul’atu hordofuun lakkoofsa galmee (Registration number ) galchuun deebii eeguudha.
Share gochuu hin dagatinaa
@maths_group
@maths_group
@maths_group
5 081
''Manneen barnootaa 3,106 barattoota qormaataaf dhiyeessan keessaa manneen barnootaa 1,328 keessatti barataan tokkoyyuu hin dabarre'' jedhan Piroofeesar Birhaanuun.
5 081
Barattoonni filannoowwan armaan gadii fayyadamuun qabxii keessan boru ganama sa'aatii 12:00 irraa jalqabuun ilaallachuu dandeessu!
1. https://eaes.edu.et/
2. @EAESbot
3. SMS 6284
5 081
#Kutaa_12ffaa
Walumaagalatti ibsa ministeera barnootaa guyyaa har'atiin.
🔬Walumaagala barattoota bara 2015 qoraman keessaa dhibbeentaa 3.2 qofatu qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol argate.
🔬Barattoota 845,677 qormaata Saayinsii Uumamaa fi Saayinsii Hawaasaa fudhatan keessaa barattoota 31,224 qofatu qabxii dhibbeentaa 50 fi isaa ol galmeesse.
🔬Sagantaan sirreeffamaaf (Remidial) barattoota kuma 160'f ni kennama.
🔬Manneen barnoota 3,106; keessaa manneen barnootaa kuma 1 fi 328 irraa barataan tokkolle darbuu hin dandeenye.
🔬 Qabxii olaanaa bara 2015 Saayinsii Uumamaan galmaa'e Barattuu durbaan Finfinnee mana barnootaa Kiruuz irraa 649 .
🔬Saayinsii Hawaasaan qabxii guddaan galmaa'e dhiiraan 533 Debremarqoos irraa.
✅✅✅✅✅✅✅
@maths_group
@maths_group
5 081
The average of X, Y and Z is 14. Twice the the sum of Y and Z is 30. What is the value of X?
5 081
Bu'aan qormaata kutaa 12ffaa kan bara 2015 boru ifooma.
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
☆☆☆☆★☆☆☆☆☆☆☆☆
Fulbaana 27/2016(Ministeera Barnootaa)Bu'aan Qormaata Kutaa 12ffaa guyyaa boruu ni ifooma. Kanumaan walqabatee Ministeerri Barnootaa guyyaa boruu Adoolessa 28, 2016 waaree booda sa'aatii jahatti ibsa gaazexeessitootaaf ni kenna.
Barattoonnis odeeffannoo sirrii fuula Ministeera Barnootaa irraa akka hordofan ni beeksifna.
የ2015ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና ውጤት ነገ ይፋ ይሆናል።
መስከረም 27/2016 ዓ/ም (የትምህርት ሚኒስቴር) የ2015ዓ.ም የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና ውጤት ነገ ይፋ ይሆናል። በዚህም ዙሪያ ትምህርት ሚኒስቴር ነገ መስከረም 28/2016 ዓ.ም ከ ቀኑ ስድስት ሰዓት ላይ ጋዜጣዊ መግለጫ የሚሰጥ ይሆናል።
ተማሪዎችም ትክክለኛውን መረጃ ከትምህርት ሚኒስቴር ገፆች ላይ እንድትከታተሉ እናሳውቃለን።
5 081
Uummanni biyya keenya hundumti keessanuu Baga Ayyaana Faajjii tokkummaa fi Obbolummaa kan ta'e Ayyaana Irreechaan isin gahe
Ayyaana Irreechaa gaarii
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
