cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

AASTU FINFINNEE ACADEMICS

AASTU Fresh of 2022 Oromo Students Group: t.me/nuyiwaliifgroup Channel: t.me/nuyiwaliif Bot (Yaadaaf): t.me/nuyiwaliifbot

Більше
Рекламні дописи
410
Підписники
Немає даних24 години
-17 днів
-530 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

‼️CYBER ALERT NOTICE‼️ When an unknown link is sent to you by anyone on social media, DO NOT open it, otherwise you will be hacked and become victim to cybersecurity vulnerability. First, make sure that it is sent from trusted parties otherwise make sure that it is safe for you to click on links. It happened to another group so be careful!! Of eeggadha Account nama baay'eetu gubachaa jira.
Показати все...
‼️ ማስታወቂያ ‼️ በተማሪዎች ሕብረት በዲሲፕሊን ዘርፍ ውስጥ የተማሪዎች የሠላም አምባሳደር (የተማሪ ፖሊስ) በመሆን በኮሚቴነት ማገልገል የምትፈልጉ ተማሪዎች ነገ ማክሰኞ ህዳር 04/2016 ዓ.ም ሕንፃ 10 ቢሮ ቁጥር 012 እንዲሁም 005 መጥታችሁ መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን። መመዝገቢያ ሠዓት:-ከቀኑ 6፡30:-7:00 እና ማታ ከ 12:30-2፡00 ♦️ማሳሰቢያ: የዲሲፕሊን ግድፈት ያለባቸውን ተማሪዎችን አይመለከትም። @askanythingAASTUSUbot
Показати все...
MALA QO'ANNAA (STUDY STRATEGIES) 1. Sagantaa qo'annaa dhaabbataa ykn murtaawaa ta'e gochaalee adda addaa walmakuun baafachuu. fkn: yeroo qo'annaa, bashannana, ispoortii fi kkf. 2. Guyyaa barumsa eegalte irraa kaasii qo'adhu. 3. Kitaaba kan kee boqonnaa hundaa fi fuula hunda qabxii ijoo irratti xiyyeeffadhuu dubbisi. 4. Yaadannoo gabaabduu yeroo qormaataa dubbiftu qopheessi. 5. Wayta qu'attu sammuu keetiif boqonnaa gahaa kenni. fkn: hirriba ga'aa argadhu. 6. Bakkaa fi yeroo mijaawaa qu'annaa qabaadhu. fkn:Mana kitaabaatti dubbisuu 7. Meeshaalee qu'annaaf si gargaaran hunda walitti qabadhu. fkn: kitaabilee, galmee jechootaa (dictionary) kkf. 8. Daree barnootaa keessatti barsiisaa kee sirritti dhageeffadhu. 9. Wanta dubbistu qomaan yaadachuuf yaalii godhi akkasumas waan beektu waliin walqabsiisi. 10. Guyyaa tokko keessatti koorsilee hedduu hin qu'atin. HUB:Mala qu'annaa SQ3R(Survey, Question, Read, Recite, Review) tti fayyadami. Kunis: S-Survey (irra butuu):guduunfaa(summary), yaada ijoo, matadureewwan dubbisuu Q-Question : of gaafachuu, walgaafachuu, gilgaala hojjechuu R-Read: wayta si'aayina qabdu dubbisi, qajeelfamoota(principles), yaad-hiddamoota(theories), gabateewwan, giraafiiwwan, fakkiiwwan) dubbisi R-Recite:qomaan dubbisuu(qubeewwan, tartiiba guyyootaa ta'iinsotaa, bara, walaloowwan, keeyata, seerota, foormuloota kkf)dubbisi R-Review: keessa deebii(mata dureewwan ijoo) Hub: Dogoggora barattoota gurguddoowwan kan jedhaman kan akka _boru qu'adha jechuun yeroo laachu, osoo hin hubatin qomaan dubbisuu, daree barnootaa hafuu kkf fa'a. . "Nan qu'adha x2 garuu qabxiin naa hin dhufu " kan jedhan barattoota hedduudha. Qu'achuun qofti bu'aa hin qabu garuu malleen qu'annaa saayinsaawaa beekuun murteessaadha! Yeroo gaarii qabaadha baraa barnoota gaarii!!!!!!!!!!!!!!!
Показати все...
6👍 4
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Saamuna SKY warrii barbaadan gibbii keessaa lakkoofsa 0992705286 irratti bilbiltanii gatii discount qabuun argachuu dandeessuu.
Показати все...
Seerota gurguddoo 10n ijoollee Kaampaasii: Qajeeltoo waliigalaa(guiding principle) " #jaalalli_hiriyoota_keetii_jireenya_kaampaasii_isa_ulfaataa_si_irraanfachiisa."        1. Yemmuu qarshii waliif liqeessitan yoo cash of harkaa hin qabaanne ATM Card fi password kenniteefii akka dhaqee baafatu laattaaf. 2. Yoo ati machooftee mooraa jeeqxe hiriyoonni kee si tumanii akka ati dadhabdu godhanii baatanii si raffisu. 3. Yemmuu si dhukkube hiriyoonni kee hunduu  bakka haadhaaf abbaa bu'anii si wal'aanu 4. Chiikii tee wajjiin bashannanuu gaafa barbaadde hiriyoonni kee qarshii walitti siif buusu. Atis gaafa darabee kee akkasuma goota. Asitti kan chiikii hin qabne miidhamuu danda'a. 5. Yemmuu nama tokkotti gaddi gale waan dandeessan hundumaa gootanii jajjabeessitu. Yoo boo'e wajjiin boochu, yoo gammades walumaan kolfitu. 6. Gaafa of harkaa dhabdee beelofte wanti nyaatamu Dorm isa tokkoo jiraannaan dhaqxee nyaatta. Yoo wanti nyaatamu Dorm dhaa dhabamemmoo nama qarshii of harkaa qabu akka nyaata si affeeru ajajja. 7. Yoo amantaa adda addaa kan hordoftan ta'e gaafa ayyaanota amantaa  hunduu akkuma nama amantaa tokko qabuutti gammadee waliin dabarsa. 8. Gaafa boqonnaaf maatii bira turtanii deebi'uuf jettan "nyaata aadaa naannoo keessanii sana yaadeera dagattee hin dhufin" jettanii walii bilbiltanii wal yaadachiiftu. 9. Hiriyoota kee keessaa akka har'aa yoo nama tokkoon wallolte borumtii isaa waamtee buna affeerta. 10. Yemmuu kaaffee deemtan wal waamtanii deemtu. Buddeenuma kaaffee akkuma hin duuneef nyaattan sanammoo waan guddaa gootanii jaalalumaaf jecha wal gurshitu.   Love you💚 hiriyoota Kaampaasii.
Показати все...
👍 10🥰 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Namnii waraaqa eenyummaa suura kana olii irraa jiruu sii jala badee akkasumas warrii beektan lakkoofsa bilbilaa 0944204366 irratti bilbiltanii fudhachuu dandeessuu.
Показати все...
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Doormii barattota block 017 gara 013 ti jijjiramaa jira.
Показати все...
#Dynamics_Solution ለላከልን ለNeba🙏🙏🙏 ጥያቄ ካላችሁ እዚህ ላይ ማቅረብ ትችላላችሁ 🏃‍♂👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ⚗⚗@Aastu_poll_and_quiz_bot⚗⚗ ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ 📤📤📕📕📕📕📕📕📕📤📤 📊📊📚 @Aastu_poll 📊📊 📊📊📚 @Aastu_poll 📊📊 📊📊📚 @Aastu_poll 📊📊 📊📊 📒📒📒📒📒📒📊📊
Показати все...
#Dynamics_solution #part_2 ለላከልን ለNeba🙏🙏🙏 ጥያቄ ካላችሁ እዚህ ላይ ማቅረብ ትችላላችሁ 🏃‍♂👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ⚗⚗@Aastu_poll_and_quiz_bot⚗⚗ ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ 📤📤📕📕📕📕📕📕📕📤📤 📊📊📚 @Aastu_poll 📊📊 📊📊📚 @Aastu_poll 📊📊 📊📊📚 @Aastu_poll 📊📊 📊📊 📒📒📒📒📒📒📊📊
Показати все...
Repost from N/a
. DYNAMICS PAST YEARS FINAL You can get the hard copy from copy house. Forwarded from lect Maereg PhD ----------------‐--------------‐-------------------------- Stay tuned for further updates . CEng Sec.B . AASTU
Показати все...